Meetii Haylee Dibaabaa - Tuquu Laata? - New Ethiopian Oromo Music 2019 [Official Video]

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 9 ก.พ. 2025
  • GEM Tv :- Meetii Haylee Dibaabaa - Tuquu Laata? - New Ethiopian Oromo Music 2019 [Official Video]
    Check Out New Ethiopian Music Videos by Golden Ethio Music.
    Subscribe GEM:- / goldenethiomusic
    Facebook:- / golden-entertainment-2...
    Telegram:- t.me/goldenent
    Instagram:- / official_golden_ethio_...
    #GoldenEthioMusic #EthiopianMusic #GoldenMusic
    Subscribe Today and Get All Your Favorite Music.
    Any unauthorized use, copying or re upload of this content is strictly prohibited.
    Copyright ©2019 Golden Music.

ความคิดเห็น • 701

  • @ኦሮሞነትኩራትነው-ጘ1ኰ
    @ኦሮሞነትኩራትነው-ጘ1ኰ 4 ปีที่แล้ว +24

    ደስ የምለኝ የኦሮሞ አርትስቶች ዱቄት አይጣቀሙም በራስ ማተማመን እንዲ ነው ምርጥ ያበጋዳ ልጅ አለባበሰቹ በታፋጥሮ ምንም ቃላም ሰቶላቃለቁ ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @AbdulmutalebIshagmusa-ir9pe
    @AbdulmutalebIshagmusa-ir9pe หลายเดือนก่อน +1

    I'm from Sudan🇸🇩
    I don't understand oromo language
    But I love oromo music
    I want learn oromo language
    It's so amazing❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ethiopiamamaye5591
    @ethiopiamamaye5591 3 ปีที่แล้ว +23

    አማራ ነኝ ኦሮሞ ውስጤ ነው ማንኛውም ኢትዩጲያዉይ ደሜ ነው ዝም ብየ እወዳችኃለው።

    • @destamekonnen7020
      @destamekonnen7020 2 ปีที่แล้ว +3

      ጎበዝ እንዲህ ነው።እትዮጵያዊነት

  • @doftadofta6223
    @doftadofta6223 5 ปีที่แล้ว +2

    Uuuuuuuuuuuufffffffiiii muziqa kana lale hin qufu galoo koo nafi aferaa kanani

  • @TesfayeKekeba
    @TesfayeKekeba 5 ปีที่แล้ว +25

    aboo warri showaa kun waggaa milliona jiraadhaa the icon of oromookoo

  • @lovelytube5750
    @lovelytube5750 5 ปีที่แล้ว +2

    Mucattin ofifuu qimamii wahitii qalbii namaa fuutii🤔 sagaleen ishee 100/100 qalbii koo fudhaatera metii damma wahitii atii ammalle kan kanarra bareduu akkaa as bafttu abdii qabnaa😍😍🤗

  • @seenaawakejirawary5999
    @seenaawakejirawary5999 5 ปีที่แล้ว +50

    ጥሎብኝ አስር ጊዜ ካልሰማው ኮሜንት አልደፍርም የኔ ጫልቱ ደሜ በጣም የሰጠ ነው ኡፍፍፍፍፍፍ ዘንድሮ ዶሮዬ መስማት ካቆመ ተጠያቂዎቹ እናተ ውብ ኦሮሞዎች ናቹ ተጠያቂ በነገራችን ላይ ለየት ያለ ነው ሁለነገሩ የት ነው

  • @biraaneeshawwaarb601
    @biraaneeshawwaarb601 5 ปีที่แล้ว +2

    Metii koo bareduu koo jabadhuu bayyee namatii tolaa sirbii kee gizee bayee iraa dedebi.ee dhagefadhee qufunii dadhabee💞💔💔💔💔💔🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷

