ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Seenuu koo nuuf gudadhuu waqaayo ilmoo akka ketii naaf ya kennuu😍😍😍
Rashid mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍😍
Matii nafi tayyi mee lubbiyee
@@monetijalala6104 matii nafi tayyi mee sanyii koo qommo
She is a very talented and beautiful-girl I wish you came to America.
Why she go to America?To lost her mind as our brothers lost in those country.
ዋዉዉዉዉዉዉዉዉዉ የምትገርም ናት እግዚአብሔር ያሳድግሽ❤❤❤❤❤❤❤
Wow wow really fantastic kid May god bless you!
Matii nafi tayyi mee sanyii
@@Aberashleqa Sirriitti siif ta'a malee jalbaadhu
@@temesgenbirhanu21 gudassaa galatomi qommo koo
Seenuu koo waayee keetiif guddiseen Waaqayyoon galateeffadha! Maatin kees hojii guddaa hojjachaa jiru, Waaqayyoo isaan haa eebbisu! Jabaadhu cimtuu koo ,wanta guddaa si irraa eegna. Waaqayyo mul’ata kee galmaan siif haa gahu!
Waaqayyoo Fayyaa,eebbaa fi umurii dheeraa siif yaa kennuu.ijoollumadhaan Sammuun kee bakkaa guddaa jirtaa.maatii kee guddaan galateffaadha.
So lively and active girl and may God bless her and the family
ማሻአላህ እኳን ደና መጣሽ የት ጠፋች እያልኩ ነበር 😍😍😍😍
Yaadan seenetif qabu hammas jedhamee hin tilmamamu kanaafuu waqayyoof guddaa ishee haa eebsuu
baayyee sammuu cimaa qabdi rabbiin kaayyoo ishii galmaan haa gahu ...gufuuu sijalaa haa kaasu
Wowwwwwwwwwww nuuf jiradhuu guddadhuu bakka gudda gahii sanyii teenyaa waaqayoon waan attii yaadde hundaa eddoo atti yadden sii haa gahuu
የኔ ቆንጆ ፍቅር የሆንሽ ልጅ ምነው ልጄ በሆንሽ በቃ ልጄ ነሽ ውድድድድ ነው የማረግሽ።❤💟❤
Milkaa'i galma yaadde ga'e sareekoo ❤❤❤❤❤
Waan gaarii dhiheeysa jirttani jabaadhaa waamaraa tube chanala oromoo waan warri Naan tube subscribe nuf godhaa
Galatoomi
ይቺ ልጅ ጠፍተሽብኝ ነበር ስላየሁሽ ደስ ብሎኛል እጅግ በይ የምትይው ባይገባኝም ውድድድድድድድ ነው የማደርግሽ
Wow Sabbontuu oromoo jabadhu ❤️❤️💚💚❤️❤️🌳
Ogetii koo seniyee nuf guddadhuu
Jabadhuu jajabee tiyya 😍😍😍😍😘😘😍😍😍😍
Guddahdu maatiin gaarii Wanda Iddoo haywire akkam geessu Abdii qaba
Nuuf guddadhu Simboo tenyaa💞💚❤️
Matii nafi ta'ii qomoo koo
Maattii naaf tahhii waliif
❤❤❤❤❤❤❤
Bakkaa yadde gahii bareduu koo Waqayyoo sii haa milkessuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Bakkaa gahii mucati rabbiin waan ofii jaallatu siif haa kennu
Mati Naf Ta'i Sanyii Ofii
Mi'aafi bilchinni dubbii ishee garuu dargaggeettii waggaa 30 ishee fakkessa!
