NAGAAN DACHAAN MAATII fi MANA KANAAF haa bayyatuu woow dhugaa wan ta.uu qabuudhaa atis kana booda Tokko qofaa hambifadhuu kan Duchii Bkoo Ani argasayuu hin fedhuu wan hamma dhowamee kana dhugaa yoo hojirraa olee gammachuun kiyyaa dangaa hin qabuu Qaxaleekoo nuu jabadhuu itti fufii❤
Seerri bahe garii dha
Of sirreessuun gaariidha
Ebbiifamii qaxaleekoo ❤
Nageenyi fi araarri waaqayyoo siif haabaayatu baga nagaan dhufte dhugaa kee jette haadhookoo jabaadhu❤😍😍👍👍👍👍
Baga nagay dhufte jabbadhu
Naganii waqayoo sifii yaa bayatuu bagaa naganii dhutee buzee koo waa seraa baredaa ❤❤❤
Eebbifami dachaa yaada gaarii dha!
NAGAAN DACHAAN MAATII fi MANA KANAAF haa bayyatuu woow dhugaa wan ta.uu qabuudhaa atis kana booda Tokko qofaa hambifadhuu kan Duchii Bkoo Ani argasayuu hin fedhuu wan hamma dhowamee kana dhugaa yoo hojirraa olee gammachuun kiyyaa dangaa hin qabuu Qaxaleekoo nuu jabadhuu itti fufii❤
❤🎉❤
Baga nagaan dhufte baredukoo jabaadhu ❤
Dhugaadha lubbuu waan dhorkama ofumaa keenyaa yoo itti yaanne dhifneyuu gaariidha eebbifami 🎉❤
Nagaan waaqayyoo waaqa jiraata mana kanaaf haa bayyatu.
Akkam jirtu nagaa fayyaa keessanii maatii Buzee.
Waaaaaw yaada gaariidha Buzee koo eebbifamii hubannaaf ogummaan kana caalee siif haa dabalamu.❤❤❤❤
Welcome buziyee koo serii bahee baayee baredadha egaa hundumtu yoo hojiraa olche baayee namati tolla
Bagaa nagahan dhuftee Qalii too kotuu manaa koo
Wow namatti tola
nagani waqayoo mana kanaf haa baytuu
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉
welcome🎉🎉❤❤
Nagaanif Aararri Waaqayyoo isinifi haa bayyatuu Obbolotaa koo hafuraa akkami jirtuu
Nagaaf haraarri waaqayyo mana kanaaf yaa bayyatu bagaa nagaan dhuftee Bkoo qacoo koo kolfaan mucuuq kkkkk midhaaga kessa midhaama jedha oromoon anis duura funyaanis osoo na hin haafin uraadhe guuri koo tokko na haarka citee 😅achii ka'een dhisee ebifaamii sinboo qabeetti koo gameeti too ❣️💯🙏
Fkoo Jirtaa 😘😘 anas funyaan osoon hawwu hafee baqqaa hamma kkkkk
Nagaan waqqaayyoo mana kanaaf haa tahu baga nagaan dhufte jabaadhu itti fufi qaxaleekoo 😂😂kanaan jedhu buzeekoo J kee warqii hamma kana bichiisisuu heddaamoo 😂seera kana anis itti gammaadde 🎉🎉
Abeekoo eyyeka naf hin milkoofne malee kkkk inni gammade yoona😂
𝐍𝐚𝐠𝐚𝐧 𝐰𝐚𝐪𝐚𝐲𝐨 𝐦𝐚𝐧𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐟 𝐲𝐚 𝐛𝐚𝐲𝐚𝐭𝐮 𝐛𝐚𝐠𝐚 𝐧𝐚𝐠𝐚𝐧 𝐝𝐡𝐮𝐟𝐭𝐞 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐝𝐮 𝐭𝐨❤❤❤
Nagaan mana keef haa ta'u buziti kooo 😂😂yaada keef Eebbifamii namni cubbuu isaa himatee hin fayyaa!
Nagaani Waqayyoo mana kanafii haa ta'uu bagaa nagani dhuftee hojiin kee buzee nuutii tokko dhabinee rakkanaa ati gutichaa meqaa kawaataa kkkkkkkkkkkkkkkkkkk😂😂😂😂😂😂
Kkkkkkkk 😂😅😅😅😀😀😀😀😀😁😁😁hojii keeee
Naganii waqayoo sifii yaa bayatuu bagaa naganii dhutee buzee koo waa seraa baredaa ❤❤❤
❤🎉❤