  • @margeetaresa9715
    @margeetaresa9715 5 ปีที่แล้ว +3

    Jabadhuu saanyii ofiiUuuuuphaaaa a bareduukoo

  • @onelove8524
    @onelove8524 5 ปีที่แล้ว +29

    በጣም ከወደድኩት ዘፈን ውስጥ አንዱ ይሄ ነው።በጣም ቆንጆ ነው

  • @sifantasfayee4082
    @sifantasfayee4082 5 ปีที่แล้ว

    Wow ijjolee shawaa ijjolee bachoo akkasii kuno raganii bayyee namatii tolaa metiyee koo

  • @waketolesa1764
    @waketolesa1764 5 ปีที่แล้ว +1

    wowwwwwwwwwwww waan bayye sira egna sin dhaloota qube .............bayye jaladhera

  • @ኦሮሞነትኩራትነው-ጘ1ኰ
    @ኦሮሞነትኩራትነው-ጘ1ኰ 4 ปีที่แล้ว +5

    ወይ ህን ሙዝቃ ስንቴ አያሁት በጣም ተማችቶኛል ልጅቷ እረሱ ስታምር ❤️❤️

  • @obsinaanalexobsinaanalex13
    @obsinaanalexobsinaanalex13 4 ปีที่แล้ว +1

    Wow bayee namatii tolaa sirba kana yeroo hunda dhagefadha garu hin qufu galunis qashitidha

  • @mariebelle6460
    @mariebelle6460 5 ปีที่แล้ว +1

    Ebaddeee malii godhaa qabbiii naa hattee sirbii kunii bay,ee garraa rassee akkami ta,aa qabbii namaa fudhaa bay,ee jalalaala 💖💖💖💖

  • @sofisofi9583
    @sofisofi9583 5 ปีที่แล้ว +10

    Wowwwwwwwwwwww bagommaan Oromo ta'ee ijollee Oromo nufii jabadhaa

  • @hawwiidarajee2303
    @hawwiidarajee2303 4 ปีที่แล้ว +1

    Galoo maloo maloo maloo
    Sirbaa baay'ee namati toluu
    Nama madaa qabuu garuu ittini tuqixee 😘😘😘😀😍😍

  • @sesayeth9433
    @sesayeth9433 5 ปีที่แล้ว +28

    ሰላም የእኔ ውዶች ኦሮሞ ሆኜ ግን ኦሮምኛ መፃፍ አልችልም ሙዚቃ ሲሰማ ውስጤ በጣም ይራባሻርህ😂😂

    • @yirgayasinbogale8748
      @yirgayasinbogale8748 5 ปีที่แล้ว +1

      Sesay Eth እኔም ልክ እንዳቺው ነኝ 😎

    • @sesayeth9433
      @sesayeth9433 5 ปีที่แล้ว +2

      @@yirgayasinbogale8748 አይዞሽ ውዴ

    • @dirshateka3721
      @dirshateka3721 5 ปีที่แล้ว +1

      Enam edache eta

  • @አኢሻቢንትደረጄሙስሊምነኝ
    @አኢሻቢንትደረጄሙስሊምነኝ 4 ปีที่แล้ว +11

    😂😂😂ወይ የምን ጥፊ ነው ደግሞ እያመሽ ከመጣ መጠየቅ መብቴ ነው የት እንደነበረ ሆ 🤣🤣🤣😍😍😍😍በጣም ደስ ይላል በርቱ የኔ ውቦች ኦሮሞ ሆኜ ኦሮምኛን ትንሸ ማንበብ እንጂ መፃፍ አልችልም በጣም እናደዳለሁ መፃፍ ባለመቻሌ ማውራት ግን በድንብ እችላለሁ መፃፍ አስተምሩኝ እሰኪ በአላህ ውድ የኦሮሞ ልጆች ❤️👈😍😘😘😘👌

  • @dammituudajaneedammituudaj2240
    @dammituudajaneedammituudaj2240 5 ปีที่แล้ว +1

    Wwwwwwu bareduu wayiiiiiii jabadhu akkami bareduu oromo koo wani hundani bareduu dhugaa

