Ani waanti mana murtii aana baddano irra na mudate haalan jirrenya nutti dukkaneyse ammalle halli aana sanii halaan kan jireenya nama jibbisisu wan ta ef me isin warri mirga dhalli nama qabu gafachuu damdeesan me orra deebin rakkina saaxiludhan nuf dirmadhaa me rabbif. Jecha
Dhugaa rabbii qophiin kun Anwar malee bilaash taati. Anwar koo keep it up! You are appreciated❤❤❤
Anis akkasuma jedha
@@SuleeymaShah-wx7oi
Jamalrashid
Jabadhuu jabbaa namaa namaa dhugaaf dhabbattuu Kan akka kee bayyee osoo qabannee biyyii kenyaa amerikaa fakkattii warrii garaaf duttuu gaara ishee mallee ummataf hin yaddan ittii mudii jabbaa ilmaa oromoo🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waw qophii caayaa kun sirrirra waan jiruuf kanuma galatooma
❤mashaAlla jabadhuu hojii baay'ee murtii haqa jabadha.❤❤
Hattuun hanna ofii waan beektuuf hafte.Mootummaa haannaan guuttame rabbi isaan haa qabu.
Jaba abdatan ni qabna rabbiin ijaa hamtu sirraa haa qabu jabaadhu jabaan biyyaafi yartuun garaafi
Anawar Jamal rabbiin lubbu kee nuuf yaa eeguu. Jabadhu jaba keenyaa
❤❤Dhibeen deemtee mana murtii kaayee Minister Fayyaarraa teettee Maamiltootaa
Fayyaan immoo Seerumaan detente Mana murtii ida'amuun hawaasaa gurriis Eegumsaa Adde Lalisee Dassalagn welcome komii Hawaasni gaafa barsiiftan duutis Eegumsaa Eegumsaa OBN hello Dr Gzx Answer Jamal Abbasoo/Garaa
Nuufjiradhuu ilmakeenya
Hayyootaaf minikiin karatti kufee Dhibee waraana Eegumsaa dhoksaa Ogeeyyiin fayyaan faayaa Damoozaa Mammee mana murtii walii government ifaa gurruma Abbaa/haadhatii biraadeemnee Addee MahabubaaAdam
Mootummaan dugdaa Dhibee Caqasii walumaan injifannoo OIB
Abiy Ahmed Stop Amhara Genocide in Oromia region
?
????
Hi
😅😅😅😅😅😅😅
M,m godinaa arsii Kun waan addaa naarraatii raawachaa tuure dhuguumaan hin hoojjaatu abbaa birrii guuddaa keenneef murteessaa beekkaamadha anii gaaru wanan godhui dhabeen ittiidhiisee qabeenkoo kan namni hundii naaf beekuu achiigubaatiin dhabee
Hararg oso nu dhuftan baye gaman
❤❤😂❤❤Deemsis answer Eegumsaa obbolummaan Naasir Faaris aadaafi duudha aswrwb ijjis waraanaaf gurruma wawrwb Osoo deemnee yaadachisii lubbuu aswrwb yaadu wal'ansaa dhibeen walitti debinee freehogganttootaa ABO dadhabina mana murtii seera jigee
.Qophiin Caayaa baay'ee baay'ee nutti tolera yeroo tokkoo tokko magaalaa xixiqqootti Gadi bu'aa haala nukeessa jirru nu ilaalaa Godina jimma aana qarsaa bulchiinsa magaalaa.waachoo bu'uuraalee misoomaa tokko malee hala baay'ee ulfaataa keessa jirti daandiin hareerii M/wacho quunnamsiisu haala rakkisaa ta'erra jira makiinaan tokko.qaata karacharra deemuu dhaabe kan kan namni
Dhuun faan harkaan.karaa qoonfaree bifa baay'ee nama yaaddessuun abbamakiinaa kadhatamee waan dhufuu gadi
Adaraa itti yaadaa irratti nuuf hojjedhaa
Iluu Abbaa boora qoradhaa mana murtii Godina
Anawarii koo wel com ❤
❤ yaadaafi Qalbiinis Santuu Seeraa araaraa Somalia land travel to discuss Seeraafi Heeraanis gzxArrabnii wal'ansaa dhugaa Geejjibumaa kanaaf Mannii murtii Caahaa tokkummaatii!!!!Obn
Waamichaarraa hafanis YAADARRAA magazine
Ani waanti mana murtii aana baddano irra na mudate haalan jirrenya nutti dukkaneyse ammalle halli aana sanii halaan kan jireenya nama jibbisisu wan ta ef me isin warri mirga dhalli nama qabu gafachuu damdeesan me orra deebin rakkina saaxiludhan nuf dirmadhaa me rabbif. Jecha
Allen Mary Johnson Dorothy Jackson Steven
Anaawar rabbii sii haa eeguu Jabadhu egaadhu
Rabbii lubbuu kee sii has tisuu halanin sii jalaadha
Akka nama tokkotti qophii teeysan hedduun jaaladhe jabaadhaa. Hojiin kun cimee itti fufuu qaba.
of egii dhiraa kenyaa
Haayi Mana murti
goota miidiyaa.Dhigaa argadhu.Jabaadhu leenca ija qeerre saa.Sobduufi hattuun oljettee silaaluu hindandeettu..
