I can cry while listening to this neshida!! because all the sons of Adam are sinners.😭💔 "Our Lord, forgive us our sins and the excess [committed] in our affairs and plant firmly our feet and give us victory over the disbelieving people. " Thank you, mahir, for this amazing nashida💫👌
Maher video te tan warda harka fuudhuu didde prank si godhanii wallahi am so proud of you brother, namni amantii isaa tiiyfatu hedduu nama gammachiisa. keep it up.
Ani amantin kiya kirstanadha Wawu bayyee namati tola dhugaadha heddun jaladhe nashida kana si'a meqani dhagefadhe Wawu jabadhu hadho koo
Galaatoomi 🥰🙏
Rabbii nuutiilee sii haa dabaaluu inshaallaah 🥰🥰
Hayye amanttii lachuu baradhuu
@@teddyafrofficial tole nin baradha lamanu galatomi 🥰🙏
Mashaa Allah ani isinira jaladhe rahaman kiyyaas isiniraa haa jalatuu
Wow Waan Addaattin as baate dhugaa Wirtu duyda Garee Ulul_Azm munshid Mahir 🥰🙏🏼
GalatoomaSaahibbaan ko qaqaali Waliif nuhaa dhiisu 🥰🤲🏾
Mashaa alaah
Mashaa alaah
Mahir mashala❤❤❤❤❤❤yamana yasatara
As wr wb Ahbabifillah 💞
Rasulli allama (S.A.W) akkana jedhan"Muuziqan Qalbi irrati mallato munafiquma biqilchiti" jedhan wa sadaka rasulullah (S.A.W) obbolessa kiya mahir nashida akkana baredu tana malif muuziqa iti fayadamte ballesita? Hoji hojanu hunda kessati akka nama birati fudhatama argatuf ykn akka namni nurra qeebaluf jeene waan hojanu ballessu hin qabnu.hojin tenya nama miliyonan lakkawamu birrati fudhatama ha argatuf hojachu caalla akka Allah(S.W)💞 fi rasuli(S.A.W)💞 jaalatan hojane nama tokko(1) qofa birrati fudhatama argatutu irra calla walhi !yoo akka rabbi jaalatu hojane khaliqa irra milkooyna fudhatama argachun rabbi birrati qofa ta'u qaba. inshallah rabbin ihsaana fi itiba'a nuuf ha keenu obbolleyan akhira .khatima tenyas rabbi nuuf ha tolchu inshallah. hidaaya nuuf ha kenu.☝️ Allahuma Ini Asaluka Husnal Khatima💖
☝️Allahuma ini towbatan nasuhan qablal mowt💖
☝️Allahuma yaa Muqalibal Qullub Sabit Qalbi Alla-Dinik 💖
💞💞Amiin ya rabbal allamin💞💞
Kun gorsa obbollesumati rabbif jechaa isinin jaaladha 💖 Ws wr Wb
❤❤
❤❤❤
Amiin❤️❤️❤️
Amiin
Amiin ❤❤
Masha Allah Nashiidaa akkaan bareeddu. Yadaloofii walalooniis heddu na haawwatan. Dhaamsa guddaa of kheeysaa qabdi. Jabaadhu fuuldura deemi. 🎉🎉
Galaatoomi bedr habibi🥰🙏
😊ĺĺp1@@maherahmedma
Mashaalah,🎉🎉🎉🎉❤❤❤
Mashaalah,🎉🎉🎉🎉❤❤❤
1:09
Mashallaa❤❤❤❤❤❤❤❤
Waan ajjaibati dhuga habibi
jabaadhu 💪 Brother you're 🔥 ❤
Jalo jaalatama Nama Share share godhi mee React irratti hojjadhu mee yaa kartoona Jaalalaa 🥰
Qulquluu khiyya heddu takka naaf Galaatoomi Abba Jaalala 🥰🙏
❤❤❤❤❤❤❤❤ ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉
Jalo
I can cry while listening to this neshida!! because all the sons of Adam are sinners.😭💔
"Our Lord, forgive us our sins and the excess [committed] in our affairs and plant firmly our feet and give us victory over the disbelieving people. "
Thank you, mahir, for this amazing nashida💫👌
Sheik Ebrahim. is that halal nashida with music on it like indian 🤔 artist?
Habibi keep it bro wan adda❤❤
Galaatoomi habibi khiyya 🥰🙏
Masha Allah
❤
Masha allah ❤bro
mashalha ❤ biro
Namni akkuma koo dhugaan nashida kana diqisifattan comment kana like godhaa❤😊
Oboleeyssa koo kan islamaa sagaleen teetuu heddu takka bareeddi sagalee muziiqaa kana maalif jalaa hin lakifnne batiin araaramaa dhuftee jirtti ❤❤❤ yoon dogoggore dhifamaa naaf godhi!!!!
