Masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah baay'ee bareduu rabbin wojjin isni haa tursisu umrii dherdha
Masha allah heduu nama toltan senna teessan heduuu wan nama tolyii namaa wan hundaa wajii obsee dabaresa rabbiin baloo isaa keesaan nii basa ammas kan calla isintii haa tolchuu oboleyyan kiyaa qalii
Wolii Mudanoo kesanii Naa Bochiftee Sadarkaa Sanii irraa katanii asii getanii Allahadullihaa Rabbii Wolii isinii haa turtisisuu
Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Rabin Wali arii dimtuu walin wara basu isin haa godhu walhii👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Maashaa allh maashaa allh maashaa allh maashaa allh maashaa allh maashaa allh maashaa allh maashaa allh maashaa allh maashaa allh maashaa allh maashaa allh maashaa allh maashaa allh maashaa allh maashaa allh maashaa ijara haafaa umurii nuu dheradhaa hora bullaa walahii hedduu isinnii jalaadhaa 💔💔 💯 💯 💯💯💯💯💯💯
Wooooow umu afnaan baayye namati tola dhugaa ubu afnaan isima jalqabake jaalatte itti Eerumte jechuun baayye namati tola jaalalli guddaan aka isin giddu jiru abdiin qaba rabbi isiniif hadabalu jaalala keessan
Dhugaadha jaalalli waan hundumaarra in caala waan fedhe yoo dhabdanu yero sanati jaalallu isin giddu jiraachuunsa waan guddaa namatis rabbitis waan toludha mudannu kana dubbachuun keessan nuufille barnoota guddaadha baayye galatooma baga rabbi rakkina sana keessa isin dabarse ardhaan isin ga.e darbaa nuuf jiraadha waaqayyo umuri dheera isiniif hakennu
Mashalla baye baye namati toltuu jabadha uma afnanii dirama masanu santi baye nama kofaalchita
Mashaa allaah waliif isiin haa dhisuu umrii dhertuu fayyaa bareduu isiniif hawaaf wly heeduu takaa naa toltan
Mashaallaa mashaallaa anii waraa you tube kanara isinuma natii tolaa rabbii umrii tesaan haa dheresuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘
Wallahi asso naf danda’aamee like 100000 isin godhaa ❤️❤️❤️❤️💯💯
Jiradhuu ilmaa oromoo
88po
.
Mo
Masha aallh tabarakala hedduu isini hadha isin lachu rabbuma kiyya tokkich santi sanfi jecha isin jaladha hundu kesani.❤❤❤❤❤
Mati nafi tayii mee sanyii
@@hayatiprotube5379 mati nafi tayii mee sanyii
Rabiin isiin haa barakachisu Ramaan an bayyeen isiin jalaadhaa
Maashaa Allah Maashaa Allah Maashaa Allah baayyee baareduu Raabbii Umari isiin haa dheeresuu
Mati nafi tayii mee sanyii
Maashallah Maashallah Maashallah Maashallah rabbi wojjin isin ha dheereysu
Hedduu isiin jalaadha wollahi rabbiin wolitti isiin haa deebisu ❤️❤️❤️
mashaallaaa rabbiin umrii teesani haa dheresu
Mashalla tabrkaa Alha rabbi umri wojin isin haaa tursisu
Wollaahi hojiin keessan baa.yyee namatti tola itti fufaa jabaadha
Mashaaaa'Allaah rabbiin adunyaafi aakhiraas waliin isin haa milkeessu Afnaan, Ummu Afnaaniifi Abu Afnaaniis hunda keessanuu isin jaaladha obboleewwan koo, ani gaafii hin qabu garuu, nasihaan koo immoo jaalala keessan gidduu oduu namaafi haasidni akka hin seenne tikfadhaa
Waan hundaa ol immoo ibaadaa jabeessaa, iddoma jirtanitti rabbiin sodaadhaa
Afnaaniis diinii barsiisaa tun dhaamsa obbolummaati.
Masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah baay'ee bareduu rabbin wojjin isni haa tursisu umrii dherdha
🌷🌷❤❤❤❤❤❤
Maashaallaa maashallaa Rabbi walitti isin haa jaallatu jabaadhaa
Mashaa alhaa rabbii umrii haa dhersuu
❤❤❤❤❤❤❤❤Ayaan
Mati nafi tayii mee sanyii ani mati sifi tayee
Mashallaa tabarkallaa bayee namati tolitaan nufi jiradhaa horaa bullaa
Maashaa Allaaa maashaa Allaaa maashaa Allaaa maashaa Allaaa tabbarakalah Rabbiin umrii isin haa dheerresuu obboleeyan tiyaa ijaarra na hafaaaa heedu baaredanii bayy'ee isin jaaladha isin maatii kabaja qabuu akkasuma maatii bayy'ee gariidha kabaajama kanaan nuf turaa
Mshaallha mshaallha ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Borther kiiya fee sistu tiiya Ayan qali
Wawawa jabadhaa waqayyoo umurii dheraa isaanifi haa kenuu qaqaliiwwan kenyaa
Mashaa allaa ayyaan gafii ajaibaa dhumaraa fidee
Hiriyaa tiyaa takka gafii atti mustariyaa wajii gotee irraati ayyaan hin sobdii
Jarsii kiyaa namaa ijolee jaltuu jetee
Akkami hagaa wagaa 8 gutuu mucayoo 1 qofaa qabaatan osoo ijolee jaltee waliin jenee turee bagaa debiftee
🌹
Walyii wanii sinin jedhuu hin bekkuu da’imiin tennaa takkaa hadiyyaa rabbii birraa nuu jirttii jenaa Rabbiin kan guyyaa Qiyamaa shafi’aa isiin tatuu siin haa godhuu Amiiiiiiin 🤲🤲🤲
Oboltiiii tiyaa waalhii rabbii jechaa sii jaaldha garuuu ufataaa akkan mulsamaa irraa baaarduu godhuu maloo wan hundaa caalaa daagaa rabbii egaaa
Mashaa.all.walif.isin.haa.dhisu.obaleyan.koo.naa.jiradha
Wowow bayyee namatii toltuu kesumamoo kolfaa jartii ketii natii tolee bareduwaani kenyaa
Mashaa Allah wali irra baredan akkanumatii urmii dheradhaa
Bayye baredu jajabadha walin umuri dheradha
Wwwwwoooo mashallaah mashallaah rabbiin woliin isiin Haa tursisuu
Bayye bayye isni jalladha dhuga baredoko itti fufa jabadha isni bayye nama jallatamodha.👫❤❤❤❤
Mashaa Alhaa A mashaa Alhaa rabii umri sin ha dhereshu hedhu isn jaladhaa rabii janataa kesari wal nu agarsishu
Mashallah mashallah mashallah rabbii isinira haa jaltuu baye.ee tokkoo wliraa bareedani rabbii umrii waliin isiin haa dheresuu dima tesanile rabbii isiin haa gudisuu
Mati nafi tayii mee sanyii ani mati sifi tayee
Woow mashaallah mataa jalala heduuuu namati tolatan 🥰🥰🥰🥰
Maaaaashaaallaaa maaaaashaaallaaa maaaaashaaallaaa maaaaashaaallaaa maaaaashaaallaaa maaaaashaaallaaa maaaaashaaallaaa maaaaashaaallaaa hedduu namati tolatani rabbiin waliif isin haa dhisuu inshaallaah jabadhaa
Mashaalla baayee namati toltu dhugaa ija hamtuu isiniraa haa qabuu
Rabbi dacha isinif haa kenu kuullu nabsin Zahiqatul mowti nu hundu achuma demna rabbi tan sababa isi janata sentan isinif haa godhu 😭😭
Yaa Allaah mudanoo siin mudatee bayee garaa naa nyattanii walyii 😭Alhmdulilaa bagaa rabbii siin basee ☝️☝️☝️
Mati nafi tayii mee ani mati sifi tayee
Maasha allaha wallahi hedduu nati tolatani rabbi wolin umrii teyesan isinif haa laatuu
Masha alla masha
Mashaalhaa tabarkalaa ijaraa nuu hafaa ayani jabefadhu j kee
Mashalha wly heduu natoltani ija hamtu isinirahaqabu
Mashalaa baye namatii tolitanii
Masha allaah masha allaah ijara hafaa bayyee isin jaladha heduu galatomaa
Soo ilove you mach safuwan and Ayyaan
Umrii dheradha issin lamenu daima tesanile rabbii haa gudisuu inshaallaa
😭😭😭😭😭 wolhahii dhugadhaa jalala dhugaa tuu calaa
Wowow baayyee namatii toltuu siin lammanuu oraa bayyadha abba manaa garii qabda waaqayyoo galatefadhu adhokoo
Rabbii biyyaa kenyaa nagaa nuuf haa godhuu
