Hojii boonsaa,baay'ee nama ajaa'ibuudha! Aartii Saba koo saba bal'aa,garuu seenaan isaa hin dubbatamne,hin barreeffamne......amma immoo Ijoollota qaqqaxalee,qaqqaaliiwwan akkanaa kana arguu kootiif hedduun gammade! Kana irra waan bal'aa isaa isin irraa nan eega! Bravo Qubee Generation#Kiyuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu
Filmii bayee namatii toluu dhugaa kaan oromoo tatee like ❤️❤️
Was filling base namatoluu Laki nuufigoodha😙😙😙😗😍👑❤❤❤❤💕💕💕💕💝
Wwwwwwww akkas iboo ijjoolle yenya nuuf jabaadhaa heddu nuboo harsitan itti fufaa
Uuufffff dhugaa waqaa Filmiin afaan oromoo kanaa maraa ni baredaa jedhee yadee hin bekuu qulqulinaa sagalee qofaa xinnoo qabaa siressaa jajabadha matii kessaan ta'eera❤
Fiimiii
Qulqulinaa sagalee bayee qabaa
Das nama jedhaa oromon hundii like gochuun haa jajabesinu
Bayyee natii tolaa jabadhaa
Mesarah Ethiopian kotu mati nafi tayi ❤️❤️
Masaratii.bilbilaa.kee.naf.erguu.dandeechaa.esaa.jirtaa.anaa.fiqirteedhaa.berut.hiraa.yoo.naa.yadatee
Jabadhaa bayee namatii toloo ijjolee oromoo kotii hundumituu hadhoo kotii😍😍😍😘😘😘😍😍🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🐅🐅🐅🐅🐅🐅
diraamaa eelaatti aanee diraamaan kun draamaa 2ffaadha. dhugaadha diraamaa jechuun kanadha. jabaadha adaraa wal iyyaafanne walii walii keenya wal guddisna, walirraa hin fagaatiinaa. jabaadha afaan oromoo guddisuu keessaatti qooda akka qabannuufis nu hirmaachisaa dhugaadha.
WOW bayyee namati tollaa ammasilee nufii jabaadhaa qomowaani keenaaa❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚
Filmii afaan oromo bayye nama hawatu yero jalabaf dawadhe jabadha qomoko kiyyu number one 💓💓💓💓
Yoomi kotu mati nafi tayi
Mare
Wawww Oromoo koo Jabadhaa bayy'ee tola heddun sin jaalladhaa💓💚💓💞💞💞💞💞🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰Horaa bulaa Sanyiwan koo 💓💚💕💞💞💞💞💞
Wwwoooo Oromoo koo nuf jiradha abo bayee namtii toltuu💯💯💞💞💞💞
Jabaadha itti fufaa isin jaalanna babbareeda nuuf hojjadha
Filmii Afaan Oromoo Kessaa Kaan Akkaa Kanaa Namattii Toluu Hin Argiinee Jabadhaa Oro Koo😍😍😍😍😍
wawa bayye namati tolaa jabadha dhugaa filmii lallee kesa kan akana nati tole hin jiruu filmi afaan oromo kesa itti fuffaa ❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍💪💪💪💪💪💪💪
Wawwwwwwww jecha hin qabu osoon danda'ee like 1000+ isiniif kennayyu jabaadhaa fiilmiin Afaan oromoo guddachuu qaba
Dhuga keti gudisu qabna🥰🙏
Eeggaa oromoffii yaddee porfayelii Oromiyaa ufadhuu
Wwwwww filmii bayyee namaa mijaatuudhaa oromookoo jabaadhaa afaan kenyaa haa gudiisnuu💝💝💝💝💝
Wowwwww bayye namatti tola sanyii ofii jajabadha 💜💜💜💜💜💘💘👍👍👍👍