Rabbiin sodadhaa irraa deebiaa wallahi rabbiin irrai isiin gaafata
😅😅😅
Wow it's heart touching neshida maher 🥺🥺🥺
M.allah
First comment
Naiko Abba Walaloo🥰🙏
❤❤❤❤
M@@maherahmedma
Aras ya Rabbi ko gama ketin figaa 🥹🥹
Habibi khiyya qaali quality 👌 👏 ✨️ ❤keep it up
Galaatoomi habibi🥰🙏
Mashaa Allaha wan akkan namtii tollu hin jiruu Galtomii bor😢😢😢😢😢
Masha Allah
quality of video 💯
lyrics 💯
Editing 💯
💯 of💯
Great job keep up #maherahmed
Boss 😍
Gargara khiyya Boss Galaatomi jalallee ❤
Masha Allah
Quality of video ❤️❤️❤️❤️❤️
I'm from Sudan ilove Ethiopian nashida ❤❤❤
Maashaallah si Eegutti jirra habiibii
Wallaahi gorse garaasa maqaa irraan hoggaa M1 caalaa bro keep going ♥️ 🎉❤ waaniin Ajaa'ibaati hojjate 🫡
Ammaan arke malee sila react godhimi ah
Habibi khiyya Asadullah shukran 🥰🙏
😢😢Heddu takka namati tolti wly Masha allah ❤❤❤❤
Galaatoomi Das🥰🙏
🎉@@maherahmedma
Wowwww masha,allah🥰🥰🥰🥰🥰
Mashaa allaah Nattu Tokkofaa lalee
rayyan Mahammed best cameramen ❤❤
Soothing voice, mashallah
😢😅hn
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤ mashaa Allah heedu takkaa bareedadha mahiir keenya qalii 🎉🎉❤❤ heedu sii jalaana❤❤❤🎉🎉🎉
1000 Masha allah Jabadhuu
Wow masha Allah bayyee gaariidha jabaadhu sii wajjin jirra habibii❤❤❤❤
Masha Allah jabadhu❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Masha alllah my little brother keep going ❤ from west to east mahir is the best 🎉
Mashallah heddu takka namatti tolaa aja'ibaa akkanuman itti fuufi obbolessa koo kan akira❤❤🎉🎉😊😊
mashaalh gaara lafa dafa gad nuu lakkisa brother ♥️ ❤️ 👌 jabadhu
Masha Allah,,,, heart breaking nashiida,,,,,,may Allah bless you,,,,
Habibi keep it bro wan addaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤
Masha allah
Sound 100%
Clip 100%
Garuu muziqa qofa jala dhiste gaaridha
heddun si dinqisfadhe dhugaa dubbachuf
Masha Alah Masha Alah Tabarakallah Wlh Habib Kiya Jabaadhu ❤❤❤😘😘😘🥰🥰🫶
My bor Qalii❤❤❤❤❤❤❤
Mashaa Allah mashaa Allah Habibi ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Heduu taka dasi na jedhaa ❤
Masha allah wly
❤
Mashaa Allah
Faruuq❤❤❤❤❤❤❤😊😊😊😊
Heddu takka das ja a masha allah
Mashaa Allaah rabbiin siraa ha jalatuu qashtii namaa
Masha Allah ❤❤ Mahir king of Dire
Galaatoomi🥰🙏
❤❤
Mahir nashiodaan tee hedduu nama hawwatti ergaa fi gorsa guddaa qabdi, jabaadhu !
Galaatoomi Lencaa koo🥰🙏
Mashallah hbibi heddu baredii❤❤
Maher video te tan warda harka fuudhuu didde prank si godhanii wallahi am so proud of you brother, namni amantii isaa tiiyfatu hedduu nama gammachiisa. keep it up.
Wowww😍😍😍 ማሂ በጣም ነው የሚያምረው ወላሂ❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰
Wow jabaadhu bro
Shukran 🥰🙏
Maasha Allah Nashiidaan Hedduu Namatti Toltii Garuu Sagalee muuziqaa silaa jala kaayuu baatte bareedaadha
Tokko like naduran gone badhaasni
Kiyya maali
Maashaallaa ❤
Like
❤❤❤❤❤❤
Anattu si durse 😊😄
😊😊
Wow mashaa Allah hedduu nama tola ❤
Wawu masha allh
Sund 100%
Video 100%
Mashallah fula dura dem 🎉❤🎉❤
Insha allah 🙏
Mash allah 😢😢😢😢😢 ya rabbi abdi hin muru rahmat isra 😢😢😢😢😢😢
Maashaa Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤😊😊😊
Maashaa Allaah brother ❤❤❤❤ jabaadhu itti fufi
❤🎉my munshid still nashiidaa 🎉🎉❤❤
Maashaa Allah ❤❤
Maashaa Allaah Jabaadhu Obboleeysa Kiyya Mahir Qashtii
Abshir Galaatoomi Obboleesa Gudda 🥰🙏
Keep it up brother
Ukhtii 🥰🙏
يا رب عفوك 😔
Nashiida Dhaamsi Isii Waan Jiruu Tee Kheessa Dabarsiite Hunda Gaafii Kheessaa Si Galchiisiftuu.