Ummu Afnaan and Abuu Afnaan wly mudanno keessan ishen dhumaa tun imimmaan qabachu naa dhorgitte yaa obbollewwan muslimaa rabbiin addunyaa fi akiraati walin umrii isiin haa dheerressu qaaliwwaan tiyya rabbiif jechaa isiin jaaladha wly 💗💗💋💋
Wow baga rabbi waliif isin kenne dhugaa baayye namati toltu umuri dheera isiniif hakennu
Mashaa alaah wolhii Ayanii bayy'ee baaredaa hamatuu siraa haa qabuu rabbiin woliif isiin haa dhisuu💖💖💖
Mati nafi tayii mee sanyii ani mati sifi tayee
Masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah rabii jalala dhuma hin qabne rabii esin haa kenuu
Mashllha mashllha mashllha mashllha mashllha
Umrii dheeradhaa rabii wajin isiin haa bulchuu
jabadhaaa hedu namtii tolaa
Maashaala Maashaala wajiin horaa arii filaadha
Mashaallaaaa waalhii baayee si jaladhaa raabiifi jechaa jabaddhaa♥️♥️♥️♥️♥️
Baaye nama bashananisa dirama kessan jabadha
mashalla bayye wni bira baredani rabbin jalala kani kana achi rabi isinf hakenu
Mashaa Alla wanti nama birra irana adda isini godhu gaffi isin gaftana biffa baredafi sena dhugga tayene debissu kesani 💗💗💗💗
Masha alhaa walif isiin haa dhisuu
Waleykumsaalam waramatulahi wobarakatuu mashaallaah mashaallaah Tabarakala Safuwan fi Ayan💗bayee namati tolatan rabbi umari wol isin haa dherasu nufi jiradha jzk💯💯💯💯💯💯✅✅✅✅✅✅
Maashallaah Tabarakala bayee baredaa wolayii
Masha Allah ya obbolewan Kenya
Mashallah rabbiin umrii isin haa dherysuu arii wajin filadha💕💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯
Rabbin wallif isin hadhisu
Mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah akubariii umrii dheradhaa ijaa hamatiu isin iraa haa qabuu
Mashaa Allah baay'ee isiin jaaladha Abuu Afaana fi ummu Afaana rabbin umrii wajiin isiin haa dheressu inshallaah baay'ee natti toltaan baga rabbin isiin basee kaa baay'ee nama rifachiftii mudanoon tessan taa gaafa waraana suni rabbin jaalala malee jibba isiinira haa fagesuu jaalalti jiranan wantii hunduu jira shamaraan tokko tokko jira taa dhiraa hiyesatii hin heerumu jeete ofii guddistu wallahi mudanoo tessan tuni barumsaa gudda qabdi
Mashaallaah rabbi sira haa jalatuhu dhugaa keti
Mati nafi tayii mee ani mati sifi tayee
Maashaallaa maashaallaa maashaallaa maashaallaa maashaallaa maashaallaa maashaallaa maashaallaa maashaallaa maashaallaa maashaallaa tabarakala tabarakala tabarakala ijara hafa hora bulaa 💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕
Maashaalaa maashaalaa tabaraakalaa bayee namatii toltanii rabbinii wolinii umurii isini hadheresuu ishalaa biizinilah ❤❤🌹
As wr wb Mashaa allah wallahii jalalaa jechuun taan yeroo rakkoo waliin dabarsaan tanaa aniis akkasumaa akka khesanittii jalalaa qofattii amannee wal funee abbaa manaa khiyyaa yokan abbaa ilmmaan khiyyaa wan takkan malee osoo manahuu hin qabnee wal funee arraa wajjiin wan hunddaa horree ilmmoo fii qabenyaallee rabbiin umrii dhertuu waliin isiniif haa khennuu wan anillee namudatee irraa dabree dubatanii na gamachiftanii namaa hundafuu barnotaa rabbiin haa godhuu bulaa horaa isinin jaladhaa i love ❤️ you so much both of you🙏🙏🙏
Masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah Rabbiin Wolini urmii isini haa dhereessuu inshaa Allah
Diraama masaanu nuuf gadhiisa jabaadhaati
Muudannoon teessan nama boochifti jabaadha ganda lachittuu rabbi isin haa milkeessu
Rabii jalalaa gudaa isinifii hakenuu
Al hamduulilah rabbii sabrii isin kene isin irraa hin fudhati
Ka.a nama kenus ka,a fudhatus rabbii
Ammo rabbiin ta,a shafi,a isin haa godhu.
