HAA GALU : SOLOMON ALEMU (Official Video)

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 15 ต.ค. 2024
  • Note: Unauthorized distribution and re-upload of this content is strictly prohibited
    Music: Abrham
    Camera & Editor : Lalisa |Hooqubaa films|
    Color : Dawit Gizachew
    Director : Gutu Bikila
    Thumbnail design : Samuel Girma |Kanenus graphics |
    my Facebook page: / solalem43
    #Faarfannaa_haaraa
    #New_Album
    #Faarsaa_afaan_oromoo
    #New_oromoo_gospel_songs
    #Ethiopian_music
    #oromo_music
    #Faarfannaa
    #Faarsaa
    #African_music
    #viral
    #Songs
    #gospel
    #Arara_tv
    #Kanenus graphics

ความคิดเห็น • 819

  • @orotube44
    @orotube44 ปีที่แล้ว +30

    Oromoo koo araaraa maloo keessatuu ijoolleen Kakuu videon Solomoon dawwatama hin jiruu waan bira yoo dadhabne like gochuufi asumatti video isaa dawachuu dadhabne 😭ummata kiristaana Waaqayyo gaditti nutillee mucaa kana gudisu qabna sol jabduu koo 🥰 eebbifamaa hundii❤❤❤❤❤❤❤🙏

  • @tube-mo2hy
    @tube-mo2hy ปีที่แล้ว +33

    ይህን የተባርከ ልጂ ለመላው ለኢትዮጵያ ለወንጌል አማኞች የስጠ ጌታ ኢየሱሰ ስሙ ብሩክ ይሁን ☝🙌 እኔ ቋንቃ አልችልም ግን መዝሙሮችን ሲስማ ውስጠ በደስታ ይሞላል ሶሊ ጌታ ኢየሱሰ በቤቱ ያፂና የኔ ወንድም😍😍

  • @ZaniA-ep4dx
    @ZaniA-ep4dx 9 ชั่วโมงที่ผ่านมา

    Amen 🙏🙏🙏🙏🙏😘😘😘😘😘😘😘 waqayoo nufi araars mii kaaaaaaa

  • @yemisrachababula6599
    @yemisrachababula6599 ปีที่แล้ว +12

    ኦሮምኛ ዘማሪዎች ዝንድሮ ባንችልም ቋንቋ አልተቻላችሁም መዝሙሮችህ ግን ገብቶኗል አያግዱም ቋንቋ ተባረክ

  • @ZaniA-ep4dx
    @ZaniA-ep4dx 9 ชั่วโมงที่ผ่านมา

    Amaneeee amneee waqayoo barafi jirenya kee aebisuu solii abaa araraamu kee nufi debisii

  • @hawwitioromoo9134
    @hawwitioromoo9134 ปีที่แล้ว +6

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen mucaa abba koo waaqayyoo bara kee jireenyaa kee hojji kee karoora kee hunduumaa haa eebbiissuu hadhoo koo ayyaanii kun dachaa dachaa siratii haa dabalu qaxalee koo ani sif jechaa hin qabu yesuus koo cimsee saa dhabu amma dhumaatii🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏😥😥😥😥😥♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

  • @mimomaz9837
    @mimomaz9837 ปีที่แล้ว +41

    ቱረጉሙ በለቅም መዘሙሮቸህን በጠም ነዉ የምወደቸዉ ተበረክልኛ ጌታ እየሱስ ይበረከህ ሶልዬ ዘመንህ ይለምልም 😘😘😘😘😘😘😘😍😍😍😍😍😍❤️❤️❤️❤️

    • @nanboontamee
      @nanboontamee ปีที่แล้ว

      Solomon Nuf Jiraadhu

    • @NanatiYazachew
      @NanatiYazachew หลายเดือนก่อน

      Thanks 😊😊😊😊😊

  • @FuadMuhamed-pl1dg
    @FuadMuhamed-pl1dg 2 หลายเดือนก่อน +2

    Im Muslim but I Love This song ❤😢

  • @mohammedworku2405
    @mohammedworku2405 8 หลายเดือนก่อน +2

    ani amantan kiyyaa ortodoksidha farfanna kan baay'een jaladhaa♥♥♥♠

  • @AbdiMohammed-jl9ix
    @AbdiMohammed-jl9ix 20 วันที่ผ่านมา

    Waqayyoo si haa Eebbisuu Jabaa ilmaa

  • @ganiadugna
    @ganiadugna ปีที่แล้ว +1

    eebbifamaa aadaaf duudhaa keessaniin yeroo faarsitan nama hawwaata ajaa'iba!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @HirphaMegersa-r6u
    @HirphaMegersa-r6u หลายเดือนก่อน