  • @nimonakebede8483
    @nimonakebede8483 5 ปีที่แล้ว +1

    SIRBA ammayya'a fi yeroo eegee bahee jabadhuu

  • @eeesss7012
    @eeesss7012 5 ปีที่แล้ว +5

    ቆቆውን በላቀውም የወለጋ ኦሮሞ ነኝ ግን ዘመዶቸን አላቃቸውም ሞዚቃው በጣም ያምራል

    • @eeesss7012
      @eeesss7012 5 ปีที่แล้ว +2

      @ማርታ ሸዋንዳይ አባቴ ሞቶብኝ ነው እኔ ያደግሁት አማራ ክልል ወሎ እራያ ነው እናቴ አማራ ናት ብፈልግ ባስፈልግ አላገኛቸውም ለምን እደሁነ እኔም አልገባኝ

    • @ethiopiaethiopia672
      @ethiopiaethiopia672 5 ปีที่แล้ว

      @@eeesss7012 😢😢 ayizosh ❤❤❤

  • @gravitymobile7364
    @gravitymobile7364 5 ปีที่แล้ว +2

    Jabaaadhu itt fufi bareedu koo

  • @lovemusic-yw7xd
    @lovemusic-yw7xd 5 ปีที่แล้ว +3

    Wow atu marattu tana bayye bareeda

  • @leiladaw3746
    @leiladaw3746 5 ปีที่แล้ว +3

    Bayee bareedaajabadhuu

  • @siifanmucaatewahido8355
    @siifanmucaatewahido8355 5 ปีที่แล้ว +1

    Waw shawaa koo kana kuno orjinalii kan ta'e naannoo koo na yaadachiiste

  • @hayyudabala6703
    @hayyudabala6703 5 ปีที่แล้ว +1

    baay'ee bareeda sirbaa aadda shawa kan sirritti callaqisedha baay'ee namatti tola wow wow nuu jaabadhuu meetii koooo

  • @elsuu3983
    @elsuu3983 5 ปีที่แล้ว +79

    Malooo micayooo kan anii guyyati 10 oll dhagefdha ❤❤❤❤❤❤
    Galooo maloo maloo 😂jedhe gafanani 😛😍 jedhe gafanan lafa naa busee kabalni 😢

    • @w0rkineshtufa636
      @w0rkineshtufa636 5 ปีที่แล้ว

      Yőmï ø/r Gal የ ቶም አፍቃሪ kkkkkkkkkkkkkkkkk dammeto dha ol fudhi jedhin anu naa kofalchiste

    • @elsuu3983
      @elsuu3983 5 ปีที่แล้ว

      @@w0rkineshtufa636 😉 kottu yoo ragada dandese😛😂

    • @biniamgoshu3789
      @biniamgoshu3789 5 ปีที่แล้ว +1

      Anis Akkuma kan keedha .raajidha

    • @HiHi-eb1pp
      @HiHi-eb1pp 5 ปีที่แล้ว

      @@biniamgoshu3789 kkkk.dhugaa

    • @lammiibaayisaa8365
      @lammiibaayisaa8365 5 ปีที่แล้ว

      Q

  • @classicuser926
    @classicuser926 5 ปีที่แล้ว +6

    Wowowowowo qallii sanyiii ormoo jabaduu bareduu akka bifaa jituu ojjin keree akuma keetii

  • @seenaawakejirawary5999
    @seenaawakejirawary5999 5 ปีที่แล้ว +41

    ቆንጆ አይገልፅሽም 💃💃💃💃❤💚❤💚👏👏✊✊✊✊baay'ee baay'ee baradhaa 👏👏👏👏

    • @feefee3959
      @feefee3959 5 ปีที่แล้ว

      😝😝😝😝😝😝

    • @tigistishawatube9225
      @tigistishawatube9225 3 ปีที่แล้ว

      @@feefee3959 maati nafi tai mee sanyii koo

  • @bizmarkoviladmir8510
    @bizmarkoviladmir8510 5 ปีที่แล้ว +5

    I just From SELALE OROMIAN. LOVE and RESPECT for Meetii & Woliso Oromo.

