ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Ayii biyyi Allaa tuni jarsaaf jarti hedduu addaan hitee Obbolleti tiyyaa dhifama godhif jarsaa Akkanaa innumaa hin arganee jalalaa dhugaa argachu milkahudhas dhifama godhifi ❤😢😢
Icciitii onneekooKa'ee sitti himadhuuMoo Callisee taa'eeMar'immaan gubadhuu?Gubataa onneekooTakka naaf hubattaaMoo Fuula guduunfiteeDallantee mufatta?Doktarii naaf taateeOnnee kiyya yaaltaa?Moo Sin beeku naan jetteeNa beekukee haalta?Sittimuu barbaadeenHaala keen wallaaleTahus jaalallikeDaraan natti caale ❤❤
😢😢😢😢😢😢
Yaa allaah yaa oboleettii tiyya tan ilmi dhiiraa abbaan manaa kee akkanatti siif booyu hin gatinii dhiifama godhiifi nama dhiiseef rabbiin zanbbii isaa dhiisaafii .
Wow qoophi yeroo jaalalaa namni jaalataan like tuqame
Rabbin woltti isin hadebisuu inshaalh😢😢😢
Onnee jaalalii maddeesse kan fayisuu jaalalaa qofa❤❤❤❤❤
mooneet nuuf deebbisaa🙏🙏🙏
Misikinaa koo nama nama dhuga nama jalatuu akkasii 😢😢😢😢😢❤❤❤
Yaa obolesaa koo ani wani si gorasuu yoo jirataa namaa wojiin juradhuu qobaa hin hin jiratin akka isii iraffatufi namani bayee si barbashisaa dha kani lammataa ammo hojiini bizii uffii godhii yeroo bayyee rabbin sifi haa laffaisu isidhumaa ❤😢
Yaa rabbii kiyaa woliti debisii atti mee yaa Allaah
Wallah jarsa kiyyalee qalbin issa Akkan na jala tatee❤yarabbii wolin nuu gayyii😭😭😭
Dhugaa lakkoofsa ishee na ergaa mee kuwait keessa barbaaden siif deebisaa😢
Anatuu siif ergakaa lakkoofsa ishee.
Dhugaa gurra qabii fidi barbaadi
@@shamseshow5466😂😂😊😂😊0😊0
@@shamseshow5466😂😂😂
Heerumutee jedhaani isheeni
Ustanii hin haasawinaa Waan isiin rakkatte hin beeytanii Namni cal jedhee bultii ofii hin diigu Abbaa ilmaanii ofii irraa garaan muratu
Wly ishee herumtee garaa qabdi miskinaa kiyya 😢😢😢💔💔💔
@@kena648 Nama biroo heerumtee moo
@@jaalovital9644 ee garaa qabdi amma
Waaqayoo waltisiinhade bisuuobboleessakoo hamidyaqalii ❤❤❤❤🙏🙏
😢😢💔💔💔💔💔 hayyii garra nama nyattaa dhiffama godhiffi bolettii tiyya Rabbinu dhiffama namaffi godha subn all.aa
Uufff shamara akana rabbii isirra haa qabu😢😢dhiiri keenya yeroo bay'ee futan biyya orma ergitan irra of qusadha😢😢rabbii wal isin haa debissu ilmi nama ni jijjirama mani waa malee hin aruu😢😢
Lakii egaa yeroo isifii hin keninee midhamaa isii taa
@@medinaausumanii5722 Ethiopia gutuun dafqan bula barri maf dagatan biyyaa araba demne akka arabtichi jarti ofiif yeroo keenu argine miskina dhifte demnte akanatti aza gooti hojii keessan nyaadha🤣abbaan kee durii harmee kee fi isiini yeroo keene edo bashananna isiini fida ture?ani kaa beeku Ethiopia keessati ykn abbootin keenya ganama bayyan galgala galanni nani sobe?erga amma sanxalte arada yoo tate jireenya ofii foyyefate abba warra boqonna akka fudhatu gote yeroo akka keenuf barsissu qabdi🤣🤣🤣
Ufiiii rabbii waaltii isnii haa debisuu
Yaa alhaa nama waal jaalatuu jidduu hamtuu fudhii uuuuu imimmaan isaa kunii immaa isii cubisaa wlh AAAA😭😭😭😭😭😭
Dhugaa kessaani ❤❤❤
Moneet dhugaa qabatus dhalaa keetif jechaa deebi'i❤
Abboo Monet nuuf fiddaa ishii irra bareeda yeroo jaalala 😢😢😢
Eyen dhugaa anu yade monet😢😢
Dhuga keeti tunii qaqaa bayatii
Maaloo Mooneet nuu fidaa
Tish hamdiyaan maal sitii tatee umataa rukutaama
Dhugadha eesuma gese lata monetti😢 ishittin kun gafi gafachuyu hin bektuu🙂🙋♀️
Dhuga sinan jalalaa kun bayyee na bosisee 😭😭😭😭😭💞💞💞💞
Dhuga Rabbi Ananu nabochise Rabbin walin akka jiratan hagargaruu
Garaa nama nyaatti!
