Mujiza jabaa new live video Gutu Shiferaw 13 July 2022

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 20 ม.ค. 2025
  • Mujiza Jabaa

ความคิดเห็น • 207

  • @marakiamanoil1346
    @marakiamanoil1346 2 ปีที่แล้ว +19

    ጉቱ ውድ ውንድማችን በጠም የምውድህ ጌታ እግዚአብሔር አምላክ አብዝቶ ይባርካ እኔ ኢሮምኛ አልችልም ግን በመንፍስ አንድ ሆኝ እየተበርኩ ነው ጉቲ በመዚሙርች ሁልጊዜ ነው በመንፍስ ቅዱስ ሆኝ ምበረከው ትንሽ ቋንቋን በይገበኝም በመንፍስ ሆኝ እሰመለው በዉደደኝ በክርስቶስ ኢየሱስ ፍቅር በጠም ነው ምውደቹ በዚመርውች ተበሪኪለው ሁልም ነው ምስመኪ እግዚአብሔር አምላክ ዘመንህን አገልግሎትን ትዳርን ይበርክ ለምልምልን

  • @barataatutorials
    @barataatutorials 2 ปีที่แล้ว +5

    "Fuulli kee hin quufamuu
    Maqaan kee haa jajamu!"...Ameen!
    Guutuu, Akka hojjetaa Kakuu Haaraatti ulfinni Kiristos caalchisee adda kee irraa haa calaqqisu!

  • @ephremdeseaofficial163
    @ephremdeseaofficial163 2 ปีที่แล้ว +6

    Ulfinni isa kan keeti yesuus!
    Gute you are my favorite singer!
    You are blessed

  • @singernetsanetermias9240
    @singernetsanetermias9240 2 ปีที่แล้ว +3

    Maqaa yesuusiin eebbifam 🤛🤛 really thank you so much gutu koo

  • @Oromo1421
    @Oromo1421 2 ปีที่แล้ว +1

    Wow akkama namatti tolu.akkama baredduu ijolleen kenyaa.warrii hiikaa" mujizaa "bektan nati hima

  • @yohannesgashama2182
    @yohannesgashama2182 2 ปีที่แล้ว +1

    wow Maqaan Waaqayyoo bara baraan haa eebbifamu. Waaqayyo sitti haa daddabaluu Guutuu koo🥰🥰🥰🥰

  • @Tiktokfunnyv
    @Tiktokfunnyv 2 ปีที่แล้ว +3

    Wow kun wantan faarfattoota afaan oromoo irraa yeroo dheeraaf eegaa turedha.
    Amazing grace Amazing sprit Amazing song Amazing choir.
    Keep it up buddy

  • @soolankebede3482
    @soolankebede3482 2 ปีที่แล้ว +1

    Wow Ajayiba!!!! Ebbiffam baayyee Ammayyuu ayaanasa kana ulfinaa sirrati iraanfatu waaqni Gutishaa keenyaa. Ebbiffami❤❤❤🙏🙏🙏🙏

  • @HabtamuTerfasa-eh9ii
    @HabtamuTerfasa-eh9ii 4 หลายเดือนก่อน

    Guutuu baayee si jaallanna ammas jabaadhu waaqayyo si haa eebbisu guutuu koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤amazing song wow Gute jabaadhu!!!!

  • @zelalem58
    @zelalem58 2 ปีที่แล้ว +2

    Waw so much blessing Gutu you anointed man of God keep going May Lord bless forever

  • @BereketKabalo
    @BereketKabalo ปีที่แล้ว

    Mujiza Jabaa....: Superior performance...Stay blessed!

  • @kanoindaluofficial5321
    @kanoindaluofficial5321 2 ปีที่แล้ว +1

    Guutiyyee baay'ee si jaallana jabaadhu Waaqayyo si haa gargaaru.

