Wanumti hundi masha allah hin jedhamu me muziqaa hojjachun kan amantan islama dhorku kamif masha allah nama jechisisa nuti. Maqaf muslima tane kan akka barbadne muziqa nashida ta e wan hunda dhageffana male iddo hin qabu amanta islama kessati
Maqaa sii nuu barsiistuu duuraa eessatti akka dhalaate maatii keessaa nama meeqaf dha. Sadarkaa barnoota isaa hoo? Plesse jonalist think before what you asked and done interview you for anly people OK
back bone of oromia art we love so much keep it up! fib sin jalana yomiillee nuf jabadha
The one and only Dinqisa dabala
The person bihind oromo art ❤️Legend
sanyii matin nafi taa
Galatomii matii walif tana
Anaa dhuufu baga nagaadhuuftaan turti gaarii gaalatooma kan mana yalaa siif Eyyameeraa ❤❤❤❤❤
baga.nagan.dhufte.dinqesa.dabala.baga.rabbi.harka.dinati.si.base.😍😍😍🙏🙏🙏
wow dinqo baay'ee siin boonnerra nuuf jajjabaadhu akkasumallee gaazexesitooni FIB nuuf jiraadha sagantaan keessan heddu nu booharsaa jabaadha jajjabadhan jedha
Wawawwaa good ormoo koo Jàabadhàa jabadhuuu qeroo kooooo wawawwaa dhugaa jabadhaa oromoo koo 👏👏👍👍👍👌👌👍👍👍❤❤💚💚❤❤👀👀😆
Dinqisaa dabaala namaa jabadhaa kanaaf naafxanyaan ittii inaftii jabadhuu qaxale koo ❤️💚❤️
Good I'm very love Dinqe!!
Dinqeesa nama Dinqii nuuf jiraadhu Qaxaalee. Keenya❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Weelluunis akkaan sirraa bareeda Dinqoo, Jabaadhu baay'ee si jaalanna!
Deyas mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💞💞
Ijolee oromo mati nafii taa sanywani ko woli haa gudifunu ❤💚❤
tolee kottu maatii naf tahii qommo koo
Umrii dheeradhu ammas hojii birootin si eegna jabaadhu dinqisa sanyii ofii 👌
Diiqoo koo jabaa koo anaaf haa dhufuu koodee
Galatomaa waan Dinqisaa Dabalaa nuuf Affertanif
Dinqeesa nama Dinqii nuuf jiraadhu Qaxaalee keenya❤❤
Qalloo mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💞
MATII NAF TAHA QALIIWAN KOO
Jaba oromo wellissa diniqasa Dabalaa 💪💪💪💪🌹 Anii ha dhuffu jabbako
sanyii matin nafi taa 👍👍
Dinqisaa Nama jabaadha dhuftaa rabbii nuuf jiraadhu goota keenya sirbakee daakkiyyee hedduu jaaladha💝💝💝💝💝
Bayyee.sii.jalanaa.dinqoo jabadhuu🥰😍😍🧡❤💚🥰💯
Dinqissa baby,ee sii jallana jabaa keenya fayyaa nuf argadhu barteda keenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dinqoo koo nuuf jiradhuu sanyii koo ❤❤❤👌
Wowowowow Dinqoo Kenyaa nuuf jiraadhuu qalii oromo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Rabbi sifaana haa ta'u
Baayye namatitola 👍👍👍👍👍👍👍☺️☺️☺️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤️💚♥️😂😅😁👌
Maqaa Dinqisaa ergan dhagahe bubbulee har'a waan fuula isaa na barsiiftaniif warri FIB galatooma!
Nafii jiradhuu lubutiyaa si jaladhaa sanyii kiyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Baga nuuf dhalate saanyii koo
ijolee oromo Anafis maati naaf ta.a 💘💘💘
Mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💞🙏
Mucaan kuni bayee mashaa Allah Bagaa gamade
sanyii matin nafi taa
Wanumti hundi masha allah hin jedhamu me muziqaa hojjachun kan amantan islama dhorku kamif masha allah nama jechisisa nuti. Maqaf muslima tane kan akka barbadne muziqa nashida ta e wan hunda dhageffana male iddo hin qabu amanta islama kessati
@@rabdurahman739 mashaa Allah wanii jedhaan fii mucaan kuni hidhaa turee wanii hikemefi mashaa Allah jedhee hidhaa muhin qabuu oromo malif hidhaam sirbaa amata cabasule wani ini wanii isatii fakate hordofuu mirgaa isa garuu ijoolee oromo malif hidhaa ani baayee gamade hikamu isa rabbi waraa hafele hahikuu
@@rabdurahman739 mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍💞💔
Nuuffi jiradhuu qeransaa oromoo
DINQOO KOO 💖dhuugumatti atti nama Artii oromoof dhabatedha.Oromorra gaalata guuda qabda. 💖si jaalana
Nuuf jiradhu qaali kenyaa❤️🌳❤️🥰
Wowow dinquu heedduun sijalaadha ija hamaraa hafii!!!
