Sittuu hin gooti intalti dhamatun tun of eggadhu Kuni gaarii qabare akka ishin sihiirii itti goote beekkamadha sila hajiin wa malee akkanatti ishi Jala caalisaa innirre hojii Isa argate hajiin cuubbuu caalturratyi dalagetu akkana Isa godhe
Abdii ani gaaffii tokkoon qaba ati ma fooliisaan qabsiiftanii maaliifi gara biyyaa hin galchine maa akkanatti ofitti taphatan baay'ee isaa nama gaddisiisa😢😢😢😢
Faya hin qabu wly🥹🤲🏼☝🏼😂😂sheka iti fiida Quran iti qarasiisa siri iti gote faya miti hajin duran kana miti dubartii takafu hin ergamu nii dhamfte taka fincan obafte😂😢❤A 💪🏼🐅
Namnii ittii zirii ittii gottee jettan like godha akka abdiin argee sheka ittii qarasisuu😢😭
100n 100😢😢😢
Abdii rabbii sii qabe sheka ittii soqii hajii 😭😭😭😭😭😭
Bareduu koo mee matii naa ❤❤
Akida waa itti gote jirti
Ya abdii sheka iti fidii yaro isin manahin jire yokan bakabira gesi shekaiti fidi miskina ara fa muka mulawatin tumte😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Abdii rabbii jedhii mee bishaan Qur'an ittii qara,amee shekaraa fudhii hajii obasii😢😢😢😢
Wallaalahee dhugaa rabbii waan waa itti gootee fakkaatti bishaan sheeynii namaa hanne hammaaman hin seenanii siin jettee hin dhageessu❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢
Yaa Rabbii nuraa qabii namaa akkaa namatii hajji tanaa
Lubuu mee matii naa ta'ii ♥️♥️
Hin sodatee moo 😂😂😂😂
Abdii rabbii si haaegggu
Dhugaarabbii itigotejiritii❤
Namitti itti gottee atu of egii abdii😢😢😢
Akka waa ittii gootee nama shakiisiisa garru haajjin amma dura chaltuttii goodhee ittii tabata tuuree amma immo jazan sunii kara issaatti deebiite yaa Rabii jazaan namaa oltee hin buultuu kunoo nuu argiisiistee subhaanalaha
Waallaahii yaa Abdi sheka Itti qarasisaa rabbiin iraa argata 😢
@@Natitube-n6l maati naaf ta'i
Subhaanallaah kunii malii silaa namittii 😢😢 rabbiin isii haa qajeechuu 😢😢
Akigotu aheka yami manhketiti hjisyami hulhqidibsi hitiqaarhu 👌👍☝️🤲😢❤😢 irhhika ok 👍 nilhlta
Ebadekaa uf egi sitti himtee jirti😢😢😢😢😢❤❤❤❤
Sihiyu rabbin sii haa eguu tuni namitin sheyxana woyitu😢😢
wly sirii iti gotee jirtii iraa hikii ya abdii hajiin obaaleesa rabii tii
Namitii maratuu😢😢😢
Abdii atti off egii mee namittin nama mujirima wayitti tun subahan aallaah
Waliy dhugaadhaa hajiin kan duraa caltuun uleen dhigaa dhabee ammaa namit hajiin nadhoo jetee wamtii ❤❤❤❤
Of egadhuu ati abdii
Atuu egadhuu Abdi Wly 😢😢😢❤❤❤
Yaaboo Abdii sheeka bira hiidhaa fidaa garaa nu nyaatee😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Rabbi jedhi irraa hiksisi😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 Rabbin Bira waa argata Jzk
Biyyi yeman baddee😢😢ilmii isilaamaa fasadaan dachii rabbii balleesse😢
Abdii.misikiinaa😢😢😢
Abdi malo haji biraa dhabadhuu😢😢 garaa naa nyatee inni badaa tahusi dubartii akkana itti phatuni naa arsitee ❤
@@sumearsi4320 bareduu koo mee matii naa ta'ii ❤️❤️
Abdii rabbiif jedhii hajii gargarii sammuu isati akaa debi.uu tasisi
Dhugaa ok 😢😢😢c😢😢😢
Meee badaa,abdii mee mucaa kanaa kidimanii yalii yoo dunii wolii biyuraa amumaa wolii biyuu calaa dhamee maa yarabbii😢😢😢😢😢
