Maasha'Allah Congratulations on your decision making sure you're going to see Eebbumaa kitaaba Johar hin Gaabbuu maalif Minister Barnootaa tayee Hubadhuu Mootummaan gadi fageenyaan Adidas Gabbiin bakka cufaa murtii
❤❤ view Ida'amauun institute Technologies inc. Gaabbii ida'amauun jechama M/M bakka itti kufaatii ilma namaa fi Biyyaa Muudattu ni eegnaa dhuftee. Isin Gaabbirraa Qooda qabnaa Ni eeguduu moo ni beektuu Gaabbii? ANSWER prime medicines
Juwar adam ati dilanuma doomadhaa?
Akka mediattis aKKa nama dhuunfaa tokkotti haamlee ittiin waa'ee Jawaar dubbachuu Hin dandeessan keessumaa iyyuu immoo ati namni Jawaar jedhamtu kun mootummaa Jala fiigduf fiigi
Mootummaa Oromo waan jedhamuu hin jiruu nutii yaadaa akkasii hin qabnu!!
Nutii duunne dhumna malee Abiyyiin garaa jabeessii ilmaa namaa lafarra xaraguu kun nu hin bulchuu!!
Isinimoo Olololtuu itti gaafatummaan ni hordoftuu guyya tokko!
Jette jette akkasii utuu nuti gidiraa cimaan du'aa jiruu nama owwattuu dhabnee hin buluu!!
Duuba hin deebin
Mootummaan sanyii faarfamuu bara salamoon hafe Solomon's c dynasty!
Injiffannoi maali du'aatu injifannoodha!!
❤Maasha'Allah Deebii Ija again yaada dhaqqabnee Gaaddisaa Gurrii Eegumsa Oromoof kanaaf Salale Haatii Mootiif Gaaddisaa kanaaf ittisaa Duraafi Boodafis Congratulations Orime Media Hojii keetii Boonii💞💞❤🤲🤲🤲
PP lafti mareeni jira erga Jawaar dubate.😀😀
Hasaanuu isiin harkaa babadee 😂😂 Ayii PP rabbiituu Jawwee isiinittii kaasee
Aboo malaxa ati ofiikee garaa kee gutee motummaa oromo jetaa bulguu
Waraqaa nottii bafatee dhuftee 4k siif ergamer😂
Garaaf jiraatanii waggaa Kuma jiraachuurra Akka jawwaar dhugaaf jiraatanii du'uu wayya.
Doommadha isin
Media Kaadree..Cinqamtanii jirtu Dhugaa Rabbi
Maaaa Kijibdaaaaa ati? Sareeeeee
siyaasa warumaa siyaasaf dhisaa
Kkkk maaliif akkaati sobdaan😂😂
የኦሮሞ የሚባል መንግስት የለም። እባካችሁ ህዝቡን አንገት ባታስደፉ !!!!
faarsee bulaa kan isin beytan kanuma
Hy kijibduu mataa malaaxaa
Kijibdoota akkam taatu egaa😅
Jawar Mohammed jechuun Falmaa mirga dhala namaati saniif saba hundarraa hasawa,,, Akka Oromoo qofatti haasawaa hin jiru Akka sabaa fi sablamootaa Ethiopia guutuf dubbachaa jira akkasitti hubadhaa
Haayii kijiba mootummaa amma aangoo irra jiru hojii eenyuutiin dhufe.
Fannoon isiinif shariika isiintu hidhachiise cuubbuun si dabre hinjiru
The prosperity camp is shaking,with just a word from Jawar!!!😂😂😂
That is what you have dreamed but the fact is so far!😂😂😂😂
Rakkaatan kaa rabbii isiini haa laafisuu😂😂
Ee miskiina wallaah gurbaaņ isin weeŕse
Namni kun saree dhaltuu😅
Kkkkkkk
An waan Takka hin dubadhu
Kkkkkkkk
Heddu Ajaa'iba garuu
Kkkkkkkk
Hunda caalaa kan na ajaa'ibe mootummaa ummataan filame jachuu namicha moluu kanaati kkkkk
Maal kijibni hagana gahu, Foonno eenyutu ijaare?
Faannoo jedhii "Fannoo" hin jedhiin.
Lachuu tokkuma.
