nagawo dhisi wanti akkana sin baasuu kijibni guyya tokko qiletti si grata gaaf san nama kessa si baasu hin argattu kanafuu hanga dandeetten waan garu hojjachuuf yaali ati jaartii keetiin Jan Wahl dhabdeef sababa dhala biraa ishee duuba jaalattef waan taheef itti yaadi obsee dhirsaan Wahl lolchiisuf hin demin obseen nama gaarii dha
Yaa obboolleewwaan koo funyee lubbuun jirtii boqate jirtii mee namnii beekta nafii deebiisa😢😢😢😢😢 hedduu natii ishii jaaladha wallahii
ayii funyeen Baye baredii jabaadhaa😍😍
jbadha gru yeron bye gbabte.fugne akatan sijalu😍😍😍
baay'ee namati tola jabadha itti fufaa lammii koo😍😍😍
jabadha baye namatti tola garu nuf dheressa baye gababadha yeron
woowww ganamee hasawni Kee baay, ee namati tola, uuuuuuffff nagayoo argaa te abboo
Nagoo Atii daanqaruu malee degaruu hin beektumi kkkkkkk yaa hojii keee
jabadhaa dhebbuu bayyee nuu bashanaan sisaa kirtuuu
galatoomaa garuu yeroon baayyee xiqqatee nuuf dheeressaa maleee
Kkkķkkk wow baye namati Tola dhuga nujiradha❤❤❤❤😂
wowww bayyee namati tolaa itti fuffa jabadhaa
waan harawa
jabbadhaa itti fuffaa
wooooow bayyee nama tolaa jabadha lamii koo
kkkkkkkkkkkk.jabadhuu 💟💟💟💟💟💟💟💟
bayee namaa hawataa
Arga kee nagahoo nama walitti buusudhan dalagaan tee?
Abbaa jorroo barbaree dhitti dhuli funyee dhufiinuu sirraa caldhisaa
Kkkkkk way bayyee namattii tolaa nuuf jiradha nagawoo abbaa hojii burra burree
Diimos taatee xaxaa irrattii kaan hojatte sii mitii daandetti gudda qabda
Funyee kkkkk haadha kolfaa
Haadha gudda umrii dheeradhu nama yaadatti tan akka tetii lama aabatte oromon
Boonte silaa tnks all of you
jabadha bareda
wowww baay'ee gariidha ittii nu fufa..
Maan deetee ree??kkkkk😘😘😘😘😘😘🤣🤣🤣🤣🤣
uuuuuffffff argaa nagawoo ganameekoo bayyee nama bashanansista
hatti Gudda baye dasnamajeti 💪💪
natichii nagawoo jedhamuu kunii samuun isaa garuu sirri hojjetta mallif garra manaa yala hin gessitan hojjin keef wagaa argadhuu atti yoo jiratte hin bareddu kanafuu atti kessa hafii
Kkkkkk ganamee mana yaalaa gessaa ulfa waggaa meeqa baattii garuu siin jalladha funyee galatoomaa hundii keessan ittii fuufaa
Nagayoo hojiin keetif maqaan kee waalin hin faakatu
bayyee namati tolaa barumasa garii dabaressa nagoon mana hin qabuu garuu
Badaa funnyishee diramanii atii keessaa hin jiree lalunii bilashaa dhugaa rabbii
bayyee namati tolaa jabadhaa
bayye namti tolla garuu gababachu drmacha. malif ?
