Baga Naga dhufte gammee Baye nama gadisisa garu muca suni cubu. Jaba qabdi hatu male ati Homa hin Tatu abshiri Jirenya ke Kan hafe kesa milikahi jiradhu
Rabbii gudaan gaatiikee sif haa kafaluu oboleesaakoo jabadhuu kan darbeef si haa irafachisuu kan dhufuuf si haa jirachisuu milkahii kan yadeen ol ta,i ❤❤❤❤❤
Durayuu dubartiin Malkii Qabduu Bultiif Hin Taatu. Ati bagaa off ijaartee. Namni nama Bochisee bohun isaa hin oolu. Kaan hojiishee haa nyaatukaa. Ati Bultiikee Jabbefadhu. Ilmaan Barakaa qabduu Rabbii Sif kennee siihaa gammachisu.
Ufiiiii omaa mit atii gaarii ta'ii maallee namaarraa waan gaarii hin egiin rabbii kan sifi qoodee bagaa sifi keennee wqy ga'illaa kee kan abirhaam fi saraa sifi haa tasiisuu
Amishir jalala kani jalatetu nama keka woyo gara ko baye bohe wolh ❤❤❤❤madani tokoo yero isa ege faya garu kani onee yomi faya lata yaa nama 😢😢 anile aka muca kana oneni na fayu dede😢
Subahan Allah Rabbiin obboosa Rabbiin siif haa kenu obboolesa koo abshiir kun dhala nama osoo tane sheexxana abshiir uuuuuf bayyee garaa nama nyaata😭😭😭😭
Mudannoo akkanaa kan baay'ee garaa nama nyaatu nuuf qooduu keetiif baay'ee galatoomi siin jechaa, namni kamiyyuu gatii harka isaa osoo hin arganne hin hafu , ishee rabbiin kan harka ishee haa kennuuf , siif rabbiin miidhama kee hunda waan gaariin bakka sii haa buusu , haadha warraa kee tan amma waliin jiraattuu rabbiin warra arrii walii filu isin haa godhu , jabaadhu urmii si haa dheeressu
Mati nafi ta'i maalloo 💗
@@monetijalala6104 Tole jabaadhu
Dhugaa ketii Lamii Tiyaa
Me matii nafii taa mee
😭😭😭😭😭😭😭😭😭❤❤❤❤❤❤❤❤
tokko mataa dhiba tokko dhadhatu dhiba jedha oromon boruu deebite hoji ishiiti ni gabbiti atii jabadhu fedhaa rabbi waan ta.ef hin gaddini
Dhugaa rabbii obsaa sif keneraa kanan olitii nama obsaa qabu ta,u dhugadhaa Dachaa si ebisaa rabbii qabenyaas ta,edhalaan sif ta,eraa
Abashir Abashir obolesa koo hin darbaa hadhaa manaa kee Rabiin sii walin umurii hadheresuu ijolee hawitus Rabiin sif hakenu inshaa Allah jimichaa koo qormanii bayatus obosaa qabachun dirqamaa senaa kee nuf qoduu ketif galatomii
Omaa mitii obboleesaa koo namnii hundumtuu waan facasee ammataa dhugaan in qallatti malee in cittuu kanaaf isaa darbee in raanfadhuu garaa furduraattii rabbii jireenyaa garii siif haa kennuu
Amshiir midhaan demu irraa midhaman demu woyaa obbolesaa koo 👍
Hayyee yaa obboleessa koo seenan kee baayee nama gaddisisa.hundii hiree malee hin rabbii kan jalaalaa dhugaa fi bara baraa waliin qoodatan siif haa kennuu obsii ati.ishin immoo hojii ishii safartee argatii
Mat nafi tii sany tiyya
Ati goota jaalalaati waaqayyo jireenya addaa si jiraachisa ishiin garuu abaaramtee afti gatii ishiis ni fudhatti.ati baga hamaa irratti in hojjatin❤
Baga Naga dhufte gammee Baye nama gadisisa garu muca suni cubu. Jaba qabdi hatu male ati Homa hin Tatu abshiri Jirenya ke Kan hafe kesa milikahi jiradhu
