Keekiyyaa Badhaadhaa: Warrikun ** NEW 2017 Oromo Music
ฝัง
- เผยแพร่เมื่อ 8 ก.พ. 2025
- Oromo Music : Keekiyyaa Badhaadhaa - Warrikun (Official Video)
RE-UPLOADING THIS VIDEO IS PROHIBITED!
Sirba kana bakka biraatti fe'uun dhoorkaadha! #OromoMusic Oromo music #OromoSong #OromoSongs Oromo traditional songs Best Oromo songs Popular Oromo songs Oromo folk music Oromia music #OromiaMusic Oromo cultural music #TopOromoSongs Top Oromo music videos #OromoMusicVideo Oromo music legend Oromiffa songs Famous Oromo singers #Oromp3 Ethiopian music Oromp3
አንደ አሮሞነቴ ይሄንን ምርጥ የባህል ሙዚቃ ሰላደንቅ ማላፍ ወንጀል ነዉ…በርታ ኬኪያ…የአሮሞ ህዝብ አርት በጋራ እናሳድግ…ላይክ ያድርጉ…ከአሮሞ ህዝብ ጋር ወደፊት…ከገላና ጋሮምሳ( የህዝበችንን ባህል አሳድጉ…የማንኛዉም የአሮሞ ህዝብ ግዴታና ኃላፊነት ነዉ)
Million Eticha በትክክል
akkasitti nama jajjabeesuun waanuma gaariidha. ijoollee oromoo you tube kana irra hin jiran. sirritti fayyadamnee ofisis fayyannee nama biraafis ta'uudha.
Galatomii ❤️
@@fatiyaamaan6645 o
Vg.hggh
Me ilman Oromo kan tatan ❤️💚❤️
Jirra kuno lubbuyye maal haa sii gargaarru
💕💕💕💕💕💕
Jirra...
❤❤
@@mikaelshukare8278
Tt@@hdhd8837
ኦሮሞ በመሆኑ በጣም ደስትኛ ነኝ ምርጥ ነው♥♥♥♥♥♥♥♥♥
Nay inega dawul
I can't get enough of this awesome cultural music. Great Job!
Galtoomi Obbolesso,
ኦሮሞነቴ ማንነቴ ኢትዮጲያዊነቴ ኩራቴ ነው ኦሮሞ የዋህ ስለሆነ ብቻ መጥሮ ተደረገ ግን መቼም ሊያጠፉን አይችሉም 🇪🇹🇪🇹🇪🇹💪💪💪💪💪💪
🙃🙃🙃🙃🍾🍾
Oromo Eko wado adelem Ethon yemi xelaewu weset yebezabet new lebinet kk degmo ye oromon nebret be mesreq new yeteseracuu 🙂😯
Faan kesa dhaqe?
የኢትዮጵያ ብሄረሰቦች ሁሉም ምርጥ ናቸው ግን የኦሮሞ ዘፈን በጣም እወዳለሁ
Thanks a lot
10Q dear
ይሄ ሙዚቃ 1.6M ያንስበታል ብዙ መታየት ነበረበት
እኔ አማራ ነኝ፤ ትርጉሙ ባይገባኝም በጣም ወድጄው የምጨፍርበት ሙዚቃ ነው። ተርጉሙልኝ ደሞቼ።
Ani Oromo ta'u kiyyan Galata rabbi hunda dura Itti Ansuun Welistoonni Oromo hudii keessanuu IJA Kenya isin Nuuf jiraadha hamtuun isin hin argin
💔💔💔💔💋💋❤️💕💖💔💋❤️💕💖😘
Dhugadha
Ye oromo kiyya musican afaan oromo guddacha jira ammas caalaatii guddisuf wanti nurra egamu jira like, share gochu ammo takka beka wanta kinya ofii guddisan malee orimii biraa nuu guddisu jabadha walii jajabessa 🙏🙏
Bishooftun jira kee kiyya keenya akkan itti si jaaladhu tokko jiraadhu dhiiga koo warra habeebe Tufadha balbali isaani cuufadha oromiyaa keessa lafa Tuulama kan Nafxaanyan nurra samtee nu yaadachifte bara tokko abbaa biyya ni ta'an❤💚❤🎤🎤🎧
oromoo koo baye jaladha artistota oromo hunada bayee isina jalalan ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
I am from Eritrea i love you oromya music
❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️
🤝
@@sablemi5987 hacaluu
We love you too
Caallaa baatumi
Keeyyaa badhaadhaa fayyaa nuuf ta.i namni keekiyya jaalattan laik naaf gootan malee bira hin darbinaa💟💟💟💟💟💟💟❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣💟💟💟💟💟💟💟💪💪💪💪👏👏
Glad to be Ethiopian to listen to music in a different language. I like your music Kiyyaa!!!