    Barri jirenyaakee yaa ebbifamu amma dhumatti siyya dhabu

  • @gisheelammaa8123
    @gisheelammaa8123 ปีที่แล้ว +2

    Ameen Ameen haa galu nuu galchii jaalala isa biyyaaf fala😭💔🙏🙌🏻uuuuuufffff uuuuufff😭🙏 Eebbifami solo mucaa ebbifama ebbifama hundinuu gooftaan biyyaa keenyaaf jaalala tokkumaa nagaa haa bayyisuu❤🙏

    • @nabiileshow
      @nabiileshow ปีที่แล้ว +1

      Sanyii koo matii naf tahii wal haa jajjabeysinuun wal birraa haa dhabanuu

  • @BiraneLikisa
    @BiraneLikisa หลายเดือนก่อน

    Nuuf jiraadhu ammas kanumaan caalatti dina keeti abidaa tahiiiiiiiiiiii salamon

  • @AAa-lw3ys
    @AAa-lw3ys ปีที่แล้ว +1

    Nu Deebiisi Yaa waaqayyoo ati nuti Araramii maaloo Maaloo😭😭🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲

  • @Abonesh835
    @Abonesh835 ปีที่แล้ว +1

    Farfannaa kana imimanif dhagefachu dadhabde 😢😢😢😢

  • @dhibeewagari6211
    @dhibeewagari6211 ปีที่แล้ว +1

    Waqayoo sinii haa ebbisuu hundaa kesaniii sagalee jirenyaa isii haa ageesisuuu ebbifammaa❤❤❤❤❤❤

  • @NerdiAsefa-si2jq
    @NerdiAsefa-si2jq ปีที่แล้ว +1

    ሠዝሙሮችህን ቆንቆውን የሚሰማ ብቻ ነው የሚባረክበት ግን እንደ ወጌል ሰው ሁሉ በሚሰማው ቢሆን ሁሉም ይባረክበታል ብየ አምናለሁ፡

    • @honeligntadesse5931
      @honeligntadesse5931 ปีที่แล้ว

      Be hulum kuwankua geta yimelekal ye ged Amharic bicha mehon yelebetm enem Adam Oromo menager alchelm gn sw begebaw betetegnawum yamesgen

  • @sinanjesus7155
    @sinanjesus7155 ปีที่แล้ว +21

    Qalbiin natti hasawaa waa bir'dhatee
    Bakki tokkon qaawwaa waatu hir'dhatee
    Nan hawwa yaada koon ba'ee biyyaa
    brave child of the lord
    Still go through the pass

    • @nabiileshow
      @nabiileshow ปีที่แล้ว +1

      Sinan sanyii koo matii naf tahii wal haa jajjabeysinuun wal birraa haa dhabanuu

  • @caaltuutube7217
    @caaltuutube7217 ปีที่แล้ว +3

    Waa'ee keef waaqayyon galateeffachuu malee jecha biraa hin qabu dhugaa

  • @MartaDerese
    @MartaDerese 11 หลายเดือนก่อน +1

    Soleyee mezemurehen sesema wusxe haset yaderegal tebarekelegn! !!!

  • @leenseetube
    @leenseetube ปีที่แล้ว

    Nagaani Waqayyoo isnfi haa ta'uu bagaa nagani dhuftee salamoo wel come Waqayyoo barafi jireenyaa kee haa ebbisuu ebbifamii darbii demii Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen 🙏

  • @Yasinbulaybt24_22
    @Yasinbulaybt24_22 หลายเดือนก่อน

    Nuuf galchaa jaalala isatu hundaaf fala eebbifami

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa1384 ปีที่แล้ว +1

    Wowooowwww waaqayyoo sihaa eebbisuuuuuu

  • @darartubekele9141
    @darartubekele9141 ปีที่แล้ว

    Waqayyoo baraaf jireenyaa Kee haa ebbisuu 😍😍😍😍😍😍😍❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

    • @nabiileshow
      @nabiileshow ปีที่แล้ว

      Sanyii koo matii naf tahii wal haa jajjabeysinuun wal birraa haa dhabanuu

  • @Qananiikatamaa
    @Qananiikatamaa ปีที่แล้ว

    Waqayyoo gooftaan kana calaa Dachaa Dachaa Dachaa Dachaa Dachaa Dachaa si ha Ebbisuu Ebbifamii brother kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤

  • @ganetshelame7196
    @ganetshelame7196 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuuf hin qufamuu Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen ebbifamii sole 💯♥️😘😘😘😘😘

  • @amanetufa5708
    @amanetufa5708 ปีที่แล้ว

    WBO waaqayyoon jelatti wobiin saba miidhamaa oromoo isinuma. JABAADHAA. Oromoon dhugaa isin woliin jirra. ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️😊

  • @abbarashiddessa5025
    @abbarashiddessa5025 ปีที่แล้ว +2

    Addraa warii kukutan garaa Titok fiidda jiratan asumatii jajabeesaa lallaa kukuttinaa jalalla waqayyootin

  • @lensegidduma131
    @lensegidduma131 ปีที่แล้ว +1

    Eebbifami solee muca dibataa ❤❤❤❤ hadaraa Keesan ijoolleen keenyi gad bufatanii tikto irraa hin gessina 🙏

    • @nabiileshow
      @nabiileshow ปีที่แล้ว

      Sanyii koo matii naf tahii wal haa jajjabeysinuun wal birraa haa dhabanuu

  • @gutatatilahun4400
    @gutatatilahun4400 3 หลายเดือนก่อน

    Waaqayyo si haa eebbisuu!

  • @PeterWansara-fv9hk
    @PeterWansara-fv9hk ปีที่แล้ว +3

    Soilye tebarek egzbher yibarekh qanqawuni alchilm gn zemah betam des bilognal from hawasa❤

  • @RealmeC53-h2b
    @RealmeC53-h2b 2 หลายเดือนก่อน

    Dhugaadha jabbaadhuu ebbbiiifamii ❤❤❤❤❤

  • @NanatiYazachew
    @NanatiYazachew หลายเดือนก่อน +1

    Waqayoo kan sif kene dha

  • @AdugnaLomiiadugna
    @AdugnaLomiiadugna 10 หลายเดือนก่อน

    Waqayyoo waqaaraa si haa ebisuu solee sin jaladhaa 💋♥️❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @maqidasiinagee3661
    @maqidasiinagee3661 ปีที่แล้ว

    Jabaa namaa ayyani Kan caluu sifi haa dabalamu maqaa iYesusn ebifaamiiiiiii dachaa solee kenyaa 🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏

  • @nefestali-nr4zd
    @nefestali-nr4zd ปีที่แล้ว +1

    Ebifami qaxalee mucaa iyesusi❤❤

  • @SabkebarSorsaaTube
    @SabkebarSorsaaTube ปีที่แล้ว

    Abo sanyiko oguman atii artiradha qabdufi gawumsi ke namaraja jabadhu

  • @lattuoromiyaatube2467
    @lattuoromiyaatube2467 ปีที่แล้ว +2

    wowowow!!... Qalbiin natti haasawa waa hir'ate bakkii tokkon qawwaa waatu hir'ate nan hawwa yaada koon biyyaa bahee!!!!!!😢 Solee eebbiifami bro faaruu ajaa'ibatti dhugaa!!!!!... ❤✝️✝️✝️📖📖📖📖📖📖📖🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏✝️❤️❤️🥰🥰🥰🥰

    • @nabiileshow
      @nabiileshow ปีที่แล้ว

      Sanyii koo matii naf tahii wal haa jajjabeysinuun wal birra haa dhabanuuu

  • @tilahunnegash3251
    @tilahunnegash3251 ปีที่แล้ว +2

    utuunni jiraatee silaa has to be the title of this beautiful Faarfannaa_haaraa

  • @senalammii6772
    @senalammii6772 ปีที่แล้ว

    😭😭😭uufff waniin jedhu hin qabu.ayyaanii waaqayyoo sirrattii haa Haafu🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @lelolove2999
    @lelolove2999 ปีที่แล้ว +1

    Waaqayyoo goftaan sii yaa fayyiissuu hadhooko dachaan kanumaa caalaatii ❤❤❤❤❤

  • @bulchaitefafite
    @bulchaitefafite ปีที่แล้ว +2

    Solo xinna guddaa keenyaa!
    Baga Waaqayyo sin nuuf kenne❤

  • @kurihordofa6990
    @kurihordofa6990 ปีที่แล้ว

    Nati tole garu farfanadha moo muziqaadha❤

  • @zerfeabebe491
    @zerfeabebe491 ปีที่แล้ว

    Bagaa waqayoo sii gargaree jabaa kenyaa ebifamii dachanii datibii demii❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏

  • @HaileKelbesa-s5x
    @HaileKelbesa-s5x 2 หลายเดือนก่อน

    What an amazing song! Blessed blessed Ifa ko!