  • @amelujalatayawagnutiaraara5296
    @amelujalatayawagnutiaraara5296 2 ปีที่แล้ว +1

    Ashuuuuuuu kana caalaa ifi argami maqa holichatin Ameen

  • @Abbaa_Birmaduu
    @Abbaa_Birmaduu 2 ปีที่แล้ว +3

    woow what a powerful and blessing song, thank you, and may god lord bless you morer my moggoo!

  • @melkaijara6318
    @melkaijara6318 2 ปีที่แล้ว +5

    You're blessed with beautiful voice.

  • @GEDIIKUSA
    @GEDIIKUSA หลายเดือนก่อน

    Gooftan iyesus bara baraan si ha ebbisuu ❤❤❤

  • @EbaNugussie
    @EbaNugussie 8 หลายเดือนก่อน

    Waaqayyo koo isin haa eebbisu
    Guutuu koo naman baay'ee si jaaladhuufi si kabajuudha ati❤

  • @deborahtube9749
    @deborahtube9749 2 ปีที่แล้ว +2

    wow it's really amazing song
    achumaan mujjiza jechuu warri beektan hiika isaa

    • @fatim9621
      @fatim9621 2 ปีที่แล้ว +1

      Mu'ujiza jechuun afaan Harargeetiin "dinqii" jechuudha

  • @betiibetii765
    @betiibetii765 2 ปีที่แล้ว

    WOW goftankoo sin haa ebisuu halaa bayeee barduun farfatamee jijiramin farfanaa affan oromortii jiruu heduu nama gamachisaaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️ loveti songs

  • @gadisamawayesa4541
    @gadisamawayesa4541 2 ปีที่แล้ว +2

    Muzija jabaa😍😍
    Much Grace Gutikoo😍😍

  • @abdisatamiru6945
    @abdisatamiru6945 2 ปีที่แล้ว +1

    Sagalee suuta jedhee nama seenu kan laphee nama tuqu, mi'aa sagalee waaqaa sirritti nama dhamdhamsiisa.waaqayyoo si haa eebbisu guutuu

  • @esetatube
    @esetatube 2 ปีที่แล้ว +5

    ❤️❤️ mujiza jechuun maal jechuudha 🙏🙏

    • @esetatube
      @esetatube 2 ปีที่แล้ว +1

      Naaf deebisa warri beektan

    • @lemlemtsegaye
      @lemlemtsegaye 2 ปีที่แล้ว +3

      Miracle (Dinqii)

    • @fatim9621
      @fatim9621 2 ปีที่แล้ว +3

      Mu'ujiza jechuun afaan Harargeeti, hiikaan isaa dinqii jechuudha.

    • @esetatube
      @esetatube 2 ปีที่แล้ว

      Baayyee eebbifamaa amma hubadhe 🙏

  • @samidenk8866
    @samidenk8866 2 ปีที่แล้ว +7

    What a song😍 farruu jarra kana yoo jennen hoo?

  • @getuarg
    @getuarg 2 ปีที่แล้ว +1

    What's amazing song, always abandance, Blessings,God bless you ❤️

  • @johnisatu5772
    @johnisatu5772 2 ปีที่แล้ว +3

    Eebbi waqa sirratti manna ke irrati hatau maqaa iyyesusitin❤

  • @jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953
    @jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953 2 ปีที่แล้ว +2

    Ameeeeeen Ameeen Ameen ebbifamaa dachaa dachaa 🛐🛐🛐🛐🙏🙏🙏🙏Wawooooo 💕💕💕💕💕💕💕💕💕 Congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @LalisaAssefaOfficial
    @LalisaAssefaOfficial 2 ปีที่แล้ว +1

    Wow! Nuuf jiraadhu Guuteeko! Baga si qabaanne!