Habibi .amshiir rabbii obasa sii haa kennuu isiile sii haa qajeelchuu .ati badii qabduu ahamadi jireenyaafi male .wanuma nama bira qabateefi .obboleettii tiyyaa rabbii jedhii deephiifi yoo tasa dhamasa kiyaa kana argite .wollahi nii masetofata.
😢waaliti isiin haa deebisuu Rabbiin inshaa Allah isiin biyyaa ormaa jirtii jedhee qalbii n badee miskinaa j Koo yaadadhee yeroo anii online irraa hin jiranee naa bilbilaa
Dhiraa akkana gatee dhugaa baraa ishii hunddaa bo'aa haftii dubartin kun cubbudhaa ilmaa dhiraa bochisun😢
Hamdiyaa qashtii jalalaa fi Hamdiyaa waliin bareedu .Ahmad rabbi si haa gargaaru tan isii caaltu bakka siif haa buusu.
Kotuu matii nafa thii qalii ❤
Obsii obbolesaa koo yoo rabii walif siin kenee inumaa walitii dabituu 😭😭
RABBIIN woliiti isiini haa deebbiissu woyyii jalaachun caaromudha abshiir obboolleessa koo ati nama dhugaati..
Ufee Ana nyatuu obolesaa kenyaa rabbin walitii isina debisuu inshaahaal 😢😢😢
Rabbii woliti isiin haa deebisuu insha allah
Garaa nama nyaata dhugaa. Yaa obboleetii koo bakka jirtu dhiifama gaafadhu araarsadhu.gatii imaaman isaa rabbiin sirraatti hin dhiisu😢😢😢😢😢😢
ijollee harargee warraa onneen qulqullu abshir obboleessa koo rabbin wali isiin debisa inshallah wal hubachuu dhabun heddu nama midha😢😢😭😭💔
Wly dhuga keti oso hararageen qululluquu oso arsii ko tate hin bo.u haga fedhe balesu love oro ko hararagee one worqee baguma oro tatan
sirrittiin isin beeka naannawa tokko turre waan taheef rabbi walitti isin haa deebisu
Wayoo gafii ishii namatii hin toluu dhifaa wajii monetii nufii debisaa maloo❤❤
Wahi garaa Jaalalaa waan nama goonee wa qabu obsa siif ha kennuu obboleessa ko❤
Qopheessitonii OBN yaroo jaalala. Akkuma moneeti bareecha moneti muziqan yaroo jaalala barechiiti siin akkasuma namati tolu gageessan keessan😢😢😢😢😢
Rabbiin waliitti isiin haa deebisuu 😢😢❤❤❤
Dursumaa seeraan maa hin qabattin shamaraan wantaa hundaa caalaa jaalalaa dhugaa barbaaduu. Dhiiroonii sobdaan hojii buzy nuu godhee jetuu garuu jaalalaa hin bektaanii. Guyyaa namnii isiin irraa faggattee qofaa sobdaanii bosuu.