Keekiyyaa koo ati hojjii suusii Namaati tahu Hojjatee Jirtaa, Harmee Tiyya Sirba Kana Yoo Xiqaate Otto al Lama Hin Caqasiin Hin Ooltuu.
Hori Buli!
Weyne begeta endet yamralu lamiko naf jiradha qomo ko oromiya koo 😍😍🌿🌳🌱
Keekiyyaa koo xiyyee nama!! Si jaalannaa, original work... Sirbaa bifa kanan Afaan Oroomotiin hojjaatame hojjaatamee isuuma kanan arge. Gaalataa qabda.
Who's watching this on 2024
Me
❤❤❤HAWAASAA harraambbee Yuniversity wal'ansaa Asiminoo tsiggeethes harkiis eegumsa beeknee Nugusu Tilahun freehogganttootaa keenyaa
ኦሮሞነቴ ኩራቴ የንፁህ ልብ ባለበት ነን እኮ ለማታውቁን ገራገር መሆን ሞኝነት አይዴለም እወቁልንንንን
መልካምነት ለራስ ነው betikikil marreee 💖💖💖
መልካምነት ለራስ ነው bitema tekekel neshe yen mar oromiyen wayem yoromiya lijeche netsu leba newu yelchewu
መልካምነት ለራስ ነው በትክክል.ማር
መልካምነት ለራስ ነው ትክክል
kiya s eko yene mar lik naw
❤❤❤LAFTIS riqicha always Right cut Gurriis fi Beekumsaas no distance from government ifaa ni dhaqqabee
በተለይ intro በጣም ደስ ይላል ። I love it!
Biliti maqi kaan looni horu biyyaa koo 😘😘😘😘💕oromo koo kan lonini bekkamitu
warrii habebee tufadhaa balballi isani cufadhaa Sirbichaa aja'ibaa bayy'ee namaa hawwatuu jiradhaa oromoo hundii
ኦሮሞ የዋህ ህዝብ ኑሩልኝ
ኢትዮጵያ ነኝ ሲቀጥል ኦሮሞ የዋሀው ብሄር በገነጋ ዱፍቴ ገለቶማ መልሳቸው አብሺር ተባሽር ኡፍፍፍ ኑሩልኝ
ይመችሽ ማሬ
10Q dear
የኔ ዉድ!!!🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
Nama Sabboonaa beekkumsaafi dandeettin guutamee akkanaaa qabaachuun Oromo nama gammachiisa
sabboonaa keenya jabaadhu itti fufi ilma sabaaf dhalate jiraadhu yoomuu siin boonna akkasuma kabajaaf jaalala guddaa siif qaba dhalootni kee😍😍
💞💞💞💞💞🌷🌷🌷🌷🌷🌷❤️🌷❤️🌷❤️❤️❤️❤️❤️💕💕💕💕👌👌👌😍😍😍wowwww qashiti bayyee baredaa itii fufi wana haraa egana sirra❤️❤️❤️❤️😍
🥰🥰🥰🥰🥰🥰💘💘💘💘👌👌👌👌
Essseesssssyyy baredhuu waann koo Gootaa oromo ILOVE YOU MY OROMO
በጣም ያምራል ምርጥ ሙዚቃ 👍👍👍👌👌👌❤❤❤
Yaa Araddaa Gullalleee.....................Leenca dayaasaa Birraaa............Keekiyaa leenca ilma biyyaa jabaadhu baayyee namati tola!
ኬኪያ በጣም ታሪካዊ አስገራሚ ካባድ ሙዚቃ!
ዋራ አቤቤ ቱፋ ባልባሊ እሳኒ ጩፋዳ
ባልባሊ እሳኒ ጩፋ'አ❤🇪🇹
Heart touching message 🙏
The greatest, always original and timely, the quality song that bases historical background narration of the Oromo!
wow amazing very energetic and so uniquely composed ..am so hooked to it...my God Viva Oromo culture!!! proud to be Oromo. jebaddu kekiye kegna!
