Ani hojin ko baye olfata mana lafa fi foqi qulqulesa nyatan hojadha ofata nama torba mice tokosa Daiman ega makinq dhiqa garu sabern hojata Alhmdulillah mali godha 😢😢
Anu jarsi madami na rakkisnan guyya shan hojjedhe mala walale muca oromo tokko wajjiin hojjenna ishe fana wal tumne soba akka nama ishe sodate madamiidhan ishe wajjiin hin hojjedhu jedhen irra gale uttu birri hin fudhatin jennan madamin birri ko naf ergite rabbif ha galatu ergasi na mudate hin beku ani dhirri nati dubbanan nan cinqama nyatale na dhowachu na wayya male😢
Wanti akkana biyya hunda jirachuu malaa anni biyya saudi arabiya wagga 3 ture garuu kutaa dhirsa fi niti guyyaa tokko senee hin bekuu fuldura sana darbuu na dhorkuu ofifi quleesiti nitin gafaa barbade bariin baname hin bekuu
Ati essa fuutee midiyaa irra hindhagenyee sobuma kana dhiisa foloofii like argachuuf jecha
Ws Wr Wb. Lubuu Attii Maaf Jirenyaa Ebjuu Nutti Gota Mee😢😢😢
Anuyuu bayyeen sodashaa jiraa dhugaa waqayyoo foqii olo hin bayyiin nana jetee nitiin koo garuu moo bayyee nan jalatanii maaf aka foqii hin bayyiin naa jetee hin bekuu mee mal naaf malaa moo yaa oromoo😢😢😢
Rabiin sif halafiisuu😢
Bahi lubuu yoo shakitee😢😢😢 gara na nyatee ani biyya arable jiru garu ijolee biyya araba gara na nyatani 😢😢😢😢
manaa sanii bayii 😢😢😢
Ani garuu mati 9 biran jiraa hojinni in baaya'aata waan hundumaa anumaatu hojjata uffaatas manas nyaatas anumatu hojjata waan biraa garuu rakkoo in qabu hojii malee galaata rabbi
Alhamdulilha Alhamdulilha jedhi
yes dhugani kanumaa
Waan qabatamaan ijaan hin argiin jedhaan jedhanii nuraa dhiisi ijolleen haaraa dhufaaran hinsodaatu kijiba🤫🤫
Amaa dubiin kun dhugaa
Jarii Silaa biyyaa galtee Odduu kanaa enuu himaa Waan Ijaa tesaan hin Arginee hin himaan Waan Akkanaa Guddatuu kanaa
Wolahi kan biro dhis😢😢😢 guba jarraa😢😢
Wlh aniis akkasumaa mana wayii guyyaa kudhaan hojadhee baay'ee sodadhee kutaan tokko hin banamuu naan jedhaan sodadhee mana sanii bahee 😢😢😢😢😢😢😢
Ani hojin ko baye olfata mana lafa fi foqi qulqulesa nyatan hojadha ofata nama torba mice tokosa Daiman ega makinq dhiqa garu sabern hojata Alhmdulillah mali godha 😢😢
Subana ala 😭
😢
Anis😢😢
Rabin isi fi dhukubsatota muslima rabbin haa fayyisu
Intaala naan Rabbii kee soodadhuu wanni akkana dhiisi wanni namarra toluu haasayi
YAllaah 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Wl wr wb Anaa haa dhuufuu ummu Ajab❤🍔🍕🍟🍹
Rabbiin haa fayyisuu
Dhugaa ketii hojifii hin dhufune namaa jedhaanii oboltii tiyauu waan akkasii agree naanii jetee
Anu jarsi madami na rakkisnan guyya shan hojjedhe mala walale muca oromo tokko wajjiin hojjenna ishe fana wal tumne soba akka nama ishe sodate madamiidhan ishe wajjiin hin hojjedhu jedhen irra gale uttu birri hin fudhatin jennan madamin birri ko naf ergite rabbif ha galatu ergasi na mudate hin beku ani dhirri nati dubbanan nan cinqama nyatale na dhowachu na wayya male😢
Wly dhugaadha kuni waanuma jiru anayyuu dubaayii keessatti rabbumatu na baasse
Dubayii essaatii
@Oroomoo11 dubayi keessaa bakka abudab jedhamutti si ajeessa garuu lamuu Etophiyaa Hin fudhu naan jette sodaadhee manaa bahee badee harka polisatiin gale
