Biyyi maa boha ato naa dadhabne amen ebbifami waaqayyo daacha si haa ebbisu . fakk siraa haa barran of agarsisun bu'a hin qabu kirsitosin agarisisut bu'a qaba ati jabbadhu
Ameen Ameen Ameen Waqayyoo si ha Ebbisu ijoollee kakuu biyaaf ebba si ha godhuu obbolaani Lana waqtole Fi Seenaa Waqayyoo Abbaa Kenya dibataa isaa dacha dachaa dachaa sinif ha bayisuu........ Salpha mitii barbachii isaa ............. Ebbifamaa
Uffana isheraa malii futaa kani ishee kessa maddu dhagefadhuu malee waqayyo hala uffana inni lalu maa gowomata hubadhu namni nyatafi uffana miti kan midhagu kani arbasa keessa bahu malee malumafu wayya inni lali oso isaa ilaltu kana dubbatu sagalee erga sii darba
Ameeeen akaam namatti Toole yeero obbolonni laman waalin faarfatan ebbifaama halli uffanan kee immo farfattota heduuf baruuma jeedhe yaada🎷🎷🎺🎺🎻🎻🎸🎸🎶🎶📯📯🎼🎼👂👂👈
Ayyana Qabeettikoo Barrikee Haa'ebbifmuu Ati.Nuuf.shamaraniif Fakkeenya Gaariidha.Karaa.Hundaan Namatti Tolta.Itti fufi Ayyanichi Siif Haadabalamu Ebbifamaa!!
samson
❤❤❤❤❤❤❤
Hoo My good farffaan kana yom dhagefadhee akka qufuu hin bekku waqayyoo gooftaa maccaa dachaa dachaa saa eebbisuu
Yaalamneera gaaruu hin qaabamnee heddu tuuran gaaren diina keenyaa...... Ebbifaami. ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🌹🌹🌹🌹🌹
Biyyi maa boha ato naa dadhabne amen ebbifami waaqayyo daacha si haa ebbisu . fakk siraa haa barran of agarsisun bu'a hin qabu kirsitosin agarisisut bu'a qaba ati jabbadhu
Ameen Ameen Ameen Waqayyoo si ha Ebbisu ijoollee kakuu biyaaf ebba si ha godhuu obbolaani Lana waqtole Fi Seenaa Waqayyoo Abbaa Kenya dibataa isaa dacha dachaa dachaa sinif ha bayisuu........ Salpha mitii barbachii isaa ............. Ebbifamaa
Ameeeeen iyesus nufi Abdii dhugaadha Ebbifami akkasumati itti fufi ... eshi Gadi jete waaqefachuunkee iyyuu waan guddadha bara Amaa kana keesati DHifama male jiruu ba,yeen ofi Argisisuuf iddoo Arsarati didiibbatan Ufaanan isaanile heeddu kan namati hin tolee
Ameeeen ameeeeen sin jalaadha hirriyaakoo lafaa onnaa wanan hin bekne sigaafate anaf kenna dhugadha maqaan saa yaa ulfatuu goftaa yesus eebbifamii mucaa kaku
barakee gutuu gutaamii ayyana waqayotii siiinbonsaa siif adabalamuu sirraan indaagatiin arkiiwaqayoo eebbifamii
Ati dhiigasan bitamte jabaadhuu kun sif ka'umsaa malee ga'umsaa miti
Ayyanni waqqayyoo kana callaa issinif haa bayyatu farfaatuu waqtoole fi farfaataa Seena ebbifama darbaa farssaa
waqayoo sii ha ebisuu.farsa kee bayen jaladha waqayo siwajin ha jiratu yero mara jabadhu waqtole..
