Abera Gudeta - Natti yaadatame iddoo ati na kaaftee.

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 14 พ.ย. 2011
  • Subscribe gochuun nu cina dhaabadha. Galatooma!
  • เพลง

ความคิดเห็น • 147

  • @Lewi1101
    @Lewi1101 3 ปีที่แล้ว +8

    ቋንቋውን አልችልም ግን በዚህ መዝሙር መንፈስቅዱስ ውስጤን እንዴትእንደፈነቃቀለው መቼም አልረሣውም፡፡ዘማሪው ጌታ ፀጋውን ያብዛልህ ተባረክ፡፡

    • @fejosenbetu7345
      @fejosenbetu7345 3 ปีที่แล้ว +1

      Amen God is love he always gives love !!!!

    • @fejosenbetu7345
      @fejosenbetu7345 3 ปีที่แล้ว

      God is super natural !! He gives love , blessings and qulqullummaa amen hallelujah !!!! You understand the Spirit of God rather of the language which the words written by

  • @user-hg3do8yd9q
    @user-hg3do8yd9q 14 วันที่ผ่านมา

    Yesus haa ulfaatuu sin immoo bara kee haa eebbisuu❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @LaliseDiribaa
    @LaliseDiribaa 27 วันที่ผ่านมา +1

    AMMeene Ammeene ebbifami❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Ammeeneeeeeeeee

  • @chialidagafa9414
    @chialidagafa9414 3 ปีที่แล้ว +2

    Ameen ameen ameen ameeeeeeeeeeen ebbifami ilma waqayyo dacha si ha ebbisuu ameen❤❤❤❤☝️🤲🤲🤲🙏🙏🙏📖✝️❤❤

  • @busetesemafayisa8271
    @busetesemafayisa8271 3 ปีที่แล้ว

    Eyyee dhugadha, seenaa hin irranfatamne na qaba, eebbifami nama waqayyoo

  • @aniikaniiiysusiitukotunabo8988
    @aniikaniiiysusiitukotunabo8988 4 ปีที่แล้ว +1

    natii yadatame edoo atii na kaftee uuuuuuf waqayoo baraa jirenyaa ke hudumaa yaa ebisuuuuu ebifamii dachaa🎸🎸🎸🎸🎸🎶🎶🎶🎶👏👏👏👏👏👏🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹💜💜💜💜💜💜💜🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤

  • @guchisashanko4793
    @guchisashanko4793 8 ปีที่แล้ว +1

    baay'ee keessa namaatti dhagahama Waaqayyo si haa eebbisu ayyaana isaa siif haa baay'isu.

  • @gospelnetworkglobalministr7826
    @gospelnetworkglobalministr7826 8 ปีที่แล้ว +1

    Abera Senaan kirstoos waan dagaatamuu moteee kanaafuu Waqayoon siaebisuu !!continue serving z Lord!!move 4 ward know as yrsong is sweet in aheart of our nation!!

  • @diribess4363
    @diribess4363 9 ปีที่แล้ว +1

    Sababeen nama ta'uu koo sii'in Yaa gooftaa ulfaadhuu ati dabalii! !!!HALELLUYYAAAAAA AMEEEEEEEEEEEEE! !!@!!Abbara koo gooftaan mana keessatti sii dhokfatuuuu! !!!!!Obboleessa koo baay'ee sii jaaladha Ebbifami! !!!!!

  • @gutemalolamo5800
    @gutemalolamo5800 4 ปีที่แล้ว

    Biyaa kofiis gafii
    Anafiyuu gafii
    Jilbaan yoon da'imes kun gatii kee basuu uuuuufffff Ameen yaa mucaa kakuu bariif jirenyi ke haa ebbifamu

  • @obsanitikakku2573
    @obsanitikakku2573 5 ปีที่แล้ว +1

    Maalo maaalo maalo farfaanna kanan nan fayye

  • @Chalto-uc8nw
    @Chalto-uc8nw 6 หลายเดือนก่อน

    Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen ebbiifamaa dhugaa dha nati yadatama 😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @fufaduressa1171
    @fufaduressa1171 5 ปีที่แล้ว

    Anaaf jettee dhuftee gara biyyaa lafa uu uu uuf Waaqayyoo saa eebbisuu

  • @wilkinishdiriba72
    @wilkinishdiriba72 5 ปีที่แล้ว

    Ameeeeeni akaminti dagatama sila olimani goofta keenyaa dhugaa dubate eebbifami nama kakuu jabandhu