Qommo koo matii nafi tayyi sanyii koo
waaw intalli kun kennaa waaqaa kan addaati. dhugaa dubbachuuf gaazexeessaan olitti act isheen gootu ajaa'ibsiifadheera. guddadhu hamtuun sin argiin nuu buli
ኑ እንደመማር ወዋዋዋዋዋዋ ስዋዳት
Siin jaaladha bareedu koo Jabadhuu Jabduu Oromo❤
Matii nafi lammiko
Mashaa allah bareeddu oromoo abdii biyyaa
Waqaayyoo Mucaa jabduu akkakee Anaaf haa Kenuu dhugaa Qaxaalleekoo❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Wow god please you qaxalee too seenuu😘😘😘😘😘😘
Qalii Matii Naf Ta'i
Masha Allaha beredu tiya 💖💖💖💖
Please maatii naafii ta.aa oromoo koo 👏
Wow gudadhu qomo oromo 🥰🥰🥰💯💯💯
Yoomittuu guddattee hagana geesse? Jabaadhu qomoo tiyya.
Xiqqoo koo yaa ishee Sammuu Guddoo ❤🙏
Matii nafi tayyi mee sanyii koo qommo
Nuuf jiradhu sanyi koo
Ofkallii seeneet Gizaachoo qashti nama
Maattii naaf tahhii keebeek
Intala guutuu taate! Ijarraa hafi.
Bro Matii Naf Ta'i Sanyii Ofii
Ufff lubbumaam kun seenet aboo sihaaguddisukaaa
ውይ ይቺ ልጅ አደጠች ማሻአሏ 3አመት በፊትትንሽነበረች
Wow best nice god with you
Guddadhuu giftii koo milkayii
Guddadhu bucheekoo waaqayyoo si haa guddisu
Jabadhuu jabadhuu Oromotti bareeduu
Mashaallaa mashaallaa bareduu tiyaa jabadhuu kaa
Waqayyo si haa guddisu xiqqo sammun guddoo🙏❤️😘
Kun man'ee oduu maaliitii? Maalumaafuu jaalladheera
Itti fufi sanyi ofii too waaqin si yaa gargaruu ija ofii
Guddadhu kichuu koo Abdii biyyaa qorattuu hawaas nitaata shakkii tokko male 💔
Matii nafi tayyi mee qommo koo sanyii gotaa ❤️
You are invited to little Oromia Minnesota.
gudadhu gotiti da.ima tenya
Mati Naf Ta'i Sanyii
Very good 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 wan ofii
Ajayibaa mucaan kuun dubbin isii
Bayee manatti tola! Itti fufi✔️
Maattii naaf tahhii obola ko
Matii nafi tayyi mee lammiko
Addan bane bga ngya dhuftan
Seeneet qaxalee intala Oromoo!
Waaqayyo sii haa eebbisu!
Bareedduu keenya nuuf guddadhu
wwwwwwwwww feeniyyeekoo umurii dheradhuu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Matii nafi tayyi mee sanyii ko
Super smart girl
Nuf guddadhuu sibbo qabetti koo
Gudadhu qaxle koo 💞💞💞👌
Lubbee sanyii koo matii nafi tayyi mee
Qashti jabadhu iti fufi
mashallaah gudadhuu🥰🥰🥰
Bayyee namatti tola
Guddadhuu simbiroo oromoo!
Rabbii sii guddisuu cimtuu koo
Nuufi jiradhu baredu koo
Bareduukeny nufiigudadhuu ❤️💚❤️
bareedu too nuuf guddadhu
Guddadhu qaxalee kenya🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Umrii nuuf dheeradhu
Abdi saba koo nafi gudadhu❤❤❤❤❤
Nufii gudadhu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💝💝💝💝💝💝💝💝💝
Nufi Gudadhuu Sanyii Namaa 🟥🟩🟥🌳🙏🙏🙏
Jabduu dha dhugaa !
