ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Magiyee rabbii ilmaa baraka qaduu isni haakenuu inshaaallah ❤❤ maaashaaalllah tabarakallah rabbii umari isnii haadherasuu Abdii jabefadhuu heduu siffi yaddaa maaashaaalllah tabarakallah garuu pirankii kunii wollii sobu keesaa jiraa yaa ikuwani pirankii kana dhisaa😭
Abdi obsa godhadhu yeroo Arituu digata garaa rukutaa bayyee isin jaladhaa jabadhaa ❤❤💯👍prank Ajayibaati Margee bareedu koo
Welcome jabbadha edaa yeroo ulffaa pesii hin dhugaani. Baromsaa argane keessati jiradha
As wr wb Maashaallah tabarakallah abdi and magge bayyen isin jaaladha qaaliwwan ko prank barnoota qabeysa abdi yero hunda dhamsi dhuma prank keysani bayye nama hawwata jaabadha itti fufa 😍😍😍😍💯💯💯💯💝💝💝💝👏👏👏👏👏
Mashaala mashaala mashaala magertu haaga dettuuf Abdi itti tabadhu erga deete booda innu sira kafalaata jabaadha isiini jalaadha ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Abishirii Rabbii Nagaahaa siif Haa kennuu 🥰🥰
Mati nafi ta'i Sanyi ko qali 💕💕💕💕
Ws wr wb mashaa alhaa habibitii tiyaa rabbii nagan sii haa hikuu Ishaa alhaa
Congratulations Congratulations Abdi and magiyee kumaa dhibaa gallatani🌹🌹😍👍
Mashaa Allah Maasha Allah Rabbi Naghan Isinif Haa Fidu
Mage yero piranki hojjatu sirra hin bekamu Maashalha qalbi qabetti koo
Magee mee mucaa daffiii nuuf dahiii kaa maloo sii egataa jiraa uuuuuuumphaaaaaa🌹🌹🌹😘🤩🤩🤩🤩😍😍😍😍😍
Kotuu matii naf ta'i sanyii too
Maashaallha bareduu too rabbiin nagayaan sii haa hikuu lubbuu anii Bayee tokoo sii jaladhaa yaa mage halii kee basii namaa jedhaa rabbiin abaa manaa kee wojiin umarii sii haa dhersuu
Mati nafi ta'i qaliye to
@@monetijalala6104 hayee
Masha Alaha waga Kuma walif Jiradha
Horra buulaa bareeduwaan ijollee oromoo
Mashaalaaaa bayee isn jaladhaa rabii nagaha sihahikuu
Māāāšhāālllāāh Abdii garuu perkn aagee dasi Naa jedhaa rabin nagayaan sii haa hikuu bardu too
Welcome bagaa nagayan dhuftaani jabadhaa❤❤❤❤❤❤❤😚😚🌷🌷🌷🌷🌹🌹😂😂😂😂😃😅😅😅😃
Mati nafi tii sany tiyya
@@maatiijaalala oke💕💕
Dhugaa baranotaa iraa Araganee mafaa dhoganii mee Adaraaa naa himaa rakoo qabaa obboleyyan Tiyyaa😘😘💌💌💌✅✅✅✅
Qashiiti tiyyaa daa.ima midhaa ok gaazi qaba dhugi lalime yeerro dee.atu
Wel come mage and abdi😍😍
Jabadhaa wallayyiih Rabbii naga is hikkuu
Shaahi haaliiba wajjin yoo dhuydee homa rakko hin qabu magee
Waa Nama Niyachisa Jedhanii dhugadha Magee
Wayi mage baga qabamte😄😄😄😄😄😄abdi baga egde waq🤣🤣🤣🤣
Tutii ykn fimtoo issa jedhama sanii dhugii dhinii sii dabalama rabbii nagayan sii haa hikuu magee
Mati nafi tii sany koo
Abshiirii
Dhugaa Heddu Ilmo Fedhaa Abdin
Yoo garaati bataan akkasumaa bareedduu moo Magee ati hin bareeddee duruu bareeddudhaa Abdiin ammo hin fuddaatee maasha alla❤🥰
