ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Afaan Keenya fi Arti Keenya haa guddifannu Ijolle Oromoo jabadhaa ❤❤❤❤😗😗😍😍
Funyee funyee funyeeAmmam Akkan sii Jalaadhuu Osoo Argitee maloo💕💕💕❤❤😍😍😍😍😍😍
🥀🥀
Maloo anilee hedduun jaladhaa 💞💞❤️💓💕💕💕
Funyeetoo nagurshi gaarannanamaa dharaeeyyuu
Uuuuuu maloo Funyee Gororrii Afan naa gutee
Jabadhii funyee too heedduu Na gamachifta attii si walin jira
Masha Allah bagaa rabbi sin gudisee
Fuunyee koo Baay'ee barumsaa ergaa qabu darsitee Galatoomi
Jabaadha jajjabee ijoollee kaayyoo funyee sweet itti muddaa
Funye koo galatomi atis nuuf jabadhu si jallana ❤❤❤😘😘😘😗😗
Sii haa dabaluu jabadhuu wolaloni kee bareduu sirbaa Hacalluu Aksii❤❣❣❣❣😭 dhugaa keeti janboo jotee
Funyee koo esuumati si arga ijuman si arguun hawwii kooti sababiin isaa quuqamtuu sabaati bayyeen si dinqisifadha kesayuu camaa mucaa tesse qulquleesitef bareeduu koo jabadhu
Yaa funyee koo bayyeen si diqisifadhaa dhugaa jaabduu too nuuf jabadhuu anilee biyyaa koo galee hojadhee waan gudaraa nani gahaa jedheni abdadhaa
Amiiiiiiiiin amiiiiiiiiin amiiiiiiiiin
Wowwwwww bay'ee namati tola nuuf jabadhu funyee koo
Yaa fuune koo mee gaafan biyyaa koo galuu sii biraa dhufeen nyaata adaa sana sirra baradha ammasiti nagaa naaf ta'ii haadha ofii
Bagumaa initalaa horooko tatee masalukooo ya fuyekoo 😍😍😘😘😘😍 nufi jiradhu
Amalaa qabetii koo nufii jiraadhuu funyee bayyee si jaalana
Jabadhaa rabbiin isiin haa gargaruu yaa lamiwwaani kenaa hundaa sabbaa kenaa rabbiin hiyumaa keesaa nuu haa bayani jabadhaa dubartonii oromiyaa jajabadhaa hojadhaa
Ameen Ameen Ameen ebbii keesaan nuuf haa ta'uu sanyii koo
Funyee ani dinqifataa fi jaalataakee isa dhugaati galatomi jabaadhu hojiin kee boonsaadha. Anis gaaf tokko gaaffiifi deebii si waliin karaan godhu qabadhee akkan dhiyaadhu abdiin qaba!!!!!!!!!!
Funyee baay'ee irraa baraacha jira. Haalumma walfakkatuun muuxannoo kana naannaawa finfinnee akkaa sabbaata, hoolata, xaafoo, galaan, sulultaa fi oromiyaa guutuu irraa muuxannoo nuu qodii
Jabaadha sanyiiwwan kenyaa 🥀🌹🌺
Funyee naa gurishiiii maalooo😍😍
Bayye bareefadhaa
Wowowowowfunyee koo Galatommi
Amen 3 galatomaa
Wow wow jiradhuu
Funyee bareduu koo gorsi kee bayee namati tolaa ❤❤👌👌💜💜💛💛💙💙💙
Uuuuffeeeee ebbifamaaa baye Namati tooltuu 💔💔🤲
Funyee lubbuu tiyaa dhugaa rabbii nuufi jiradhuu yaa ijaa sabaa qaxalee ko jabadhuu mee Yomumaa ijaa kotii sii argaa finfinee dhufee❣❣❤❤❤❤❤🍇🍇🍇🍇
Uuuffeee fkoooo
Nyata wallaga wooow
Funyee baay'en si jaaladha anas gaafa tokko intaarviyu na goota yoo rabbi jedhe mul'atan qaba akkan bira gahus nan beeka rabbiin gargaarsifadhee
Amiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin
Uuuufff funye gallatomii bayee namati tolta umuuri dhera dhu 💖💖💖💖❣
Yaafunyeetoo barrdduukoo intala abbaagadaa😍
Oduuttin hin qabiin haa nyatanii fuunyuuuuuuuu kenyaa
Funye qomoo koo afaan naa ka'ime nyatichaa, isinf haaSifau, gafaan biyya araabatiGalee isin fana gurmaen hojedhaJabbadha!!!!
