ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Hundi keessan namoonni yaada koo kana dubistan rabbi gammachuu jiruu keessan keessatti isiniif haa dabalu.Biyya keenya biyya nagaa,biyya hundaaf mijattuu,biyya ilmi namaa hundi nagaaf gammachuun keessa jiraatu rabbi nuuf haa godhu.
amen
Dubbisu bichaa siti faakate wan biratii leeca ko nu jiraadhu ganttuf yaartu bakka nu buute
Leelee Nuuf haa godhuu uumaan keenyaa 😢😢😢🤲🤲🤲🤲
𝘼𝙢𝙞𝙞𝙞𝙣
Hundii kessaanuu guddaa naf galatooma bayyeen isiin kabajaa naf galatomaa❤❤❤❤❤❤
Jabadhuu 🎉
Jabaadhu!
Wowow qalii ilmaa sabaa jabadhuu sagalee bayee bareda qabda❤❤❤🎉
❤❤❤🎉
😮😮😮😮
Dhugaa baay'een jaalladhe mucaan kun nama guddaadha oromoo yaa jajjabeesinu maalo ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
111111
❤❤❤❤❤❤
Rep
I am from tigray🎉🎉🎉🎉 I love oromo music and oromo people ❤❤❤❤❤❤
Bravo 👏👏👏 Dandeettii ajaa'ibati. Sagalee dhaggeeffachuuf baay'ee namatti tolu. Jabaadhu kennaa guddaa qabdaa.
Wow Sirbaa Ajaa'ibaatii Akasumaas Ergaa Guddaa of keessaa qaba Jaabaadhuu ittii fufii jabaa keenya 🥰🥰🥰
Wowwwww jabadhuu qaxalee mucaa biyyaa❤ sirbaa bayyee namati toluu oromoo like sher godhaa jajebessaa dhalotaa qubee
Mataa dhiiraa jabaadhu baay,ee baay,ee namatti tola baay,een natti tole uuuuphaaaa❤❤❤❤
Abdii dhaloota egeree.Jechoota tomboramaa tuulteeyeedaloon kuultee Qalbii nama birbirsita. Miciree hiddii ta'i fula'i kormeeko.
Jabadhuu qaxalee🎉🎉🎉🎉🎉 dhugumaatti bayyee nama hawwataa, garuu hin badiin sirbaa isaa biraan dafii nuf kottuu ❤❤❤❤❤❤
WOW 🎉🎉🎉❤❤❤ hojii barreeddaadha jabaadhu qaxaalee mucaa
Wwww Qaxalee Kiyya jabadhuu Oromoon si cinaa jiraa 💕🥰
Beutyful, talented artist's of Oromo and Oromiaa children's keep this special🎬🎬💯✅ gorgeous art. We love you people of Oromiaa 👏❤
Waww bayee namatti tolaa dhugaa qaxalee ilmaa oromoo jabadhuu itumaa fufi waqayyoo siyaa gargaruu jajaabe koo❤❤❤
Amazing 😍 👏
Wow sagaalee Aja'ibaa Guddadhuu❤🙏
Wooww baayyee namatti toola haala yeeroo wajjiin kan deemuudha (GUDDADHUU100%)
Ojii bayee bareeda ❤❤ jabaadhu rabbi siyaa guddisuu
Namaaf bari'e birraa.Hojii bareedduu dhugaa, jabaadhu jabaa koo qaxalee dhiiraa.
Wwwww jabadhuu qaxalee micaa kenyaa bayyee namatii tolaa jajebesaa shuree godhaa
Hedduu tokko jalladhee welluu ajaaibatti dhugaa
Dhugaa nama waa hundaan na nyaatta garaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa! /amazing/
❤❤❤❤❤ woooow waatuu na fayyee (GUDDADHU) galani kee bilissuummaa haa ta'u
wow jabaadhu kichuu keenyaayaada an siif qabu of eggaanoo goodhi iddoo soochutuu❤❤ ❤❤❤❤
Aboo nu jiraadhu🎉🎉🎉, dhugumatti ergaa jabaa dhaamte
Woooòooow! Amazing music oromo jabadhu Wasenu
Woooow dhugaa baay'e bareeda qaxale sagalee bareeda qabda itti hojjedhu bor waan gudda sirraa eegna!!!!...
Jabadhuu qaxalle ilmaan abbaa gadaa
Dhugaa hojii ajaahibaati jabaadhu qaxalee koo ♥️🥰 jecha siifin qabu
Jabadhuu kichuu koo bayyee bareeda sirbii kee ❤
great voice with a lot of potential! Keep it up
Kichuuu koo nuu jabaadhu #roorrootu ammaatee😂😂😂
Waaw sirbi kun sirba dhangaa aartiin dabaalame sirba bareedaadha. Jabaadhu Wasanuu qaxalee keenya.