  • @samyassine5236
    @samyassine5236 5 ปีที่แล้ว

    Eee nati yadatama iddoti nakaste uuuu yesusko halleluya ammen ebbifami dacha 😭😭😭😭😭🙏🙏✍

  • @user-yj8of3qc4p
    @user-yj8of3qc4p 2 ปีที่แล้ว

    Ameeeeeeeenn Ameeeeeeeenn 🤲🤲 Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa eeebbifamaa eeebbifamaa dachaa dachaan

  • @tigisduresa1737
    @tigisduresa1737 7 ปีที่แล้ว

    Amen Ababa kiya senna hiniranfatamne Goftan Naaf godhe haleluyyyaa galatomi Galatomi Eyesus elelelelelelelelelelelel sina hin iranfatamne naf sii gidu jira aba koo ulfadhu

  • @teshaletolera649
    @teshaletolera649 6 ปีที่แล้ว

    Dhuguma Gooftaankoo Yesuus baayyee sihaa'eebbisu ayyana dachaa siif haa baayyisu

  • @misgannad6470
    @misgannad6470 8 ปีที่แล้ว

    Eebbifamii gooftaan si haa eebbisuu obboleessakoo dacha dachaa dirribi mucaa kakuu eeyye nuuf jecha dhufe gara biyyaa laafa oto inni hin jiree babane ture haa ulfatu maqaan isa

  • @amanueladisu562
    @amanueladisu562 7 หลายเดือนก่อน

    I dont know the language but which is spritful lyrics
    God bless you !!

  • @senayeyesuslij4485
    @senayeyesuslij4485 ปีที่แล้ว

    uuuuuuuuuuuufffffeee ebifamii adhooko

  • @user-cz6vz8qb7v
    @user-cz6vz8qb7v 19 วันที่ผ่านมา

    Ameen ebifam dachadacha❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @zaduubogala8270
    @zaduubogala8270 5 ปีที่แล้ว

    Waqayaa goftani baraa jirenyaa keessaa yaa ebsuu ebifamaa

  • @simbosimbo2845
    @simbosimbo2845 5 ปีที่แล้ว

    Dachaa eebbifami nama waaqayyo, natti yaadatame iddo ati na kaaste

  • @claudiaraisa5647
    @claudiaraisa5647 8 ปีที่แล้ว

    seenaa hin hirranfatamnee dhugaadha kan kristoos eebbifami!

  • @laterafikiru7775
    @laterafikiru7775 2 ปีที่แล้ว

    😭😭😭😭😭😭 cimii ija jabaadhu gatii kee tokko tokkon argatta

  • @zaduubogala8270
    @zaduubogala8270 5 ปีที่แล้ว +1

    Nafi jetee garaa biyaa lafaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @mekonenmekashamilki2101
    @mekonenmekashamilki2101 4 ปีที่แล้ว

    Yeroo namni milaan dhaabbatee waaqeessuu jilbaan yoon daa'imee kun gatii kee hin baasuuuuuuuuuuu

  • @bonsituwakene7297
    @bonsituwakene7297 3 ปีที่แล้ว +1

    Abbaakooooooooooo

  • @fetleworkmecha8595
    @fetleworkmecha8595 8 ปีที่แล้ว

    Sababin jirachu kootii ,sihim sihim yaa Gooftaa Abera , jebado ga ebiffiami.

  • @mulumulu1986
    @mulumulu1986 6 ปีที่แล้ว

    Amen amen amen goftaan siyaa ebisuu

  • @saliali2907
    @saliali2907 5 ปีที่แล้ว

    Sababin jirachu kotii si'im yaa gooftaa ameeen ebbiifama

  • @tarikuadugnanegeri3316
    @tarikuadugnanegeri3316 6 ปีที่แล้ว +1

    firaa iyyeesotaa abbaa rakkatotaa gargaraa ta'uukee ija koon argeraa

  • @user-cu9oe9zm7n
    @user-cu9oe9zm7n 8 ปีที่แล้ว

    dhugadha ebifami kan namni jibefi gate isan yadatama goftan maqan isa yaa ebifamuuuu

  • @girmamengistu5829
    @girmamengistu5829 2 ปีที่แล้ว +1

    May God bless all of You

  • @Nasseralthukair
    @Nasseralthukair 7 ปีที่แล้ว +1

    biyaa kof gafii uuuuuuuuuuuu yesuuu Ebifamii

  • @iyesusijirenyabarabaratias8106
    @iyesusijirenyabarabaratias8106 5 ปีที่แล้ว

    😢😢😢😢sababin nama ta.u koti sini ya gofitasababin hara gahu koti sin ya gofita. ......

