Uffffffff 😢wollahi wan sihirin kun nama gootu isa argetu beka wa'en kana media hundarrati dubbatamu qaba namni kenya hubanno hin qabanu ammas namni ijoletti hin hojjatamu jedhe yaada 😢 sirriti irrati hojjadha kassatan akkata ruqiya ofi ofitti godhanfa
Wollahi ustaaz ibsa baayee jaaladha garuu nutti baayina malee walkabajuu fi walguddisu akka sabaat hin qabnu osoo ormaa birra tatee view sa million ture waan nuuf dhiyeesitef zaadpodcast ❤ thank you❤
Ustaz ibsaa ni jaalanna waan ta'eef qophii baay'ee irratti nuuf dhiyeessi. Ustaz ibsaan kennaa addaati qaba. Rabbiitu jaalate. Kanaaf Ustaaz ibsaa qophii baay'ee irratti nuuf dhiyeessi
Qophin kessan baye midhagadha afaan amariffat hikunis barumsa kana umata bayyetu barata afaan amariffati hikaa dhihessafi ❤❤❤
Sallallhu alleyyi wasallam Sallallhu alleyyi wasallam Sallallhu alleyyi wasallam Sallallhu alleyyi wasallam Sallallhu alleyyi wasallam Sallallhu alleyyi wasallam ❤❤❤❤❤❤❤❤Sallallhu alleyyi wasallam Sallallhu alleyyi wasallam Sallallhu alleyyi wasallam
Yaa rabbiin nu tiysi
Dhugaa keessanii wlh wa,ee dhimmaa sihrii kanaa namnii irraa dubbatuu hin jiruu akkumaa isiin jettaan yeroo ammaa kanaa addunyaan sihriin baddee jirtii keessattuu tateen biyyaa yamaan magalaa sanaa keessattii demuu jiruu hedduu takkaa jiruu namaa jibisiisaa kanaaf wa,ee sihrii kanaa ilalchisee guyyaa guyyaan barnootaa osoo nuuf dabarsitanii bay,ee bareedaa
Sallallahu aleeyyihi wassallam sallallahu aleeyyihi wassallam sallallahu aleeyyihi wassallam sallallahu aleeyyihi wassallam sallallahu aleeyyihi wassallam sallallahu aleeyyihi wassallam sallallahu aleeyyihi wassallam sallallahu aleeyyihi wassallam sallallahu aleeyyihi wassallam
❤ Uztaaz keenya Maashaa Allah baay'ee isin Jaalladha inshaa Allah rabbiin umrii keessan haa dheeressu❤🎉🎉
Allhu akbari Allahu akbari suban allaaha
Mashaa'allaah Mashaa'allaah rabbiin isaan irraa haa jaalatu
اللهم صل وسلم وبارك على نبينا وحبيبنا محمد صلى الله عليه وسلم
mashaallah ❤wly allahan sira haa jalatu❤ittis sif haa dabalu❤
Sallallaa Aleeyhi wasallam sallallaa Aleeyhi wasallam ♥️ ❤️
Saallaallahu Alehyii waasalam Saallaallahu Alehyii waasalam maashallah Maashallah taabaraka 💝 jzk
dhugaa keetii yaa shakh kenyaa
Mashaa Allah mashaa Allah Rabbi isii haajalatu janata urimi dheera Rabbi isii Haa haafaquku❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla 🎉🎉🎉🎉
Yaa Rabbi gahaan keenna sima ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hasbun allh wanimal wakkil ☝ jazzakkallahu keyraan usutaz
Sallaallaahu aleeyhi wossaallaam sallaallaahu aleeyhi wossaallaam sallaallaahu aleeyhi wossaallaam 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Sallallahu aleyhi wosallam ❤❤❤❤
Maashaa'allaah tabarakarrahmaan Ustaaz ibsa rabbiin isin irraa Haa jaallatu jazaa kessan jannata Haa ta'u. Isinis warri qophii kanaaf affertan jzk akkaataa gaaffii keetii Deebii ustaaz ibsaa Maashaa'allaah nuuf jiraadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Masha Allah ya ustaz Kenya jaallatama fi kabajama atis galatomii kana qophi kana nuf dhihesite jzk ❤❤❤
Rabii sii iraa hajalatuu ishallaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Wlwrwb ❤❤❤❤❤❤ Masha Allah Masha Allah Masha Allah
Masha'allaah tabaraka'allaah dhugaa keessan ustaaza keenya jaalatamaa fi kabajamaa rabbiin isinirraa haa jaalatu
Rabbiin umrii keessan nuf haa dheeressu
Isinis hedduu nuf galatoomaa
Jazaa kumulallah wukeyran❤❤❤
Mashaallah akkanumatti jabadhaa jalallo ❤❤❤❤❤❤
Uffffffff 😢wollahi wan sihirin kun nama gootu isa argetu beka wa'en kana media hundarrati dubbatamu qaba namni kenya hubanno hin qabanu ammas namni ijoletti hin hojjatamu jedhe yaada 😢 sirriti irrati hojjadha kassatan akkata ruqiya ofi ofitti godhanfa
subahaan Allaah yaa rabbi😢😢😢nu eegi ati
Maasha allah maasha allah maasha allah
Maasha allah
Barnoota guddaa irraa arganne ustaaz ❤❤❤