Woooooooooow diramaa baay'ee namatti tolu fi kan namatti toludhaa jabaadha sagalee qofaa xiqoo sirreessa ijjoollee keenyaa nuuf jabaadha
Wow Oroko bayye namati tola jabadha hoji bayye bareda dhuga 😢😍😍😍😍
Jabadha bayyee namaa barsisaa
Ijoollee oromoo heduu isinii jaladheerraa Fannoo mormaa kesaaan irraa heduu namaa gamachisaa Waaqayyoo isiin haa Eebisuu ❤
Bayyee namatti toltu hundi keessan jabaadha sanyiiwwaankoo ❤❤❤❤❤❤❤💟💟💟💟💟💟💟💟💟
Uuuuffff filmii kana yeroo laman ilalee filmii hedduu namatii toluudhaa jabadhaa jajabeewwan qaxaleewwaan ijoolee oromoo ammas nuuf jiradhaa wali ittii siini gargaruu wan biraa hin qabuu bilbilaa lama qanuu sub isiinif godheeraa baa'ee isini jaladhaa kiyyaa keessumayyuu hedduu nati tolee😍😍
Wawo jara kenyaa Baye Namati toltu jabadha kanuman calati itti Fufa jajabewan kenyaa ❤❤😍😍😍😍😍😍😍😍😍😘😘😘😘😘😘😘
Jaabbaadhaa qaaqaalii waanii keenyaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😘😍😘😘😘😘😘😘😘
Wowwwwwww flimii afani oromoo ellah 2 faa jabadha lamikoo
Ashamaa ashamaa bishaan burqaa sagalee dukkaan nidhagamaa ishedhuumaa xiqoo sagalee foyyessaa mee 🙏 jabbadhaa ❤❤❤
Wowow dirama afan Oromoo akkas natii tolee hinargine jajabadha itti fufaa namatii tolaa 😍😍❤ kiyuuu
Wwwww.bayee namati toltuu jabadha.wolii jajabesa yaa oromoo koo👌👌👌👌❤❤❤❤❤❤
Kiyyaa gobazii dhiraa namaa lencaa koo gotaa dhugaa bagaa caccabsitee💓💓💓💓💓💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
Baay'ee baay'ee namatti tolaa isaan waliinan bowwaa turee anuu. Jabaadha. Waqqayyon siin haa gargaruu
Mashaallah Mashaallaah mashaallah kiyuu jajabee jajabaa nama kiyuu rabbii hadhaa tee siihaafayisuu kiyuu qaallii💯💯💯💯👍
Wawwwww bayyee baredaa
Namati tolaa
Bayyee barsisa dha ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Filmii jechuuni akkasi qaliiiiiii wanikoo satii keessa ilee bay'ee baredda ittii fufaa 💕💕💕💕
Uuuuufffff diraam kana hojii madaami dhisen ilaala olee bayyee namatti tola nuuf Jiraadha Jabadha itti fufaa ❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️
Hanqinaa Filmii afaan oromo yeroo bayee qulqulina sagálee hin qabu videonilee faxellaq jedhe hin mul'atu deebzez jedhe sirreeffadha. Itti fufaa. ..😍😍😍😘😘😘😘😘😘❤💚❤
Addaraa lakki godhafii Ani dhugaa Rabii ijollee oromoo barabadee lakii godhafi
Woooow wooooooooooow hojii boonsaadha jajjabaadhaa itti fufaa
Bayyee dasi nama jedha amalee itti nufi dabalaa sinin jaladhaa qommoo koo ❤❤❤❤❤❤
Fiilmii addaati! Afaan oromootiin fiilmii akkanaa arguu kootti guddaan gammade!...Taatonni hundi keessan in dandeessu yoon jedhe isin hin ibsu!...keessumaayyuu "Kiyyuu" jaalladheera!...Kana caalaa waan guddaa isinirraa eegna! Eebbifamaa!