  • @jitumideksa3979
    @jitumideksa3979 5 ปีที่แล้ว

    Galtoomii ×2 iyasusi koo hin dagadhuu olmaa kee haleluyaa. ...

  • @mitikeabebe9759
    @mitikeabebe9759 8 ปีที่แล้ว

    olmaan ini nama olee hindagatamu dhugaadha ebbiifami abara dacha dachaan

  • @mihretdussolegne5899
    @mihretdussolegne5899 7 ปีที่แล้ว +2

    anaf jedhe yesuus dhuguma aniyyu sila badera።anis dhuga batu keeti yesuus utu ati hin dhufne ani badera.

    • @negasegonfa3329
      @negasegonfa3329 7 ปีที่แล้ว

      Mihret Dussolegne ebbifami.sii mitti anatu badayu.waaqa nu yaadatef galata lubbiye koo.uuuufffiii seenee lata,golaa keenyaa elelelelele nama sena hin qabne.....

  • @zaduubogala8270
    @zaduubogala8270 5 ปีที่แล้ว

    Biyaa Kofi gafii sabifisaa gafiii anafuu gafii uuuuuuffffuuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @RH-fd3gv
    @RH-fd3gv 7 ปีที่แล้ว +2

    ebbifamii Abarraa ayaani goftaa keenyaa siif yaa dabalamuu

  • @ararsoolkeba7156
    @ararsoolkeba7156 3 ปีที่แล้ว

    waqayoo sii haa ebbisu!!!!!!!!!!!1

  • @amonarohte8643
    @amonarohte8643 4 ปีที่แล้ว +1

    nafi jeetee dhuutee biyaa Lafaa Ameeeeeeeeeen, Ameeeeeeeeeeen😭😭😭😭😭😭😭🥁🥁🥁🎸🎸🎸🎸🎤🎤🎤🎤🎼🎼🎼🎷🎷🎷🎶🎶🎶🎶🎶🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🕊🕊🕊🕊👏👏👏👏👏👏👏♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

  • @shebakwarteng5214
    @shebakwarteng5214 11 ปีที่แล้ว +1

    goftaani siiyaa ebbiissuu ABERA.

    • @electroshop690
      @electroshop690 7 ปีที่แล้ว +1

      uuuuuuffffeeeeeee waqayyoo koo kan naf gote hin dagadhuu ulfadhuu Abbaa koo ebifamii abarraa

    • @electroshop2266
      @electroshop2266 7 ปีที่แล้ว +2

      seenaa hin hiranfanee bayyee wal biraa qabna waqayyoo koo ebifamii mucaa waqayyoo barii jirenyaa kee ha ebisuu

  • @rahellema862
    @rahellema862 ปีที่แล้ว

    Ebifamaa

  • @waqaayyoodandaaadhaabbagaa674
    @waqaayyoodandaaadhaabbagaa674 5 ปีที่แล้ว

    Ameeeeeeeen ebbifamaaa maqaa'yesusin ebbifamaa!!

    • @leliselelise8680
      @leliselelise8680 5 ปีที่แล้ว

      Ameeeeeeeeenyesusu galatomiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiio

  • @user-bp7ce2vm4x
    @user-bp7ce2vm4x 8 หลายเดือนก่อน

    Addacommets❤

  • @dhhdshhd2804
    @dhhdshhd2804 4 ปีที่แล้ว

    Ameen ameen ebifami nama waqayoo

  • @TopTop-ct9bc
    @TopTop-ct9bc 5 หลายเดือนก่อน

    Ameeen ❤❤❤❤

  • @shalomiisamuu8340
    @shalomiisamuu8340 6 ปีที่แล้ว

    ameeeeeeeeeeeenF abara waqayoo ayanaa dachaa siif haa bayatuu

  • @maskishow8259
    @maskishow8259 7 ปีที่แล้ว +1

    biyaa kenyaf uuuuuuuuuuffffffffffff eba'ifami aberaa

  • @charbelsamaha7956
    @charbelsamaha7956 7 ปีที่แล้ว

    ameeeeeeeen abarama waqaayoo gooftan dacha daacha saa ebbssuu

  • @gamachisaiyyaa9529
    @gamachisaiyyaa9529 2 ปีที่แล้ว

    Ebiifami

  • @user-de2kh2dz9i
    @user-de2kh2dz9i 6 ปีที่แล้ว +1

    Amen Amen Amen Amen

  • @shashoorga7543
    @shashoorga7543 ปีที่แล้ว

    seenaan..hiirafatamaan..goochaa..najalaa..dhookanaanee..dhoofee..naafii..goodhee..goftaan..koo..kaanaafii..saafeefachuunn..koo(2)..kanaafii..maaseefachuu..koo..galatoomee/2..beeyyaa..namaan..keessaa..yeroo..namaa..jiirachuufii..safeefatuu.. akameetii..seetee..goolaa..keenyaa..keessaa..natii..yadatamee..eduu..atii..naakafattee..namaa..awelamee..qooteetii..boolaa..baaseetee..yeroo..namaan..miilanaa..dhaabbatee..waqeesuu..jiilabbanaan..yoon..dameeyuu..kuunnii..gaatii..kee..hiin..baasuuanaafii..jiitee..dhuufeetii..garaa..biiyaa..lafaa..anaanii..siilaa..badeeraa..fiiraa..hiiyyeesootaa..abbaa..rakkatootaa..garaagaraa..tuu..kee..ijaa..koo..argaaraa..hiiraafatamuu..taakkaa..dagaatamuu..sababbee..araagahuu..kootii..siin..siin..yaa..goofataa2..sababbeenaa..namaatau..kootii..si.2yaa..gofataa.sababbeen..haraa..ka

  • @desta3647
    @desta3647 4 ปีที่แล้ว +1

    Amen amen amen ❤❤❤❤❤❤

  • @aboali5277
    @aboali5277 4 ปีที่แล้ว

    Amen amen. Anis arge❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏

  • @basimahussein7891
    @basimahussein7891 6 ปีที่แล้ว

    sababni.namaa.tahuu.kootti.sii.yaa.gooftaa.halerluyya

  • @chaltud4543
    @chaltud4543 ปีที่แล้ว

    Ameeeeeen ameeeeeeen ameeeeeen

  • @sinkineshdaba787
    @sinkineshdaba787 5 ปีที่แล้ว +3

    AmeeenAmeeen good bless you Abera

  • @ifinikooyasusedhaamenamenu7560
    @ifinikooyasusedhaamenamenu7560 6 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuffffff 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😂😂😂😂😂😂😂😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢Yasus Amen Amen Amen nama Sena qane Maqa gari qane buruqa yaye in dhune nara keseee

  • @ganamealiyyithankyoujesus9993
    @ganamealiyyithankyoujesus9993 5 ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifammii ebbifammaa ebbifammaa dachaa dachaa dachaa diriibii

  • @LaraDabl-fe2zw
    @LaraDabl-fe2zw หลายเดือนก่อน

    🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰 ameeeeen ameeeeeen ameeeeen ameeeeeen

  • @warqiitammiruu1653
    @warqiitammiruu1653 8 ปีที่แล้ว

    ameeen ameen ebifami muca kakuu kaan hirafatamu miti olman nuuf olee iyeesuus

  • @metimeti7149
    @metimeti7149 5 ปีที่แล้ว +1

    አሜን አሜን አሜን ንንንንንንንንንን

  • @asterguta
    @asterguta ปีที่แล้ว

    AmeeenAmeeenAmeeenAmeeen,❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @amanueladisu562
    @amanueladisu562 7 หลายเดือนก่อน

    Ufffffff😊😊😊

  • @kumeetsagaayee1290
    @kumeetsagaayee1290 3 ปีที่แล้ว +1

    Ammeeni 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @algushimalis8403
    @algushimalis8403 5 ปีที่แล้ว

    Ameen ameen ebifamii dacha dachaan

  • @yomifkumsisabededa3469
    @yomifkumsisabededa3469 2 ปีที่แล้ว

    may GOD bless you abera , what the heart beating song is it !

