Jabaadhu Gammachiis seenaa ati guyyaa guyyaan nuuf qooddu tokkolle osoon of jala hin dabarsineen dhageefadha inuma amma susii/arada/natti ta'ee jira guyyaa ati osoo nuuf hin dhiyeessiin hafte bayyeen muuka'a
Masha allha baga milkofte Hamale milkahi Garii Tahun ofifi garuu imo Nama toko toko yakan biyya arbati Yoo Garii atate hojatefis galani Hin jiruu human ke faya ke fixuu male anis Mana arba kesati Gara KO Eran hojadha Garu dhumni Koo dadhabif dhukuba tahe guya toko galatomiyu Hin jetuu aka atii Jara dhifte demtus Hin fedhani😭😭
Jabaadhu Gammachiis seenaa ati guyyaa guyyaan nuuf qooddu tokkolle osoon of jala hin dabarsineen dhageefadha inuma amma susii/arada/natti ta'ee jira guyyaa ati osoo nuuf hin dhiyeessiin hafte bayyeen muuka'a
Dhugaa aniis ega olaa🎉🎉
Dhugaa seenaa barumsaa qabuudhaa guddaa galatoomii obbooleettii teenyaa waaqayyoo ammalee jireenyaa kee haa ebbiisuu🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Gammee nuuf jiraadhuu jabaa keenyaa❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏
Wly Seenaa heduu namatii toluu amalee rabbi gamachuu sif hagodhuu obbolletii kenyaa Gammee atis galatomii Kan yero hundaa waan barumsaa nuftuu nuf dhiesuu ketifii❤❤
rabii wolfii haa dhisuu nulee banotaa bayee iraa fudhanee galatomii atilee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Seenaa bayyee barumsaa qabudhaa Ebbifamii Hadhoo kenyaa gorsii Attii ijolee biyyaa Arabaa jiruuf nuuf dabarsitee gariidhaa galatomii❤
mashaalla mashaalla heddu namatti tola jirenyakee rabbin haga dhummatti gammachu sifhagodhuu❤❤❤❤❤❤
Wow jabdutoo jabadhuu dhugaa baga waqayoon sigargaree gammee koo atimoo baga nagaan dhuftee👍👍👍
Sena ke wan nu qodef ulafdhu ❤
Wawwoo Baga Waaqayyoo sii gargaree dhugaa seenaa Ajaa'ibaati Dubaartii Ogeettiidha atii
Alhamdullilah bagaa rabbiin similkesee walihii bayee sif gamadee milka.uu ketif masha aallaah jechii hadhii te sin jetee anilee hadhiif abbaan kiyaa akanuma nun jechaa nugusanii 🎉🎉🎉❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤bagaa waqayyoo sii gargaree kodee tiyyaa
Wow seenaa aja'iibaaa dhaa seenaa namaa jabbeessuu❤😊
Wow hedduu tokko gammade ammas gammadii jiraadhu baayyee tokko jabaadhu goobasii dasna jedhe
Jabadhuu jabdu tiyyaa halumaa kananii itii fufii yaddaa garidhaa atii cimtudhaa
Woow baga waqayyoo sii gargaare obboleetii koo ❤❤❤❤
Gammee kenya galatomi barnota ati nuf goddu kan irraa waa bayye baren jira hati seenaa kan illee jabadhu ati dubarti cimtudha amayu waaqayyoo sii haa gargaru obbolleti koo
Wow jabdu nama ammale waaqayyoo baraf jirenya ke ha ebbisu namni kesi isa fayan inuma milkiha❤
Mashalha 🎉Baye namatii tolah jabadhu jabaduko
Uuuuufffff bagaa waqayoo si gargare ammalee kana cala Si haa ebbisu waqaayoo❤❤❤❤❤
Baga Rabbin si milkeese haadho koo❤❤❤
Mashaallah baga milkoofti giftii ko❤❤❤❤❤
Maasha Allah ❤❤❤🎉🎉🎉
Bagga waqayo sii milkese jirenya kee oboleti koo🎉🎉🎉🎉🎉
Way seenaan ishee heddu hedduu namatti tolaa Ammaas matii kee waliin umrii dhertuu sen jedhaa
Seene hedduu nama gammachisa galatoomi gamme ❤❤
baga Rabbiini si milkesse amalle kana calla si ha milkessu Rabbiini jabadhu attu inttalla cimttudha ogetti too😢❤❤❤
Baga nagan dhufte game ❤❤❤❤❤
Wawo bagaa waqayo sif milikese kanaa cala si ha gamachisu
Nuf jiradhu ammale❤❤❤
Woww baay,ee namatti tola waaqayyoo amma dhumatti si haa milkeesu❤❤❤❤
Waww baga waaqayyoo si milkesee❤❤🎉🎉🎉
Dhugaakeettii sist jabadha🥰🥰🥰🥰
jabaadhu ammas siif haa dabaluu❤❤❤
Seena baaye namati tolu baga rabbii si milkesse❤
Masha allha baga milkofte Hamale milkahi Garii Tahun ofifi garuu imo Nama toko toko yakan biyya arbati Yoo Garii atate hojatefis galani Hin jiruu human ke faya ke fixuu male anis Mana arba kesati Gara KO Eran hojadha Garu dhumni Koo dadhabif dhukuba tahe guya toko galatomiyu Hin jetuu aka atii Jara dhifte demtus Hin fedhani😭😭
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabadhu
Baga waqayyo siif milkesee❤❤❤❤
Seennaa bayyee namatii toluu❤❤❤
Yaa raabii ati akanati nuu milkesi adara ❤jabadhu❤🎉
❤❤❤❤❤ barumusaa gudaa ❤❤❤❤
Gobazi jabadhu❤❤❤❤❤❤
Baga nagayan dhuftee gammee ❤❤
Ani duraa
Baga Waaqayyo sii gargaare 💯
Maashaa Allah
Seenaa akkannaboochise
Akka dhugaadhaa
Baay'ee gaarii dha❤
Amiiiiiiiiiiin yaa Allah
Wow❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻
Wow❤❤❤❤❤❤❤❤
Yoya🎉🎉🎉
Anatuu dhufee❤🎉
Waw ❤❤❤❤
1:19
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Masha Allah baga rabbin sigargare
Masha Allah baga rabbi si milkese
Mashallah akkamitti namatti tolaa Mashallah
Welcome Gamme kenya ❤
baga waaqayyoo sii milkeesse
Itti siif haa dabaluu
Hi Gamme jirta Qaalii 😊
mashallah mashallah ❤️❤️❤️❤️
Baga rabiin similikesee
Well come gamuu
❤❤❤🎉
Amen ❤
Hi gammee😊
Barnotaa gudadhaa qabaa bagaa mikoftee hadho ko
Ani bilbilaa kee eessaa argadhaa😢😢😢😢
Mashaa allaha
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Anatu dura
❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂
❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