Utuu sii qabanii hoo afaani kee kana Kan worratti debisanii Ofi eggadhaa biyya ambaa keessaa teessani waa akkanaa hin hasayinaa rabbii nuu haa tissuu nama sii gafatee keessani itti himii🥹🥹🥹
Waqqayoo ishee haa fayisuu
Subha Allah
Rabii hafaayiisuun❤🤲🤲🤲
Subhanallah
Rabii hafayisu
Rabbiin fayyaa isiif haa keenu
Anoo Dubah Keessa Jiraa Seenna Kunni Ana Irraasi Gayyee Jiraa Seenna Kiyyaa Bareefama Dubadhe fixxee hin Danda'u Garuu Waaqi Waaqa ta'eeti Waaqa Gaaditti Daafe polizi Haadhaa Gayee Haadha Woggaa 7 Keessa Jiraa Glte Rabbii namn Jujjiiraadheti💔💔🥺
Dhugaa ketti 😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Wly mana kiyya maaratu jiraa gaaruu ammaf na hin xuqqani😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Rabbin isii haa.fayyisu inishaallah nii fayyiti
Rabbii haafayiisuu
Amiiiiiiiiiiin qalli tiyaa rabbiin nuha tiksu😢😢😢❤❤
Maaloo Lubbuu Koo Ani ergaan Mana Kaan Dhufee Ji'6 Garuu Kuutaa offii Keessaa Raftufi Toko moo Hin Qulqulleesin Meeshatu Keessaa Jiraa Guyyaa Toko Hojii Eyyama Fudhee Waaliin Qulqulleesin Naani Jeeti Nama Garidha Dai'mmaa Waggaa 7 fi Abbaa Waalin Gaalti Kara Jaala Male Kara Ollii Yoon Ani Sin Jedhe Maalee Hin Deemiin Nani jeete Hojin Naafi Ta'e Garuu Amman Kuutaa San Arguuti Keessii Koo Naa sodata Dhugumaa Meshadha Moo Maali Kan Jedhu Naa Jeqaa mee Maali Naan Jeeta Malo
Wll wr wb Rabbaiin haa fayyisuu obolleeti tiyaa qalii Amshirii ☝️🤲🤲🤲🤲😢😢😢😢😢♥️♥️❤❤
Dhugaaa kettiii siriidha bayee namaa yadesaa dhugaa dubateee😢
As wr wb martu manguddo bira jirdhe yeroo san naa ajjeste olte osoo biroti iyyadhu guyya afur billadha na darbate rabbi nabase bira bade
SUBHAAN ALAAH
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Rabbii Isii Ha Fayisuu❤😢
raabiin nu haaeguu yaarabii
❤❤❤❤❤ rabii. Yaa. Fayisuu
Rabii afayusuu ishaalaah
Rabii.haa.faysuuu💘💘💘
❤❤❤❤❤❤😂😂😂😢😢😢
Dhauaga 🎉🎉🎉❤❤❤
Rabbin haa fayyisu insha Allah 😭😭😭😭😭
Rabbiin haa fayisuu❤❤🎉🎉🎉
Malli akkanati sobuu Awzubillh 😂😮😅 ani woggaa 4 tayee guyyaa tokko kilasi madamii lixe softe tokko kase bekuu mallituu nagayee hojii naraa hidhame 😂 wollhi polisini manaa Abba qabuti hin senuu yo ballani ibda qabatee yuu sobiga hin vareda😂😮
Dhuggaa keeti
Rabbi siha fayyisu sister te
Rabbii guddaa is waanii ta u
Rabii haa fayisuu
Walahe dhugadha wari soba jetanu wani isinira hin genyefi
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Rabi sifa fayiiisuu hadhoko
Rabbii haa fayissuu
Dhugaajette
Yaa,Alahaa😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Waaqqaayyo sihaf hafayyiissuu
Taabiraa jiriiti isiin dura hin betuu simii wogga sadamii oboltii too reefuu adisii DHA garuu ammalee hin baan achumaa jirtii birri qayaruu didanifii
Subhaan Allaah
Yaa rabbiin nuu tiksii
Amiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiin
Amiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiin
Amiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiin
Amiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiin
Jzkrn ummu Ajabo teenya ❤🎉
Yaada bareeda nuufi dabarsite.