Mootummaa oromoo jettanii?? Kkkkkk Namicha malaaxaa???kkkk
Kkkkk hawwsani komii kaasan jedhe duqeetamii kijibaa
Harkaa 90 mitti Harkaa 99% jedhi kkkkkkkkk
Mariin keessan baay'ee gaariidha.
Lol, you just told why come on show.now you get budget to run shows
Abboo namaa gudaraa kijibnii ni fokkotaa😂
Isiin abbaati haqaa hin fetaan
Jawaar Mohaammad isin iyyisiise mitii?😂😂
Maasha'Allah Congratulations on your decision making sure you're going to see Eebbumaa kitaaba Johar hin Gaabbuu maalif Minister Barnootaa tayee Hubadhuu Mootummaan gadi fageenyaan Adidas Gabbiin bakka cufaa murtii
Wow! Jawaar adaam baay'ee natti toltee. Jabbadha.
hattuu
Gubattani yaatani gadii😂😂
Sin cinqe mitii kiyyaan kkkkk 🤣 🤦🏾
Maali Manguduma Tanan Yo Tessa Akkati Sobdu Sumatii Tolaa Mo
Goowwota holeyyii
Haarree afufutu diqala kijibdu
Ati Qeroo dhaa kanaa fanaa dhisii malloo
Juhar dhuga ketii
Jawar Adam gowwaa namaaaaa
Kijiba adii kijibdan jawaar jijjirama keessa hinjiru jettani azubillaah
❤❤❤❤❤❤
Tayyee Lammaafaa bagaa garanaaii dhufttanii gafaa wayyii dhifamaa gafatanii isin jawar irattii bagaa nagayaani dhuftaan
Jaarsa mataan sirra hin jiruu.
Afuuftuu oromoo waee amantaan oromoo qooduf yaalukee doofaa harroota woyyaanee😂
Jarana, dhugaa hin haalinaa, kabajaa qabdanis, ofumaa ofi hin-xiqeesinaa.Kk.kka.......
Sobduun Ganamuma dhalatti Isin Midiiyaa Uummata Oromoo Bakka Buutanii Mitii
Hattuulee
Meeqa isinii kafalame???
Dhugaan sirraa dhokatteetuma cubbuu haasoostaa malaxaa
Gurbatti Afuuftuu tana
The most recent report on this media outlet has a link to brick wall of information on how it works for a country?!.
Agarree Deem😂 mootummaa oromoo keetii
Faannoo Uummata Oromoo ittiin rukuutuuf dura kan ijaare eenyuu ? Mee ishii kan nuuf deebiisaa .
Dhugaa keessani garuu jawwee dhiisii abbaan fedhe hardha ummata Oromoo gara ofiifedhetti yookaa ajandaa ofiisaa itti kennuu hindandahu maalif yoo jenne ummanni oromoo warra nuti xiinxaltoota ofiin jedhuun olitti bilchinaafii hubannoo horateera waantaheef waan lafarrattis.argaa jiru qaba waan dur keessa tureefii hardha keessa jirus sirriitti hubata waan taheef jawween hinaaftuudha hinaaffaan waan jedhu isa wallaalchee gadi Isa buusaa jira
mataa kee malaaxaa kanaan waan xiinxaltu hin qabduu hin kijibini yaa afuufaa
Mari miilana san keessa turtee dulgoo nyaattee maqaa nama guddaa baattee albaataa
Hojii argattan kaa jabiloonni mootummaa hin qaaneeffattan immoo mootummaa oromoo yeroo jettan mootummaa bulguu qonna didaa gaachana sirnaa jedhee xiqqaa hanga guddaa dhiiraa fi dubartii hin jedhu mirga nama dhiituu fi saamu kenneefitu mootummaa oromootti jettanii dhudhuftu☝️☝️☝️☝️☝️☝️ mataan haa dhaabatu yoo jiraachuu baatee maaltu nurra gaha wanti addaa haga ammaa hin geenye😥😥😥😥
Milishaa dubartootaa reeban hin arganni moo isani?😢😢
@@makiama9561Jawas caala dhalaa reebe jira???😂😂😂
Jibbaan Eegumsa kanaf Scored for Salale Haatii Mootiif Gaaddisaa garuu Mootummaan Biyyaaf Gaaddisaa isin hoo Ogeeyyin provides prime medical attention
Maaf humna teesanii ol deemtan isii gurbaa diimaa Rabbitti waliin jiraa dhiisaa itti Qaanfattani waan haasoftan kana shakkii takka malee isin injifata jawween
prime media uffee
uffee 😮😮😮
Isinuu ajandaa faannoo irra gara ajandaa oromoo isin deebise jira, olola jettanillee olola gaaridha
OPDO n maalif ajjeeste hooggantoota Gadaa karrayyuu ? Hamma deebii nuuf kennitanitti Oromoon gaaffii kana dhiisuuf hin jiru .