Dhuguma Gooftaan arraba kee qubasaan tuqeera. Maqaan kee waqayyo haa eebifamu baraa hanga baraatti. Amen
Q
Q
Ebbifama waaqayyo isin ha ebbisuu ijoollee goofta!
waaqayyoo dabalee ayyaana isaa sioif haa baayisuu galatooma
simboo waqayyo sifaa dabaluu ebbifamii maqaan waqaa kenyaa olaa jedhuu jabadhuu
Ebbiiifaamiii bareeduu koo waaqaayyoo ayyaanaa kan caaluu siif haa kennuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ebiifamii obboletikoo farfaannankee jalqabaka.e hangadhumassatii senaa jireenyaakootii dubata jireenya anii dabarseen walqabata farfannankee dhugaa ebbifamii
Ayyaannii waqayyoo siif haa baya ,tuu waan ofii koo dibbata dibbarratii waaqaayyoo siif haa kennuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ebbaf ta,aa❤❤❤❤❤❤❤❤
ameeen ameeen ameeen ubanakana amayusifadabaluu dhugadha silayonabani silayona bane akawaqafi jiraa
Ameen faruun kun bayyee lapheeko na raasa maloo ebiifama ijolee waqaayyo barii keessan ha ebifamuu dachaa dachaan!!!
Ormii maa bo'aa atoo naa dadhabee biyyi maa bo'a atoo Naz dadhabnee uuuuuuuuuu sii safuu gooftaa gooftoota ebbifamaa dachaa dacha
Sii jaladhaa hiriyyakoo lafaa onna waan sii gaftee a fii keenaa a amneen amnee amne yasuusee koo
Eebbiifamaa ayyaanii waqayyoo siif haa baayatu
ameen ebifamaa waqayyo sif haa ebisuu
si jalaaladha
Ameen Ameen Ameen Amee Amee eebbifami hadhoo koo maqaa iyaasusin darbi deemi kanuman calati ayyaani waqayyoo siif haa dabalamuu uuuuuuuf🙏🙏🙏🙏🙌
10
hdbdbgui
Uufffeeee waaqayyoo bara.fi jireenyaa kee haa ebbisuu ebbifamaa dachaa
ebbifami waaqayyo kana caala haafurasaa sirrati ha dhangalasu
although I don't know that language but in imagine so good and God will bless the singer amen
Waqaayoo baraf jirenyaa kee haa ebbisuu ayyanii waqayoo sif haa bay'atuu namaa kakuu
uuuuffffffeeeee.
waqayyoo waqarraa
isi'naa ebbissuuuu!
ameeen ameeeen🙏🙏
Maaloo faarsaakee kana irruma deddeebi'een dhaggeeffadha garuu hin quufu waaqayyo ammayyuu si yaa eebbisu
Dhugaadha ani waan akkaa kanatti naa eebbisee hin argine gooftaan koo karaa hundumaan saa eebbisu haadhoo koo
waqayyoo si haebisuu bayyee natti tolee dhugadha jabadhuu
hiriyee ko lafa onaa ameeeeèn ameeeeèn ameeeeèn ameeeeèn ameeeeèn barri jirenya keessani ha ebisuu waqayyoo
Xaajituu nagaroo beeruut ira goftaa sin isuu annaaf kayyoidhaa ebbiifaamii
argaamaniko fagoi faggoosi ameeeen eebbiiffama ijoollee kakkuu
waqaayyo dachaa dachaa isin haa ebbissuu ittii fuufaa ameeeeeeeeeeen Beeruutirra.
farafoton hundummtuu barumsaa fudhaa mee waqtole irraa Dhugaa
waqayuumtii waqa irra sa ebbisuuu
Waqaayyoo saa ebbisuu qaxaale nama kakuu jabaadhuu
Baye sinni jaladha dhugaa eebifaamaaa
ameeeeeeeeen ameeeeeeen ebifaamiii dachaaaa namti toltaa haalii demsaa kee kanumaan itii fufiii
I am Muslim i have Respekt for all Religionen oromuma walitti qabanaa
Waan sii galeetu jiraa
Ani garu musilimaa baye das nama jedha
Uffee iyesuus ii hiryee lafaa onaa waqtolee goftaakoo sii ebbisuu namaa toltuukaa
AMee AMee ijoollee abbaa tokkoo Waqqayyoo siin abbisuu amaa dhumatti siin adhabuu jaanadhaa mottumaa satti since adhabuu
ebbifamaa dhugaa hinquufamuu farsaa kunii ayyanasa siifhaabasuu
Ameen waaqayyoo si haa eebbisuu eebbiifamii
Thank you !!
Good song heart touching .