  • @AbbaaNadhii
    @AbbaaNadhii ปีที่แล้ว

    Ani amantaan kiyya Musliima; garuu, Oromummaan keetiifi kan koo akkan faaruu kana jaalladhu nagodheera❤❤❤

  • @sossas3061
    @sossas3061 ปีที่แล้ว

    Anii Orthodoxidha garuu Waqayyo saa Eebbisuu hadhoko bara keenyaa keessa namnii akka kee jiraachuun isaa gammachuu guddaf bu'aa gudda qaba ummurii kee nuuf haa dheeressu atii nama Eebbifamadha❤

  • @Abomsabenti
    @Abomsabenti ปีที่แล้ว

    Eebbifamii kana caalaa Ayyaana isaa waaqayyoo siif haa baay'isuu

  • @falmatakeneibaba4618
    @falmatakeneibaba4618 ปีที่แล้ว

    eebbifami waaqayyoo gooftaan saa eebbisuu nama baroota kessaa!!!!!!!!!

  • @sisaayiiabdisa
    @sisaayiiabdisa ปีที่แล้ว

    ❤❤❤❤❤❤❤❤
    Ebifamii mucakaku darbii demii maaqa iyesusinni Ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen

    • @nabiileshow
      @nabiileshow ปีที่แล้ว

      Sanyii koo matii naf tahii wal haa jajjabeysinuun wal birraa haa dhabanuuu

  • @yisihakofficial9916
    @yisihakofficial9916 ปีที่แล้ว +3

    ወንድሜ ሰለሞን ጌታ ዘመንህን ይባርክ!!! በእዉነት ድንቅ የሆነ መዝሙሮችን ነዉ የለቀክልን...ተባረክልኝ

  • @Fiqir123
    @Fiqir123 ปีที่แล้ว

    Eebbifami sool mucaa kakuu

  • @GamachuMan-v3t
    @GamachuMan-v3t ปีที่แล้ว

    jabbadhu waaqni sii haa ebbissu

  • @yadanigetachoo8230
    @yadanigetachoo8230 ปีที่แล้ว

    Ameeeen Ameeeeen haa galuu jalallii uuuuuuuffffffeeeeeeeyyyyyiiiii waqayyoo baraf jirenyakee haa Ebbisuu Ebbifamii F//solomon❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏

  • @zinaashfurii5710
    @zinaashfurii5710 ปีที่แล้ว

    Wwww ebifaami gooftaan kanuma caalati ayyaana isaa sif ha baayisu soleeeee keenaa ❤❤❤❤❤🎉

  • @AAbus-vu9ex
    @AAbus-vu9ex ปีที่แล้ว

    Eebbifami gooftani Barafi jirenya kee guutuu si haa Eebbisu ❤❤❤❤❤

  • @cellphone6440
    @cellphone6440 ปีที่แล้ว

    Eebifamii amalee darbi farfadhuu🙏🙏

  • @zeinakhoury111
    @zeinakhoury111 ปีที่แล้ว

    Ebifaamii waqayoo baraaf jirenyaa kee ha ebisuu 🤲🤲🤲🤲❤❤❤❤

  • @YesusJalalaa
    @YesusJalalaa ปีที่แล้ว

    Waqayyoo sii haebisuu nuf jiradhuu

  • @laniefufa3481
    @laniefufa3481 ปีที่แล้ว

    Jaalallii biyyaa keenyaf haa galu Eebbifamii

    • @nabiileshow
      @nabiileshow ปีที่แล้ว

      Sanyii koo matii naf tahii wal haa jajjabeysinuun wal birraa haa dhabanuuu

  • @oromiyaabiyyaakoo9715
    @oromiyaabiyyaakoo9715 ปีที่แล้ว

    Ameeeen ameeeen ebifamii mucaa kakuu

  • @yerookooabdi7900
    @yerookooabdi7900 ปีที่แล้ว

    woo woo baa'ee namatti tola waaqayyo si haa eebbisu solomoon !!

