dr.hayyuudha. ani weggaa 7 dura barataa kutaa 11faa ta'ee hiriyyota kiyya wajjiin welmormaa ture.yadni kiyya , walabummaan oromotti rakkoolee amma dr. jedhan kana lamaan oromotti fida kan jedhu ture. garuu duubbiin tun nama xiixalaee waa gadi laaluu danda'u qofaaff galti.
Maasha Allah Dr kuni nama jabaa beekumsa Ajaa'iba qabuudha
umrii shaa dheereysu hayyuu oromoon qabdu
Galatooma pro 360 hayyu Kenya Dr Yusuf Nure
❤❤❤❤❤❤❤💗💗💗💗🍀🍀🍀🍀🍀
Dr appreciable speech! We wait you more debate with dr.tsagayeee
Maashaa allaahu
Haasawa gaariidha
Hayyuu jiraacha nuujiraadhu
Wlh nami hayyuudhaa❤❤
Abo shek DR mala sodaa dhoote akkamiisa amara Asallan tenna ju,u akkamgete moo yaada jowar itopiyan nurratti jigdi jedhu kana gurgurufi lakkii Shek/Rr yaada hamma nama kenna nujala fakkata.
✅
❤❤❤❤ dhugaa issanittii😊
Siriidha dr. Dubii kana miidiyaa irraa eliitiif ibsaa
Dhugaadhaa❤
dr.hayyuudha. ani weggaa 7 dura barataa kutaa 11faa ta'ee hiriyyota kiyya wajjiin welmormaa ture.yadni kiyya , walabummaan oromotti rakkoolee amma dr. jedhan kana lamaan oromotti fida kan jedhu ture. garuu duubbiin tun nama xiixalaee waa gadi laaluu danda'u qofaaff galti.
❤❤❤😂❤❤😂😂❤❤
Interview nuuf godhi Dr yuusuf nuure Usman hadaraa bakka isaan itti dhalatanii guddattan barumsa isaanii jiruu akkam akka dabarsan rakkoo isaan qunname barumsa irratti hadaraa Beekumsa guddaatu bira jira isaan kana
@@mudasirsulxan1515 hayyee Galatoomaa
Bilisuman isini hingalee sheka.
nama siduraa bule kun dhugaadha oromiyaan osoo billisomte anatu goota jedhe ofuma wal fixa
Yoo Oromiyaan hinbilisomne
Maaliif Walsobuun barbaachisa??
Sunnii gaafa Amantiin Lolu Turtanii hindagatnii. Haraa Tokummaa Oromo Hassawaa me!
ኦሮሞ በራሱ ፍላጉት ልክ ነው ኢትዮ ጵን የምገነባው ወይስ ኢትዮጵያ ስትፈቅድ ነው የኢትዮጵያ አካል መሆን የምችለው?
Essin Oromumaafii Amantii galbraith qebdanni Haaswet jirtanii? Waan Oromo Hassawaa.,