Dhugaa bayyee natti tolee jabaa koo wasaanu jabadhuu mucaa sagaleen uluullee qabbaneesa too
I heard it I can't get enough of it it really has a great message some like you some should be encouraged
Jajjabadhuu sanyii Koo
❤❤good job😊
Jaabadhuu ❤❤❤❤kutatuukoo raabiinii siihaatiikisuu❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤maalo kan akkanaa tokko itti nuu dabali mee sanyii koo
Wwwww itii budii qalii ko rabii si eguu
Hojin baredaa jabadhaa qaxalee koo❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wow bayyee namattii tola sagalee jaal janjjeessaa fakkaatu 😊😊😊😊
Wow waan aja’ibaatii kun dhugaa jabadhu qaalii koo
Congratulations amazing bro
Wow jabadhu sayii koo❤❤❤
Hojii ajaa'batii jabaadhu qaxaale koo!
Guddaa galatoomi sanyii oromoo sirbaa akkas midhaguu kan nuuf hojjete abdi nutti horte akka dhugaan hin badne
Wow bro 😢❤ waal arga nu dhorkkaan addaan😢😢
🎉🎉🎉🎉🎉 Jabaadhuu itti fufi, baay'ee natti toleera!❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabadhuu❤❤❤❤
Baga milkofte❤❤❤Jalqabbi gaaridh nuf guddadhu❤❤
Sagalee ajaa'ibaati ❤❤❤❤1:36 ❤❤❤❤❤❤❤
Hojii ajaay'iba ❤ jabaadhu qaxalee
Akkana kuno dhaalota qube.jelqabini kee adda.hojin kee ergaa qaba jabadhu.❤
Jabaadhu music bayyee namati toluudha
Nice! keep to move forward.
Sagaaleen addadhaa jabadhuu kana calaa hojechuuf
Jaabadhuu qaxallee oro
Bagaa milikofitee jabaa kenyaa❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waw wallee ajaa'ibaati Baga milkoofte jabaa keenya ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabaadhaa qaxaleewwan B. B. Gaariidha 👍👍✌️✌️
Jabadhuu qaxaltee weellun kee sammuu Nama boonsaa
Wow bayyee bayyee namattii tola jajabaadhuu qaxalee koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bayyee namatti tola jabadhu wow
Hojii Ajaiba dha jabadhuu Hadhoo❤
Wwwww jajabee dhiraa
Jabadhu kode❤
Amazing music 🎧😍😍
Jabadhuu sanyii koo Rabbin sii Haa garagaruu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wawo bareda koo baayeenamatii tola jabadhu
Jabaadhu jabaakoo
Sagalee 😍🥰🥰😍😍...Video quality Good job 👏 👍 GALATOOMAA
Wooooowww 💞💞🎉🎉🎉🎉 jabba kenna jabadhuu
Jabaadhuu dhiraa koo ittii fufii akkanumatti
Jabaadhu Qashtii Micattii🥰🥰💪
yaa abboo jabadhuug itii mudii❤❤❤❤❤❤
Jabaadhuu Leencaakoo
Hojii ajaa'iba bayyee nama boonsu wasanuu galatoomi
Jabaadhu baay'ee namatti tola
Woowww brother heddu baareda sirbi kee jabbadhu goota nama
Wow what amazing voice😮😮😮😮❤❤❤❤
Waw jabaa mucaa qaalii oromoo nuuf jiraadhu
Cool hitting song my brother keep styling up
Wow wow oro koo bayee namatee tola
Kormee dhiiraa ni bareeda dhugaa jabaadhu, sirboota asi dhiyeenya baba'an keessaa kanneen akka gaariitti ummatni simachaa jiran keessa jirta
Wow wow wow wow wow ❤❤❤🎉🎉🎉
Jabadhuu hojii bareeda dhugaa🥰🥰🥰💪👍
🥰🥰🥰🥰great
Hojii bareeda hojjatte jabaadhu!
