Comment jalqabaa guya hardha ana abdi waan haaraa yeroo baayye nu biraan geessa jajjabaadhu garu wanni si gosu takka yero odu himtu sabbar zeena hin jedhin oduu ammee jedhii eegalu si jaalanna jajjabaadhu❤
Qafsoo kara naga osohin tane arraba male fedha ummani ko nagan hajiratu osoo hin tane akam.motumman xiqii kesa gale ummatan woli dhabu godhara woluma galtii karraa naga oso hin tane kara dalgati liqimsi ani akka kiyyati qafsoo jawarira kan maroo nafi ta,ee 😤
Obo Ahamad As wr wb yaa obolesaa kiyyaa ❤isin wan kitaba keessa jiru❤nuu dhaaqasisaa❤❤❤❤❤
Amiin walumaanuu baga itti geenye numartuu❤❤❤❤❤
jawwaar jechuun Abbaa miidhamtootaati dhugaa dubbachuudhaaf🎉🎉🎉
Jabaadhu sihrodafajira somaale kessa ❤
Welecome ❤❤❤🎉🎉🎉
Itti dhisaa orginalii nii bekkamaa enyuu bitee dubisaa miti
Nuu jiradhuu lencaa Koo Oromiyaa iraa sifii baresee
Jawwee my ing ♥️ ❤❤❤❤❤❤❤❤
Masha allah jabaddu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow baga ittii geessee
Su'uud arabiyaa fidaa
Jajabaadhu. Si jaalana
Comment jalqabaa guya hardha ana abdi waan haaraa yeroo baayye nu biraan geessa jajjabaadhu garu wanni si gosu takka yero odu himtu sabbar zeena hin jedhin oduu ammee jedhii eegalu si jaalanna jajjabaadhu❤
😢❤😢😢😢❤❤❤
Yaa rabi Jawaaaaa nuu teyyesse ❤❤❤❤❤❤❤❤long life Jawaaaaa
Ooooo❤❤❤❤
Jabadhaa JAWAR mahamad fana dhabadha
Ws wr wb atis baga jiraattee mee nu warra biyya jiruuf kataaba J back camera 📷 nuu kaassii video kutaa qabuun nu hojjadhu
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
ውሃ የማሃነሣ የጃዋር መጽሐፍ
akkatti nuuf dubbisaa hanga arkannuu galatomaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
maalif ketabicha TH-cam irrati maalif hin gadhistu
haalaa audio tin maalif yoo jatee dhugaa fi sobaa isa akka
baruf yoo kitabichi dhugaa ta'ee
Qafsoo kara naga osohin tane arraba male fedha ummani ko nagan hajiratu osoo hin tane akam.motumman xiqii kesa gale ummatan woli dhabu godhara woluma galtii karraa naga oso hin tane kara dalgati liqimsi ani akka kiyyati qafsoo jawarira kan maroo nafi ta,ee 😤
Gara jabuti ergame🇩🇯
Wanta kana afaan amariffaatilleen dabarsa
Waa hundafu oromon dhumte Akkumas itophiya jigdee jechudha
Oduu jedhi yeroo dabarsitu
jawwar maahinii
😂😂😂😂😂
😂😂😂😂
90 k congratulations
Galatoomi
❤❤
Bara sireesi
❤❤❤❤🎉
አሚንንንንንንንንንን
❤❤❤
Aswr wb ssabbar zeena hanbbisika Ahamad keenyaa
👍
😂😂😂😂
Sorry oromoo koo
Galatoomi brother
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jawaar king
As.wr.wb
Kitaba kana akamitii argatu danda.a wori biya keesa
😢😢😢😢
Broo namnii tokko bitee hin jiruu
Edaa san sura kasi ergi mee
Jechoonni akkanaa osoo taheellee qaanii ofii namni of hin saaxilu iarra daeebiin itti yaadamee ajandaa fakkeessanii wanuma xiqqoos taatu shakkii nama keeysatti uumu barreysuutu kijiba isaaniif dhugaa fakkeeysa natti fakkaata
Yeroo tokko tokko na aja'ibdu warri Jawar degarra jettan kun😂
Jawarin Mootummaa mormu
Mootummaa yoki degartonni Mootummaa waan garii Jawar akka dubbatu feetu moo?
Waan Jawar hin qabnee meeqa irrati tulaa ollu
Haa farsaani feetu moo nuti warri aqamii qabu osoo kitaaba hin dubbine ni beekna😂isin warri bishaani gabaate gubba karama argiitan daayxu male😂
Mee ijjole marro irra waa baradha hangaa feete OPDO irrati dultuu yaada jarri marrof qabduu hin jijirtuu
Warri jawar degarra jedhu kun harkii 50 dhugama girrisaa wly😂
Ati enyuun degarrta 😂😂
@SadaGabi-ou7lr hin deegaru ,miseensas miti
Garuu ABO kessati dhaladhe guddadhe abba koo irra hanga eessumani fi durbii kooti itti dhabe hardhas irrati dhaba jira ABO baayee jaladha jechuman A b o jedhu kan yoo dhagahu gammachu natti dhagahama
Dhabaa jawar hin jaladhu garuu jawari akka dhunfaatu lubbu tiyya isaf dhaba🥰
😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
❤❤
🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭🥰🥰🥰♥️♥️❤️❤️❤️💪💪💪💪💪
Qo'i kitabichi pilay story irra hin jiru
Dubbisuun dandeettu moo seeraan dhiyeessi sagaleessi
Abbichu king
😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💘💘
ጪራሺ የፋኖ ደጋፊ ሆነህ መጣህ ወላሂ ባለጌ ነህ ጁሀረኮ ካንተ ምንም አይፈልግ😂😂😊
😂😂😂😂
❤❤❤❤🎉🎉
Wanta kana afaan amariffaatilleen dabarsa
👍