ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Wowowow Tujubee Horaa ❤❤❤Durii qabee sagalee kee bara dukkanaa sana dhaggeeffataa ture 🎉. I knew you're beautiful in my mind and I'm just impressed seeing you! ❤❤❤
VOAf Tujubee HoraaAmmile Ammile👍👁✍️💥❤💚❤💪🙏
Yooyaa VOA gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹
Kitaaboota Amantiilee Adunyaarra hundi humna hunda olii kan qabu Rabbii ykn Waaqayyoo qofa akka tahe ni himu. Ilmi namaa hundi osoo wal hin gabroomsineefi daangaa malee wal hin miinee waliin jiraatan kan gorsuufi ajajuudha. Yeroo ilmi namaa humnaan, qabeenyaan, Aangoon fi waan dandahaniin daangaa malee wal miidhan immoo Rabbiin ni arga ni beekas, hundaafu yeroo waan hojjataniin galata deebii sirrii ittin deebisu ni beeka. Kanaaf yeroo amma Rakkoolee adunyaa kana keessatti bifa adda addaatin biyyoota hunda keessatti raawwatamaaturee fi raawwatamaa jiruuf adda durummaan akka raawwachaa jiru beekkamaadha.kanaaf waan hin dandeenyun miidhamuun ragaa guddaadha.kana jechuun balaa kanaaf ummata Ameerikaa keessa jiru hundaatu godhe jechuu koo miti, ammas balaa kana jaalachuu koo miti, garuu mootummaan Ameerikaa rakkoon kun akka irraa dhaabbatuuf badii isaa beeke fudhachuun araarama gaafachuun gara Rabbii kadhaaf deebi'un furmaata ni taha jechuu kooti.Balaa hamaa hundarraa Rabbiin biyyootaafi namootas haa tiksuu jechuu barbaada.
Baga.nagaan.dhuftan
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hojiisheetu ishee qaqqabe tigreen sheeyixaana waan taateef bakkuma iriirichaattiyyuu ishee fixuudhaboo
Welecome ❤❤❤
Plaaneetiin dachee kana ol jiran kamiyyuu dhiibbaan yoo irra gahu gara dachee dhufu akkamiiti danda'u?gabaasa Dr Xilaee Taaddaseerratti. 23:46
❤
Tigise-Hedhu galatomi nutti Boorana gama naanoo Oromiyaaf hollaa Kenya akka male Chinqamne nuuf ibsuun keessaan nuu jajjabesa jabaadha sayyanxiistoottaa Galatoma
Baga baga qoricha
Maltu duuba jira tan ibiida ?
#voa_afaan_oromoo_kana enyu hoggana?Directorii enuMalif daqiquma 30 qofa ture?Dur daqiqa 15 ture#Sa'a_takka yoo ta'e maltu umama?
Wowowow Tujubee Horaa ❤❤❤
Durii qabee sagalee kee bara dukkanaa sana dhaggeeffataa ture 🎉. I knew you're beautiful in my mind and I'm just impressed seeing you! ❤❤❤
VOAf Tujubee Horaa
Ammile Ammile👍👁✍️💥❤💚❤💪🙏
Yooyaa VOA gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹
Kitaaboota Amantiilee Adunyaarra hundi humna hunda olii kan qabu Rabbii ykn Waaqayyoo qofa akka tahe ni himu. Ilmi namaa hundi osoo wal hin gabroomsineefi daangaa malee wal hin miinee waliin jiraatan kan gorsuufi ajajuudha. Yeroo ilmi namaa humnaan, qabeenyaan, Aangoon fi waan dandahaniin daangaa malee wal miidhan immoo Rabbiin ni arga ni beekas, hundaafu yeroo waan hojjataniin galata deebii sirrii ittin deebisu ni beeka. Kanaaf yeroo amma Rakkoolee adunyaa kana keessatti bifa adda addaatin biyyoota hunda keessatti raawwatamaaturee fi raawwatamaa jiruuf adda durummaan akka raawwachaa jiru beekkamaadha.kanaaf waan hin dandeenyun miidhamuun ragaa guddaadha.kana jechuun balaa kanaaf ummata Ameerikaa keessa jiru hundaatu godhe jechuu koo miti, ammas balaa kana jaalachuu koo miti, garuu mootummaan Ameerikaa rakkoon kun akka irraa dhaabbatuuf badii isaa beeke fudhachuun araarama gaafachuun gara Rabbii kadhaaf deebi'un furmaata ni taha jechuu kooti.Balaa hamaa hundarraa Rabbiin biyyootaafi namootas haa tiksuu jechuu barbaada.
Baga.nagaan.dhuftan
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hojiisheetu ishee qaqqabe tigreen sheeyixaana waan taateef bakkuma iriirichaattiyyuu ishee fixuudhaboo
Welecome ❤❤❤
Plaaneetiin dachee kana ol jiran kamiyyuu dhiibbaan yoo irra gahu gara dachee dhufu akkamiiti danda'u?gabaasa Dr Xilaee Taaddaseerratti. 23:46
❤
Tigise-Hedhu galatomi nutti Boorana gama naanoo Oromiyaaf hollaa Kenya akka male Chinqamne nuuf ibsuun keessaan nuu jajjabesa jabaadha sayyanxiistoottaa Galatoma
Baga baga qoricha
Maltu duuba jira tan ibiida ?
#voa_afaan_oromoo_kana enyu hoggana?
Directorii enu
Malif daqiquma 30 qofa ture?
Dur daqiqa 15 ture
#Sa'a_takka yoo ta'e maltu umama?
❤