  • @teshomelemu1115
    @teshomelemu1115 5 ปีที่แล้ว +66

    Sirba baay'ee namatti toluudha. Aadaa Oromoo akkasitti waan ol kaasteef, olka'i, guddadhu.

    • @ajmanajman5448
      @ajmanajman5448 5 ปีที่แล้ว +1

      Wayyoo dhugaa baayyee namati tolaa Jabadhu luubbuu too

  • @oromoongaraalaafa5189
    @oromoongaraalaafa5189 5 ปีที่แล้ว

    Bayyee namatti tola jabaadhu mucaa biyya kiyyaa

  • @fayyisetasfyee38
    @fayyisetasfyee38 3 ปีที่แล้ว +3

    Shawa Koo ❤️❤️❤️😍😍😍

  • @shueybabdu4503
    @shueybabdu4503 5 ปีที่แล้ว

    Woooow omg bayeee namatii Toltaa Itii Nu Fufii Jajabadhuu Waqayoo Si Ha Gargaruu

  • @abdizewde6867
    @abdizewde6867 4 ปีที่แล้ว

    woow sirba akka kana jaladhe hin beeku ...bayye barreda barredu koo jabadhu❤❤❤

  • @makiyyiabatiy5680
    @makiyyiabatiy5680 5 ปีที่แล้ว +12

    ሣይገባኝ 2 ሙሉ ያዳመጥኩት ሙዚቃ ነው ምርጥ ነው 👌👌👈🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

  • @abebemegersa4712
    @abebemegersa4712 5 ปีที่แล้ว

    Meeti baay'ee bareda jabadhuu adaallee kan qabuufi kan egedha

  • @tadilove7310
    @tadilove7310 5 ปีที่แล้ว +4

    Waw really it's amazing song thanks sabbontu oromooo jiradhu sirbaa adaaa ofii calaqisisuudha galatomiii

  • @senafbontu1374
    @senafbontu1374 3 ปีที่แล้ว

    Sabotu jabadhu bayee sijaldha

  • @mogesregassa9460
    @mogesregassa9460 5 ปีที่แล้ว +31

    The oromo people has beautiful culture that have been eliminated for many years but still surviving those assimilation and stepping back to it's origin. Great, honest and humble people of Ethiopia in East Africa.

    • @ajmanajman5448
      @ajmanajman5448 5 ปีที่แล้ว +2

      Wowwwwww baayyee namati tolluu Jabadha kaa qashtii koo waan sin Jalaladha

    • @MikeMike-bc7jg
      @MikeMike-bc7jg 5 ปีที่แล้ว +1

      With God Everything is possible.

    • @MikeMike-bc7jg
      @MikeMike-bc7jg 5 ปีที่แล้ว +1

      With God everything is possible. One country, one people, and one Ethiopia.

    • @MikeMike-bc7jg
      @MikeMike-bc7jg 5 ปีที่แล้ว

      Yezary hulet amet social media sele Ethiopia zegnage yehone neger neber yemiyasayew. It was inevidable. Dess yemil neger lemayet slabkan egziabhar, yemesgen. Yemebatachin tebakinet ayelyen. Wede alefew meat egziabhar aymelisen. Fekirin yesten. Amen.

    • @gammachumerga4548
      @gammachumerga4548 2 ปีที่แล้ว

      @@ajmanajman5448 pPP∆0p00

  • @meetiikoohd5863
    @meetiikoohd5863 5 ปีที่แล้ว +1

    Galatomaa umurii Haaraageessaa Naa Jiraadhaa.