warri dhiiraa Rabbii jaartii akkanaa Isiniraa haa qabu Ta kabajaa qabdu Rabbi isinii ha kennu AAMIIIIIIIIN jedhaa😂🤲😢😢❤❤❤
Hajiti Sirii gootee akkana godhati tun Bulguun namitiin
Rabbii jedhii Gaadiseen niqaabuma fuullaa san akka irraa fuutee Salphiftu godhi me😅😅😅
Abdi atuu uf eegi namitiin Tun simayu hin dhamaasin aakira ufiraa eegi isiin hajii waa itti gootee jirti😢
Abdii. Hajii biraa dhabadhuu rabbii irraa argata 😢😢😢😢😢😢shamaraa bay'isuu kanaa qabaa takaa garii qabatee jiratee akkan tayuu waraa dhiraa fakenyaa irra fudhaa dubarii ofiraa egaa
😭😭😭😭😭😭osoo atii Achii jirtuu qamaa salaa iraa muruufii demtii namitiin maratuu calaa
abdi wojike nakolife abidi dhuga haqa calituti male wabira mitii
Abdii shekaa fidii hajjiiti qarasis yeroo eshii dalaga dematu 😢😢😢😢😢😢😢😢
Wallaah atuu ergaadhu Abdii
Dhugamaa zirii ittii gotee malee hajii akanaa akanaa tanee
Homaa itti hin goone yaa jara keenya sin ajjesa zayitin sitti nagaa asiidin sitti naqa jennan sodaate malee fi cubbu caaltutu bahaa jira hojiin rabbi sihiri caala jabaatam beektu kana
Usaa miti atuu uf egadhu😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Abdi siyuu sii dhamastii tuni uf egii
Abdii jazaa rabiraa argata namitii tanan adan basii haajii
Rabbii jedhi Abdii bishan talilaa shekaa bira demi irraa fudhin hadara badalee ta'uu obboolleessaa ketii midhaa isaa irratii lalin hadaraa
Rabbii Jedhi abdii wlh itti hin cal'isinaa namittiin tun ammaa qaltii irraa hiisisaa
Sittuu hin gooti intalti dhamatun tun of eggadhu Kuni gaarii qabare akka ishin sihiirii itti goote beekkamadha sila hajiin wa malee akkanatti ishi Jala caalisaa innirre hojii Isa argate hajiin cuubbuu caalturratyi dalagetu akkana Isa godhe
Dhuga hajii sirii itti gotee male hajii dhalaa tamuu jalaa gadi hin jedhuu😢😢😢😢😢
Abdii ilmaa Arsii Tokko yoo akkanati dhanoo Itti taphate Malituu sitii dhagayama garuu Nama garii ta'uu batuliee Hadhaa garuu heduu garaa nyatee ufitii yamii gorsii Namitii tana dhisee biraa Haa baduu bodaa zeyiti dafte fullaa isaa balesite ijaa uftaa kana Sherafi ufate malee Akkaa Rabbiifi jetee hin ufaladhaa Namitii Waani fetelee dalaguu dandeti malifuu fullaa ufii dhoftee Jirti waani tatafi ufii egadhaa Namotaa isitii dhiyatani Suraa isadhaa fudhaa bilbilaa keessaa kayadhuu Namitii tuni waani hamaa isinirrti dalagufi demii dhugaa amana 😢😢
Ati hin kijibda a maa soodata naadhiti taanaa😢😢😢😢😢😢😢
Wl wr wb 😂😂😂😂😂😂 Abdii hojii garii hojaata jirta jaabadhu walah Hajii Garaa na nyaate dhugaa ilma Dhira Akkanatti Azaba jirti tunii
Jazumaa isaa tan ini calturati dalaga turetu debieef male maal gotee 😁😁
Dhisi ya ta,u calatuti tabate mali abasa
Abdii haadara raabii jeetii akkaa isaa hin ilaaliin haajjii saarii ittii baarbadii atii waani intaalii tunii gotuu argaa jirtaa mii gaaru
Jazaa caaltuu rabii kafalef yo daadetee rabii jeedhii dimaa caaltuu jarsumanilee yo tatee iraa fudhamii
Ati maa itti himtaree abdii califtr itti facaafe hin dhiftu
Natu dura laalee namni akka koo jartii hajjii jibbitan like godha maatiis naf ta'a❤
Rabii jedhii. hajii shek itii fidii hajiti