Kkkk nyaadha kaa jettee Wayyoo Nyaadhu Funyee teenya uuufff Funyee Jalallaa Siif Qabuu ibsuu Hin Danda'uu
በጣም ነው የምወድሽ እቤትሽ የበላሁት ምግብ ለሬቻ መጥቼ ማንም ቤት አይገኝም እንቻ በተለይ ፍቅር ነሽ የሚቀጥለው ሬቻ እንቻ ቤት ነን
Ebifamaa
Wow baay eee nama barsiisa funyee koo nuf jiraadhuuu barreedduu kooo tokkiti qixeee kumaa💓💓💓💓💓💓💓💓💋💋💋💋❤❤❤❤❤
Wowo ❤❤❤❤❤👍👍👍👍👌
Uuufff nama gojomasifta fuunye afaan na ka.iimee
😍😍😍
woooww akkam namati toltu waqayyoon sina milkeesu lammiiwaan koo
Funyeee mo keessa ko abdi namati ortaa😍😍
Kkkk yaa Funyee ebbasii In beekta Wwwwwwwww Bayee namatii toltaa Dhugaa
Funyee galatommii ♥️
Ya allaattii badda sobdee hin shararinii maaloo ×2 ya fuuftuu gandaa sobdee natti hin hiiqinii inii maloo ×2
Funyee koo inuman dhufa ani mana keetii nyaata kee nyaadhu malee hin du'u .ugaa rabbii .sin jaaladhaaaaaaaaa
Waacatuu jiraa hin dhageedisuu
Funye baraduu 😍🙌
Funye ko nuf jiradhu jalatamtuto love u ♥️
Woow Funye nufis ergii
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
hedduu namatii tolaa galatoomaa
😍😍👍👍💞👍
Funyee ati phexeee mittii atii akkaantii farisoooo dhugdaaa
funye kooo waan ofii koo jiradhu
Funyoo toooo onnerraayii😘😍
Jabadhuu jabaduu sabbaa
Funye baayee sijaladha atuman nuf jiradhu💕💕💕💞💞💖💖💖💖💖💖💖👍💝💝💝💝💝💝💝💝💝👍👍👍💞💞💞
Maaloo funyeekoo guyyaatokko hintaarfi naataasisi adaraakee Achumaa cukoo nyaadha
Maali taa otto kootu nyaadhuu naa jeete
Wwwooo funye sii jaladha
Mana ko yom dhufte dawata funye ko
wooooowoooo jabadhuu
nuu jiraadhuu funyee keenyaa saboontu koo.
Funyee tiya yomuma ijani si arga nuu jiradhu
Funyee bayeen si jaaladhaa
Kkkk funyee ko kaa Akaa ketituu Afanii oromoo akaa Afanii fedarrallayaa hinii tanee kaa dhogee qubbee dhaa wattee hinii dadessuu kkkkkk garuu dhifamaa wotumaa attinii qassaa jalatufii Anissii akumaa kettii 😘
Funyee kun immoo eessadha cumboon kun adda'a.ha sifaa'uu'
Waaaa
Funyee galatomii Anilee gafaa jarssa ko argadhee gamadee kkkkkkDhugaa ketii jalalii jirananii bakka kamuu ni gayanii!!
Jabadhu
Funyekoo barredduukoo siif has sifaahu giftiikoo
Bayyee baredaa funyeekoo guyyaa tookkoo siwaliinii bashananuu naanii barbadaa funyeekoo
Funyee koo sii jalaadhaa itti naa wamii funyee
Uuuuuuuuuuufffffffeeeeeee dabboo dabbiiti kaa gororaan cocoobsee isiinf hasifa,uu
Galatoomii funyeekoo
Ebifamiii koddee koo
Nyaadhuu funyee maaloo
Wwww nuf jiradhaa anis bizinasi hojachun hawiii qabaa biyumaa arbaa kanaa galee barumsaa gudaaa nu dabarsitaan
Jiradha baye sin jaladha sabontota biyako wawawawawaw wara shabuu💔💔biyako
funyee umrii dheeradhu nama keenna jajjabeessi akkanumatti
akkas kunoo massaluu
Funyee naa marartaa bar
Funye ko akan si jalu oso argite galbi kiya ati hedun si jala💋❤👍
Funyee too baayeeni si jalaadhaa namni akka keeti hin jiruu
Funyee wolhi Ani bayee sii jaladhaa umurin kee harawaa yomilee
😊😙😙😊😘💖💖🤩
galatomii waan ofii kooooo
Funyeekoo galatomi .maloo nyaata adaa oromoo nu barsisaka isinis
Funyeekoo nuuf maraachaa jirta hojiin kee akka ajaa'ibatti itti gammade ah yaa funyee
😋😋😋😋😋😋
Funye 💔💔💔💋💋👈
Funyeko galatomi naminni akkaa kee nuffi habayattu giffittiiko
Oromon Akka Guraage Waal Guddiisu hin Beekkuu
Funyee koo bayyee is jalladhaa
Funyee atii pexeedha mitii maliif farsoo dhugdaa
Hordoftota funyee show like subscribe naaf godhaa channel koo galattoma
Funyeeeeeeee
kkkk
Bayee namatti tolaa guddinni kee guddina oromoo hundaatti qabeenyaa kee irratti umurii dheeradhuu.