Ayiiii gaara nama nyattaa dhugaa rabbii
Yaa obbolleessaa keenyaa seenaan kee bayyee nama gaddisisaa rabbii sii haa jabbeessuu maddaa keessaa keeti rabbii sii haa fayyisuu Abshiir yeroof malee ni darbaa hunduu jireenyaa boodaatif rabbii sii haa ebbisuu
Rabbii gudaan gaatiikee sif haa kafaluu oboleesaakoo jabadhuu kan darbeef si haa irafachisuu kan dhufuuf si haa jirachisuu milkahii kan yadeen ol ta,i ❤❤❤❤❤
Waqayoo obsaa sifaa kennuu garan jalatee gowadhaa jedhuu mitti isheefi rabbi akka hojii ishee yaa kennuufi
Abshiir yaa oboolleessaa koo rabii hojii ishee haa kennuuf seenaa bayyee garaa nama madeessuudha 😥
Atii ishee dagadhuu rabii siif nagaa fi obsaa siif haa kennuu namnii dhiraa irraati waan amma hojaate yomiyyuu hin milkaa'uu
Mucaa shawaa kootu mati nafi ta.i
Rabbii sii haa jajabesuu rabbii ilmoo dhebbuu qabdufu sanilee sii haa kennuu
Wayyyiii garaa Nama nyataa bor koo uuuuuuuufffiii😢😭😭😭mali fi garuu kanii akkasi gotuu isheein yaa waaqayyoo koo immmmii homaa mitti kaa waaqayyoo Sif kanii garaa kee In dhowaatuu sanyii koo ❤️🥰
Mati nafi ta'i Sanyi
Uuuuuuuuuufffffff yaa oboleso
Omaa mitii rabii sii yaa kisuu kanii rabituu calaa
Waqayyoo jajjabin siif yaa haa kenuu ishee hamaa fuutee kan jalalaa dhugaa keniif boruu cubbuu ishe siratii rawatee guyyaa tokkoo hin hargatii dhugaa ...kanafuu waqayyoo gamachuu jirenyaa keeti siif yaa haa kenuu 🤲🤲👏👏👏🤲☝️☝️
Omaa mitii huduu madaa qabaa jajabadhu
Intalii demu bariteti male jireenya sifana jiraachufi miti yaroo ishe siti dabarifachuf male garu ilmo Hara gara ke keessa baste bose abdaa😭😭😭☝️
Rabbi wan hoji isheedhaa haa keenuu obbolleesaa koo rabbi dadhabi kee sif haa lakka.u
Sanyi ko mati nafi ta'i
Jabbadhuu.bulti.hafe.jalallaan.haa.mikaa.uu
Durayuu dubartiin Malkii Qabduu Bultiif Hin Taatu.
Ati bagaa off ijaartee. Namni nama Bochisee bohun isaa hin oolu. Kaan hojiishee haa nyaatukaa. Ati Bultiikee Jabbefadhu. Ilmaan Barakaa qabduu Rabbii Sif kennee siihaa gammachisu.
Mat nafi tii sany of
Yaa rabbi kiyaa baraa Mali kesa jira Amshir Obbolesa ko 😢😭💔💔💔💔💔💔💔
Mati nafi ta.i dammaa koo
Cali koo inni bara kana nama rakkisaa
Garuu rakkoo ishiii siritiii hubachuu qabdaa malifii akkasii akkaa gotee adanii bafachuu qabdaa sexanii nama dogositii yeroo tokotoko
Yaa rabbii nuu basii homaa mitii yaa oboleesaa kiyaa obsii Rabbii jiraa
Abshiir Rabbiin imanaa Siif haa keenuu inshaa Allah Oboleessaa Kenyaa Obsii Rabbiin irraa sii Ansaa inshaa Allah jajabadhuu Abshiir 😭😭😭☝️
Ayiii nama kan hoji is inuma argati obolesa kenyaa sif moo rabin jiru gari sif haa kenu😢😢😢😢
Waqaayyoo.sif.jiraa.kan.ammaa.fuuteeiraatii..boqoonaa.garii.sifii.halaatuu.waqayyoo.atii.homaa.namaatii.hin.baleesiin.kan.sitti.baleese.waqayyoo.ijaa.ojii.ishee.isheedhaafii.hakkeenuu.obboosaa..sifii.hakeenuu..hadhookoo.