Kkkkk
Kkkk
Kkkkkkk Oduun dhagahe Aniis Akas Jedhani Ulfii Innii Awaal Nama Barecha Jedhanii Amas Dadhabiin Waayis Namatii Hin dhagahamu Jedhani Mee Allah Kulii Allii Sobba Tahemo Hin Baree Gafumaa Rabii Achiin Nagaheen Argga Hinshaallah
@@faaxeeoro1124 mati nafi ta'i Sanyi ko qali
@@rehimatijan2235 mati nafi ta'i Sanyi
Baga.nagan.dhufita.obboltako.bayye.bayye.isni.jalladha.dhuga.jabadha.itti.fufa.😍😍❤❤❤
Magiyee rabbin nagayan sii haa hiikuu bareedu tiyya jabaadhu anis wagga tokko booda inshallah nin heruma ilmas rabbin naaf haa keenu
Ittin sii haa gahu mashaa allah usuma hin heerumin ummu ufin jettee kkkk
@@foziorotube Amin Amin sanyii tiyya eeee wallaahi hawwi kooti ilma argachuum
@@ummukaalid4288 rabbiin siif haa guutuu abbaa mana gaarii ilmaa garii jiruu milkii wolin ilmaa addunyaf akeeratis itti gammadu siif haa kennuf
@@foziorotube Amin Amin allahuma Amin yaa rabbal alamiin
Mashaaa Allaa tabbaakallaa 🥰🥰🥰Uuuuff yaaa Rabbii😭😭
Dhigaa koo maati naaf ta'ii
Garuu abdii yeroo alaa dhuftuu magee maa dhunganee ? Hedduu namatii toltu jabadha oro koo magartu rabbii nagaha sii hahikuu
Bareedu koo maati naaf ta'ii
Silaa Pepsi qabatee egdee essaati dhungataa 🤣
@@firiolshawaa7230 kkkkkk
as wr wb magee rabii nagahaa sii haa hikuu
Baga nagaan kuma 100 geessaan❤️💚❤️✊😊
Prank ajaibaa wuuuw
Isni yero badhasaa fudhatani malifi nu hi genye kkkk💙♥️💚❤️
♥️💚💙💓
Waqayo nagani si Harkuu lubu 🍍
@@ayantuumimiyo9010 mati nafi ta'i qaliye to
Walaahi anni imma dhugaa rakkoo qabaa yaa oboleyaan amma batii sagaal keessa jiraa du'aayi naa godhaame rabiin nagaan akka naa hikuu
wallaahi ani beku lubbuu tiyyaa RAABBIIN Ngy sii haa hikuu sif haa lafisuu haayati tiyyaa ati maana yaala hin deeminee Doctor gafaadhuu
Mati nafi ta'aa mee oblewani tiyaa rabbi nagan sii haa hiku lubbu
Galatomi Andi&Margttu💐💐💐😍😍👍👍👍
Welcome abdi Magee 🥰🥰🥰💕💕💕
@@bonnitube8999 kotuu mati naf tahiti
Hhhh abdi and Magee wawawa nufii jiradhaa rabii nagaya sihi haa hikuu Magee too
Wel come obblewwan koo magartu jabadhu obboleti koo 😍😍😍😍😍👍👍👍👍
Sanyii koo maati naaf ta'ii
@@sifanorotube926 tole 👍👍
Abdii borchii basee mashalah Alha 🤣🤣
Kotuu matii naf ta'i sanyii
Luubuuu luubuuu luubuuu luubuuu luubuuu luubuuu luubuuu luubuuu luubuuu luubuuu luubuuu luubuuu 🥰 😆
Abdii irraa kafaladhu malee hin dhisinifii 😍😍😍
Mati nafi ta'i Sanyi ko qali 💕💕💕
Abdiii qaashiitii❤❤❤🤭🤣
Welcome abdii and magee
Atis waan sii dhorkamee dhisii atiis isinin jaladhaa bayee
magee shahii hin dhugin wan sukara qabu hin dhugiin sigibbaa yero desuu hadarake
Pepisn homaa hin rakisuu dhugaa anii yeroo garaa qabuu Pepsi malee wataa biraa nyatayuu naa nyachisuu.