  • @cyntoyahou7983
    @cyntoyahou7983 5 ปีที่แล้ว +9

    Wowwwwww akkasi jabaadhu saboontu oromo bareeddu koo bayyee namatti toltaa waan ofii koo❤💚❤❤😘😘 jabaadha ijoollee oromo hamtuun isiin hin argiin🙏🙏💪💪😘😘❤💚❤💕💕🌹💃💃

  • @husseinsi_pad8681
    @husseinsi_pad8681 5 ปีที่แล้ว +1

    Wowwwwwwwwwwww bayee namatii tolaa nuu jiraa dbaa sobonatuu tenyaa

  • @sinboonekaasvv9901
    @sinboonekaasvv9901 5 ปีที่แล้ว +1

    Wowwwwwww bayyee bareeda nuuf jiradhuu sabontuu oromoo 💔💔💔💔💔💔💔👈❤❤❤❤❤❤❤❤❤💟❤💟💟💟💟💟💟💟👈💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

  • @talilasi6519
    @talilasi6519 5 ปีที่แล้ว +4

    Woowww wooww bayyee namatti tolaa itti fufii bareduu koo

  • @የኔፍቅርብቻ
    @የኔፍቅርብቻ 5 ปีที่แล้ว +2

    Galoo maloo maloo Echaa Galata galan jedhe gafan
    Lafaa naa busee kabalan🙊✋✋✋✋✋✋✋
    😘😘😘😘😘

    • @alijemal5502
      @alijemal5502 5 ปีที่แล้ว

      Kkkkkkkkkk kunis sirbaa mo waanta akkana kana maalifi yu tube irra fidan silaa kun guraa namatif hin toluu waan hikaa hin qabnee jedhanii sirbus dhufee jira silaa nutii as hin fidina muziqa akkana kaniin gaara yu tube nuf hin tanee waan nama hawatuu fenaa maale sibuma akka maale kanaa fidanii gaad hin dhisinaa

  • @taddelchbirhanu4939
    @taddelchbirhanu4939 5 ปีที่แล้ว +5

    Wow bay'ee namatii tolaa baredduu wayii jabadhuu love you from Beirut

  • @naajiitube2190
    @naajiitube2190 5 ปีที่แล้ว

    Meetiikooo akkattin si jaalaadhu. Naaf jiraadhu. yoo gara Bishooftuu dhuftu Na beeksisi sin Barbaadaati.

  • @mogorodadi3533
    @mogorodadi3533 4 ปีที่แล้ว

    shubbistoonni kee hundii waan machaani jiraan nattii fakakataa ,jabaadhuu

  • @saboontushawa.intaalabacho7384
    @saboontushawa.intaalabacho7384 5 ปีที่แล้ว +3

    Wow Baayee Namatti Dhugaa.Dhageegedhe Qufuu Dadhabee Dhugaa 😍💖💖💗💗 Sirba Kana Akka Kiyya Yoo Jalaatan Like Tuqa Maloo Adaara ! Meetii Kenyaa Nuf Jiraadhu .Intaala Biyya Koti 😘😘😘😘 Akkanumatti Iti fufi Lubbu Too 💓💓💘💘💘👏👏👏👏👏👍👌

  • @hailegebraileassefa8867
    @hailegebraileassefa8867 5 ปีที่แล้ว +8

    ዋውውውው ኦሮምኛ ሙዚቃ ውስጤ ነው

  • @sifaantube7176
    @sifaantube7176 5 ปีที่แล้ว +1

    Meetii koo bagaa nuf dhufte galooo malooo maloo bayeeeee namaati tolaa💗💗💗💗💗💗💗💗jabadhuu jabduuu intala

  • @simaleetube4024
    @simaleetube4024 5 ปีที่แล้ว +2

    Wowww hedduu namatti tolaa sirbii kee takkaatti Sanyii Taddee Biiruu

  • @bilisumaamulugetaa3948
    @bilisumaamulugetaa3948 5 ปีที่แล้ว +2

    Mato Bareduu koo jabadhu waan koo

  • @kasimtola2021
    @kasimtola2021 5 ปีที่แล้ว +6

    shmare cimituuddhaa jabadhuu yasabontuu oromoo

  • @margeetaresa9715
    @margeetaresa9715 4 ปีที่แล้ว +1

    Barreedduu saanyii ofii 😘😘

  • @sanyiijawee6273
    @sanyiijawee6273 3 ปีที่แล้ว

    Wwwwwww ittii mudii Rabbiin issiin biraa haa jirtuu hunduun kesaan❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️👌👌👌😍😍😍