  • @KalkidanEndale-p5n
    @KalkidanEndale-p5n 10 หลายเดือนก่อน

    Maaloo ayyanna akkamiit sirra ifaa waqayyo Kenna isaaf haa ebbifamu

  • @shaashomedia
    @shaashomedia 2 ปีที่แล้ว

    Waaqayyo bara tajaajila Kee haa eebbisu baay'ee faarfannaa konsertii fiinoo eegaan ture eebbifami

  • @LetaKefena
    @LetaKefena 2 ปีที่แล้ว +1

    Faarfannaa ajaa'ibaa.
    Hojii dinqii.❤❤😍😍

  • @danielbizuye-mo3iu
    @danielbizuye-mo3iu ปีที่แล้ว +1

    GOD bless you and your family

  • @gadiseenagasa4513
    @gadiseenagasa4513 2 ปีที่แล้ว

    Waaqayyoo baraafi jireenyaa ke haa ebbisu nama waaqayyoo 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🌹🌹🌹🌹

  • @chaltuanbase
    @chaltuanbase 2 ปีที่แล้ว

    Namni Gooftaa Qabu waan hundaan guutuudha Eebbifami dachaa

  • @biqiltuutub4762
    @biqiltuutub4762 2 ปีที่แล้ว +1

    Amen amen Wow amazing
    Ebifami gutu 🙏🙏🙏

  • @hayyuumedia976
    @hayyuumedia976 2 ปีที่แล้ว +6

    AWESOME GOSPEL SONG WOW!!!🎤🎶

  • @birukmammo940
    @birukmammo940 2 ปีที่แล้ว

    Geta yeses zemenihen Hulu yibark elalew dinq mezmur

  • @amanuelimana2411
    @amanuelimana2411 2 ปีที่แล้ว +1

    Wow sweet music thanks gutuu shiferaw

  • @Harargee774
    @Harargee774 2 ปีที่แล้ว +1

    What a uplifting song. May my Lord Jesus Christ bless you abundantly 🙏🙏🙏

  • @segnigidisa7960
    @segnigidisa7960 2 ปีที่แล้ว +1

    Galaatni ulfinni hoqubaan waaqayyoof haa ta, uu.ameen

  • @tegesttegest330
    @tegesttegest330 ปีที่แล้ว

    Waqayoo siha ebbisu ebifamii dacha dachadhani obollesa koo❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @fatim9621
    @fatim9621 2 ปีที่แล้ว +1

    "Mu'ujiza jechuun maali" jettanii warri gaafattan: "Mu'ujiza" jechuun afaan Harargeetiin "dinqii" jechuudha. (Originally, afaan Arabaa dha)

  • @motulema7465
    @motulema7465 2 ปีที่แล้ว

    Ebifaami amayyu ayaanisa sif habayatuu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @lensahunde3315
    @lensahunde3315 2 ปีที่แล้ว +1

    Ulffiinni kan Waaqayyoo keenyaati 👏🏾🙏🏽

  • @barkfikadu3112
    @barkfikadu3112 2 ปีที่แล้ว +1

    amharic or english subtitle benorew teru nbr tebarkulen

  • @hundesagizaw936
    @hundesagizaw936 2 ปีที่แล้ว +1

    wow guutu amazing concert 💪💪💪💪💪💪keep it

  • @philben3897
    @philben3897 2 ปีที่แล้ว +1

    I love this song, but don't know muzija☺

  • @destinybuilder8963
    @destinybuilder8963 2 ปีที่แล้ว +1

    You are anointed my favourite farsa

  • @ababotube11
    @ababotube11 2 ปีที่แล้ว +1

    Guddaa eebbifami...deemsi kee itti haa fufu 🥰👍

  • @atmamentamemeti8633
    @atmamentamemeti8633 2 ปีที่แล้ว

    Guutishaa eebbifaami baay'ee namatti tola Jabaadhu.

  • @gimeream4045
    @gimeream4045 2 ปีที่แล้ว +2

    Ameeeeeeeen blessed you 💗 namaa koo ♥️ raajii DH ✝️🙏📖

  • @abenezerderiba9761
    @abenezerderiba9761 2 ปีที่แล้ว +1

    Gutu, much grace my brother !