Dabale dadabale rabbii ilmaanin isin haa duroomisuu ..
Baye baye namatii tolaa jabadhaa
Dhugaa raabii banyee garaa namaa nyaata halii keessaa dabarsitanii kesaatuu guyyaa belofnee jetuu suunuu barumasaa namaa ta.aa bagaa raabiini kananii issiinii gaa.ee
Mashalla mashalla heduhu namah tolotan
Rabbii waaliif isin hadhisu
Maruu fi Ayyaantuu Ani bayyeen sin jaladhaa hasaan kessaanif jalalii siin waliif qabdaanilee bayyee namaa gamachisaa rabiin walitti sins jalatuu
Måßhåållåååh ijaaara haafa Råbbïïn Umrii guutu isin Haa dheereesuu Måßhåållåååh tabarkaallah 🤲🤲☝️😢Wanti isin dhaamuu Wali qabadhaa Wåålif îsin haa dhisuu Râbbîin 🤲🤲☝️❤️👫🤱
Masha Allah ijaraa hafaa
Masha Allah rabbin isin bira haa jiratu wollahi heduu nati tolatani
Masha allah heduu nama toltan senna teessan heduuu wan nama tolyii namaa wan hundaa wajii obsee dabaresa rabbiin baloo isaa keesaan nii basa ammas kan calla isintii haa tolchuu oboleyyan kiyaa qalii
Mashallah akkuma kechan kana Abba mana gari hadha mana gari Namaf kene mta.a lata
Wayyoo mudanon kessan wan bayee garaa nama nyatuuf sukanesudha bagaa waaqayyo sin olchesii qommowanko jabadha
Maashaa.aalaa maashaa.aalaa maashaa.aalaa maashaa.aalaa tabaarakaalaa rabbiin woliin umurii isiin haa dheresuu rabbiin dunihaaf akiraa woliin isiin haa milkesuu Inshaa.aalaa
Mashaa Allaah rabbiin waalif isin hadhisuu jabadhaa
Mashaa Allah Taabaaraakaalaa rabbin umri isini haa dhersuu ijolee oromoo jajabadhaa itti fufaa
Mashalaa rabiin umrii wojiin isiin haa dheresuu
Mashallah ummu afnan fi abba afnan bayye namatti toltan jabadha isin mati garii guyya tokko dhuftani ummu afnan wojjin nu hin zihartani 🇾🇪🇳🇴🇳🇴🇳🇴🇳🇴😰☺️☺️☺️☺️🎬🎬🎬❤️🩹❤️🩹❤️🩹❤️🩹❤️🩹❤️❤️❤️❤️😍😍😍😍😍😍😍🌹🌹🌹🌹🌹😊😊😊😊👏👏👏💖💖💖💖💖💖💖🤗🤗🤗🍬🍬🍬🍬🍬🌏🌏🌏amiiiiiin rabbi umri dheera walin isiin haa jirachisuu
Mashaa alaa mashaa alaa bayee namati toltaan nagaa qabadhaa
Masha allaah bayyee wal biraa bareeddu rabbiin waliin isin hatursisu ummu afnan I love ♥ u so much uuuuumpaa
Umrii dhertuu isinif haa kennu
wowowo du'aii naf godhaa rabiin akka caraa ayyan san nafis godhuu inis hiriyaa jalaqabatii hafuu
Maasha allah horaa bulaa
Mashaa Allaah tabarakaallaah namati toltan jabadha inshaallaa yoo rabbii jedhee nii galaa gafaa tokko
Masha Allah heddu baredan garu Ayyan. akka warra biyya tiyya tate numan shakke
Mashaa Allah rabbin isiniraa haa jallaatuu jzk umrii nuuf dheradhaa ♥️♥️💞😘
Sumayaa Sumayaa kotuu mati naf tahiti
Masha alh Rabbii wolni umarii isn haa dheresuu bayyee isn dinqisifadha Dhugaa