Asselamu aaleeykum werahmatullah webarakaatu jirra jirtuu obboleeywan aakiraa maashaallaah jzk rabbiin isinrraa haa jaalatu kan nuuf dhiheessitaniif kan qophii kan nuuf qopheessitanis ❤❤❤🎉
mashaa alha rabbii umir kesani nufii haa dheresuu fayaa gutuu wolinii bekumisaa kanani isinii haa dabaluuu bayisee inshaa alha nuu jiradhaa hundii kesanuuu ❤❤❤❤❤
Sallaallah Aleyhi wassallam
Sallaallaahu Aleeyhi Wassallam ❤❤❤❤
Maashaa allah 🎉🎉🎉ustaaz ibsaa qaalii namaa
Baga nagaan nuuf deebiitan. Waa'ee jinnii kutaa sadii nuuf dheesitan waa hedduirra barrre jirra. Nuuf galatoomi ustaaz ibsaa fi Z.B❤❤
M.allah ustazaa ibsaa hassan waan hedduu nu barsisttanii rabbiin umrii kessan kessa baraakaa ha kayuu jiraadhaa
Mashallhaa heduu galatomaa umrii nuf dheradhaa❤❤❤🫶🏼🫶🏼
Rabbi umuri isni haa dhesuu 🎉🎉🎉🎉
Maashaa Allah umrii nuuf dheeradhaa ❤❤❤❤❤
Sallaahu Allhehi wassallam ❤
dhugaadha jzkjzkjzk bayee rakkaachaajiraanii Subaanallaah 😢😢😢
Wa'aleeykuassalaam
Warhamatullaah
Wabarakaatuhu
Sallallaahu Aleeyhi wassallam ❤❤
Allhu akbari Allahu akbari allhu akbari Allahu akbari suban allaaha
Mashallhaa ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Masha alh Masha allh ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mash allah 🎉🎉🎉🎉
Subanalhaa yarabi nusatarii lawalaquwata ilabilha
Maasha Allah galatoma Ustaza
Maashaa Allaah Ustaaz Ibsaa fii bektoota keenya hundaa Rabbii Umrii dheertuu keyriin dalagatan Haakannuuf
Mashaa Allah 🥰 🥰 🥰
Mashaa alhaa ustaaz ibsaa hasan nuf jiradhuu walhii
Sallallaahu Aleeyhi wasalam sallallaahu Aleeyhi wasalam
Ustzaa ibsaa rabbi umrii kessaan haa dheresuu insha'allah❤❤🎉
Wlh ustaaz hedduun sijaaladha Rabbiif jacha na keessaa dubbatte umrii barakaa qabdu Rabbiin siif haa khannu
masha allha wan ajaibatii wlhi jabadha umrii nuf dheradhaa❤❤❤🌹🌹🌹
Masha Allah jazakallahu
Maashaa Allah mashaa Allah ustaza keenyaa
Mashaa Allah
Wallahi billahi dhugadha kun waan gaddi xiqqesani lalani miti ummaniwal fixaa jira sihirin
Sallallaahu alleeyi wasalm Sallallaahu alleeyi wasalm Sallallaahu alleeyi wasalm
Saallaallahu Aleeyhi wasaallam
Mashaa'allah. ❤❤❤❤❤❤
Masha Allah ❤❤❤
MashaaAllah MashaaAllah waa bayye baradhe wolahi
Mashaalla mashaalla tabarakalla 🥀🥀🥀🥀🙏🏽
Sallallaahu aleyhi wasallaam
Maashaa Allaah ustaza keen umrii nuuf dheradhaa
Mashaa allah jazakallah
Rabbi umrii krrssani nu haa dheeresu inshaalha irjjii lafarraa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Walekumusalam waramatulahi wabarakatu Mashallah tabarakallah baga Raabin naga dhan sin fidee Nuf jiradha 🎉🎉
maasha allah❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Saw saw saw saw saw❤❤❤❤
Sallalahu Alleehyi wasalam Sallalahu Alleehyi wasalam Sallalahu Alleehyi wasalam ❤
Masha allh Tabarakallh❤❤❤
Jabaadhaa ❤
Yaa Rabbi nu tiksi
❤❤❤❤Rabbiin Risqii fi Ida'amauun Èebbaan walii Yaaduun Mirga isin haatiksuu as wrwbwb Muslims
Musalasal alla Musalasal alla ❤❤❤❤
Mashalhaa rabii sii haa jaltuu kabjamaa nama
ባርቱ የሶው ዛር ኡሀ ኡስታዝ ካልበኖው የምዋዶው ❤️❤️
Ws wr wb Sallallaahu Aleeyhi Wasallam
Maashaa Allah tabaarakallah jazaakumullaahu kheeyran yaa qaaliiwwan kiyya☝️❤❤❤❤🙏
Laa iilaah ilaallah
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
ماشاء الله
Heddu namatti tola rabbi anaafi isiniin haa jedhu
A/ssamad keenna sheekkota teenna maraa as nuu baasi
She/zubeeyri fa'a nuu barbaadi
Sallallaahu aleeyhi wasallam
Jabaadhu zaad bayyee baayye
Maashaa Allaah❤❤❤❤❤
Maashaa allaah
❤❤❤❤masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah
Wlekum salmiin warmatulh wabrakatuu msalhaa Alhaa
Yaa Raabbii atii nuu qaajellichii YAA Allah 🤲 🤲 😭
❤❤❤❤❤❤❤❤😢 subahanallaa subahaanallaa yaa rabii atii nuu tikasii yaa alalhh
Ustaaz ibsa hassan❤
Ustazaa kenyaa rabiin isin huraa hajalatuuu
Maashaalaa Tabarakalaa Rabbiin anumafii Isin haa Jedhuu Rabbiin insha'Allah ❤❤❤
Hayotaan keenya Qaqaliwan ❤❤
❤I Love You so much ibsaa Qaalii Namaa
Sallallaa Aleeyhi wasallam sallallaa
Ws wr wb amiiiiiiiiiiin woliin
❤Maasha'Allah Ustaz Ustaz jkl alhamdulillahi Alllahu akubar