  • @jaalalii
    @jaalalii ปีที่แล้ว

    Faruu kan qufn dadhabee ❤️ dhugaa guyyatti si'aa 5ni ol dhagefadhaa guruu hin qufamuu ergaa gafa gadhifamee hinuma agefadhaa🤔

  • @grandfor9019
    @grandfor9019 2 ปีที่แล้ว

    Ebifamaa gutishaa goftanii dacha isin haa ebisuu gutudhaa eyye

  • @dandyofgeye3395
    @dandyofgeye3395 2 ปีที่แล้ว +2

    Stay shining the glory of God Gutisha

  • @DejeneEndalew
    @DejeneEndalew 7 หลายเดือนก่อน

    Kana caala burqaan faarfannaa siif haa kennamu

  • @elilisolomon3326
    @elilisolomon3326 2 ปีที่แล้ว +2

    Lyrics please 🙏

  • @sitotawtamriat2734
    @sitotawtamriat2734 ปีที่แล้ว

    I can’t speak Oromifa but i can sense the song. More blessings to you brother.
    But i have a request, is it possible to get the lyrics?

  • @sinboonkooyesusfirst8549
    @sinboonkooyesusfirst8549 2 ปีที่แล้ว +1

    Wooow God bless you 😍😍😍

  • @hannatolessa2340
    @hannatolessa2340 2 ปีที่แล้ว

    OMG,what a powerful 🎵 song! Would you please release the lyrics?

  • @ebat950
    @ebat950 2 ปีที่แล้ว

    Guutuukoo ati dhugumaan eebba keenya! Gooftaan si haa eebbisu!

  • @feyisatefera7805
    @feyisatefera7805 2 ปีที่แล้ว +1

    Eebbifami Guutuu!

  • @ebbaa
    @ebbaa 2 ปีที่แล้ว

    Guutuu koo Waaqayyo ammas Ayyaana isaan isaan si haa guutu.

  • @addisfetret
    @addisfetret 2 ปีที่แล้ว

    faarfannaa kana baay'een jaalladha garuu loqoda naannoo koo wajjin tokko waan hin taaneef waan jettu walaloo isaa utuu barreessite

  • @gadisebuli9870
    @gadisebuli9870 2 ปีที่แล้ว

    Wow madamet madame alchalkum tebark

  • @MimiKinde-j4r
    @MimiKinde-j4r 11 หลายเดือนก่อน

    ዘመንህ ይባረክ

  • @Yaddu143
    @Yaddu143 2 ปีที่แล้ว

    Ebbifami Guutuu tiyya!

  • @nagaamedia
    @nagaamedia 2 ปีที่แล้ว

    Waaqayyo dachaan si haa eebbifu Gutusha

  • @destafikadu2421
    @destafikadu2421 2 ปีที่แล้ว

    wow Eebbifami bro karaa hundaanu danuu

  • @WeedduuEmpire
    @WeedduuEmpire 2 ปีที่แล้ว +4

    Maalale Ani
    Manni isaa Kun maal dhabe?
    Guutuudha! 🥹🥺

  • @meseretufgae6256
    @meseretufgae6256 2 ปีที่แล้ว

    Ammayyuu mul'adhu. Gooftaan manaaf alakee haa eebbisu

  • @galanaamante912
    @galanaamante912 2 ปีที่แล้ว

    ulfinnisaa gooftaa bara baraaf haa ta'u

  • @enkumengist1668
    @enkumengist1668 2 ปีที่แล้ว +1

    Stay blessed Gutuu...its amazing and just from heaven!!