ا٦غ٦ه٨٨عغغفثص٢
١غعغح هنع٧
ت١هخخ٨٩٩٩
Baraa 2010 yeroon hire to ta koo wajjin ShG ee fa dhu naa yada achi se😍😍😍
Wwwwwwwee kkkkkk sanyii goota. baayee namati tola. ♥♥♥♥♥♥♥
JITUU AMBOO OROMIYAA
እባካቹ ኢቲዮጽያን ይህን ደግ እና የዎ ሕዝብ እንደሞኘ እያያቹት ልቡን አታሸፍቱት I like my oromo people but they take us at the end point still we are love
Oromo ppl seems to be humble and honest ppl! ! Love u!! 😍😍😍😍Wish I could talk Oromgna! It sounds nice!!!
❤❤❤Gaaddisaa gurriis Eegumsaa yaada mo'ataan galata barsiisootaa jedhiin fayyaan fagaatee DrTiruu furtuu ida'amuun seequun Waaqoo Guutoo
Thanks for such beautiful song you made, I also learnt there are more we did not make official in Oromo Culture!!
5 አመት ቢቆይም ለኔ አሁንም አዲስ ነው😍😍😍
Good one!!!Ragaada akkaana dur nannoo Jilee ragaadamaa turee!nu yaadachisuu keef galaatomii
Good.nice.afaan.oromo.song.lyrics💗💯✔
waawwwwwww. baay'ee. nama. boharsiituu. sirbiitota. sabba kenyaa. faaya ta'a👍👍👍👍❤❤❤💚💚❤❤💓
write oromifa right spelling
ዋው ምን አይነት ምርጥ ሙዚቃ ነው በናታቹ እውነት በዚህ አጋጣሚ የዚህን ሙዚቃ ያቀናበረው ልጅ ኢብራሂም ሰይድ ነው እናም ገዳ ኢንተርቴመንት ባዘጋጀው ምርጥ የሙዚቃ አቀናባሪች ውድድር ላይ እጩ ስለሆነ እባካቹ 8331 ላይ oa22 ብላችሁ በመላክ ምረጡት
nurselam kemal
wowo halikaan guyyaa osoon dhagefadhee hin qufuu yaa umma isaa ijaa hanbaa iraa nuuf hafii amalee jabadhuu itti fufii kaan callaaaa
ምርጥ ስራ ነው በዚው ቀጥል ጥሩ ስራ እንጠብቀለን ኢትዮጵያን ለዘላለም ትኑር🥰😘🤩🥰😘🥰🥰🥰🥰🥰
😁🙌🙌
🔥🔥🙌⚖👀🔥
❤❤❤aadaafi duudhaa Beekaa jalaa Eegumsaa fuunee
Eegumsaa hawaasni kanaaf Biraadeemnee jechama Taaddee Birruu mandisni Biraanuu juulaa hubadhu Badii marii beeknee dhufnee Abdii Raggaasaa Dawwit Abdtaa kanniisaa Ayyaaanaa seennee maqaan waraanaa qabeenyaa wal'ansaa kanaaf beekaa Yaannis Eegumsaa hatamee
ጭፈራው ከዘፈኑ ጋር ደስ ይላል ፡፡
woww worra habebe tufa balbalti isani cuufa.hedduu namattii tola umrii dheeraa siif hawa Keekiyya koo!!!
🔴⚫️⚪️ Akkam namatti tola. Keekiyyaa Badhaadhaa. ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Sirba kana yeeroo hundaa yoo dhageeffadhu wontootni inni jedhu hundu seenaadha. Artistii dhugaati kekiyyaan I love him
I miss my country,my people loved it Original culture of the great Oromo people you are a beauty of Ethiopia if any one ever understand this.