UUUUUUUUFFFF Qeerrooko sirbaa kan WBO KOf❤❤❤❤❤❤❤
1ኛ ነው 🎉🎉
Hojii bareeda jabadhu wan ofi
Jabaadhu qaxale oro
Hojii bareeddudha!😍
Jabadhuu. Qashtii
Wasiyee jabadhuu jabba oromoo❤❤❤❤❤❤❤
nuuf jiraadhu Lubbuu 🥰🥰🥰🥰🥲
Jabbaadhuu qaxalee kenya bayee baredaa ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Jabaadhuu! Really 😍
Hundi keessan namoonni yaada koo kana dubistan rabbi gammachuu jiruu keessan keessatti isiniif haa dabalu.Biyya keenya biyya nagaa,biyya hundaaf mijattuu,biyya ilmi namaa hundi nagaaf gammachuun keessa jiraatu rabbi nuuf haa godhu.
amen
Dubbisu bichaa siti faakate wan biratii leeca ko nu jiraadhu ganttuf yaartu bakka nu buute
Leelee Nuuf haa godhuu uumaan keenyaa 😢😢😢🤲🤲🤲🤲
amen
𝘼𝙢𝙞𝙞𝙞𝙣
Hundii kessaanuu guddaa naf galatooma bayyeen isiin kabajaa naf galatomaa❤❤❤❤❤❤
Jabadhuu 🎉
Jabaadhu!
Wowow qalii ilmaa sabaa jabadhuu sagalee bayee bareda qabda❤❤❤🎉
❤❤❤🎉
😮😮😮😮
Dhugaa baay'een jaalladhe mucaan kun nama guddaadha oromoo yaa jajjabeesinu maalo ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
111111
❤❤❤❤❤❤
Rep
I am from tigray🎉🎉🎉🎉 I love oromo music and oromo people ❤❤❤❤❤❤
Bravo 👏👏👏 Dandeettii ajaa'ibati. Sagalee dhaggeeffachuuf baay'ee namatti tolu. Jabaadhu kennaa guddaa qabdaa.
Wow Sirbaa Ajaa'ibaatii Akasumaas Ergaa Guddaa of keessaa qaba Jaabaadhuu ittii fufii jabaa keenya 🥰🥰🥰
Wowwwww jabadhuu qaxalee mucaa biyyaa❤ sirbaa bayyee namati toluu oromoo like sher godhaa jajebessaa dhalotaa qubee
Mataa dhiiraa jabaadhu baay,ee baay,ee namatti tola baay,een natti tole uuuuphaaaa❤❤❤❤
Abdii dhaloota egeree.
Jechoota tomboramaa tuultee
yeedaloon kuultee
Qalbii nama birbirsita. Miciree hiddii ta'i fula'i kormeeko.
Jabadhuu qaxalee🎉🎉🎉🎉🎉 dhugumaatti bayyee nama hawwataa, garuu hin badiin sirbaa isaa biraan dafii nuf kottuu ❤❤❤❤❤❤
WOW 🎉🎉🎉❤❤❤ hojii barreeddaadha jabaadhu qaxaalee mucaa
Wwww Qaxalee Kiyya jabadhuu Oromoon si cinaa jiraa 💕🥰
Beutyful, talented artist's of Oromo and Oromiaa children's keep this special🎬🎬💯✅ gorgeous art. We love you people of Oromiaa 👏❤
Waww bayee namatti tolaa dhugaa qaxalee ilmaa oromoo jabadhuu itumaa fufi waqayyoo siyaa gargaruu jajaabe koo❤❤❤
Amazing 😍 👏
Wow sagaalee Aja'ibaa Guddadhuu❤🙏
Wooww baayyee namatti toola haala yeeroo wajjiin kan deemuudha (GUDDADHUU100%)
Ojii bayee bareeda ❤❤ jabaadhu rabbi siyaa guddisuu
Namaaf bari'e birraa.
Hojii bareedduu dhugaa, jabaadhu jabaa koo qaxalee dhiiraa.
Wwwww jabadhuu qaxalee micaa kenyaa bayyee namatii tolaa jajebesaa shuree godhaa
Hedduu tokko jalladhee welluu ajaaibatti dhugaa
Dhugaa nama waa hundaan na nyaatta garaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa! /amazing/
❤❤❤❤❤ woooow waatuu na fayyee (GUDDADHU) galani kee bilissuummaa haa ta'u
wow jabaadhu kichuu keenyaa
yaada an siif qabu of eggaanoo goodhi iddoo soochutuu❤❤ ❤❤❤❤
Aboo nu jiraadhu🎉🎉🎉, dhugumatti ergaa jabaa dhaamte
Woooòooow! Amazing music oromo jabadhu Wasenu
Woooow dhugaa baay'e bareeda qaxale sagalee bareeda qabda itti hojjedhu bor waan gudda sirraa eegna!!!!...