😭😭😭😭😭shamareen baraa kanaa motumaa waaqaa galuu siif wayaa moo America galuu siif wayyaa jetee osoo gafatee America sin jetii takkaa takkaa moo karaa America goree motuummaa waqayyoo galuu naaf wayyaa jetee siif debifti yaa obboolesaa koo olmaa keef waqayyoo biraa gatii qabdaa ga’eelaa keessaa jirtuu kanaa moo waaqayyoo siif haa ebisuu jalaalan siif haa guutuu
Hawi koo mati naf ta.ii
Abshiri hadhoo ko Atii hommaa in tatuu jireenyaa garii rabbi sii jerachiisaa eshituu badee jirrenyaa eshi gutuu gubbachaa haftii guyyaa ittii dhuftee dhifamaa siif jirraa Ati jabbadhu rabbi sii ha jabbesuu🙏🙏🙏
Muudannoo kee baay'ee garaa namaa nyaatta obbolleessaa kiyyaa Abshiirri hoomaa mitti garuu waaddaa heddu jaabbattee maliifi waaddaa gaalittee booda gaannittii shaamarraa keenyaa tokko tokko baada akkumaa dhirraa
Uuuff jaallachuun jabaadha
Kan darbee darbera Kan sichii Rabbiii sifaa tolchuu obolesaa koo Abshiiir Rabbiii sifana Atahuu
Subahaan Allah yaa rabbiii Gudii Akam yaa oboleesa kiyyaa ati homa hin Taatuu obsii Garuu mucayoon hin milkoftuu Guyyaa Toko mila kejalaa kufte dhifama si Gafati naa Amanii hin milkoftuu wan tehef dhirtii yeroo Ammaa Daima naf godhi jedhuu Essati Argama yaa oboleesa kiyyaa Jazaake rabbi Sif hakafaluu
Bayyee namaa gaddisaa siif waqayoo kanii lapee keetti siif haa kenuu
Waqayoo siihaa jajabesuu Kaan rabii siif Ka ee hin dhabduu😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Jari dec layiki gotanu Rabiin isin hafayisu senee gara nama nyatudha obolesa kenya Jabatu jirenya kee fundhura Rabiii sif habarechuu
Onnee mati nafi ta.ii
❤❤❤❤😢😢😢😢 baayee nama gadisisaa bro jabadhuu rabii jaabina onee kee sif yaa keenu
Homaa mitii jabaadhuu isheeni hojii ishaa haa argatuu jabaadhuu
Me matii nafii taa mee
Obolessa keenyaa Raabin haaqaa kee sif Haa kaafaluu😢😢😢
Waqayyoo Akkaa hojii ishiiti haa kennuuf gaarii hojachuun ofumaaf jireenyaa kee garaa funduraa waqayyoo siif haa tolchuu obboolleessa koo
Uuuuffffff malii kana hundaa garaa jabbachuun 😭
Waaqayyoo gae'laa Kani amma Kana siif haa eebbisuu ❤️🙏
Me matii nafii ta
Yaa Allah mal garaan jabinaa akkanaa miskinaa nama bultiikee sittaa mi'essuu isheefis hojiishee rabbiin isheefii haa kafaluu bayy,ee garaa namaa gubaa kan amma qabduu ittii jabadhu
Miidhurra miidhamutu caala kanafuu bultiike bulti gaari sif haa ta'uu isheedhafimmo rabbi waan hojiishee ha kennuf abshir obbolessa ko
Obbolesa keenyaa waaaqayyoo jabaadhu homaati gooftaan yaade kee iirraati sii haa garagaruu waaqayyoo sagalee siifi haa Egruu iddoo jirtuti jajabbaadhu
uuuuuuuffff 😰bayee nama gadisisaa hoji ishee rabihaa debisufi gara fulaa duraa sif haa tolchuu abishir😰😰😰😰
9o
Abshir obollesaa kenyaa wahundah Rabbiika jiraa
😍💘💘👈waqayyoo fayyaa nagaa siif haa kenu malee kan akka garrakeettii raabii sii hin dhowattuu
Atii namaa hin midhiin malee namaan yoo midhamtee rakkoo hin qabu yaa obolessaakoo Ajjaa waqattuu basaa
😍😍
Rabbin obsa siif hkenu yaa tuurukoo abshr😭😭😭😭
Mudaannoo baay'ee garaa namaa nyatuudhaa nuuf qoduu keef galatomii waqayyoo hojii ishii haa latuufii ...