thank evreyone
sirba ajaaibaati❤🎉 we love you from Guji❤
Uuuuuuuffff garaa na boreechitaan. Biyaa na yaadachiftaan.😍😍😍😍💖💖💖💖💖💖💖💖💖🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧
Wow Kekiyaa jabaadhu Lencaa oromoo Sirbaa haalaan namàatti toluu Galaani waan Hawwitte san Nufi haa taa'uu Garaa fulduraatiis jabaate ummataa keettif seenaa ofii beektu dhaalotaa akka barsiiftuu Abdii guddaa siraa qaba Waan hundaa Caalaa Waaqayoo sii bira haa jiraatuu❤❤❤
Wawwww bayee namatii tolaa dhagefatamee hini qufamuu galanikee bilisumaa hatauu
uuuuuuuufffffffffffffff sirbaa kanaan Abbaa koo yadadhee wooyyyoooo maloo umrii dheeraadha ilmaan oromoo
Diinnaa Raaftii 0
@@sabirasabira438 jedhuu jajabee koo
Artistidhamo abbanke
BNFU
Vxy
Nu oromoon tokko
Nu ilmaan abbaati
Boranaaf bareento
Ilmaan oromtichaati
Harka walqabannee
Waliin boonna nuti
Yoomuu wal jaalanna
Wal jibbineen beeknu
Alagaahuu simannee
Kan fira godhannu
Kan nutti dhiyaate mara
Firraa dhiibneen beeknu
Teessuma lafaatiin
Yoo addaan fagaanne
Takkaa abdii murree
Wal yaaduun lakkifne
Yoomuu wal yaadanna
Wal bira dhaabbannee
Yoo #walloon miidhamte
#Wallaggaa dhukkubsata
Hattuun #baale saamnaan
Warra #harargeetu dirmata
#Karrayyuuniis dhagahee
Kilaashii isaa nyaachifata
Yoo #booranni lallabate
Warra #shawaatu dhagaha
#Arsiin iyya dabarsee
Oromiyaa mara wal gaha
Kan waliif dheebote marti
Achitti dheebuu wal baha
#Gujii namni du'e taanaan
Warri #iluu booheen usu
Rabbii isaa itti kadhatee
#Jimma kan isasabbarsiisu
Aadaaf qaba oromoon
Gaafa gaddaas wal jajjabeessu
Nu oromoon akkaana
Burqaa yaa'a jaalalaa
Nama jibbuun beeku
Hunda ija takkaan laalaa
Wawooo jechaa qabu dhuga namati tola dhageetti gurafi jiraadhu sanyii koo horii buli
Wowowow warii Kun eduu namati tolaa jabadhuu sabboonaa keenyaa ijaa iraa nuu hafii dhigaa Koo
በጣም ምርጥ ነው በህሉን የጣበቀ ኦሮሞኮ ትችለላህ ቄሮች አልተቸሉም
Karra koree shan maqee,mee warri kee eessa dhaqee,
Dur finfinnee bahanii tTufaa Munaa hin dhabanii,ufffff,oromummaa akkam abbaa koon ta'aafigaa
በዚህ ረገዳ ነው ያደኩት ኦሮሞ❤❤❤❤❤
Tadlesh
Wan ofii koo ittituu qabanaa onnee kotii sagalen kee. Iriibaa namaa kasaa qaman ijuuman yommiin siihargaa lataa. Rabii lubukee nuf Ajiirachisuu wan ofii koo kiiyyuuu.
kiyaye አሪፍ ነው ከምንም በላይ ክልፑ ተመችቶኛል
good work be ethiopiawi netachu matderadru oromoch like
I always enjoy my beautiful identity through this music. thank kkiya
❤❤Beekaan Eegumsaa Eegumsaa dhabin aswrwb HarkiisTokkummaa&Qalbiinis nyaataanis nafaa dubbii Eegumsaa Beekumsii biyyeettiis walumaan jannaataaf deemsis biruma wal gaggeessaa Gaachana biyyeettiis jaalalaa dhimmi dubarttoonnii haqaa mootummaan biologist biruma garuu mallaszenawii gaddaa b/c Eegumsaa Eegumsaa hatamee 😊
ዋዉ ኬኪያ በጣም ሀሪፍ ክልፕ ና ሀሪፍ ታሪክ የሚያሰስታዊስ ነዉ በርታ፡፡
yeroo ijoollumma kootiin yaadadhe!bravo KB
❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️Oromo gootaa yuumiiyuu seenii gootaa
Wow! What a cultural Song Its. Baay'ee namatti tola ijoolee keenya jabaadhaa eebbii oromoota hundaa isin waliin yaa ta'u.
ኦሮሞነቴ መለያ ኩረቴ ነዉ ኦሮሞ ሆኖ መፈጠር እድለኝኘት ነው ፍቅር ሕዝብ😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
❤️
ትክክል ኦሮሞነት ኩራት ነው ግን ኦሮሞ ሆንን አልፈጠረንም ሰው ሆንን ተፈጠረን ከዛም ቋንቋውን ለመዲን እንጂ 😍
🐕🐕🐕🍾🍾🍾🍾
😁😁😁😁😁😁😁
Akaasi malee Lencaa koo nufi jiraadha Lubuu koo Lencaa koò Jabaadhu bareedaa oromoo koo itti mudii qomoo koo MAREE
Dhugaadha keekiyyaa abaa dhugaa nufi
Nufi jiraadhu ijii hamtuuni sini Ariginni
Lencaa oromoo farisi bareedu qomoo koo!!!💚❤💙🐅🐅🌳🌳🌳🌳🇪🇹🇱🇧🇦🇪🙏🙏
Sabbonna ilmaa biyyaa koo Wowwwwww baayee bareeda ❤
woowww baayyee bareeda nuuf jabaadhaa.
sirbi kun baayyee natti tola ufffffff ijoollee keenya nuuf jiraadhaa!!!
woowwwwwwwwww
thanks a million i wish you longer life....