Asteer Berutti irraa uuuufffffee. Eebbifami Salpaa mitti ini ati Nafi gotee Namni Malifi?? Bo'aa Atoo Na Hin Dadhabnee
Ameen Ameeeeen Ebbifaama. Hayyan gfta dacha sinfaa bayyatuu
waqayoo afuratti foinitti daddabalee siyaa ebbisu
Siin jalladhaaa hirriyekoo lafaa onaa uffeeeeey ebbaaf ta'aa yesuus maalee enyuree hiriyyaan lafa onaaa
uuuufffeee yesuse koo iriyee lafa onaa waaqayyoo waaqa irra isiin haa ebbisuu ebbiifama ijoolee Kakuu!!
Hama.dhumati.isina dhabu.waqayoo
dhugumaa shammarran hundinuu akkanumatti farfaadhamee of agarsiisuu dhiisatti.ebbifaamii waaqtolee maqaa iyaasusini.kudhan ofjijjirani farfaachun faayidaa hinqabu.haalli kan immoonama gammachisa.ebbifaamaa
Uffana isheraa malii futaa kani ishee kessa maddu dhagefadhuu malee waqayyo hala uffana inni lalu maa gowomata hubadhu namni nyatafi uffana miti kan midhagu kani arbasa keessa bahu malee malumafu wayya inni lali oso isaa ilaltu kana dubbatu sagalee erga sii darba
Inni lali sagalicha dhagefadhu malee
Mal odesituu ama hoo addaa jedhaani lafaa arsaa waqaayyoo bakkaa sirba godhaniruu
bari dhumaa ini jedhamee cafamee kanuma kan biraa miti
Ossoo akka kanati farfaatoni hundinuu farsani hedduu nama gamaachisaa hundaafuu abban hojii isa ni argattaa
Dhuga jetegaruu iddoo arsa kani falmatu enyu ? .anagaru waee ufana adda kan na dhibba 2 fff.akkata sochi .....nu garu itti murtesinu abba murto jira ...dhagefadhu ufana dhisi
Uuuuuuuuuufffffffeeeeee waqayyoo goftaan guddaa si haa Ebisuu Ebifamituu koo
Ayyaani isaa dachan sif yaa dabaalamu eebbifami
Kaan issaa tahun koos gaafiin beyedha moo kaanuma hin shaaka dinni koo hin qanahuu
ameeeeeeeeeeeeni amereeeeeeeeeeeni ameeeereeereeeeeni ebbifaamii muucaa kaayooo kaanuumaa calalaa hayanaa siifi hadaabaaluuu abbaanikoo hadhooleeko
Ebifami
Amminii Ammiinii ijoole waqayoo
Waqayyoo sii haa ebbisuu
Ammeennniii gortan sii haa ebbisu keni cala itti fufii kenisa sitt haa calu
Ebbifamii.ameen.ameen
Ameen Ameen Ameen goftan yesus isin yaaa ebisuuu!! ormii maa bohaa atoo naa dhaadhabeee yesus siii yaaa galtuu yesiyeeee koooo!
Yeesuus Wantaa sif Godhuu hin Dadayuu Yeesuus Ergamaa rabtii Rabin isin Haa Qajeelshuu yeesuus Ergamaa Rabitii Rabii Tokochaa Amatiin Jalatamtuu Islamuumaa qofaaa dhugaa
yaa waqayoo waan ijoolee kee habjootani hunduma galmaan ga, iiif anaafis hadara kee
Ameen Ameen Ameen Eebbifamaa waaqayyoo baraa.keessaan haa eebbisuuuuuu
Tigist Tigist ebiifiiiiiiiiiiiiii waaqayoo gooftaa sii ebisuuuuuuuuuuuu
Praise the Living Jesus!
Praise the Living Jesus!
Praise the Living Jesus!
999999999⁹9 💯 00000990909999000000⁰00000000000000⁰000⁰000000000000⁰⁰0000000
Jaalalii kee dhugadham gooftaa koo mirmaata koti Ati guyaa Raakinaa abbaabbbaaaaaaaakoooooo
Wanan sin jedhu hin qabu waqayoo dabale dadabale amayu ayana isa isa dhuma fi jalqaba hin qabne sirati haa dhangalasu ✊🖐
Ameen ameeni ameeni ebifami jirdhuuu sanyiko dhuga. Oso farfatoni keenya hundi akksi ta.ani maali. Ta.a lata 😭😭😭😭😭😭
Amen goftan si haa ebisu
Akkataa atii itti farfatuu naa xamee warii sirbitan irraa ilalalaa mee of siressaa
Ebbiffami issatti faarfatutu mulata vidiokera
Waaqayyoo dadabale isiin yaa e'ebisu.