  • @jfj2799
    @jfj2799 2 ปีที่แล้ว

    Good bless you more 🙏 ❤ 💕

  • @alaaabdulhadi8454
    @alaaabdulhadi8454 3 ปีที่แล้ว

    Ameen Ameeeeen waaqoo sii ha

  • @hababonagawoitophiya1239
    @hababonagawoitophiya1239 6 ปีที่แล้ว

    Ameen. Ameen ebbifaamii

  • @mihretdussolegne5899
    @mihretdussolegne5899 7 ปีที่แล้ว +4

    eebbifama

  • @meseretchala2372
    @meseretchala2372 6 ปีที่แล้ว

    Ameen Galatoomi Abbaa ko.

  • @zaduubogala8270
    @zaduubogala8270 5 ปีที่แล้ว +1

    Ammmnneenn

  • @ganamealiyyithankyoujesus9993
    @ganamealiyyithankyoujesus9993 5 ปีที่แล้ว

    Ebbifammi ebbifammi dachaa dachaa dachaa dachaa dachaa dachaa dachaa dachaa dachaa dachaa

  • @natnaeltarafa8933
    @natnaeltarafa8933 10 หลายเดือนก่อน

    Abera gudeta

  • @ayantuteklechukoayanarooba2334
    @ayantuteklechukoayanarooba2334 6 ปีที่แล้ว

    Amanee God bless you more

  • @astuusifamayuuabdinjirawaq257
    @astuusifamayuuabdinjirawaq257 4 ปีที่แล้ว

    Ameen ameen 😢😢😢😢😢

  • @sergeouzounian2960
    @sergeouzounian2960 6 ปีที่แล้ว

    Ameeeeeeeeeeeen.ebifamaa.anafi.jete.dhufete,,biyya,koos,,gafii

  • @diniqu.eyesusdiniqe.yaderi1938
    @diniqu.eyesusdiniqe.yaderi1938 6 ปีที่แล้ว

    amen amen yawaqako galatomi

  • @capenohaks9352
    @capenohaks9352 4 ปีที่แล้ว

    Ameen ameen

  • @sanysany1227
    @sanysany1227 5 ปีที่แล้ว

    Amne amne Jesus Jesus jesus Jesus Jesus jesus Jesus Jesus jesus💕💖💖💕💖Jesus💕💖💖

  • @nuuhiikakuuqabnaawaaqayyoo5723
    @nuuhiikakuuqabnaawaaqayyoo5723 8 ปีที่แล้ว +2

    ameeeeeeeeeen ameeeeeeeeeeen galatoommii yessuuskoo .

  • @derbimorka7686
    @derbimorka7686 6 ปีที่แล้ว

    Ameen

  • @user-bp7ce2vm4x
    @user-bp7ce2vm4x 6 หลายเดือนก่อน

    GanaetGobana

  • @metimeti7149
    @metimeti7149 5 ปีที่แล้ว

    Ufffffffff ebifama

  • @user-zy7pe8mw7o
    @user-zy7pe8mw7o 7 ปีที่แล้ว

    Ebifami

  • @uaeuae4865
    @uaeuae4865 4 ปีที่แล้ว

    abefmee 🙏🙏🙏🙏

  • @imabetiabdi6221
    @imabetiabdi6221 5 ปีที่แล้ว

    Ebbifami

  • @solomoneshete137
    @solomoneshete137 2 ปีที่แล้ว

    goftaan saaebiisu

  • @yesusgaridhaa7932
    @yesusgaridhaa7932 4 ปีที่แล้ว

    Ameeeeen Ameeeen ebbiifama ebbiifama

  • @bkla2584
    @bkla2584 4 ปีที่แล้ว

    Ameen😢😢😢😢😢😢💒💒💒

  • @godblessyouethiopianndnd7914
    @godblessyouethiopianndnd7914 3 ปีที่แล้ว

    🎤🎤🎻😢😢😢Ameen Ameen Ameen 💔💔💔💔💔🙌🙌

  • @user-um4oe8jn8e
    @user-um4oe8jn8e 5 ปีที่แล้ว

    Thank you

    • @gutamlolamoo9199
      @gutamlolamoo9199 5 ปีที่แล้ว

      Senaa hin iranfatamne amen ebbifamii

  • @aminanasiruser7715
    @aminanasiruser7715 6 ปีที่แล้ว

    Amenmeeeeeeeewow

  • @edisaitghf5941
    @edisaitghf5941 4 ปีที่แล้ว

    Emeeen

  • @sanysany1227
    @sanysany1227 5 ปีที่แล้ว

    Amne amne amne Jesus Jesus Jesus Jesus Jesus Jesus Jesus Jesus💕💕💖💔Jesus💞💘💔💔💔💔