Matii nafi tayyi mee lamii koo
Ijolee oromo sirritti aferaa
Wow rabbiin si.fanna ta'uu
Maatii naaf ta'ii sanyii koo
Bunafi nagaa hin dhabiini sanyii koo matii nafi tayyi mee
Baga nagadhan dhuftee
Matii nafi ta'ii qomoo
Guddadhu goota keenya
😍😍😍😍😍😍 guudadhu
❤❤❤❤❤❤
Seenuu teenya gudadhu
Jabbadhu qashati❤💚❤💋💋💋👌
Sabotuu oromoo jiradhuu !!!!!!!!!!!!
woowwoow senuu waqanii sii ya gudisuu
Zed mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍💞💔
Matii nafi tayyi mee sanyii koo qommo koo
Cimina sammuu qabaachuu ishee natti mullata ,guddadhu qaxalee oromoo
kunoo siif dhufeera
nuf gudadhu 🌳❤🌳
Lamiko matii nafi tayyi mee lubbuu
Wawoo💗💗💗💗
Billu maattii naaf tahhii
Bareduuu 💖💕😍💯💋
Qaxaleeeee abbbaaa keti
ሰልፊ እንነሳ አለሽ 😂😂🤣🤣
Kkkk
Gudadhu feenii
Gudadhu ❤❤
Welcomeee......
❤❤❤❤❤❤❤❤jiradhuu yomuu ❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💯💯💯💯💯❤️🩹❤️🩹❤️🩹
Dhaloota Qubee Qaroo
vaalentiinaa OROMOO YOON JENNEEN HOO?
Matii nafi tayyi mee lubbuu qommo ko
Bulii ,umrii dheertuu nuuf jiraadhu.Ila hamaa irraa hafi.
Guudaaduu Yaa

Nuuf guddadhu
Simboo tenyaa
💞💚❤️
Matii nafi ta'ii qomoo koo
Maattii naaf tahhii waliif
❤❤❤❤❤❤❤
Bakkaa yadde gahii bareduu koo Waqayyoo sii haa milkessuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Bakkaa gahii mucati rabbiin waan ofii jaallatu siif haa kennu
Mati Naf Ta'i Sanyii Ofii
Mi'aafi bilchinni dubbii ishee garuu dargaggeettii waggaa 30 ishee fakkessa!
Qommo koo matii nafi tayyi sanyii koo
waaw intalli kun kennaa waaqaa kan addaati. dhugaa dubbachuuf gaazexeessaan olitti act isheen gootu ajaa'ibsiifadheera. guddadhu hamtuun sin argiin nuu buli
ኑ እንደመማር ወዋዋዋዋዋዋ ስዋዳት
Siin jaaladha bareedu koo
Jabadhuu Jabduu Oromo❤
Matii nafi lammiko
Mashaa allah bareeddu oromoo abdii biyyaa
Waqaayyoo Mucaa jabduu akkakee Anaaf haa Kenuu dhugaa Qaxaalleekoo❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Wow god please you qaxalee too seenuu😘😘😘😘😘😘
Qalii Matii Naf Ta'i
Masha Allaha beredu tiya 💖💖💖💖
Please maatii naafii ta.aa oromoo koo 👏
Wow gudadhu qomo oromo 🥰🥰🥰💯💯💯
Yoomittuu guddattee hagana geesse? Jabaadhu qomoo tiyya.
Xiqqoo koo yaa ishee Sammuu Guddoo ❤🙏
Matii nafi tayyi mee sanyii koo qommo
Nuuf jiradhu sanyi koo
Ofkallii seeneet Gizaachoo qashti nama
Maattii naaf tahhii keebeek
Intala guutuu taate! Ijarraa hafi.
Bro Matii Naf Ta'i Sanyii Ofii
Ufff lubbumaam kun seenet aboo sihaaguddisukaaa
ውይ ይቺ ልጅ አደጠች ማሻአሏ 3አመት በፊትትንሽነበረች
Wow best nice god with you
Guddadhuu giftii koo milkayii
Guddadhu bucheekoo waaqayyoo si haa guddisu
Jabadhuu jabadhuu Oromotti bareeduu
Mashaallaa mashaallaa bareduu tiyaa jabadhuu kaa
Waqayyo si haa guddisu xiqqo sammun guddoo🙏❤️😘
Kun man'ee oduu maaliitii? Maalumaafuu jaalladheera
Itti fufi sanyi ofii too waaqin si yaa gargaruu ija ofii
Guddadhu kichuu koo Abdii biyyaa qorattuu hawaas nitaata shakkii tokko male 💔
Matii nafi ta'ii qomoo koo
Matii nafi tayyi mee qommo koo sanyii gotaa ❤️
You are invited to little Oromia Minnesota.