Dubartii malif yoo biyyaa batee jijiraati garuu😢😢😢😢😢
Dubartiin biyyaa bateef hin jijiramtuu garuu wontii jijiruu yoo jiratee jetee jetee namati isaa fi isii eduu deman waa odeesuu akusuma jirenyii biyyaa ormaa bayyee ulfaataa isiin waan inni itti jijiramuu ittii fakkataa
Waaqayyo Walitti sin haa deebisu 👩❤️👨👩❤️👨 baayyee nama gaddisiisa😭😭😭😭
Abshraa obolesako rabbiin waliti is haa debisuu 😢😢
Uuuuuuuufffffff waqaayyoo woliti isiin haa deebisuu ,Nama beektuu dhifama Nama gaafataa
Hedduu garaa naama nyataa waaliit issiin haa debissuu
Duran intala dhala malif biyya alati ergita ati demte malif hin dalagin situ dhira dogogari keti wan jenu hin jiru rabbi waliti isin ha debisu😢😢
Dubartin kayaa malee kayyoo hin beytuu jalallee qabbatee sabbaarii
rabbii Tokkshaa woltii isni debssuu.ishaallaa❤🎉
Dhiraa Hararage jalalaaaf bochuu yeroo jalaqabatif Araguu kiyaa😢😢
🤭
Bagaa kkkkk
Imimmaan abbaa manaa kee kun galaana ta'ee si haa nyaatu.
Misakin wolalih Rabbii waliti si haa debisuu😭😭
Mee lakkoofsa Ishee Asii ergii dhugaa Rabbii Aniis kuwait jiraa Si barbaadaa yoo Aniis janjannaa jiradhee hin dhiisaa
Lubbu ishen herumtee jedhaani anni gara hiriyaa dhisra ishee fudhera dhagee
Rabbiin walitti isin haa deebisu
Uuuuf rabbin waliti isin haa debisuu 😭😭😭😭😭😭
Rabii woliti isnii haa debisuu Ishalaa 😢❤
Ayii adara mucatin isa jaalate dhifte yoo vidio kan argite gara siha nyatu dhiri akka qalditi imiman hibusu😢😢😢
Dhuga uman harargee umata jalalati garu rakkon kesaan dubartii fi ijole kesan sa.a kena hojii qofarati xiyeftiin Anis tokko jaladhe rakkacha jira dhisuuf qulqulluu wojiin turuf kan Ama yero naf kenine gafa itti herume Akkam jedhe 😢❤
Uuuuuuuuffffffff😢😢😢😢😢waqayyoo garaa kee haa goruu
wal hubbaachuun wal beekudha, rabbiin garaa si haa laafisuu
😢😢😢😢😢 ans mucaa bayee bayee jaaldhu qaba turee garuu archuu hin dadeny baye baye isaa jaaladha turee 💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
Kan rakkoon kenyaa gafaaa wol biraa jiruu yeroo woliif hin keniniu gafa wol biraa demaan gaattii wolii baraanii maalifuu rabbiin nagaan woliittii issiin haa debbisuu wlyi bayyee namaa gadisiftaa 😢😢😢😢😢
Rabbii walitii isin haa debissuu
Anis gara midiya kanaa dhufuun kiyya dirqama
Dhugaa dubaachuf waari biyyaa kessan jirta kunii hubaachu qabduu shamaraan biyyaa alaa jira rakkoo heduu dandaahani jiratu kanaa kessati wal hubaachuni barbaachisadha attis yeroo kenuufi qabda enyuu qabdi ishiin gadaaf gamaachu kan itti qodaatu siihi sa'aati 24 kessa daqiiqa 30 laachuf dadaabda yeroo bayyee wan akkana shamaaran bayye iraa dhagaaha dhirooni bayyeen hin hubaatan wanuuma itti tolee akka fetee tatte jiraatu siniiti fakkata ishiin gaaru ifaa aduutu haawa jirati obbolotti koo atis caara keniif dhifamaa godhiifi rakkoo kessan fuura da'iima kessan haadhaa bideena ykn Abbaa bideena itti hin fidiina ilmoon haadhuuf Abbaadhan toltii😢🙏
Miskkin 😢😢Rabbin walitti isin hadebisu 🤲🏻
Waqqayyo walitti sin haa deebsuu 😢😢😢😢❤❤❤❤
Obolleessoo ati nama Jaalalaatii isiin jaalala hin beytuu itti dhiisi isiin meeshaa arabatif bangalii baratteee itti dhiisuu wayya
Hayi ahmdi kenaa miskinaa kiyaa ,😭😭
😢😢😢😢😢rabin nagayan waliti isin ha debisu 😢😢❤❤
Rabbin walit isin ha debisuu😢
Yeroo jaalalaa baay'ee haawwin eega garu amma erga moneet dhiiste anis dhiise
Mali monet fidan Abo dhisi monet
😢😢miskinaa
Hin yaaddin Raabbii jiraa
Abshirii Rabbiin wolii isin haa debisuu yaa obbolessa Kenaa yaa Shamara kenyaa Jalalii ijaa hin qabuu wolahii dhugaa jamadhaa😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭❤❤❤❤
Kun dhukkuba moo jaalala ree joolle banne miskiin wallahi uuuuf
Lakk ishee naf Ergii Ani Kuwait jirra walitti Sin Ararsajajabdhu Obboleso
Maaloo monete fidaa 😢😢
Akkumaa anaa mooneet yaade, 🌹👏😘😘
@@waaqasittibeeka dhugaa isheetu bekka waa,ee jaalala kana🥰🥰
ayii obolesakoo rabiin woliti isin hadebisu😢😢😢
Moneet fidaa ?😢😢
Rabbii waliti isiin haa deebiisu
Miskina dhugaa .😢😢😢lakki yaa intala dhiirri dhugaa badde abbaa manaa kee kununfadhu...