Amiiiiin sanyii ko
Afaan Keenya fi Arti Keenya haa guddifannu Ijolle Oromoo jabadhaa ❤❤❤❤😗😗😍😍
Funyee funyee funyee
Ammam Akkan sii Jalaadhuu Osoo Argitee maloo💕💕💕❤❤😍😍😍😍😍😍
🥀🥀
Maloo anilee hedduun jaladhaa 💞💞❤️💓💕💕💕
Funyeetoo nagurshi gaarannanamaa dharaeeyyuu
Uuuuuu maloo Funyee Gororrii Afan naa gutee
Jabadhii funyee too heedduu Na gamachifta attii si walin jira
Masha Allah bagaa rabbi sin gudisee
Fuunyee koo Baay'ee barumsaa ergaa qabu darsitee Galatoomi
Jabaadha jajjabee ijoollee kaayyoo funyee sweet itti muddaa
Funye koo galatomi atis nuuf jabadhu si jallana ❤❤❤😘😘😘😗😗
Sii haa dabaluu jabadhuu wolaloni kee bareduu sirbaa Hacalluu Aksii❤❣❣❣❣😭 dhugaa keeti janboo jotee
Funyee koo esuumati si arga ijuman si arguun hawwii kooti sababiin isaa quuqamtuu sabaati bayyeen si dinqisifadha kesayuu camaa mucaa tesse qulquleesitef bareeduu koo jabadhu
Yaa funyee koo bayyeen si diqisifadhaa dhugaa jaabduu too nuuf jabadhuu anilee biyyaa koo galee hojadhee waan gudaraa nani gahaa jedheni abdadhaa
Amiiiiiiiiin amiiiiiiiiin amiiiiiiiiin
Wowwwwww bay'ee namati tola nuuf jabadhu funyee koo
Yaa fuune koo mee gaafan biyyaa koo galuu sii biraa dhufeen nyaata adaa sana sirra baradha ammasiti nagaa naaf ta'ii haadha ofii
Bagumaa initalaa horooko tatee masalukooo ya fuyekoo 😍😍😘😘😘😍 nufi jiradhu
Amalaa qabetii koo nufii jiraadhuu funyee bayyee si jaalana
Jabadhaa rabbiin isiin haa gargaruu yaa lamiwwaani kenaa hundaa sabbaa kenaa rabbiin hiyumaa keesaa nuu haa bayani jabadhaa dubartonii oromiyaa jajabadhaa hojadhaa
Ameen Ameen Ameen ebbii keesaan nuuf haa ta'uu sanyii koo
Funyee ani dinqifataa fi jaalataakee isa dhugaati galatomi jabaadhu hojiin kee boonsaadha. Anis gaaf tokko gaaffiifi deebii si waliin karaan godhu qabadhee akkan dhiyaadhu abdiin qaba!!!!!!!!!!
Funyee baay'ee irraa baraacha jira. Haalumma walfakkatuun muuxannoo kana naannaawa finfinnee akkaa sabbaata, hoolata, xaafoo, galaan, sulultaa fi oromiyaa guutuu irraa muuxannoo nuu qodii
Jabaadha sanyiiwwan kenyaa 🥀🌹🌺
Funyee naa gurishiiii maalooo😍😍
Bayye bareefadhaa
Wowowowow
funyee koo
Galatommi
Amen 3 galatomaa
Wow wow jiradhuu
Funyee bareduu koo gorsi kee bayee namati tolaa ❤❤👌👌💜💜💛💛💙💙💙
Uuuuffeeeee ebbifamaaa baye Namati tooltuu 💔💔🤲
Funyee lubbuu tiyaa dhugaa rabbii nuufi jiradhuu yaa ijaa sabaa qaxalee ko jabadhuu mee Yomumaa ijaa kotii sii argaa finfinee dhufee❣❣❤❤❤❤❤🍇🍇🍇🍇
Uuuffeee fkoooo
Nyata wallaga wooow
Funyee baay'en si jaaladha anas gaafa tokko intaarviyu na goota yoo rabbi jedhe mul'atan qaba akkan bira gahus nan beeka rabbiin gargaarsifadhee
Amiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin
Uuuufff funye gallatomii bayee namati tolta umuuri dhera dhu 💖💖💖💖❣
Yaafunyeetoo barrdduukoo intala abbaagadaa😍
Oduuttin hin qabiin haa nyatanii fuunyuuuuuuuu kenyaa
Funye qomoo koo afaan naa ka'ime nyatichaa, isinf haa
Sifau, gafaan biyya araabati
Galee isin fana gurmaen hojedha
Jabbadha!!!!