Thanks Diinqiisaa you're great Oromo I'm proud of you bro koo 👍 👏 👏
Qalenji mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔
🥰🥰🥰🥰🥰🥰😍
Siifin taha sanyiitoo
Jabadhu dinqisaa dabala qaxalee keenya 👍👍💕💕💕
Ani bayyeen isa jalaadhaa 😍😍😘😘Maatii naf taha umataa oromoo micoo tessan gudisaa ormayu inuma gudiftuu mi
Dinqisa qali kenyaa rabbii umarii kee nuf haa dhereesuu, obolleesaa kee rabbii janataan isa haa qananisuu 🤲❤💚❤
Galatomaa wari Fib wan dinqo nuf fidanif baaayeeen jaladha dinqi keenyaa ❤️❤️❤️❤️❤️
Wwwwww dinqiisa bagaa jiraate
Bayyee natii tolaa wellisaan kun ❤️💪 wwwwww:::: abayee maloo (2) karara gessee maf olin seene jalloo jedhee ❤️❤️❤️🙏
Jabaadhu yaa sanyii dhiiraa
dinqooooo lencaa kenyaa jiradhuu nuu jiradhuu sanyii koo
Ishoo! Dinquu nama jajjaboo aartii Oromoof barbaachisan keessaa tokko ati...Qaxalee ilmaa baay'ee si jaalanna jabaadhu!!!
Wakeyo mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔💔
Dinqoo nuf jiradhuu jabaa kenyaa ♥️♥️♥️💚💚💚
bayye.sijalan.dinquu.keenya😍😍😍
😍🥰😘leenca keenyaa jaadhuu rabbiin gaditti sii waliin jirraa❤️🌳❤️ 🐅🐅🐅abshir
Wowwwww dinqoo koo jabadhuu jajabee koo ❤❤💚💚💚❤💚
Rabinii sii ha,a fayisuu
FIB waan dinqiisaa afertaniif galatooma!!!!
Jabdhuu jaabaa namaa❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️
Cimaa Namaa Dinqiisaa Dabaa Chaaltuu 1000, Horii buli
WOww dinqisaa koo nuuf jiraadhu♥️💚♥️💪💪💪🙏🙏🙏
Ana dhufuu lencaa keenyaa 🥰
Wow wow wow wow iji hamtun sii hin argin
Wow oromoo ko jabaadha dinqisaa sirba amma baste baay.ee namati tola
Mucaa kana ani shawwan sehe love yuu
Dinqii koo yaa shanyii jabadhu yaa jabaa keenya
Haala mijeeffachuu fi Xiyyeeffanna cimaa si barbaachisa Dinqo, Mullata dheera qabda
fib warra arti oromoti lafee dugda ta,an nun walbarsisun dirqama itti fufa galatoma sin jalana
wow dinqoo kenyaa ati nama jabba kenyadha
Wawwww jabadhu
Jabbadhudinqoo
@@ibseibse9173 mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💞💞
Jabadhu.ija.aman.sin.argini.rozaa.dhan.jabadhu.jedhera.dinqisha.oromo
Wu wu wuuuu jabadhuu itti fufii oromoo koo❤❤❤❤❤
Jabadhuu lencaa koo
Wawo dinqoo keenya nuf jiraadhu
FIB galatoomaa!!! Andualemis nuu fidaa
Suheyb mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍💞💔
Ani gaafii qaba garuu karaa midiyaa kanaan gaafachuu hin fedhu karaan biraa yoo jiraate naf obsi mee
WWowowo Baga Wadhi Sii Base Lenco
nuuf jiraadhu jabduu keenya🥰🥰
ስወደው የምር ቀሽት ነው
Maqaa sii nuu barsiistuu duuraa eessatti akka dhalaate maatii keessaa nama meeqaf dha. Sadarkaa barnoota isaa hoo? Plesse jonalist think before what you asked and done interview you for anly people OK
Wlkam..baganagandhfte
qaxalee dinqii ilma sabaa long life
Dinqisaa jabaa namaa jabadhuu lencaa sabaa❤❤
Qaxalee Oro nuuf jiraadhu Jabaa keenya 🎶🎶👏🎉
Oromiticha ko umirii nufi dheraadhu❤💚❤😍👌
Obboleessako sitti dabaladhame dinqo😍😍
Jabadhu jaaba keenyaa
Wow.jabadhuu
LeencaaNama!!!🥰🥰🥰🥰👌👍
Fib qaasim simboo nuuf afferra
Gaazeexeesaan hedduu haasa'a
Bagaa nagaa dhuftani
Dinqisaa keenyaa Nuuf jiraadhuu
❤❤❤💚❤❤
dinqoo bayee si jallaadhaa nuf jiadhuu❤❤❤❤
❤
Diinquu mama Ciimaa dhaa😍😍😍😍😍😍🙏
Wawu Dinqoo keenyaa Nuf jiraadhu❤💚❤🙏🙏🙏
Bilisummaa mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💞💞
Wwwwwwwww jabadhuu Mata dhiraa lencaa koo
Nuf jiradhuuu Dinkisa kenyaa
wow nuu jiradhuu
Dinqquu.nufii.jiradhuu🥰🥰🥰💚❤🧡
Jabadhuu oromoo kenyaa😘🙏🙏🙏
Jabadhu 😍😍
Lenca kenyaa dinqisaa 👍👍👍👍 Jafar yusufis nufi barbada
Wowwwww diiqisa nuufi jiiradhu 💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
Dinqoo mucaa qaxalee umrii nuuf dheeradhu sabboonaa keenya
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'iI SANYIIKOOO♥💚♥🙏
sher like sher like sher like sher like
Art/Dinquu Nam jabaa keenya !
fb bayee isiin jalanna nuuf jiradha🌳🦁💪💯
Welcome dinquu lenca😍😍
Abas mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💞💞
@@monetijalala6104 ok
@@monetijalala6104 siif ta'era barii qomoo too
Jabaadhu !!!
Jabadhu👍❤💚❤💚❤💚
Jabaa keenyaa jabadhuu dinqii
Sin jalanaa😍
Rabbin umuri Kee haha dherresu
Baga nagan nuuf debite dinqisaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