  • @wudiyeeiloveyoushawaabiyya1129
    @wudiyeeiloveyoushawaabiyya1129 5 ปีที่แล้ว +2

    Wowww baayee namati tolaa jaabadhu baareduu too👍👍👍👍👍❤❤❤❤

  • @olanadebebe1569
    @olanadebebe1569 3 ปีที่แล้ว

    Meti berchi betaley sodo ormian mehonu betam yamral. Soddoo oromiyaa keenyaa dha.

  • @alamiirm5058
    @alamiirm5058 5 ปีที่แล้ว +13

    Meetii koo Anaa dhufuu Bayyee Namatii tollaa jabadhuu Waan ofii koo
    Bayyee ishee jaaladhaa osoo ijaa ishee argee
    😍😍😍😍❤

  • @caaltuuadunya9408
    @caaltuuadunya9408 5 ปีที่แล้ว +1

    Wowww bayye namati tola nufi jiraadhu sabbontu teenyaa 😘😘😘😍😍😍😘😍

    • @hawiiqajelaa4469
      @hawiiqajelaa4469 5 ปีที่แล้ว

      Jartin kuni bay.ee nati tolee metii

    • @caaltuuadunya9408
      @caaltuuadunya9408 5 ปีที่แล้ว

      Eyyeni bayye namati toliti dhugaa samona kana sirbuma ishe dhaggefadha isheni didee gaaffani lafaa ishe buse kabalani and 😁😁😆

  • @keyadhaile4320
    @keyadhaile4320 3 ปีที่แล้ว

    Echaa galtaa galgalaan❤♥️

  • @fatrihoyebetsabochenhadara7366
    @fatrihoyebetsabochenhadara7366 5 ปีที่แล้ว +2

    Metii koo waa hundaa ketuuu baredaa 😘😘😘😘😘😘😘 ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @kubsagerbe8268
    @kubsagerbe8268 2 ปีที่แล้ว

    Gaaloo teenyaa bayyee bayyee isaa namati tola nuuf jiradhu sanyii Taadde Birru.

  • @bizmarkoviladmir8510
    @bizmarkoviladmir8510 5 ปีที่แล้ว +11

    LOVE 4r Meetiyyee and all Oromo from Northern Oromia.

  • @buzebuze5341
    @buzebuze5341 5 ปีที่แล้ว

    Woooowwww barreedu oromoo sagalen kee nama hawata naminisiribi kuni itti tole plc layikI tuqa

  • @birkebulto7971
    @birkebulto7971 5 ปีที่แล้ว

    Woooww sabontuu koo jaabadhuu sirabaa biyyaa kooti akkati namati toluu sirabaa bachoo kenyaa ijolee shawoo ragaduuwani koo Uuuuuuuuuuuumphaaaaa

  • @fireenadhii4764
    @fireenadhii4764 5 ปีที่แล้ว +6

    wawo barredu sagaleen kee baay,ee barreda maloo da,imonni shubbisan kun akkam namati toolu guddadha 😍😍😍😍😍😍😍

  • @galekormekorme720
    @galekormekorme720 5 ปีที่แล้ว +1

    Jabduu koo itumaa dabalii 😘

  • @clickcell383
    @clickcell383 5 ปีที่แล้ว +4

    Kkkkkk lafanabusee kabalanii jabaadhu sanyiitoo muziqaan kee bayyee namatii tolaa

  • @gemechuuberiisoo698
    @gemechuuberiisoo698 5 ปีที่แล้ว +9

    what a beauty and what a beautiful song! The lyric is well composed expressing the intense personal emotion of an Oromo woman married to an abusive spouse. it is entertaining at the same time relaying important message about integrity and family values.
    Meetii, you have the voice, you are beautiful, you have the charisma; lady use this talent to inspire the Oromo community to be civil, high spirited, to coexist in peace with other Ethiopians. Do not use this voice and talent to preach disharmony!!