Rabbi akka namá miti isheen sun kheyrima siif hinqabne ta'uu mala jireenya kee kan of duraatiif rabbiin siif haa ballisu obboleessa koo qaali
Amshirii obboleessa koo fulduraa kee rabbii sii haa milkkessuu ishii Amma woliin jirtuu ykn ishee irra sii jalaachuu dandetti ta, a hundaffu kanii Rabbin siif qodee hin dhabdu kannii darbee darbee fulduraa siif haa barechuu rabbii 🙏🙏 jirenyii itti fufa 🙋♀️🙏
Ufiiiii omaa mit atii gaarii ta'ii maallee namaarraa waan gaarii hin egiin rabbii kan sifi qoodee bagaa sifi keennee wqy ga'illaa kee kan abirhaam fi saraa sifi haa tasiisuu
Me matii nafii taa mee
Uuuuuffi Dhugaa bayye namaa gadissa obsii obbolessa koo tani rabbini sii kenee wojini jiradhuu
Welcome gammee. Senakana dura nuuf dhiyesite turte. Yoon dogongoru baadhef
Amishir jalala kani jalatetu nama keka woyo gara ko baye bohe wolh ❤❤❤❤madani tokoo yero isa ege faya garu kani onee yomi faya lata yaa nama 😢😢 anile aka muca kana oneni na fayu dede😢
Rabbiin onnee kee kan isheen madeessite bultii amma ijaarratteen siif haa fayyisu isheefi immoo waan hojii ishee rabbiin isheef haa kennu Abshiir garuu isheen kan ilmoo ofii ajjeessuun ishetti hin ulfaatin lubbuu kee baasuun ishetti hin ulfaatu kanaaf siirraa addaan bahuu isheetti galata galfataa bultii tee jabeeffadhu kun dhaamsa kooti
Rabin ofasa sihifaa haa kenu kan samu kesa balesii Kee rabitu lafaa sii qabaa
amsii kaan hafee raabbii sii haa qarqaruu👍👍👍
Uuuuuu dhugaa baayy'ee garaa nama nyataa homa miti kani rabii jadhee wali jiratu silayuu
Tan isheee calatuuu sifii ha kenuuu rabbiii kan dabaree dabaree 😭😭😭
Norii gammee anaa dhufuu
Ashamaa akkam jirtuu hordooftonnii gammee kotaa matii naaf ta'ii mee
Wly Rabbiin isii hin dhiissuu jiruunu isii hin toltuu 😭😭😭 namni obblesaa qabbu akkan nama godhuu yo obblesaa kee akkan yo godhan nii fettaa 😭
Rabii hoji ishii Yaa kenuuf jabadhuu atii obboleessa koo
amsii kaan. hatee. raaddii sii haa qarqaruu❤❤❤❤❤
Ashir obelesa keeny jabadhu wan hudaf rabitu jira
Rabbiin abbaa dhugaati sila ta'erfi namni nama miidhe dhumni isaa gati dhabeessa ta'ee argama . hundaafuu mudannoo barnoota guddaa of keessaa qabuudha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuuuuf bayye garaa nama nyataa wly jabaadhu sanyikoo waama miti jireenyi qormaataa obsuutu furmaataa obbolesako jabaadhuu❤❤
Taa isii caaltuu sifii haa keenuu siifii obsaa haa keenuu 😭😭
Atti baga itti hin dabini rabbin ajjoo kee onee kan jalalan madoftee hudayuu rabbin sif haa fayisu ajjo kelee rabbin edee sif haa busuu Abshir homa mitti isin hojisi hin argatii
Rabbin kan isafi qode wollon isa haa jirachisi
Waqaayo jirenya kee garafuldura sif haa ebisu dhuga🙏
Subahan Allah Rabbiin obboosa Rabbiin siif haa kenu obboolesa koo abshiir kun dhala nama osoo tane sheexxana abshiir uuuuuf bayyee garaa nama nyaata😭😭😭😭
Rabbin dabalee obsa siif haa kennu
Aayii dubara samuu dhabaa😭 obsiii homa miti kani Waqayyoo si keene walin sa jirachisu😭💔👏😍
Abshir obbolessa ko ahiii rabiin hojisii isidhaa haakafaluu🥹🥹🥹🥹🥹
Aiiiiiiiiiiy namni akamiti dhira irati akan hojata meee hoji SI ati amo jabadhu
Abshiir oboolesa koo rabiin obsaa siif haa kenu hojii ishee rabii haa kenuufi😭😭😭😭😭😭
Fatiya koo mati naf ta.ii
Yaa rabbii koo abshiiri oboleesaa koo rabbii siiyaa jabesuu😭😭😭😭😭💔💔😭😭💔💔🥰🥰🥰🥰🥰😭💔💔😭😭🙏🥰🥰🥰🙏🙏🙏🤲🤲🤲
ati uma intatu ishedhaf immo waqayyo gatii ishe inkeenaf wanta facassan amu kanaf kan hojii ishe in argatii.ati waqayyo si,a jabesuu obolesa koo
Rabbiin siihagagaru obolessa kenna obsagudda qabdaa jabadhu rabbiin sihaa gargaru.Abshir.