Abdii fi Magee siin jaalannaa waan haar,a haaraa siin hordofaa jiruu akkan seenee maaqa biraatin siin hordofaan turee jabaadhaa💘
@@sifanorotube926 Tolee atumaanillee naaf ta,i❤👌
@@boontuunkanoromooti6011 siif ta'ee jira libbee too
@@sifanorotube926 Anilee sii ta,era rabbii nu haa guddisuu🥰
@@boontuunkanoromooti6011 mati nafi ta'i Sanyi ko qali 💕💕💕
Welcome Abdishoo
Dhuga Ani sil gar qabadhe Hu pipisi hni dhisu bayee jaladh nyani isi male nati hni tolu 😍😍😍😍😍
Anatuu dura lalee like godha
@@sifanorotube926 mati nafi tii anis sif ta'a sany
@@maatiijaalala siif ta'ee jira atis kootu maati kootitti dabaalami
@@sifanorotube926 ok
Makii sii jaladha walhi nati baredaa fira kiya tokko nati fakkata kolafi kele ilakan kele waa cufanu isima nati fakkata ❤️❤️
Mashalhaa tabarakalhaa 💓💓❤️
bishaan xiqo itti naqi dhugi waan doktorri si dhorketu si barbaachisa sitti tolaa bar yero ulfaa waan rabbi jedhe hin olu
Wl wr wb baga nagan dhufatani🌷🌷💕
Kotuu matii naf ta'i lube
Woooo wooo argatee jirata
ijole oromo matii nafii taa worii Asii jalaa jirtani hudii keessanu sanyiwani ko
MashaIIah MashaIIah 🥰🥰🥰🥰
Woow bareeduu waayii sii ta'ee jira
Bage dhiraa detaa fakataa♥️♥️♥️
Libbee koo maati naaf ta'ii
Dhugii Homa si godhu anu yero bati 5 dhugatumaa tureee
Jabadhuu ama jabatee jirtaa
Maqee garruu ufattaa kee sirraa ufadhuu
Bareduu waan ormoo
Well come bro $sis 🌷🌷🌷
Argate iraa magiyee lubuu❤🌹💋ilove you damaa too
Mat nafi tii sany tiyya
Masha Allah masha Allah
RABBIIN NAGAYAAN SI HAA HIIKU 😚DHIIGA HIRDHINNA YOO QABATTE QAYYISIRII FI XABIIBII KALLAXATTI DAAKII ASIIRA GODHII DHUGI ❤DHIIGAAF BAREEDADHA TIMIRALLEE ANAAN WALIIN ASIIRA GODHII GARAA QULLATTI DHUGI GANAMA GANAMA❤
Bakka XABIIBII jedhe San zabiibii jechuu barbaadeti
@@freetube5456 mati nafi ta'i Sanyi ko qali 💕💕💕
@@monetijalala6104 kunoo sii tahe
Kkkkkkkkkkkk ayi magee
mucatii imaa sidandeetii galgalaa😂🤩
KKK maa dadhabdire
Kkkkkk Bishaan irra buusi dhugi 🤣🤣
Magee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹
❣️❣️
Rabbin si haa hikuu magiyee amshiri hagasi obsi waan irraa si dhoraganiraa
hi hi Akkam magertu fi Abdi
Welcome Abdii & Magee 🤝♥️♥️🌳♥️♥️♥️💓
Looker mati nafi ta'i Sanyi ko qali 💕💕
maatii haa taanu bareddu
@@seadialitube8295 mati nafi tii anis sif ta'a
Magee dogogora akkanuma jedhaa ol tii garuu buna akkanuma sii dhoragan malee homa sii hin godhuu
Ji'aa meqaa getee Magee rabbii nagayaan sii haa hikuu
Qashtii koo maati naaf ta'ii
Raabbiiin naagayaan siihaa hikuu
Ws wr wb bagaa dhufute
Well come 👍👍👍👍💞💞😍😍😍😍
Well come abdi and magee
Mati nafi tii sany tiyya anisi siin ta'a
MashaaAllah jabadhaa
Wowo magiye &Abdi
Qommoo koo maati naaf ta'ii
ቆንጆ ነሽ
Rabbin nagahan sii haa furuu maggee too
Well come ijooleee keenyaa
Tiruu koo maati naaf ta'ii