  • @dibakanchoro7667
    @dibakanchoro7667 2 ปีที่แล้ว

    God bless you Garbich Abbo Waaqa

  • @Nafii7024
    @Nafii7024 ปีที่แล้ว

    ❤❤❤wow goftichi si haa ebisu gutu

  • @sebletesfa9620
    @sebletesfa9620 2 ปีที่แล้ว +1

    Blessed our beloved 🙏🙏🙏pls lyrics

    • @2913smh
      @2913smh ปีที่แล้ว

      I second this!Lyrics?!

  • @saraheyantu4419
    @saraheyantu4419 2 ปีที่แล้ว +1

    Wow Amen Cod bless you 🙏🙏

  • @DinkaDeresa
    @DinkaDeresa 3 หลายเดือนก่อน

    ❤❤❤❤❤❤ameeeee ebifamiiiiiiiiiii guutuu koo

  • @netsanettesfaye7544
    @netsanettesfaye7544 ปีที่แล้ว

    Stay blessed brother!

  • @dinkisahirpaurga3889
    @dinkisahirpaurga3889 2 ปีที่แล้ว +1

    What a good worship
    Ebbifama

  • @enrichedminds1175
    @enrichedminds1175 2 ปีที่แล้ว +1

    Anyone with the lyrics?

  • @MII_KOO
    @MII_KOO 2 ปีที่แล้ว +2

    GOD BLESS YOU 🙏🙏🙏

  • @Chalif_Enertainment
    @Chalif_Enertainment 2 ปีที่แล้ว +2

    Amazing song Guutushaako😍

  • @hawiname4761
    @hawiname4761 2 ปีที่แล้ว

    woowww waaqayyoo sii haa eebbissuu

  • @adugnamakonen7018
    @adugnamakonen7018 2 ปีที่แล้ว

    God bless you by your song

  • @obsayonas2185
    @obsayonas2185 2 ปีที่แล้ว

    GOD BLESS U MY BRO

  • @lemibiranu919
    @lemibiranu919 2 ปีที่แล้ว

    Ulfadhuu wqyo sii naa haa eebisuu Garuu maal jechuu dha mataa duree isaa MUSIJA

  • @natnaeltilahun2168
    @natnaeltilahun2168 2 ปีที่แล้ว +1

    Bless you 😍

  • @GeteDriba
    @GeteDriba 4 หลายเดือนก่อน +1

    Ameeeeeeeeeb🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @sarahtajitu3431
    @sarahtajitu3431 2 ปีที่แล้ว

    Ebbifamii gutuu kenyàa

  • @sweetkumsa6711
    @sweetkumsa6711 2 ปีที่แล้ว

    God bless more and more🥰🥰🥰

  • @kadhanna_ganamaa
    @kadhanna_ganamaa 2 ปีที่แล้ว +1

    Mannisaa kun maal dhabe🙏❤

  • @ebasasarka3170
    @ebasasarka3170 ปีที่แล้ว

    Powerful!! Baay'ee galatoomaa!

  • @شرين-ق1ق
    @شرين-ق1ق ปีที่แล้ว

    Ammeen ammeen eebifamii ebbifamii ❤️ bara Kee haa ebbifamuu

  • @simonkiya5454
    @simonkiya5454 ปีที่แล้ว +2

    Wow God nes

  • @DirreeBarnootaa
    @DirreeBarnootaa 2 ปีที่แล้ว +2

    Blessings!

  • @GETUSHOW
    @GETUSHOW 2 ปีที่แล้ว +1

    Eebbifami Gutee❤💚❤💚

  • @ararsagizaw4815
    @ararsagizaw4815 2 ปีที่แล้ว

    Waaqayyo guddaa si haa eebbisuu

  • @monidejenetech9192
    @monidejenetech9192 2 ปีที่แล้ว

    mujiza jabaa ❤❤❤❤guutuu koo my favorite

  • @AbayaAmansisa
    @AbayaAmansisa หลายเดือนก่อน

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤Ameeeeen Eebbifamaa

  • @zenagirma8230
    @zenagirma8230 2 ปีที่แล้ว +1

    Amen Amen Amen Tebareku