يا رب استرنا بسترك الجميل.
Second comment
Kana caalaa sif hawwina bro jabadhuu ❤🤍💙
Abshir habibi 🥰🙏
wow keep up
❤❤❤
Maahir Habiibii MaashaaAllah this is best clip with messages bro naaf jiraadhu really proud of you !
Habibi khiyya lazize heddu takka naf Galaatoomi 🥰🙏
Namni mahir jaalattan comments tana like tuqa 👍❤
Masha Allah
Mashallah hedu das jati jabadha ilman biyyaa ❤
Marshalaa rabbiin nuu maar haa qarqaruu eeshii❤❤❤❤
As wr wb
الهم صل وسلم على نبينا وحبيبنا وشفيعنا محمد
Wow maashaa Allah heddu Das nama jetti❤❤
Mashallh bro jabadhuu❤❤
Baayee naamati i tola❤️❤️❤️💖💝
Wow wan adda qabate dhufte hbbi tokko sin gahu
Mashaa Allah jabadhu brth
❤❤❤❤❤Baqqaa sillaa nabbasaa turee naduraa baftee ❤❤❤❤masha Allah an kasii katabee Kun kabarattii ansilkii qabuu namarraa fudhettii
Mashallah tabarakallah wallahi nashida akan of nama yaadachiftudha rabbii nu ha qajelchu
❤❤❤❤❤ mahir wlhii rabbin jabadhaa garuu. jabenyaa saa keysaa nasibaa nashiddaa kanaa y@daloo walaloo sif kannee malif yojattee.. senaa naashidaa kannan yadadhuu.. rabbituu bekaa. baqqaa.. garuu silkii qabuu tanamatii tun
Maashaa Allah Waan Addaati Hedduu takka qalbii nama seenti jabaadhu hbb❤❤
Mashallah my sweet bro ❤♥❤💕💖💓wow heddu nama tolti sagalen tee ❤❤❤❤❤❤❤❤
Masha allh ❤❤❤❤❤❤Maher jabadu sinjaa insha allh
mashallaha rabbin sirra hajalltu jabadha ijjole biyya tiyya❤❤
Maashaa Allaah Wallaahi perfect. Imimmaan Qabachuu hin dandeenye. Dhaggeeffadhee quufuu dadhabe. Jabaadhuu itti fufi. Rabbi Sirraa haa jaalatu
Hy mashallah i appreciated by this neshid keep it bro mashallh jaabadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Masha Allah bro kiya jabadhu yero taka takas sagle baredu tan quran qaraii❤❤❤
Maasha Allaah! Nashiidaa afaan oromoo revolutionise godhu jirtan. Jajjabaadhu obbaleeysa khiyya sijaalanna
Jabadhu bro I am proud of you baga keenya taate ❤
From Ethiopia nice neshida❤🎉
Masha allah❤
Good Masha_allah
Masha allah jabadhu hedu taka wan namati tolu fi wan barnota irra arkatanidha sher sher nama jalatanif ha wa iirra baratu
ples parti2 menzumaa 💖💖🇺🇸🇺🇸🇺🇸
Masha Allah
Hojii bareedadha!
Keep it up!
RABBIIN SIRRAA HAA JAALATU
MAT-DUREEN KEE HEDDU NAMA TOLLA warra irraa fayyadamu nu Haa godhu.
HABIBI!
#JABAADHU!
Wwwww nashida baredu
Maashaa Allaah bro, hedduu namatti tolti!!!
Mash Allah respect bro is the best nashida 😊😊
Hojii bareedaadha jabaadhu...
as wr wb bro kiyya qalii rabbiif jecha sin jaldha hojin kee bardudha garu mesha muziqa jala hin fayadmin habib wolh nashidan tetu sagleen tetu yeldlon tetuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤100/100 wataef
Habibikhiyaqaali quality❤keepitup
Masha Allha Ani nashida hedhu fadha
Mashaa Allaah habiibii kiyya wallaahi sagalee ajaa'ibaa qabda. Dhaloonni amma zinaa waytii Halaal godhatee karaa irraa maqetti ati immoo Nashiidaa bareedduu tana goraa mi'aawaan dhufte. Gamanumaanuu jajjabeeffamuu qabda sin jedha kana caalaa akka jabaattuuf wallaahi habiibii ❤
Saah habibi khiyya dhugaa kheeti Galaatoomi 🥰🙏
Walhi waan ajjaibatii dhuga 😢