MaashaAllaah
Maatii Naaf Taha
Maati naaf ta'ii tiruu koo
doktorii kamtuu pepse dhoorkee yaa mana wol darartan kaa
nagaan hikamii💝💝💝💝
ማሻአላህ ታምራላችሁ በተረፈ አማረኛ እየቻላችሁ እማታወሩት ለምድነዉ ሁልግዜ ነዉ እምከታተላችሁ አካም በስ እማቀዉ
Bagaa nagaa dhuftani m$A
Icci argaa piranki keesani kijibduu hundaa
Kkkkkk 😂🙆♂️
@@seenaataddasaa6390 bareedu koo maati naaf ta'ii
@@seenaataddasaa6390 mati nafi ta'i Sanyi ko qali 💕💕💕
Arateni magee 💔😘🙏
Dhuga gara nama nyataa si yaduu isaa Ana humaa na jennee shayii kubayaa gudda tokkon dhuga ani gara qaba garu pepisele imaa dhuga rakina nama fidamo mage ji.a taka nara hafta na fakate uffii ani wanuma huda ni fayadama wallayi
Wanuu dhugaa kajetee see garaa naanyatee yeroo abdii afanii qabuu sanaa
Na Edda me Yutb ko
Mange maali nama godhaa pepsiin yoo dhugaan
Magee tiruu koo rabbiin sii waliin haa ta'uu
Lafee koo maati naaf ta'ii
Ni tola masha alh
Kkk argatee
Garuu bisii dhugunii rakoo qabuu sobaa Anii akaa bishanii osoo dhuguu dhiraa lamaa dhalee wolhii womaa namaa godhuu qaraa wottaa namaa gubuu qofaa hidhuginaa malee besenii womaa rakisuu sayii koo
Anis Akkasumaa dhugaa
Magiyee rabbii ilmaa baraka qaduu isni haakenuu inshaaallah ❤❤ maaashaaalllah tabarakallah rabbii umari isnii haadherasuu Abdii jabefadhuu heduu siffi yaddaa maaashaaalllah tabarakallah garuu pirankii kunii wollii sobu keesaa jiraa yaa ikuwani pirankii kana dhisaa😭
Abdi obsa godhadhu yeroo Arituu digata garaa rukutaa bayyee isin jaladhaa jabadhaa ❤❤💯👍prank Ajayibaati Margee bareedu koo
Welcome jabbadha edaa yeroo ulffaa pesii hin dhugaani. Baromsaa argane keessati jiradha
As wr wb Maashaallah tabarakallah abdi and magge bayyen isin jaaladha qaaliwwan ko prank barnoota qabeysa abdi yero hunda dhamsi dhuma prank keysani bayye nama hawwata jaabadha itti fufa 😍😍😍😍💯💯💯💯💝💝💝💝👏👏👏👏👏
Mashaala mashaala mashaala magertu haaga dettuuf Abdi itti tabadhu erga deete booda innu sira kafalaata jabaadha isiini jalaadha ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Abishirii Rabbii Nagaahaa siif Haa kennuu 🥰🥰
Mati nafi ta'i Sanyi ko qali 💕💕💕💕
Ws wr wb mashaa alhaa habibitii tiyaa rabbii nagan sii haa hikuu Ishaa alhaa
Congratulations Congratulations Abdi and magiyee kumaa dhibaa gallatani🌹🌹😍👍
Mashaa Allah Maasha Allah Rabbi Naghan Isinif Haa Fidu
Mage yero piranki hojjatu sirra hin bekamu Maashalha qalbi qabetti koo
Magee mee mucaa daffiii nuuf dahiii kaa maloo sii egataa jiraa uuuuuuumphaaaaaa🌹🌹🌹😘🤩🤩🤩🤩😍😍😍😍😍
Kotuu matii naf ta'i sanyii too
Maashaallha bareduu too rabbiin nagayaan sii haa hikuu lubbuu anii Bayee tokoo sii jaladhaa yaa mage halii kee basii namaa jedhaa rabbiin abaa manaa kee wojiin umarii sii haa dhersuu
Mati nafi ta'i qaliye to
@@monetijalala6104 hayee
Masha Alaha waga Kuma walif Jiradha