  • @mitikuemana
    @mitikuemana ปีที่แล้ว

    Sooliiko
    Waaqayyo bara siif hafaan daraan haa Eebbisu jabduu mucaa waaqayyo

    • @nabiileshow
      @nabiileshow ปีที่แล้ว

      Sanyii koo matii naf tahii wal haa jajjabeysinuun wal birra haa dhabanuuu

  • @kiyyaailluu7482
    @kiyyaailluu7482 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuu ffffffffff ebbifamiiiii soliikoooo❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️😭😭

  • @ayitejackline-sx1wv
    @ayitejackline-sx1wv ปีที่แล้ว

    Waqayyoo Goftaan Sii haa Ebbiisuu mucaa kakuu Ameeeeen goftaa koo nuu lalii🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @lattuuwallaggaa1015
    @lattuuwallaggaa1015 ปีที่แล้ว

    God bless you jabaakoo ebbiifaamii darbii demii kanumaa calaatii

    • @nabiileshow
      @nabiileshow ปีที่แล้ว

      Sanyii koo matii naf tahii wal haa jajjabeysinuun wal birraa haa dhabanuuu

  • @yesuusabdiikootii.811
    @yesuusabdiikootii.811 ปีที่แล้ว

    Ameeeeen ameeeeen ameeeeen eebbiifamii gooftaan caalumatti baraaf jireenya kee guutuummaa haa eebbisu sol🥰🥰🥰

    • @nabiileshow
      @nabiileshow ปีที่แล้ว

      Sanyii koo matii naf tahii wal haa jajjabeysinuun wal birraa haa dhabanuuu

    • @yesuusabdiikootii.811
      @yesuusabdiikootii.811 ปีที่แล้ว

      @@nabiileshow yaa ta'u tolee atillee naf maatii naf ta'i. 🥰

  • @yanetjesus4024
    @yanetjesus4024 ปีที่แล้ว

    Soliye ebbifami ❤

  • @CherinetiMilkiyas
    @CherinetiMilkiyas 7 หลายเดือนก่อน +1

    Baayee nama tola jabaadhu.

  • @SimboKumesa
    @SimboKumesa ปีที่แล้ว

    Woow ebbifamii solo mucaa dibataa

  • @askuumicooiyasuuuuuuus6085As
    @askuumicooiyasuuuuuuus6085As ปีที่แล้ว

    ameeeeeeen ameeeeeeen ebbifamaa dachaa dachaadhani 😍😍😍😍😍 y

  • @MasaratUlfina-hr7tz
    @MasaratUlfina-hr7tz ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen farfanaa addati dhagefadhee in qufuu uuuuuuuuuffffeeee ❤❤ebbiffamii dachaan sa ebbisuu ayyannii sifaa bayatuu
    Utuu iinn jiratee sila Utuu innii jiratee silaa 🙏🙏🙏

  • @niftalemtube
    @niftalemtube ปีที่แล้ว

    Wow solee kooo eebbifami

  • @werkitubirhanu3997
    @werkitubirhanu3997 ปีที่แล้ว

    Ebifaamii waqayoo barafi jirenyaa ke ha ebisuu darbi jiradhu❤❤❤❤❤❤

  • @SintuAmem
    @SintuAmem ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen Ameen eebbiifamii salamoon dhugaa waaqaayoo ati mucaa waaqaayoo hadunyaaf dibbee si kasedhaa kana chaalati ayanni waaqaayoo sif haa dhabalamu

  • @gishugishu4970
    @gishugishu4970 ปีที่แล้ว

    Eebbifamaa matii waaqayyoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
    Sol koo dadabale dadabale dachan dachan sii yaa eebbisuu waaqayyoon koo uuuuuuuuuuuuf 😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @asteraster7321
    @asteraster7321 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuffee ebbifamii muca kakuu 🙏 ebbifama

  • @tigistdaanyee5723
    @tigistdaanyee5723 ปีที่แล้ว

    Sooliyyee ani amanticha hin hordofu garuun faarfannaa kee baayyeen dhaggeeffadha ❤❤❤❤❤

  • @obsadebela
    @obsadebela ปีที่แล้ว

    Xiqqaa waan guddaan keessaa burqu!
    Eebbifami ammallee!