Kkkk nyaadha kaa jettee Wayyoo Nyaadhu Funyee teenya uuufff Funyee Jalallaa Siif Qabuu ibsuu Hin Danda'uu
በጣም ነው የምወድሽ እቤትሽ የበላሁት ምግብ ለሬቻ መጥቼ ማንም ቤት አይገኝም እንቻ በተለይ ፍቅር ነሽ የሚቀጥለው ሬቻ እንቻ ቤት ነን
Ebifamaa
Wow baay eee nama barsiisa funyee koo nuf jiraadhuuu barreedduu kooo tokkiti qixeee kumaa💓💓💓💓💓💓💓💓💋💋💋💋❤❤❤❤❤
Wowo ❤❤❤❤❤👍👍👍👍👌
Uuufff nama gojomasifta fuunye afaan na ka.iimee
😍😍😍
woooww akkam namati toltu waqayyoon sina milkeesu lammiiwaan koo
Funyeee mo keessa ko abdi namati ortaa😍😍
Kkkk yaa Funyee ebbasii In beekta Wwwwwwwww Bayee namatii toltaa Dhugaa
Funyee galatommii ♥️
Ya allaattii badda sobdee hin shararinii maaloo ×2 ya fuuftuu gandaa sobdee natti hin hiiqinii inii maloo ×2
Funyee koo inuman dhufa ani mana keetii nyaata kee nyaadhu malee hin du'u .ugaa rabbii .sin jaaladhaaaaaaaaa
Waacatuu jiraa hin dhageedisuu
Funye baraduu 😍🙌
Funye ko nuf jiradhu jalatamtuto love u ♥️
Woow Funye nufis ergii
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
hedduu namatii tolaa galatoomaa
😍😍👍👍💞👍
Funyee ati phexeee mittii atii akkaantii farisoooo dhugdaaa
funye kooo waan ofii koo jiradhu
Funyoo toooo onnerraayii😘😍
Jabadhuu jabaduu sabbaa
Funye baayee sijaladha atuman nuf jiradhu💕💕💕💞💞💖💖💖💖💖💖💖👍💝💝💝💝💝💝💝💝💝👍👍👍💞💞💞
Maaloo funyeekoo guyyaatokko hintaarfi naataasisi adaraakee Achumaa cukoo nyaadha
Maali taa otto kootu nyaadhuu naa jeete
Wwwooo funye sii jaladha
Mana ko yom dhufte dawata funye ko
wooooowoooo jabadhuu
nuu jiraadhuu funyee keenyaa saboontu koo.
Funyee tiya yomuma ijani si arga nuu jiradhu
Funyee bayeen si jaaladhaa
Kkkk funyee ko kaa Akaa ketituu Afanii oromoo akaa Afanii fedarrallayaa hinii tanee kaa dhogee qubbee dhaa wattee hinii dadessuu kkkkkk garuu dhifamaa wotumaa attinii qassaa jalatufii Anissii akumaa kettii 😘
Funyee kun immoo eessadha cumboon kun adda'a.ha sifaa'uu'
Waaaa
Funyee galatomii
Anilee gafaa jarssa ko argadhee gamadee kkkkkk
Dhugaa ketii jalalii jirananii bakka kamuu ni gayanii!!
Jabadhu
Funyekoo barredduukoo siif has sifaahu giftiikoo
Bayyee baredaa funyeekoo guyyaa tookkoo siwaliinii bashananuu naanii barbadaa funyeekoo
Funyee koo sii jalaadhaa itti naa wamii funyee
Uuuuuuuuuuufffffffeeeeeee dabboo dabbiiti kaa gororaan cocoobsee isiinf hasifa,uu
Galatoomii funyeekoo
Ebifamiii koddee koo
Nyaadhuu funyee maaloo
Wwww nuf jiradhaa anis bizinasi hojachun hawiii qabaa biyumaa arbaa kanaa galee barumsaa gudaaa nu dabarsitaan
Jiradha baye sin jaladha sabontota biyako wawawawawaw wara shabuu💔💔biyako
funyee umrii dheeradhu
nama keenna jajjabeessi akkanumatti