Abshir qomokoo ati bulti kee jabbefadhu waa'ee yaadu dhisiti
Rabbii ishef hin dhisin kan ishen sii gote
Uuuuuuuuuf bayye garraa nama nyaataa rabbi obsa siif yaa kennu
Abshir bro kiya rabbi kan sif kenne walin umri si haa dheresu isi wan hoji isi haa kenu
Sanyi too mati nafi ta.i
Jalali Gowaa namaa gotii ashir oblesa koo waqayyoo ishedhafi haa dhisuu jajabadhu homaa miti bro
Rabbii hojii nama in argaa jabadhu ati moomitii
Baay'ee namaa gaddisisaa.obboleessa keenya waaqayyoon sii waliin haa ta'uu
Uuufii bayee garaa namaa nyataa Abshirii obolesaa koo😢😢😢💕💕💕💔💔💔🥰🥰🥰
Bayye nama gadisisa garu rabbi Kan namaf hire gamdudha carran walif isan hin dhisne ♥️♥️♥️
Jabadhuu waqayo jabadhaa sif habasuu gatikee dacha godhe
Rabii sifi halifisuu isii immo wanii hoji isi hakkenufi obbolesa koo jabadhuu
Sabona kenyaa hojji arabaa hojjachaa dhagefacha jira commenti barreesuu hala hojji fi nati tolu jabadhuu bayye sii jaladhaa
Malii.kunii.yaa.rabbii.koo.kanaa.waqayyoo.qalbii.ishitii.yaa.horuu
Hojiin Nama akka hojii sexaanati nati fakkatee gizee tokkoo tokkoo yaa waqayyoo ati nu egii 🙏Oboolleessa koo waqayyoo jirenya kee haa tolchu❤
Waan hojjishee hin dhabduu
Siif bara jireenyaa kee rabbii siif barreechuu 🙏
maati naa ta'ii naa gargaari addara kee
Maatii naaf ta'i bareedduu koo
Waqqayyoo sanyiiwaan Abraham issaa abbaa amantii akka sabaa tokkoo ergaa gurmeessee boodaa seera ittiin bulmata kenneera
Obolessaa koo guyya isii sii kadhatuu dhufa abshir haa dematuu silumma dhala itaya bulti hin tatuu wly
Uuuuuffff dhuga hedu gara nama gnata abshir obbollessa koo rabii kan hoji ishee isef haa kenu
Subanallaa namani rabi isodanee
Obolessa kenyaa waqayyoo goftanii. Kenyaa jirenyaa kee kan fulduraa sif yaa ebisuu abshirii qoraman kufan hafidha male kufanii kaunii hommaa mitii malii yeron kun akkamii nama ammanuu garuu
Waqyyoon Obsaa sif Haa Kenuu Obboolleesa Koo uuuufffff Bay'een namaa Gaddisisaa dhugaa waqyyoo Gatii ishee Haa Kenufii Atii imoo Jaabadhu Haadhokoo Atumtii sharii irraatii Hojaatini malee Jaabbaadhu Jabbaa koo waqyyoo Gariidha ishii
Jabadhu homamiti kodee koo akasuma namini januuu ma hadho koo
dhugaan ilma Rabbiiti jedhuu mitiiree
Maaltuni yaa jamaa amshir biro atii ittin dabnee waan ta'ef. Ishin kan facaafatee nii hamatii mana kee hoifadhuu jiradhuu atii
Uuuuuuffffffff homaa miti haadhokoo jireenyakee ammaatiin of jabeessi🌺😭
Lubbuu mati nafi ta.ii