Namni gowwaan akkana sila oso haasayu baate maal qaba . Maqaa keetis oso Jawaar irra jijjiiratte gaaridha .
Kkkkkk
Isinummaan hin kijibinaa, sobduu cufa
Atii gawwa nu gowomsu hin dandeesu
Waan itti hin amannee maaliif dubbachuuf maaliif if rakkistu biddeenni bira hin jiru laata
Dhugaadha namni bakka kanaan isin gahe eega Rabbiitii jawaar muhaammad jaalattanii jabbitanii akkuma oromoon jette barbareen harkumaan dhaabaani nama gubdi jidhan
❤❤
Gadi galoon mataa keeti
Dhoqee akka kee kan maal jedhani mee amma malaxaa........
Mataa kee kana kijibuumaatu rifeensa irra fixxe
I am so sorry for this media coverage chamber of lies that is now being exposed?!.
Tv irra maalif badani ?
Gaffaa wayyii dhifama gaffaa tahaa akkumaa tayyee hangasaa
AKKAAN GALATOOMAA YAADAH KANAH UMMATAH OROMOOTIIN GAYAA ULFAADHA NUUF
Jaween Abiyyif saroota isaa fincaan buusise.
Near to the church but far from GOD😂😂😂
@@motibiya9425 Which God?
Akka kanatti isin Amma oromoo bakka buutanii? Hici isinumti garaagarummaa uummata giddutti fiduu barbaaddaniiti.kanaafuu jawaaris qaamoleen biraa maqaa oromootiin qabsaa'anis jiru Kun hundinuu oromoof waan quuqamanuuf isin yeroo kanatti arrabsoo Hayyuu tokko irratti kaasuun maaliif barbaachise?dhaabbadhaa of ilaalaa isin worri mootummaa Jala hojjattan.kaleessa ammoo asuma teessee shanee jedhaa Amma maaltu ABO WBO si jechisiisa diinaa taatee osoo achiin haftee hin woyyuu?
Achumatti Xiqqoo naamusa Gaazexeesummaa kan qabu ,Gaaz Rabbirraadha,Kunneen Kashilabbeedha.sona gaazixeesummaa tokka hin qabu.arrabsoo qofti gaazexeessaa sin taasisu .dura baradhu,dubbisi.
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
😂😂😂 buufa
Jarsafokota
Abbott gara farse bulittota
aboo namni aka keessani kiijiibu hin jiiru jawar adam ati faa maxa us
Garuu kanin isinin jedhu abiyyi amad kan nuf gahu hin jiru
J fi M waliin lubbuu isin keessaa baasuuf jiru dhihootti yaa pp.
❤❤ view Ida'amauun institute Technologies inc. Gaabbii ida'amauun jechama M/M bakka itti kufaatii ilma namaa fi Biyyaa Muudattu ni eegnaa dhuftee.
Isin Gaabbirraa Qooda qabnaa
Ni eeguduu moo ni beektuu Gaabbii? ANSWER prime medicines
Isin garuu dhuga hasawu irratti
mootummaan oromoo oromoo hin ffayyadne, ajjjeesu, gubu, Faca'uu mala
Ajooftuu kijiibduu
jaalaatus jiibiitus mootumaan nikufa qabsoon itifufa
Midiyarraa teettani safuu hin dubbatina
Ijoolle haasawa akkasii nama tokko qofa irratti xiyyeeffachuun, abaaruun, mufachuun barbaachisaa miti. Qabsoo saba oromo irraa kaanee yoo haasofne Jawaaris wanti inni itti jiru oromoodhaf furmaata fida moo hinfidu kan jedhu yoo jennee kaane haawawa qajeelaa gochuu dandeenya. Nama tokko qofa irratti xiyyeeffachuun siyaasaa yookii qabsoollee hintahu. Isinins of serreessaa Jawaaris nuuf gorsaa