Nimnoo kotu mati nafi tayi ❤️❤️
Saggale siresa 9:4.......kanara bayye das namaa jedha itti fufa ijole oromo 😘😘😘
Uuuuuuuff maal jedhee akka dubadhuu hin bekuu naaf jiraadha
Oromoo tiyyaa ❤❤❤❤❤❤💯💯💯
Woow baayyee namatti tola garuu siidaan kun beddeelledha mitii 😍😍😍😍😍😍
Wowo dhuga rabii baaye toko namtii tolaa jaabadha hedu nama hawta❤️❤️❤️👌👌👌
Hojii boonsaa,baay'ee nama ajaa'ibuudha! Aartii Saba koo saba bal'aa,garuu seenaan isaa hin dubbatamne,hin barreeffamne......amma immoo Ijoollota qaqqaxalee,qaqqaaliiwwan akkanaa kana arguu kootiif hedduun gammade! Kana irra waan bal'aa isaa isin irraa nan eega! Bravo Qubee Generation#Kiyuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu
Wawawawuuuuu.diramaa.kessaan.baay'ee.namatii.tolaaa.nuufii.jiradhaa👍👍🙏🙏❤❤❤💚💚💚💚💚💯💯
Wowww. Dhugaa baay'ee namattii tolaa jabaadha ❤😍
Wowow film aja'ibaati bayyee nama hawwataa jabadhaa 😍😍 sena fi kiyaa😭😭 bayye isiin diqisifadhaa❤
Heddu namatti tolla nu jajabadhaa waqnni issin haa eggu ❤️❤️❤️
Dhugaa seenaa jetee yoo botuu Dhugaa fakati garuu dhiratii Dhugaa namaa jalatuu hin jiratuu jabadhaa
Wow hedu hedu baredaa jabadhaa Oromo tiyaaa sagalee xiqoo siresaa bayee baredaa jabadha Oromo
Wowwwwe lammii keenyaa baay,ee baredaa nuuf jiradhaa jabbadhaa oromoo kooooo
Omg maluman isinin ja dhuga rabbi filmi afan oromo akati nama tolu arke hin beku 😢😢😍😍
Wlawawawawa,bbb jabaadha baay'een gaddee garuu dhumnii isaa.naa gammachisee,hundii keessanuu baay'ee ciccimodhaa jabaadha kanan caalatti itti fufaa,1ffaa: Kiyyuu tuu baay'ee garaa naa nyateeyyuu garuu deebiseemmoo bbb gammadee,Kiyyuu 1st❤👏👏👍
Dhugaa bayee namitii tollaa ijole biyaako afan kesanii bonukesan bayee namaa hiawatha jabadhaa
Dhugaa ilaalee hin xumurre jalqabni isaatuu hedduu miidhaga.oromoon akki jedhu waan hundeen toletu............... Jabaadhaa♥️😍
Wwwwww kiyyuun
You are very hard
I love u kiyu😘😘
Yeroo duraattif filmii afaan oromoottin hojjetamee ilaale xumuree bay,ee namaattii tolaa jabaadhaa qaaliwaan koo
wooow xajjooyee dhugaa rabbii baayyee nattii tolee broye jabaadha ijollee cooraa😍😍😍💔💔💔
Baayyee namatti tola diraama keessan Jabaadha sanyiiwwan koo💔💔💔💔💔💘💘💘
Jabadhaa bayee namatii tolanii ❤️😍❤️❤️😍❤️❤️😍❤️😍😍😍😍
Wooooow dhugaa bayyee namatti tolaa jabaadha oromoo koo🥰🥰🥰🥰
Filmii bayyee bareeduu namatti tolaa jabadhaa itti nuu fufa😍😍😍
Ati Naaf wooow😘bayee namaati tolaa jabadhaa qomoo koo.
Jabadhaa ijolee oromoo jajabesaa layin sherii godhatii artii ijolee kenyaa itii haa gamadanii gqmachisaa 😍😍😍😍😍
wawawwawa bayee film nama dhiob ujuu nqama ti trolaa thanks
Woww dhugaa bayye namatti toltuuu oromo koo 😘😘😘
Jalqabbii gaariidhaa wanna guddaa egnaa oromoon marti sin irraa......🥰🥰🥰🥰😍
Bayye namati tollaa jabadhaa keessatuu dirama kumandoon fa'a bayyinan hin qabnuu wan ta'efi itti cimaa hojjadha ❤️👌
Wowww baayye namati tola jabbaadha qommooko ❤❤❤❤❤❤❤❤
bayye.bareda.jabadha.itti.fufa.afaan.oromo.walin.hagudifinu.❤❤❤❤❤❤❤❤❤👌👌👍👍
Wwwee
Sagaleen haa sorraa’u malee baayee namatti tola jabaadha waan kana caaluun sin eegna