Horra buulaa bareeduwaan ijollee oromoo
Mashaalaaaa bayee isn jaladhaa rabii nagaha sihahikuu
Kotuu matii naf ta'i sanyii too
Māāāšhāālllāāh Abdii garuu perkn aagee dasi Naa jedhaa rabin nagayaan sii haa hikuu bardu too
Welcome bagaa nagayan dhuftaani jabadhaa❤❤❤❤❤❤❤😚😚🌷🌷🌷🌷🌹🌹😂😂😂😂😃😅😅😅😃
Mati nafi tii sany tiyya
@@maatiijaalala oke💕💕
Dhugaa baranotaa iraa Araganee mafaa dhoganii mee Adaraaa naa himaa rakoo qabaa obboleyyan Tiyyaa😘😘💌💌💌✅✅✅✅
Qashiiti tiyyaa daa.ima midhaa ok gaazi qaba dhugi lalime yeerro dee.atu
Wel come mage and abdi😍😍
Jabadhaa wallayyiih
Rabbii naga is hikkuu
Shaahi haaliiba wajjin yoo dhuydee homa rakko hin qabu magee
Waa Nama Niyachisa Jedhanii dhugadha Magee
Wayi mage baga qabamte😄😄😄😄😄😄abdi baga egde waq🤣🤣🤣🤣
Tutii ykn fimtoo issa jedhama sanii dhugii dhinii sii dabalama rabbii nagayan sii haa hikuu magee
Mati nafi tii sany koo
Abshiirii
Dhugaa Heddu Ilmo Fedhaa Abdin
Yoo garaati bataan akkasumaa bareedduu moo Magee ati hin bareeddee duruu bareeddudhaa Abdiin ammo hin fuddaatee maasha alla❤🥰
Kkkkk
Kkkk
Kkkkkkk Oduun dhagahe Aniis Akas Jedhani Ulfii Innii Awaal Nama Barecha Jedhanii Amas Dadhabiin Waayis Namatii Hin dhagahamu Jedhani Mee Allah Kulii Allii Sobba Tahemo Hin Baree Gafumaa Rabii Achiin Nagaheen Argga Hinshaallah
@@faaxeeoro1124 mati nafi ta'i Sanyi ko qali
@@rehimatijan2235 mati nafi ta'i Sanyi
Baga.nagan.dhufita.obboltako.bayye.bayye.isni.jalladha.dhuga.jabadha.itti.fufa.😍😍❤❤❤
Magiyee rabbin nagayan sii haa hiikuu bareedu tiyya jabaadhu anis wagga tokko booda inshallah nin heruma ilmas rabbin naaf haa keenu
Ittin sii haa gahu mashaa allah usuma hin heerumin ummu ufin jettee kkkk
@@foziorotube Amin Amin sanyii tiyya eeee wallaahi hawwi kooti ilma argachuum
@@ummukaalid4288 rabbiin siif haa guutuu abbaa mana gaarii ilmaa garii jiruu milkii wolin ilmaa addunyaf akeeratis itti gammadu siif haa kennuf
@@foziorotube Amin Amin allahuma Amin yaa rabbal alamiin
Mashaaa Allaa tabbaakallaa 🥰🥰🥰
Uuuuff yaaa Rabbii😭😭
Dhigaa koo maati naaf ta'ii
Garuu abdii yeroo alaa dhuftuu magee maa dhunganee ? Hedduu namatii toltu jabadha oro koo magartu rabbii nagaha sii hahikuu
Bareedu koo maati naaf ta'ii
Silaa Pepsi qabatee egdee essaati dhungataa 🤣
@@firiolshawaa7230 kkkkkk
as wr wb magee rabii nagahaa sii haa hikuu
Baga nagaan kuma 100 geessaan❤️💚❤️✊😊
Prank ajaibaa wuuuw
Isni yero badhasaa fudhatani malifi nu hi genye kkkk💙♥️💚❤️
♥️💚💙💓
Waqayo nagani si Harkuu lubu 🍍
@@ayantuumimiyo9010 mati nafi ta'i qaliye to
Walaahi anni imma dhugaa rakkoo qabaa yaa oboleyaan amma batii sagaal keessa jiraa du'aayi naa godhaame rabiin nagaan akka naa hikuu
wallaahi ani beku lubbuu tiyyaa RAABBIIN Ngy sii haa hikuu sif haa lafisuu haayati tiyyaa
ati maana yaala hin deeminee Doctor gafaadhuu