I am from Sudan I love armo music.
"Warrikun" my special song!!!
Kekiyaaa guddaa galatoomii atileen leenchaa Caffee Donsatii Caffee donsaa gumbichuu biyyaa Koo😍😍
ምርጥ ያገሬ ልጅ በርታ አሪፍ ነው
Who's here in 2021 &happy new year y'all ❤
Onward with oromumma in 2021 too
Let’s do this on Saturday or Sunday
Let’s do this on Saturday or Sunday
ኦሮሞ ሆኖ መፈጠር ሚስጥሩ ካልታደሉት ማንም አይገባውም
❤❤ifaa iccittii Beekumsa Eegumsaa qabee yeroo art Mootummaan jechoota isaa bakka yaaduu bakka deemuu hojii nyaataanis ittii himii kaatuu dubbii taatii dhiifamaa
Nafaa baatuu lafeedugdaa ijarsa walumaan galatoomii yaannii
Thank you oromp3
And Keekiyaa♥♥♥♥♥
keekiiyaa dhugaa bayee baredaa bayee seenaa qabaledhaa Anii barumsaa bayenii iraa argadhee nufuu jiradhuu 🎵🎵🎵🎵🎵🎤🎤🎤🎤🎤🎤warii habebee tufaa enyudhaa keekiiyaa 👍👍💪💪💪💪💪💪💪uuuuuufffffffff
Bagumanii oromoo ta'ee
Beautiful singer organized with talented dancers
micaa biyaakootii jiradhuu damaa koo
Abo jabadhaa demo bar hahatani hasamani edoo romo xekesu dhabni jedee Elmi osuma koti inumahu afan amara natin odesin jedee hum amara jedhamu kana balesu jedhe kolfan 😀🙏
WOWOWO Bayee baredaa namati tolaa jiradhuu sabonaa oromoo ❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍
😁😁😁🤫🤫🤫
👊🏾👊🏾👊🏾🙃🙃🙃🙃🐕🐕
Rre agarsiiftuu Nageenyaa DrugIlkaaniin Dammaqaa mokonniin ardaan marii yaada mo'ataan qaama miiraatii siif rakasha sirna harggansuutiin dhageeffattuu /ttee😊qabsoo duutsi charter of state Education
በራሳቹው በህል የሚኩሮ ኩሩ ናቸው ብዚ የኦሮምኛ ዘፈን ክሊፕ የሚስረው ገጠር ነው ትክክልኝ በህሉን ያሳያሉ ቅልቅል የለውም አሉ እጂ ፉቅ ሲሰዩን ዩሚውሉ ቂጥ እና ፍቅ ብርቁ ቱ አቦ ኑሮልኝ ኦሮሙ ኩ
bayyee namatii tolaa iji dinaa sin arggin intala salalee berutiraa❤❤❤❤❤💘💘💘👂👂👀👀👌👌👌👍👍👏👏👏👏👏
So deep and beautifully expressed about Showa Oromo!
There is no showa oromoo it's tulama oromoo macca tulama worra galaan
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤🎉🎉🎉🎉
i proud oromifa culture and music
Baay nama gammachiifta leencca oromo baay ee.cimaa sirba siiyaasaa jabaadhu oromookoo
የኦሮሞ ልጆች ማሮች ስታምሩ
Anumanuu osoo dhufee kessaa bu, ee malii qaba hin fagadhee malee 🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌹🌹🌹❤️🌹🌹🌹
ኦሮሞ በመሆኔ ደስተኛ ነኝ
Wwwwwwooooo👍👍👍👍👍👍👍👍
of blew BC kg bench dust HVDC ng kHz VLF fgj
👍👍💋💋💪💪
Yes 💯 correct
Siyaasni Beekumsii Eegumsaa johar Muhammad see mootummaan fayyaa dhageffataa
Hawaasni yaada dhageeffatu qabsoo arrabni
UstazRaayyaa Abbaa Maccaa Aqilii Fi Qalbiinis waraanaa qabeenyaa Eegumsaa DrAbiyyii Ahmed Dubbisi yaannis waraanaa qabeenyaa wal'ansaa keekiyyaa oromummaan nafumaa !!!❤❤For x Entertainment Oromia lafumaaa jiruu Beekumsii bakka yaaduu bakka deemuu Ethioforrum freehogganttootaa ABO see digestive system