Waaaw Oro baayee namaati tiltu sanyiwaan Koo itti fufaa sagale nuuf sireesaa ❤️💚❤️😘
Wowww heduu namati tollaa jabadhaa qaqaalliwaan koo 🥰🥰🥰🥰🥰💞💞💞💯💯💯💪🏿💪🏿💪🏿✅✅
Woww edduu namati toltuu kessatuu kiyyaa jabbadhaa ittii fufaa 🤪💪💪💪💕💕💕💕
Kiyuu ykn boonii kuni filmii kana bareechee jiraa😘qalbii kiyya ilee itti naa rifate namni lakkoofsa abbaa Gadaa Bayyaan sanbatoo qabadaan naa ergaa kiyuuti jaarsummaa erga dhaa😍😄
😃😃
Kkkkkkkkkkk dubbiin cimtee 😂😂
Anu sii dhaqa hin rakkatiin
🤣🤣🤣🤣🤣💪💪
Jabaadhaa oromo koo baayyee bareedaa, maloo likee tuqaafi adaraa Oromummaa
Jabadhaa bay'eee namati tola 😍😍😍💕💕💕💕👌👌 ittii nuf fufaa
An bayee antii tole film oromo keessaa kaan akkaa kana sirtii hojetamee hin jiru yoon jeedhe soba hin tahu jabadhaa ittii fuufa ❤🧡🧡🧡🧡❤❤❤❤❤
dhugaa dubbachuf filmin kessa akka filmi afaan oromoti rikeerdii cabsee jiraa jabaadha itti fufaa ijollee oromoo kotu💘💘💘💘💘💘
Jabadhaa bay'ee namattii tolaa Halumaa kanaan ittii fuufaa Artii Afaan oromoo guddisaa
Wow baay, ee namati tola jabadha ijole oromo😍💝💗👍👍👍👍👍
wow nice film realy i like it👌👌👌👌👍👍
Wowowowowowowowowowo......bayyee bayyee namaat tola ijoollee keenyaa nuuf jajjabadhaa❤💚♥️
Uuuuuuuuuuuuffffff waan bayy'ee namati toludhaa garuu obboletiin sifuu du'uu shituu badee maale itii fufaa injifatee galuun saa waan bayy'ee miraa namaa kakasudhaa jabadhaa kutaa sadafaa saa obsaan egnaa
Uuuuuuuuuuuffff biyee baraa namaa rasaa jabadhaa lamii koo
ዋው በጣም ደስ የሚል ፊልም ነው በርቱልን❤️❤️❤️❤️😍😍😍😍😍😍👍👍👍👍👍
Wow bayee baredaa jabadhaa ittii fufaa filima habashaa laluu dadhabnee
wow bayye namatti tolaa jabadhaa wan hangas namati tolu hin fakatuyyu garuu kan yadame calati namati tolaa nuf jabadhaa
Fiilmii Kan dalagee kiyoo qofaa Kawan himaa silaa Nama dhiibatu kiyo tokotii dulaa moo irraa Hin baresuu Aboo kiyoo jabadhu💯💯✅
Woww baay'ee gaariidha jabaadha I like it 💕💕
Osoo ilalee hin fixinii gammadee filmii dheraa hojjachuu kessaan bayee bayyee gamaderaa jabadha jajabewwaan koo
Uuuuuffff dhuga filmi afaan oromoo kan akka kana itti gamade hin garre bayye bareda jajabee koo nuf jabadha akka baredati xumurame garu sagalee kessan nuf siressa xiqo
Dhagaa
Uuuuuuuuuuuuufffffffffffff kiyyuun baayye obsa nadhowwate maalo
jabaadhaa baayyee natti toleeraa nuu jabaadhaa mee!!
Akana ilmaan oromo jajjabadha hojii bareeda dalugu jirtan isiknin bonaa nuf jiiraadha
Jaalala dhugaa senaa fi kiyoo ka isani kana osoo aragee malii qabaa yaa rabbii💔💔💔💔😢😢😢😢
Jabadha bay'e berredda nu jiradha qomo wani koo
Uuuuuufff oroomooo koo hacee ko gubadhee anii ❤️💚❤️
Welcome oromoo jabadhuu rabbiin sii garagaaruu haayyaattii
Nama boonsituu oromoo koo akkanumattii nuuf cimaa jabadha uuufff garuu nama boochisaa maaloo 😭😭😭😭garuu maalii waansaa dubbiin dhuma irraa suni na aja'ibe nan boohes nan kolfes 😭😭🤣🤣😭😭❤👌
💝💝💝💝💝😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Dhugaa heddun namatti toltan haasaan kessaniyyu hedduu miawa filmi eelaatti aansee kanatu na gammachise jabaadha walwajjin jirra 💌💌🎁