gudadhu gotiti da.ima tenya
Mati Naf Ta'i Sanyii
Very good 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 wan ofii
Ajayibaa mucaan kuun dubbin isii
Bayee manatti tola! Itti fufi✔️
Maattii naaf tahhii obola ko
Matii nafi tayyi mee lammiko
Addan bane bga ngya dhuftan
Mati Naf Ta'i Sanyii
Seeneet qaxalee intala Oromoo!
Waaqayyo sii haa eebbisu!
Bareedduu keenya nuuf guddadhu
wwwwwwwwww feeniyyeekoo umurii dheradhuu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Matii nafi tayyi mee sanyii ko
Super smart girl
Nuf guddadhuu sibbo qabetti koo
Gudadhu qaxle koo 💞💞💞👌
Matii nafi ta'ii qomoo koo
Lubbee sanyii koo matii nafi tayyi mee
Qashti jabadhu iti fufi
mashallaah gudadhuu🥰🥰🥰
Bayyee namatti tola
Guddadhuu simbiroo oromoo!
Rabbii sii guddisuu cimtuu koo
Nuufi jiradhu baredu koo
Bareduukeny nufiigudadhuu ❤️💚❤️
Matii nafi ta'ii qomoo koo
bareedu too nuuf guddadhu
Matii nafi ta'ii qomoo koo
Guddadhu qaxalee kenya🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Umrii nuuf dheeradhu
Abdi saba koo nafi gudadhu❤❤❤❤❤
Nufii gudadhu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💝💝💝💝💝💝💝💝💝
Nufi Gudadhuu Sanyii Namaa 🟥🟩🟥🌳🙏🙏🙏
Jabduu dha dhugaa !
Matii nafi tayyi mee lamii koo
Ijolee oromo sirritti aferaa
Wow rabbiin si.fanna ta'uu
Maatii naaf ta'ii sanyii koo
Bunafi nagaa hin dhabiini sanyii koo matii nafi tayyi mee
Baga nagadhan dhuftee
Matii nafi ta'ii qomoo
Maatii naaf ta'ii sanyii koo
Guddadhu goota keenya
😍😍😍😍😍😍 guudadhu
❤❤❤❤❤❤
Seenuu teenya gudadhu
Jabbadhu qashati❤💚❤💋💋💋👌
Sabotuu oromoo jiradhuu !!!!!!!!!!!!
woowwoow senuu waqanii sii ya gudisuu
Zed mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍💞💔
Matii nafi tayyi mee sanyii koo qommo koo
Cimina sammuu qabaachuu ishee natti mullata ,guddadhu qaxalee oromoo
kunoo siif dhufeera
nuf gudadhu 🌳❤🌳
Lamiko matii nafi tayyi mee lubbuu
Wawoo💗💗💗💗
Billu maattii naaf tahhii
Matii nafi tayyi mee lammiko
Bareduuu 💖💕😍💯💋
Qaxaleeeee abbbaaa keti
ሰልፊ እንነሳ አለሽ 😂😂🤣🤣
Kkkk
Gudadhu feenii
Gudadhu ❤❤
Matii nafi tayyi mee sanyii ko
Welcomeee......
❤❤❤❤❤❤❤❤jiradhuu yomuu ❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💯💯💯💯💯❤️🩹❤️🩹❤️🩹
Dhaloota Qubee Qaroo
vaalentiinaa OROMOO YOON JENNEEN HOO?
Matii nafi tayyi mee lubbuu qommo ko
Bulii ,umrii dheertuu nuuf jiraadhu.
Ila hamaa irraa hafi.
Mati Naf Ta'i Sanyii Ofii
Guudaaduu Yaa
Matii nafi ta'ii qomoo koo