Rabbiin walitti isiin ha debissu
Monti sii.yadee😢esa bade
Dhagefatani hin calisin ples 🙏wari qophi kana lakofsa ishe futani waliti debisu qabdan
😭😭😢😢 wallhi imiman qabbachu dadhaabe 😢😢
Xiyaraa Tokkoon Dhufnee Anii Fi Isheen Dhugaa Amaa Garuu Naguummaa Siif jirtii kaa Waa Shaaqalachaa jirtii maalee😢😢
Lakomasaa Isaa karaa naf ergii yo si mijwee mee dhugaa rabi garaa namaa nyataa😢😢
Rabbiin woliti isiin hadeebisuu
Bayee garaa naa nyatee namni kuni atis yaa hadhaa waraa isaa yoo argaa jirate dhifama inni sii kadhatu dhaga.iffi adarra
❤❤❤❤❤❤❤❤amaadoo❤❤❤❤❤❤❤
11q
ilmi dhirraa jalalaaf buhun ni ulfata rabbbii gara sif ha nasisisu
Onne isa akkan gote dhira birale milakofatu 😢 dhira akkansii jalte bohu tasamale aragamu rabbi nama dhisa dhisaf hadha mama isa philisa 😢😢😢😢
Akkam nagaah jirtuu qopheessittoota sagaanta Yeroo Jalalaa. Mudannoo takkaan qabaa kallatin ittiin isin dubbisuu barbaade ture ammaf magaala Adaama jiraa silaa saganta keessan kana irraati irraamachu barbaada
Waqayoon waltti ishin haa debiisi ❤
Marshall jabadha
Absheri Rabbin garaa ishee sif haa lafisu😭😭
Haali keessumesu kee ammaa gariidha
Dhiraa Harargee jalalaa numaa beytanii😊😊❤❤❤
Ee miskina jedhe Shee amiin
Yaa Ahaa😭😭😭😭♥️
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😢😢😭😭😭😭😭😭waqayoo kaani gara keeti sifaa kennuu
Uuuuuffff rabbii wolittii isiin haa debisuu 😢😢😢😢😢😢
Mayimii akaa ketii kunii bayee kaa nafii hin hubane😢😢😢
Anii imamanii qabadhuu dadhabee😢😢😢
Ayii biyyi Allaa tuni jarsaaf jarti hedduu addaan hitee Obbolleti tiyyaa dhifama godhif jarsaa Akkanaa innumaa hin arganee jalalaa dhugaa argachu milkahudhas dhifama godhifi ❤😢😢
Icciitii onneekoo
Ka'ee sitti himadhuu
Moo Callisee taa'ee
Mar'immaan gubadhuu?
Gubataa onneekoo
Takka naaf hubattaa
Moo Fuula guduunfitee
Dallantee mufatta?
Doktarii naaf taatee
Onnee kiyya yaaltaa?
Moo Sin beeku naan jettee
Na beekukee haalta?
Sittimuu barbaadeen
Haala keen wallaale
Tahus jaalallike
Daraan natti caale ❤❤
😢😢😢😢😢😢
Yaa allaah yaa oboleettii tiyya tan ilmi dhiiraa abbaan manaa kee akkanatti siif booyu hin gatinii dhiifama godhiifi nama dhiiseef rabbiin zanbbii isaa dhiisaafii .