wawwwwwwooo akkami namati toltaa
bay'ee namatti tolaa jabaadhuu haaluma kanaan itti fufi hundii keesanu galatomaa.garu dhifamma wajjiin warri Nagahoo arbasitan kun jalalla artiif jeedhet malee namanni kamuu dhugumaa nama fi namaa waal dhabasissa jirru jettan yaadu sila walalla keenya gorfaachu qaban beeka immo jabeesu qaban malee arga kee jeene gadi qabuu hin qabanuu nagaho baleesa kee sirrefachu yalii
yaa waaqqayoo beekan sih qofa. mali ino notti fi ijjoolle qaba malif akkas godha. uuuu ini na arsa ananu jibisisan kun
Diraama.dhebuu.bayee.namati.tolaa.funyee.kolffani.nufixee.maloo.gudaa.waqayoo.dachaa.sihaebisuu.ebifaamii.kanumaa.calaa.waqayoo.kara.sifii.habanuu.bayee.namatii.toltaa.gudaa.hadhaa.gudaa.bayee.isaa.namaa.gorsitaa.ebifamii
kun hhndasaa caalaa
uuuffeeeeee naga oochi hasan isaa isaa dhaha uu nama jibisisa
aiiyeee jeraa adde sidisemoo ilaale hin qufuu
bayye galaatoma lammikoo🌳🌳🌳🌳🌳🌹🌹🌹🌹🌹
waww bareeda baayee nagahoon maaliif akkanati kijibda
Ajibaa heduu nama kolfisistaani kesumayuu naghoo
wwoowowo bayyeee attii tola ganamee atti yeroo hundaa namaa gamachisataa jabadhu
Nagaoo atti namaa waattti busini
atti kan rayyaa itti dhadhaxa jiruu duraa waanumaa nama tokko itti dadhabbee nyachuffi mitti ammasan ofi keeti oso hojetee siffi waayaa kan guddaan itti dhadhabee eenyuu nyatuu
guddaa jabdhu dinin sii marsee jiraa of egadhu
wowowow
Mashaa.alla.
wooowww kadirii ati nama gaarii gaaruu Nagayoo kaara sii balleessaa jiraa kkkkkkkkkkkk
woyii ganamee😁😁😀😁👏👏👏
mariyama Arsii boqojjii ggddhfxkuhvklf.jdmkbcsumgrwxnmoivuf
wooow nice but they time is very short. pls. Make time better
ganamee ulfa tahuun kee qaatahoo maalif hin denyuu
Taaffarii
baayye das jedha
new dirama
Ani namicha nagawo jedhan kan jecha dirmuma dheebuutu laluu dhisu lata
yaa Naagaho hooji kee kaana nama waaliti naaqika.
wayoo ya nagayyo ufi ati malifi nama waliti busita garu
nagawo naga sii haa dhowatuu wallin dha'a wayii .
funyekoo & guda fi hadha gudda kan akka keessani naama boharsu , nama barsisu hin jiru i.siiniti haa tolu Nuf jiradhaa.
dhifama motu ishen jedhan sun dirama ellara kase hin jaladhuun. Ammas naatti hin toltuu keesaa basaa
Nagaaho hojinke garii mitii afanke sirefadhu
funye koo baaye naama kolfisiftaa dhugaa jiraadhu laamikoo siti baashananera gaara maale upupupup
naaagaaho dhaabama taai abo ati
Kkkkkkkkkk yaa ganamee kolfaan naa ajjestee fuulasaa wagga tokko hin dhiqamneen sif dhiqaa jetten
malif kukutu garuu maalif hin dheeresine yerosaa
wayyo garaaa ko funyeee 😄😄😄jabadhaa dansadha marqaa adaraaa bichaa bayeen jaladha
hundii irra anii yeroo dirmaa hojatamu
Tamiruu baay'ee na Aji'baaa
❤️❤️💚💚🧡💛💝💖
galaa tomaa
jabadha uuuuufuu kkkkkkk ittii fufaa
jabadha
wayoo funyee kolfanii garaa nuu bilchesitee
bakkii atii hinjiree funyeekoo namati hintoluu amaa ittoo sogidaa dhabeetii funyeekoo nufijiraadhu
sabotuu oromoo
Nagewoo kanii hojii kee sifi yaa latuu boo
nagahoo atii mana hin qabduu moo konkolata keesssaa jirtaa moo
silaa atii sawaqa moo
Wowobayyee.namatiitolaa
aboo nagaa saa dhoguu nagawoo
wowow bayee galatomaa lammi koo nufii jiradha kkk funyeee
kkkkkkk funyee daawwadhee hin quufu haaluma kanaan itti nuuf fufaa
jabadha itti fufa ganame kan isa dhukku dhite tutu garbufi bosa kkkkkkk janaa koo funye damma koo intala walgga uuuuphaaa
Waitiebbifami goftan Waito goftan sa ebisu bvtfkidddmbva
Kkkkkk funyeeeee ani kolfaan gaggabeeee uuuff
nagawoo yaa majnuun argaa kee
Jabaadha!!!