Jabadhuu qaxalle ilmaan abbaa gadaa
Dhugaa hojii ajaahibaati jabaadhu qaxalee koo ♥️🥰 jecha siifin qabu
Jabadhuu kichuu koo bayyee bareeda sirbii kee ❤
great voice with a lot of potential! Keep it up
Kichuuu koo nuu jabaadhu #roorrootu ammaatee😂😂😂
Waaw sirbi kun sirba dhangaa aartiin dabaalame sirba bareedaadha. Jabaadhu Wasanuu qaxalee keenya.
Dhugaa bayyee natti tolee jabaa koo wasaanu jabadhuu mucaa sagaleen uluullee qabbaneesa too
I heard it I can't get enough of it it really has a great message some like you some should be encouraged
Jajjabadhuu sanyii Koo
❤❤good job😊
Jaabadhuu ❤❤❤❤kutatuukoo raabiinii siihaatiikisuu❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤maalo kan akkanaa tokko itti nuu dabali mee sanyii koo
Wwwww itii budii qalii ko rabii si eguu
Hojin baredaa jabadhaa qaxalee koo❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wow bayyee namattii tola sagalee jaal janjjeessaa fakkaatu 😊😊😊😊
Wow waan aja’ibaatii kun dhugaa jabadhu qaalii koo
Congratulations amazing bro
Wow jabadhu sayii koo❤❤❤
Hojii ajaa'batii jabaadhu qaxaale koo!
Guddaa galatoomi sanyii oromoo sirbaa akkas midhaguu kan nuuf hojjete abdi nutti horte akka dhugaan hin badne
Wow bro 😢❤ waal arga nu dhorkkaan addaan😢😢
🎉🎉🎉🎉🎉 Jabaadhuu itti fufi, baay'ee natti toleera!❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabadhuu❤❤❤❤
Baga milkofte❤❤❤
Jalqabbi gaaridh nuf guddadhu❤❤
Sagalee ajaa'ibaati ❤❤❤❤
1:36
❤❤❤❤❤❤❤
Hojii ajaay'iba ❤ jabaadhu qaxalee
Akkana kuno dhaalota qube.jelqabini kee adda.hojin kee ergaa qaba jabadhu.❤
Jabaadhu music bayyee namati toluudha
Nice! keep to move forward.
Sagaaleen addadhaa jabadhuu kana calaa hojechuuf
Jaabadhuu qaxallee oro
Bagaa milikofitee jabaa kenyaa❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waw wallee ajaa'ibaati Baga milkoofte jabaa keenya ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabaadhaa qaxaleewwan B. B. Gaariidha 👍👍✌️✌️
Jabadhuu qaxaltee weellun kee sammuu Nama boonsaa
Wow bayyee bayyee namattii tola jajabaadhuu qaxalee koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bayyee namatti tola jabadhu wow
Hojii Ajaiba dha jabadhuu Hadhoo❤
Wwwww jajabee dhiraa
Jabadhu kode❤
Amazing music 🎧😍😍
Jabadhuu sanyii koo Rabbin sii Haa garagaruu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wawo bareda koo baayeenamatii tola jabadhu
Jabaadhu jabaakoo
Sagalee 😍🥰🥰😍😍...
Video quality
Good job 👏 👍 GALATOOMAA
Wooooowww 💞💞🎉🎉🎉🎉 jabba kenna jabadhuu
Jabaadhuu dhiraa koo ittii fufii akkanumatti
Jabaadhu Qashtii Micattii🥰🥰💪
yaa abboo jabadhuug itii mudii❤❤❤❤❤❤
Jabaadhuu Leencaakoo
Hojii ajaa'iba bayyee nama boonsu wasanuu galatoomi
Jabaadhu baay'ee namatti tola
Woowww brother heddu baareda sirbi kee jabbadhu goota nama
Wow what amazing voice😮😮😮😮❤❤❤❤
Waw jabaa mucaa qaalii oromoo nuuf jiraadhu
Cool hitting song my brother keep styling up
Wow wow oro koo bayee namatee tola
Kormee dhiiraa ni bareeda dhugaa jabaadhu, sirboota asi dhiyeenya baba'an keessaa kanneen akka gaariitti ummatni simachaa jiran keessa jirta
Wow wow wow wow wow ❤❤❤🎉🎉🎉
Jabadhuu hojii bareeda dhugaa🥰🥰🥰💪👍
🥰🥰🥰🥰great
Hojii bareeda hojjatte jabaadhu!
UUUUUUUUFFFF Qeerrooko sirbaa kan
WBO KOf❤❤❤❤❤❤❤