Abdii ani gaaffii tokkoon qaba ati ma fooliisaan qabsiiftanii maaliifi gara biyyaa hin galchine maa akkanatti ofitti taphatan baay'ee isaa nama gaddisiisa😢😢😢😢
Abadi atii haree maalif cadhafita hin dhayyini male waan sin haraka qabuu ofiraa hin qabaduu yoo isini si dhofotuu
Abdii haajii qabaattii shekaa itti qaaraasisaa itti hin dubaattiin yoo itti himtaan haajiin eshii jedhuu maana namaa demnaa jedhaattii shekaa biraa gesaa 😢😢😢
Abdii Wellah Dhuran Nariisa Hajin Amee Garangnati 😢😢😢😢😢
Yaa abdii Simatuu Na kofalchisee wolahi akka kabitoo tatayuu😅😅😅
😂😂😂Abdii cuubbuu caaltuu qabee dhiisii qaaliiko Atuumtuu goshii cuubbuu caaltuu ❤❤❤❤
dhuga waa iti gote sheka jenani sodate😢😢😢😢😢😢
Assalamu alaikum wa rahmatullahi wa barakatuh Abdul Rahim
Walyii abdii atii kolfaa nu fixee walyii 😂😂😂😂😂😂
😢😢😢abshrii bro the 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Hhh😂😂😂 gartega abdii wahijira nisodati 😢😢😢😢😢😢 walahi shekha itiyami
Namitii shexanaa
👌👌👌👌👌👌👌👌😮😮😮😮😮😮
Yabdii hojjii ke 😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤
Ittii qarasisii abdii hajii😢
Mali fakahtii jalidetiin😮😮😮😮
😅😅😅😅 Abdi hojii kee nyadhuu 😅😅😅😅
Haajii waanta inni Caaltuu irraati Rawwaacha turee jibinuyuu Amma garuu baayee garaa nama Nyaata baayee nama gaddisisaa dhugaa waaqayoo Abdii Addaraa sheeka biraa geesaa
Ofii irraa hin Dhiftoo Atii
Abdii kun beekamadha akka Isheen Haajii dhamastee jirtuu baayee nama gaddisisaa rabbii
Abdii shikaa rabii jeiii shekaa itii fidii😢😢
Abdi akka haji lali sheti iti yami ira hiki rabbi jedhii
Abdi kuni waan ifaa argamu bar intalon sihrii itti godhun bekamaadhaa
Wolhii ajinsirinjiruu😢dhamaftetii atuu of egadhuu abdii
Quraan banii saloni kessaa ka'ii abdii😢😢
Abdallaa tti itti dalagee sirii
Abdii. Galatoomii. Jabadhuu 😢😢
Hoojii keesanii nyaadha 😅😅😅😅😮
Maluumafii in Reebuu camera cuuftee Abdii
Faya hin qabu wly🥹🤲🏼☝🏼😂😂sheka iti fiida Quran iti qarasiisa siri iti gote faya miti hajin duran kana miti dubartii takafu hin ergamu nii dhamfte taka fincan obafte😂😢❤A 💪🏼🐅
Uuufff😢😢😢 dubarti ilma dhirati taphachu
Abdii namaa itii bitii rebdisii hintalaa kanaa
Bagaa itti goteee isaatuu akkas godhaadha turee hojisaa argatee😛😛😛
Hin kolefee ree hin kolefee wly 😂😂😂😂😂😂😂😂
Ya abdii ira hiki pilis 😢😢😢😢miskinaa ya oromoo dhaqaba😭😭😭
Abdii gowwaa wly jara kana ufirraa wegi si dhamaasanii
Yaa Abdii😂😂 banii mana keen qulqulleessa jettaa 😂😂😂😂😂😂😂😂😂💁♀️🙆🙆😂😂😂😂🪣🧻😂😂😂😂😂
😂😂😂😂😂
Dhugaa keetii ❤️❤️❤️❤️
Yes yes Abdii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Abdii koo rabbii irraa aragata irraa hissisin abdii hajjii irraa
Dhugaama jatee shaka ittii qarasisii Abdii
Abdii hojii kee nyaadhu kkk 😂😂😂
❤❤❤❤❤❤❤Adbii ❤❤❤❤❤💘💘🥰💘💘💘💘🥰💘
Asw akami abdi Kiya ngy qabda waniin sin ja'uu fuula jartii hajii tanaa nuf barii hayee akamiti fuula jarti hajii baruu dadhabdee abdi baruu qabda abdi nuulee garsisuu qabda.ok
Ya Abdii hajjiin mubayilaa hin qabuu videole hin arguu atti itti mudhisii si yalaa jedhiini sheka biraa fidii😢😢😢😢
Yaa abdii annii sittii kolfee😅😅😅😅😅
Atumanu of egii😢😢😢
Aatuu Eegadhuu yaa Aadii
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💖💖💖💖
Dhugaa keetii❤❤❤❤❤❤❤