    • @dammee
      @dammee 4 ปีที่แล้ว

      Nothing about the song has anything to do with living with other Ethiopians. It’s a song about an abusive husband not about being up neft backside.

    • @tigistishawatube9225
      @tigistishawatube9225 3 ปีที่แล้ว

      @@dammee maati nafi tai mee sanyii koo

    • @nunu7353
      @nunu7353 ปีที่แล้ว

      The person who initially committed on here is an idiot. Komata give the advise to your own people first.

  • @abarushagana5231
    @abarushagana5231 3 ปีที่แล้ว

    Wowo so beautiful baayyee garidhaa namaati tola

  • @meseretbadisa152
    @meseretbadisa152 5 ปีที่แล้ว +7

    Wow jajjabee teenyaa jabaadhuu hojii bayyee
    nama boonsuu hojeette😘
    💗💗💗💗💗❣❣❣❣❣

    • @HORAA1DEDIAA1
      @HORAA1DEDIAA1 5 ปีที่แล้ว

      Bayyee ija,ibaa oromo koo

  • @ሱሱነኝየሪያዷቀበጥ
    @ሱሱነኝየሪያዷቀበጥ 5 ปีที่แล้ว +11

    እረ ኡኡኡኡ የትርጉሚያለህ ባህሉ ደስ ይላል ግን ማን ይተርጉምልኝ ♥

    • @feefee3959
      @feefee3959 5 ปีที่แล้ว +3

      የትነው አምሽተህ የምትመጣው ብዬ ብጠይቀው በቦቅሥ ደፋኝ ነው የምትለው😂😂😂😂😂

    • @እግዚአብሄርፍቅርነው-ከ6ወ
      @እግዚአብሄርፍቅርነው-ከ6ወ 5 ปีที่แล้ว +5

      በስተጨረሻ ለይ የሚትለው ደግሞ ይህን ሻበላ ልንካው ታዲያ ሲትል እነሡ ደግሞ እንደትነከችው እደ ይሆኑብሻሃል ነው የሚሏት ክክክ ትንሽ ትንሽ አቃለሁ መሠለኝ

    • @አኢሻቢንትደረጄሙስሊምነኝ
      @አኢሻቢንትደረጄሙስሊምነኝ 4 ปีที่แล้ว

      @@እግዚአብሄርፍቅርነው-ከ6ወ 🤣🤣ጎበዝ ነሽ 👌

  • @hawwiijaalattuuhaacaaluuhu6374
    @hawwiijaalattuuhaacaaluuhu6374 5 ปีที่แล้ว +9

    Jettee gaafaannaanii lafashii buuse kaballaanii Baay'ee namatti tola caqasee hin quufu jabaadhu Meetulaa koo❤❤❤😘

  • @saragutasaraguta7209
    @saragutasaraguta7209 5 ปีที่แล้ว +1

    Wowowow namati tolaa galo malo essa galata galagalani jedhe gafana lafa na buse kabalani ❤❤❤❤😁😁😁

  • @fentahunmuche7954
    @fentahunmuche7954 3 ปีที่แล้ว

    bareedduu oromoo jabaadhu aadaa keenya beeksisi

  • @alemgirmaalem5820
    @alemgirmaalem5820 5 ปีที่แล้ว +1

    Bayyee bareeda

  • @fikadushitaye9395
    @fikadushitaye9395 3 ปีที่แล้ว

    Nufii jiradhuu nufii jabadhu sanyii

  • @asteerachalu2080
    @asteerachalu2080 2 ปีที่แล้ว

    Nafii jiradhuu lubbuu ko 🤏🤏🤏🤏🤏🤏♥️🎈🎈💞💞💞💞💞💞

  • @urjiioromiyatiyya6705
    @urjiioromiyatiyya6705 5 ปีที่แล้ว +9

    Wow bayyee baredaa jabadhuu Galoo malo malo esaa galtaa galalani jedhee gafanani lafaa na busee kabalani😄😄❤❤❤❤😍