Jabadhuu
❤😢😮😊
M/m motummaa kam jalajira ani garuu hojataa mamurtiiti ta' e bay ee nagaddisiisa
Akkam jietu qophii caayaa obboo anawar Jamal
Manni murtii waliigalaa Oromiyaa hojjeta deggersaa ykn hojjetaa bulchiinsaa warra Muudama malee waan beeku natti hin fakkaatu! warra muudama qofa irraatti xiyyeeffatu hojjetaa deggersaa quba hin qaban kanas warri caayaa quba nuuf qabaadha!
Sagantaa caayaa maa adda citee????
Betta Kun dhiira namaati !!
ittii..mudii...AnwarikenA
❤❤❤
Wajira polisa Bale Robe kessatu Ganda oda robe oso nuf ilalte ilmi nama wal bekumsan ykn malaqan walif murti kena jira. ilman hiyessa haqa isa argachu dandenye.
caayaa hojiin eegalee hojii daansaaf rakkoo bulchiinsa gaariin yaroo amma balinaan uumata oromoo ga'aa jiru , kan dhiidhibiuf wala'ansa gocha jiru yoo ta'u hordoffiin mootumma yoo hin qabane umurii dheertu kan qabatu mit.
💔💔💔😭😭😭😢😢😢☝
Jabadha.toll.jiradha
Duraan namni ragaa gafaa namaratii.bau sobet kakata hara garuu Mani murti adaa banameraa.yaa tau malee kalesaa namaa ragaaa sobaa siraati bahe mana murtii adaati dhiyesuu ni danda.ama sobdu qabii umatatii basii
Miseensa mission Beekumsii hinarginee dhibeenis diinaa kijibanii lollis ifaa injifannoo Eegumsaa johar Muhammad
Abbaas amiino
mana murtii seeraa kabachisa jedhamee hojjimataaf mootummaa ilaalcha qabu qabu agarsiisa
Manni murtii bilisummaa qaba
Jalqaba waqqayyoo galata Haa fuhatuu itti ansuun Mootummaan Naannoo Oromiyaa Haqa uummataa eegsiisuuf media irratti Gazzexeessaa Anuwar qophii caayaa dhiyeessuun jOBN akka hawwiidhaan akka dhageefatamuu kannen nu godhaan keessaa sagantaa isa tokkoo haa ta'uu malee iddoon rakkoon jiru amma iyyuu adda ba'ee akka kanatti ifun isaa gaariidha Oromiyaa bakka mara keessatti utuu geggeefamee gaariidha Mootummaan ejjennoo isaa kana itti fufee nama kanaaf eegumsii yoo ta'eef naageenya isaa mirkaneessun ni barbaachisaan yaadda koo dha
magala hiraa keesaa rakoohama kesaa jirtiii anawar kara bafnaa janii burqaa abukat qabenyaa namaa lafatii baleesannjiran kabinen akanatii jiiraa kunoo
Hattun hatte jedhe dhufe yaadaa maalii kena.
Komii wajiiraa orimiyaa konstrakshiinii ijaarsaa orimiyaa irraa qabuun isiin hubachisuun barbade akkamiin yaddaa koo ibsuun danda,a
malummaafuu anwasr jamaal bakka milkkii sii has ga'u
Jechaa.oromon.jee.warabesii.wana.halkana.baleseh.fii.guyaa.mukaa.olaa.galtomaa.
Jarri hatuu dha onnee qabanii hin dhufan hojii isaanii beeku .
Seraa maltuu jiraa Oromiyaa keessaa ??????
CAaYAa
Kkkkkkkkk.hin soddaateem
Dhimmi kun eeysattii booda aane obbo Anaawar?????
Binneessa...Biyafixer
Biirottiis deebi'u hin qaban Achumaan baduu qabu
Bilbila kesan yokan wan itn argmtan maloo rakoo gudaa kessaa jiraa
እንደ ኦሮሚያ ፈርድ ቤት ሌባ አለ። የቤተሰቦቼን ንብረት አሽጠዉኛል በጉቦ እ/ር ይፈርዳል ሌቦች
Komii ummatafi hawaasa akka hataman deebii.uufi jedha isiin kadhana ummata marafi.!!!!
Maaloo qaaman isin argachuun barbaada bilbila keessan akkamittan argadha? Anis rakkoo mana murtii waanan qabuuf nakeessummeessaa yo siinif mijatee
Baqatan
Nutti toleera
itti muddi anwaar koo
ውብቷ፣ወርቃማ የአሁኗ ሻኪሶ ከተማን ተመልከቷት th-cam.com/video/wHyda1E0yPw/w-d-xo.htmlsi=7H4cnfmy7KgBpN6q
Hh
.Qophiin Caayaa baay'ee baay'ee nutti tolera yeroo tokkoo tokko magaalaa xixiqqootti Gadi bu'aa haala nukeessa jirru nu ilaalaa Godina jimma aana qarsaa bulchiinsa magaalaa.waachoo bu'uuraalee misoomaa tokko malee hala baay'ee ulfaataa keessa jirti daandiin hareerii M/wacho quunnamsiisu haala rakkisaa ta'erra jira makiinaan tokko.qaata karacharra deemuu dhaabe kan kan namni
Dhuun faan harkaan.karaa qoonfaree bifa baay'ee nama yaaddessuun abbamakiinaa kadhatamee waan dhufuu gadi
Adaraa itti yaadaa irratti nuuf hojjedhaa
❤❤❤❤❤

❤❤