Eebbifamaa waaqayyoo isin haa eebbisu Amma ille ayyaani isinif ha baay'atu deemsii keessan hammaa iyyuu gara duraatti isinif ha tahu Qaxalee ilmaan yesus
Sagalichumti mataansaa waan lafarraa hin fakkaatu. Maaltu deemaa jira? bara kana lafa oromoorratti sagaleen kun dhaga'amuun hin yaadamne. Waaqayyo hojii nama biraa osoo hin taane kan ofiisaarra jira jechuudha. Hojii gaariidha warri faarsaa kanaa!!!
Eebbifamaa waaqayyoo isin haa eebbisu Amma ille ayyaani isinif ha baay'atu deemsii keessan hammaa iyyuu gara duraatti isinif ha tahu
Qaxalee ilmaan yesus
Gooftaan koo isin haa Eebbisu!Guddadhaa!Hambaa manasaa ta'a!
Wow dhaloota waqqayyoo qabu ergaa isaatif ittiin dhimaa bahu Nan yeroo baay'een irraafatani. ergaa cimaa isin keessaa isa ka'ee waqqayyoof galaani haa ta'uu!!!!!!!
Waw dhugaa baggaa waqayyoo issiin gargaree jabaadha
Bayeee ebbifamaa ❤❤❤❤
Eebbifamaa yaa ilmaan qaqawwee. Waaqayyo gooftaan eebba hin dhumanne akkanumatti isin keessaan burqisiisee dhaloota dheebuu yaa baasu. Waaqayyo inni isin gargaare immoo galata haa fudhatu.
Uuuuuuuuuuuufffff uuuuuuuuuuuuuuf Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen ebbifamaa ebbifamaaa matitii waqayoooo❤❤❤❤
Woow qaalliiwwaan ijjoollee gooftaa eebiifaama baayyee namaatti tolaa!!!! Akkumaa gooftaan jeedhe innii lafaarratti eenyuu akkaan ta'e dhugaa naaf aniis abbaa koo isaa waaqa irraa jiruu duraatti dhugaa naan baa'af jeedhe!!!! Waaqayyo kanuumaa caalatti mullaata isiin keessaa yaa ka'u eebiifaama!!!!!!
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ waaqayyoo bara keessan haa eebbisuu itti fufaa farfaannaa waaqarrattis❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ilmaan qaqawwee!! Eebbifamaa❤
Waqqaayyoo ayyaana isaa sifin haa bayyisuu qaaliiwwan koo
Waaqayyo ayyaana isaa nuuf haa baayyisu!!❤
Thank you chesus
Wow ebbifama
Ebbiffamtottakoo
Ayyanni siif haa bayatu
Wow waaqayyoo guddaan isin Haa eebbisu eebbifamaa!
Wow gooftaan koo baraaf jireenya keessan haa eebbisu
Uuuuuuuuuuffffffffeeeee ebbifamaa matii waqayoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waaqayyoo Abbaa Gooftaa Keenya Yesuus Kristosiif Galanni haa tahu ❤
Wow ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyo isinaa eebbisu eebbifamaa
Ayyaanni haa baay'atu qaaliiwan
Naaf jiraadha qaqaaliwwan ijoollee gooftaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waqayyoo ha jajamu inni nama gargaaru
Homaan galataa mana waaqayyootti haa yaa'uuuuuuuu
Wow gooftaan haa ulfaatu
👍 good job
Naaf jiraadha qaqaaliwwan ijoollee goofta
Waaqayyoo isa hanga dhumaatti nu gargaareef galanni haa tahu like, share gochuun gahee keenya haa baanu!
Wawww amazing
ebifama mati waqayo galani isa hatau
Woooooow❤❤❤❤❤
God is good
❤❤
Good
❤❤❤❤❤❤
🙏🙏
Sagalichumti mataansaa waan lafarraa hin fakkaatu. Maaltu deemaa jira? bara kana lafa oromoorratti sagaleen kun dhaga'amuun hin yaadamne. Waaqayyo hojii nama biraa osoo hin taane kan ofiisaarra jira jechuudha. Hojii gaariidha warri faarsaa kanaa!!!
Naaf jiraadha qaqaaliwwan ijoollee gooftaa
Naaf jiraadha qaqaaliwwan ijoollee gooftaa
Naaf jiraadha qaqaaliwwan ijoollee gooftaa