    • @nabiileshow
      @nabiileshow ปีที่แล้ว

      Sanyii koo matii naf tahii wal haa jajjabeysinuun wal birra haa dhabanuuu

  • @likejalala6898
    @likejalala6898 ปีที่แล้ว

    Waqayyoon ogumaa kanaa caluu sifaa kenuu sol ebbifamii ❤❤❤❤

  • @mambirb610
    @mambirb610 ปีที่แล้ว

    Eebbifami obboleessa koo kana caala itti fufi

  • @caaltuutube7217
    @caaltuutube7217 ปีที่แล้ว

    Sool qaalii keenya waaqumti bantii eebba isaa sirratti haa banu kanuma caalatti jabadhu qaalii keenya

  • @jawwal3873
    @jawwal3873 ปีที่แล้ว

    Uufffff ameeen Ameeen eebbifamaa maqaa yeuusin Jaalalii badee nuf haa galuu

  • @ayeetuushow
    @ayeetuushow ปีที่แล้ว

    Waqaayoo goftaan si Haa ebisuu durumayuu atii ebifamaadhaa dhagefaadhee qufuun dadhabee farfanaan kunuu hundumaa kenyaaf nuuf Haa ibsuu dhugaa watuu dhibee waatuu soloo koo waqaayoo umurii kee nuuf Haa dheresuu Haa galuu nuu galchaa jalaalaa ameen ameen 🙏

  • @ayantumotiapp8606
    @ayantumotiapp8606 ปีที่แล้ว +1

    Slo 🥰🥰 ebifaamii qaxalee kenyaaa umriii dheraa Nuf jiradhuu ❤❤❤❤❤❤❤

    • @nabiileshow
      @nabiileshow ปีที่แล้ว

      Ayantu Sanyii koo matii naf tahii wal haa jajjabeysinuun wal birraa haa dhabanuu

  • @bekelewande7510
    @bekelewande7510 ปีที่แล้ว

    eyyee nuf haa galu jaalalli isatu biyya keenyaaf furmataa. ebbifami solekoo waaqayyoo ammayyu daddabalee si haa eebbisuu

  • @BontuJima-qt7lt
    @BontuJima-qt7lt ปีที่แล้ว

    Gooftaan si haa eebbisu, Ayyaanni kun barakee hundumaa sirraa hinfudhatamiin

  • @FatiiFatii-f8j
    @FatiiFatii-f8j ปีที่แล้ว

    Jabadhu gota wangela biro

  • @mekedaskebeta683
    @mekedaskebeta683 ปีที่แล้ว +1

    Uffff Sol goftan kanuma caalati ayana sif ha bayisu, ebifami, 🥰🥰ebifama hundumti keessan❤

  • @Gobawmissiontv
    @Gobawmissiontv ปีที่แล้ว +1

    sol keenya jabadhu. ❤❤❤

  • @AbabaBelema
    @AbabaBelema 3 หลายเดือนก่อน

    Ebbifamoo soolaa

  • @bontubedesa
    @bontubedesa ปีที่แล้ว

    Eebbifamii Ammiyyuu 😌😌💓♥️💓♥️💙💚💙💚💌💌

  • @fitsumtolera
    @fitsumtolera ปีที่แล้ว

    Barriikee haa eebbifamu🙏

  • @obsedegaga7142
    @obsedegaga7142 ปีที่แล้ว

    Eebiffamii sole ❤❤🎉🎉🎉baga goftan sii gargaaree hundayyuu 🎉🎉🎉

  • @almazgalana6606
    @almazgalana6606 ปีที่แล้ว

    Waaqaayoo baraa fii jirenyaa kesan haa Ebbisuu kanuman olitii Diibamii❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hessaalmansoori4254
    @hessaalmansoori4254 ปีที่แล้ว

    Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen waqayoo gooftaa macaa Bara fi jirenyaa keessaa haa Ebbisuu darbaa demmasEbifamaaa📖📖📖📖🙍‍♂️🙍‍♂️🍇🤲🍇🤲💞💞💞💞💯💯💯💯💯💯💯

  • @Waqayyooabdiikootii
    @Waqayyooabdiikootii ปีที่แล้ว

    Eebbaaaafff tahii mucaa eebbaa ameeeeeeeen dhugaas jettee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hundeenkooiyeesuusii7239
    @hundeenkooiyeesuusii7239 ปีที่แล้ว

    Waaqayyoo siihaa ebbiisu

  • @kooabdinjiramegersa1131
    @kooabdinjiramegersa1131 ปีที่แล้ว

    Waqayyooo sihaa Ebbisuuu Solee Ayyaannisaa sifaa dabalamuuu🙏