😢😢😢Dhugaa ketii 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Silaa simaatu waaee Dua nama hin yommu?!!
Subanalaa 😭 😭 😭 😭
❤❤❤🎉🎉dhugaa Galtomii
Lubuu
😢😢😢😢😢dhugaa jeetee luubuutoo uuuuufffff
Dhugaa keti Lubbuu kooooooooo 💓💓🙏❤️❤️💕❤️💕❤️💕❤️💕❤️💕❤️💕❤️💕❤️💕❤️💕❤️💕❤️💕❤️💕❤️💕❤️
Dubai moo Saudi Arabia dha
wallahi dhugaa ketii😢😢😢
Anii kaniin jedhuu maf yeroo dubatu afaan amariifa maktaa aja,ibaa duraa afanuma ke sireefadhu
dhugaa jette waly rabbin nuha eggu uuuuffff 😢😢😢😢
Rabbii isihafayisuu
heddu.nama.gadisisa
Habbbii dhugaa keetii❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉😢😢😢😢😢😢
❤
Dhugaaa
💔💔💔💔💔💔🖤🖤🖤🖤🖤😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙏☝️
Kunii. Soba. Dhugaa. Mitii
Goorsaa baredaa nuuf kenitee gaalatoomi sister
❤❤❤❤❤❤
yarabi ati nu egii 😢😢😢😢
You tubi guudifachufi jeettani wani qalibbi nama cabssu hasoftini rabbi sodadha dhissa wani hitanee hasyyu mali goodhufi mattaa nama tallaja keessa kayyani hikijibniaa yoo barabadani higatni maligochuu talajja kayyani
Dhugaaketi Wani ajesaanif kessa fudhanaan Mali itti gochuuf kahu mana kessa
😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭💔💔🖤
❤❤
Dhugaa ketii wolahii 😢😢😢😢😢
Dhugadhakuns😢
Biyya kamii garuu irra of eganaa
Anii moo ittii herumii naa jedhanii bucaa isittii
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Kkkkkk hin sobinaa malii godhumoo namaa talajaa kani kanaa hin danqoi settaani moo😅😅😅
Dhugaa dhaa 😢😢😢
Wlyii dubii dhugatii hiryaani tiyaa aksii tater
uuuuuufff 😢😢😢😢💔
😢😢😢😢😢😢
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Silaa nu malumaa gonaa ree kaa nama enuu malumaa
Raabbii hafaayissuuu😢😢😢
Dhugaa.
Ati akkan yaadutti wanbiiruukeessa ojettu natti fakaatta
Wanti akkana biyya hunda jirachuu malaa anni biyya saudi arabiya wagga 3 ture garuu kutaa dhirsa fi niti guyyaa tokko senee hin bekuu fuldura sana darbuu na dhorkuu ofifi quleesiti nitin gafaa barbade bariin baname hin bekuu
galatomii Luubbuu
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢yarabii malii agee uuuuuuu
😭😭😭😭😭😭