Wow qoophi yeroo jaalalaa namni jaalataan like tuqame
Rabbin woltti isin hadebisuu inshaalh😢😢😢
Onnee jaalalii maddeesse kan fayisuu jaalalaa qofa❤❤❤❤❤
mooneet nuuf deebbisaa🙏🙏🙏
Misikinaa koo nama nama dhuga nama jalatuu akkasii 😢😢😢😢😢❤❤❤
Yaa obolesaa koo ani wani si gorasuu yoo jirataa namaa wojiin juradhuu qobaa hin hin jiratin akka isii iraffatufi namani bayee si barbashisaa dha kani lammataa ammo hojiini bizii uffii godhii yeroo bayyee rabbin sifi haa laffaisu isidhumaa ❤😢
Yaa rabbii kiyaa woliti debisii atti mee yaa Allaah
Wallah jarsa kiyyalee qalbin issa Akkan na jala tatee❤yarabbii wolin nuu gayyii😭😭😭
Dhugaa lakkoofsa ishee na ergaa mee kuwait keessa barbaaden siif deebisaa😢
Anatuu siif ergakaa lakkoofsa ishee.
Dhugaa gurra qabii fidi barbaadi
@@shamseshow5466😂😂😊😂😊0😊0
@@shamseshow5466😂😂😂
Heerumutee jedhaani isheeni
Ustanii hin haasawinaa Waan isiin rakkatte hin beeytanii Namni cal jedhee bultii ofii hin diigu Abbaa ilmaanii ofii irraa garaan muratu
Wly ishee herumtee garaa qabdi miskinaa kiyya 😢😢😢💔💔💔
@@kena648 Nama biroo heerumtee moo
@@jaalovital9644 ee garaa qabdi amma
Waaqayoo waltisiinhade bisuuobboleessakoo hamidyaqalii ❤❤❤❤🙏🙏
😢😢💔💔💔💔💔 hayyii garra nama nyattaa dhiffama godhiffi bolettii tiyya Rabbinu dhiffama namaffi godha subn all.aa
Uufff shamara akana rabbii isirra haa qabu😢😢dhiiri keenya yeroo bay'ee futan biyya orma ergitan irra of qusadha😢😢rabbii wal isin haa debissu ilmi nama ni jijjirama mani waa malee hin aruu😢😢
Lakii egaa yeroo isifii hin keninee midhamaa isii taa
@@medinaausumanii5722 Ethiopia gutuun dafqan bula barri maf dagatan biyyaa araba demne akka arabtichi jarti ofiif yeroo keenu argine miskina dhifte demnte akanatti aza gooti hojii keessan nyaadha🤣abbaan kee durii harmee kee fi isiini yeroo keene edo bashananna isiini fida ture?ani kaa beeku Ethiopia keessati ykn abbootin keenya ganama bayyan galgala galanni nani sobe?erga amma sanxalte arada yoo tate jireenya ofii foyyefate abba warra boqonna akka fudhatu gote yeroo akka keenuf barsissu qabdi🤣🤣🤣
Ufiiii rabbii waaltii isnii haa debisuu
Yaa alhaa nama waal jaalatuu jidduu hamtuu fudhii uuuuu imimmaan isaa kunii immaa isii cubisaa wlh AAAA😭😭😭😭😭😭
Dhugaa kessaani ❤❤❤
Moneet dhugaa qabatus dhalaa keetif jechaa deebi'i❤
Abboo Monet nuuf fiddaa ishii irra bareeda yeroo jaalala 😢😢😢
Eyen dhugaa anu yade monet😢😢
Dhuga keeti tunii qaqaa bayatii
Maaloo Mooneet nuu fidaa
Tish hamdiyaan maal sitii tatee umataa rukutaama
Dhugadha eesuma gese lata monetti😢 ishittin kun gafi gafachuyu hin bektuu🙂🙋♀️
Dhuga sinan jalalaa kun bayyee na bosisee 😭😭😭😭😭💞💞💞💞
Dhuga Rabbi Ananu nabochise Rabbin walin akka jiratan hagargaruu
Garaa nama nyaatti!
Habibi .amshiir rabbii obasa sii haa kennuu isiile sii haa qajeelchuu .ati badii qabduu ahamadi jireenyaafi male .wanuma nama bira qabateefi .obboleettii tiyyaa rabbii jedhii deephiifi yoo tasa dhamasa kiyaa kana argite .wollahi nii masetofata.