Baay'ee gaariidha haaluma kana itti fufaaaaaaa,woyyii ganame kolfan nu fixe
jajabadhaa heddu namati tola
Nagahoo Duraan heedduu sii jaallaadhaa ammaa sii jiibbeeraa 😏😏
nagahoon kun mana hin qabuu konkolaataa keessa jiraataayii😂😂sawaaqa
KKKKKKKKK
kkkk dhugumaa jette sawwaqaa
kkkkkkkkk dhugumaa jettee
😂😂😂😂😂
sufe sanyi oromo اh
siif salpini shilimaata
www baayyee Bar eda hinxiqaatemale
Nagayo argaa kee
uuuuufffffff nagayyoo argaa kee
namati tola bayee hayyi abbaa joro malanyaa
Nagawoo Rabbi si haa balleessu abboo
Nagawo abbaa walitti oofoo.
sila safuuu safuuuuu nama meeqa walitti diraa oolaaaa inni
kkkkkkkkkk
Mohammed Yune Alvord
Sheraton
galattomaa garuu yeroon bayee gababaatte
funyee tenna hedduu naa kofalchiftee dhugaa
Ganamee yoom dhaltaa 😂😂😂😂😂😂😂
Garuu gudaanis Baye nati tolaa
yeroo arran dhuguun mali baasa machaa,ini kufuu ykn dogogoru male
jajjabadha yeroon maalii garuu
nagawo dhisi wanti akkana sin baasuu kijibni guyya tokko qiletti si grata gaaf san nama kessa si baasu hin argattu kanafuu hanga dandeetten waan garu hojjachuuf yaali ati jaartii keetiin Jan Wahl dhabdeef sababa dhala biraa ishee duuba jaalattef waan taheef itti yaadi obsee dhirsaan Wahl lolchiisuf hin demin obseen nama gaarii dha
Wawwooo jabadha rabi isin hagargaruu
hhhhhhhhh funyaa bayyee nat toolltaa sanye too nagwo arg kaa cacaba waydha
nagawoo🙈🙈🙈🙈🙈
mariyama Arsii boqojjii Et
hiopia
mariyama Arsii boqoj
mariyama Arsii boqojjii sabontu biiyya kooti
wow jajabadhaa
wowwwww baay.we. namati tola
Nagaho sawaqa laata mee lakkofsa isaa naaf ergi ijoolle woyii mana barumsa haa gessu kkkk
Nagaho sawaqa laata mee lakkofsa isaa naaf ergi ijoolle woyii mana barumsa haa gessu kkk
wowowbaay.eegaariidhaa
nagawo maloo jalal gidu hinsenini maloo plis
funyee beyee nama kofalchistaa garidhaa
Garidhaaaaaaaaa!!!!!!!!!!!!!!!!!!
kkkkkkkk ganame😭😭😭😭
I she jetee
Kkkkkkkkk yaa funyee kolfaan nu fiixee😄
nagahoo waliti dirtu sare ganaha
wwwwwwww itti fuufaaass
Nagahoo atii mafii nama waliti naxaa ardin sii haa natuu
ganamee bayee namatiitota
👍👍👍👍👍👍👍💚💛💚💛💜
oromiya kan oromoti hadhurii oromo Fiinfinneedha dhagaadh👍👍👍👍👍👍👍👍💚💚💚💚💚💚💚💝💝💝👏👏👏👏👏👏