  • @saniiwak3889
    @saniiwak3889 5 ปีที่แล้ว +1

    Wow I love you music oromiyaa jabadhaa baye bayyee namti tolaa

  • @telilamesfin4957
    @telilamesfin4957 4 ปีที่แล้ว

    Hedduu namatti tola! Jabaadhu!!!

  • @bayisehundecha4709
    @bayisehundecha4709 5 ปีที่แล้ว +1

    Akkan malle bayye namati tolla jabbadhu wani ummuri ishe haa dhersu jarti sana

  • @dinqituuabdiisaa7617
    @dinqituuabdiisaa7617 5 ปีที่แล้ว +5

    Qaxalee too jabaadhu baayyee das jedha sirbi kee meetiyyee too❤❤❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤

  • @gemechubula8498
    @gemechubula8498 4 ปีที่แล้ว +1

    lovely! hojii bareeda, jabaadhu.

  • @ኦርቶዶክስለዘላለምት-ሠ5ዀ
    @ኦርቶዶክስለዘላለምት-ሠ5ዀ 5 ปีที่แล้ว +2

    Akkas Akkas akkam bareeduu 😙😙😙😙

  • @saradesta2075
    @saradesta2075 4 ปีที่แล้ว

    Baay,ee baredaa jabadhu sanyii

  • @anibaayeeinjaaladhaagoftaa7099
    @anibaayeeinjaaladhaagoftaa7099 5 ปีที่แล้ว +1

    Wwwwwwwwwoooo
    Baayee Gaaridhaa

  • @bilisummaaoromo3586
    @bilisummaaoromo3586 5 ปีที่แล้ว

    Waaaawwuuu dhugaa sirbaa kanaa bayyeen jaladhaa 💗💗💗💗💗💗💗💗👌👈

  • @yaredteshome4047
    @yaredteshome4047 3 ปีที่แล้ว

    በጣም አሪፍ ስራ ነው ትችያለሽ

  • @hiwotfida7145
    @hiwotfida7145 5 ปีที่แล้ว

    WOW amazing song, Oromoo KooUuuuuphaa,Esaa Galtaa,Galgani,Jedhe,gafanani LafaaNabusee,
    👋👋Kabalani,Jabadhuu,,,
    💋💋💋👍👍👌👌

  • @ethiopialoveethiopianlove4233
    @ethiopialoveethiopianlove4233 4 ปีที่แล้ว

    Oromotiti bareduu namatii tolaa sirbii 💗💗💗💗👍💞😍😍😍

  • @ditakebede9532
    @ditakebede9532 5 ปีที่แล้ว

    Kanuma caala jabaadhu.. Mishaadha...

  • @tayeteshomeoromiageoprocess
    @tayeteshomeoromiageoprocess 5 ปีที่แล้ว

    baayye namatti tola jabaadhu meetisha!

  • @aniisiifcell1263
    @aniisiifcell1263 5 ปีที่แล้ว +3

    Meetii koo jabadhu jajabee koo💚💚💚💚

  • @sisaybirhanu4419
    @sisaybirhanu4419 5 ปีที่แล้ว +4

    Dr Liiban Hojii Namatti toluu dha Meetii Jabaadhu baay;ee sirraa eegnaa SADEEN SOODDOO

  • @panafpride1109
    @panafpride1109 5 ปีที่แล้ว +11

    May WAAQAA bless honest souls all over the WORLD. AMEN!!!

  • @marshet347
    @marshet347 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuuuuufffffff bayee sii jaladhaa lubuyee nuufii jiradhuu galoo maloo