😢waaliti isiin haa deebisuu Rabbiin inshaa Allah isiin biyyaa ormaa jirtii jedhee qalbii n badee miskinaa j Koo yaadadhee yeroo anii online irraa hin jiranee naa bilbilaa
Dhiraa akkana gatee dhugaa baraa ishii hunddaa bo'aa haftii dubartin kun cubbudhaa ilmaa dhiraa bochisun😢
Hamdiyaa qashtii jalalaa fi Hamdiyaa waliin bareedu .Ahmad rabbi si haa gargaaru tan isii caaltu bakka siif haa buusu.
Kotuu matii nafa thii qalii ❤
Obsii obbolesaa koo yoo rabii walif siin kenee inumaa walitii dabituu 😭😭
RABBIIN woliiti isiini haa deebbiissu woyyii jalaachun caaromudha abshiir obboolleessa koo ati nama dhugaati..
Ufee Ana nyatuu obolesaa kenyaa rabbin walitii isina debisuu inshaahaal 😢😢😢
Rabbii woliti isiin haa deebisuu insha allah
Garaa nama nyaata dhugaa. Yaa obboleetii koo bakka jirtu dhiifama gaafadhu araarsadhu.gatii imaaman isaa rabbiin sirraatti hin dhiisu😢😢😢😢😢😢
ijollee harargee warraa onneen qulqullu abshir obboleessa koo rabbin wali isiin debisa inshallah wal hubachuu dhabun heddu nama midha😢😢😭😭💔
Wly dhuga keti oso hararageen qululluquu oso arsii ko tate hin bo.u haga fedhe balesu love oro ko hararagee one worqee baguma oro tatan
sirrittiin isin beeka naannawa tokko turre waan taheef rabbi walitti isin haa deebisu
Wayoo gafii ishii namatii hin toluu dhifaa wajii monetii nufii debisaa maloo❤❤
Wahi garaa Jaalalaa waan nama goonee wa qabu obsa siif ha kennuu obboleessa ko❤
Qopheessitonii OBN yaroo jaalala. Akkuma moneeti bareecha moneti muziqan yaroo jaalala barechiiti siin akkasuma namati tolu gageessan keessan😢😢😢😢😢
Rabbiin waliitti isiin haa deebisuu 😢😢❤❤❤
Dursumaa seeraan maa hin qabattin shamaraan wantaa hundaa caalaa jaalalaa dhugaa barbaaduu. Dhiiroonii sobdaan hojii buzy nuu godhee jetuu garuu jaalalaa hin bektaanii. Guyyaa namnii isiin irraa faggattee qofaa sobdaanii bosuu.
Dubartii malif yoo biyyaa batee jijiraati garuu😢😢😢😢😢
Dubartiin biyyaa bateef hin jijiramtuu garuu wontii jijiruu yoo jiratee jetee jetee namati isaa fi isii eduu deman waa odeesuu akusuma jirenyii biyyaa ormaa bayyee ulfaataa isiin waan inni itti jijiramuu ittii fakkataa
Waaqayyo Walitti sin haa deebisu 👩❤️👨👩❤️👨 baayyee nama gaddisiisa😭😭😭😭
Abshraa obolesako rabbiin waliti is haa debisuu 😢😢
Uuuuuuuufffffff waqaayyoo woliti isiin haa deebisuu ,Nama beektuu dhifama Nama gaafataa
Hedduu garaa naama nyataa waaliit issiin haa debissuu
Duran intala dhala malif biyya alati ergita ati demte malif hin dalagin situ dhira dogogari keti wan jenu hin jiru rabbi waliti isin ha debisu😢😢
Dubartin kayaa malee kayyoo hin beytuu jalallee qabbatee sabbaarii
rabbii Tokkshaa woltii isni debssuu.ishaallaa❤🎉
Dhiraa Hararage jalalaaaf bochuu yeroo jalaqabatif Araguu kiyaa😢😢
🤭
Bagaa kkkkk
Imimmaan abbaa manaa kee kun galaana ta'ee si haa nyaatu.