Amen yesusi hirya lafa onati ebbifami
gooftan isiin haa ebbisu obbolleetti sagalichi amma dabele dable haa ebbifamu
Ormi maa bo'aa atoo nan dadhabinee Eebbifamii bareedu mucaa kakuu dachaaaa darbii deemi
Gooftaan ayyana Isaa Isiniif haa baay'isuu guddaa namatti tola
Ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen hubatu mucaa kaakuu darbi demi ebifami
Amee waqayoo isinii ebisuu🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ebifami dacha dacha dacha dhuga karaa biraa xalayya wamicha naa qaqabne
Uuuuuuuuuuuu Maaluma sin jeedhu eebifamii Male obbooletikoo
gooftaan barabaraan jabeessee so ha dhaabu
Waaqi isin haa eebbisuu
Ebbifami fakkenyumaan kee bay'ee namaati tolaa ebbifamii 💜💜💜
Buzee Takele wallaga shambu Oromo
ufffeee gooftan koo dachaa godhee sii haa ebbisuu farfanna baay.ee namati tolu ufatni kee illee fakkeenya garii
Xuruu
Faarfannaan.kee.baayyee.baayyee.namatti.tola.waaqayyo.dachaa.dachaa.dabalee.sin.haa.eebbisu
Ameeen ebbifamaa Ijoolee gooftaa koo waqaayoo baraa jirenyaa keessan haa ebbisuu
ameeeen Waaqqayyoo si'aa eebbisu iyyesuus hiriyyaa koo lafa onaa ameen chobiirraa
Eebifamiiiiiìiiiiii
Dachaaaaaa
Uuuuuuuffffeeeeeeee
Ulfadhuu waqakoo
Ameen Ameen ebbifamii
motumaakeetu iyeesaf dhabataa yesu kabajamii .birmaata guyya rakkinaa.
Gooftaan dachaan si'i haa eebbiisuuu
Waaqayyoo sihaa ebiisuu hiriiyyaakoo lafa onaa
bariikee ha. ebbifamuu mucaa waqaayyoo
Ebifama I Jolene Iyasus Ammen Ammen huuuuuu Gara kooti hin Badu huuuuffffff
Waqayosihaebisuu13011
@@zenodensa1575 Ammmeeeeen Ammmeeeeen sinile ebifama
Uffuufffuufff waaqayyo.waaqa irraa sa ebbisuu ililliiilllilliilliililil
waqqayyo siin haa ebisu , ayyanii waqqayyo siin wajiin haa ta'u, nama bori ta'a!!!!!!!!!!!!!!!!!
Jalalikee dhugadham gooftakoo birmatakoti ati guyyaa rakinaa ilalchikees kan namarran addaa sianan darbeho Mumicha dhiphinaa warraa mormutu degaryotaa calee kan kee tahuukoof gafiin bayyedhaa arkileen martuu yoo wali galee goofta sin dhisisuu and kaayodhaa imamataa dinnikoo bafatee diguuf jirtaa siraaf keyyataasaa mucatan guddadhee dhigaaketi bakkedha dhufnee lakii akkaa tasaa
Waqaayyoo amayuu dabale dabale ayanasa kana calati sifadabalu bareduko
Ameeen ebbiffamii mucaa kakuuu😙😙😙😙😙😚😚😚
ameeeeeeeennn ufffeee abbaakoo guddaa sii haa ebbisuu giftikoo
jituu orimo ammeen ammeen bebbiffama dachaa bebbiffama 👏👏👏👏👏👏👏👏👏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙌
Eebbifami mucaa Waaqayyoo
Ameeen Ameeen Ameeen ebifamaa dachaaa uuuuuffffeee mucaa kakuu goftaan yesus kiristos sa ebisuu
💞💞📖⛪🎸🎷🎵😍
Ameeeeeeeeeeeeeen.ameeeeeeeeen.ameeeeeeeeeeeeen.ebifamaa😭😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕
Ebbifami atti shammaran hedduu kessa adda
Ameen Ameen Ebbiffammii ❤