Misakin wolalih Rabbii waliti si haa debisuu😭😭
Mee lakkoofsa Ishee Asii ergii dhugaa Rabbii Aniis kuwait jiraa Si barbaadaa yoo Aniis janjannaa jiradhee hin dhiisaa
Lubbu ishen herumtee jedhaani anni gara hiriyaa dhisra ishee fudhera dhagee
Rabbiin walitti isin haa deebisu
Uuuuf rabbin waliti isin haa debisuu 😭😭😭😭😭😭
Rabii woliti isnii haa debisuu Ishalaa 😢❤
Ayii adara mucatin isa jaalate dhifte yoo vidio kan argite gara siha nyatu dhiri akka qalditi imiman hibusu😢😢😢
Dhuga uman harargee umata jalalati garu rakkon kesaan dubartii fi ijole kesan sa.a kena hojii qofarati xiyeftiin Anis tokko jaladhe rakkacha jira dhisuuf qulqulluu wojiin turuf kan Ama yero naf kenine gafa itti herume Akkam jedhe 😢❤
Uuuuuuuuffffffff😢😢😢😢😢
waqayyoo garaa kee haa goruu
wal hubbaachuun wal beekudha, rabbiin garaa si haa laafisuu
😢😢😢😢😢 ans mucaa bayee bayee jaaldhu qaba turee garuu archuu hin dadeny baye baye isaa jaaladha turee 💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
Kan rakkoon kenyaa gafaaa wol biraa jiruu yeroo woliif hin keniniu gafa wol biraa demaan gaattii wolii baraanii maalifuu rabbiin nagaan woliittii issiin haa debbisuu wlyi bayyee namaa gadisiftaa 😢😢😢😢😢
Rabbii walitii isin haa debissuu
Anis gara midiya kanaa dhufuun kiyya dirqama
Dhugaa dubaachuf waari biyyaa kessan jirta kunii hubaachu qabduu shamaraan biyyaa alaa jira rakkoo heduu dandaahani jiratu kanaa kessati wal hubaachuni barbaachisadha attis yeroo kenuufi qabda enyuu qabdi ishiin gadaaf gamaachu kan itti qodaatu siihi sa'aati 24 kessa daqiiqa 30 laachuf dadaabda yeroo bayyee wan akkana shamaaran bayye iraa dhagaaha dhirooni bayyeen hin hubaatan wanuuma itti tolee akka fetee tatte jiraatu siniiti fakkata ishiin gaaru ifaa aduutu haawa jirati obbolotti koo atis caara keniif dhifamaa godhiifi rakkoo kessan fuura da'iima kessan haadhaa bideena ykn Abbaa bideena itti hin fidiina ilmoon haadhuuf Abbaadhan toltii😢🙏
Miskkin 😢😢Rabbin walitti isin hadebisu 🤲🏻
Waqqayyo walitti sin haa deebsuu 😢😢😢😢❤❤❤❤
Obolleessoo ati nama Jaalalaatii isiin jaalala hin beytuu itti dhiisi isiin meeshaa arabatif bangalii baratteee itti dhiisuu wayya
Hayi ahmdi kenaa miskinaa kiyaa ,😭😭
😢😢😢😢😢rabin nagayan waliti isin ha debisu 😢😢❤❤
Rabbin walit isin ha debisuu😢
Yeroo jaalalaa baay'ee haawwin eega garu amma erga moneet dhiiste anis dhiise
Mali monet fidan Abo dhisi monet
😢😢miskinaa
Hin yaaddin Raabbii jiraa
Abshirii Rabbiin wolii isin haa debisuu yaa obbolessa Kenaa yaa Shamara kenyaa Jalalii ijaa hin qabuu wolahii dhugaa jamadhaa😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭❤❤❤❤
Kun dhukkuba moo jaalala ree joolle banne miskiin wallahi uuuuf
Lakk ishee naf Ergii Ani Kuwait jirra walitti Sin Ararsa
jajabdhu Obboleso
Maaloo monete fidaa 😢😢
Akkumaa anaa mooneet yaade, 🌹👏😘😘
@@waaqasittibeeka dhugaa isheetu bekka waa,ee jaalala kana🥰🥰
ayii obolesakoo rabiin woliti isin hadebisu😢😢😢
Moneet fidaa ?😢😢
Rabbii waliti isiin haa deebiisu
Miskina dhugaa .😢😢😢lakki yaa intala dhiirri dhugaa badde abbaa manaa kee kununfadhu...
Rabbiin walitti isiin ha debissu
Monti sii.yadee😢esa bade
Dhagefatani hin calisin ples 🙏wari qophi kana lakofsa ishe futani waliti debisu qabdan
😭😭😢😢 wallhi imiman qabbachu dadhaabe 😢😢
Xiyaraa Tokkoon Dhufnee Anii Fi Isheen Dhugaa
Amaa Garuu Naguummaa Siif jirtii kaa Waa Shaaqalachaa jirtii maalee😢😢