Nation Chaanaaliin kee Sirboota hedduu bareeda qabu. Sirbaoota Chaanaali kana Jala jiru Daawwadheera. Kan as kessa dhabe. Heduu jira. fkn Shukkar Jamaal guutuu isaa. _Bishingoo Mohammed _Inni koollashiini Falmataa,Usmayyo,fi Alii Mohammed Diima fi kkf niin dhabe
Sirbotaa hararghee bayyee jaaladha dhagefachuu Galatomii itiis fuufii haaluma kanan 👏🏼👏🏼👏🏼
Galatoomi Koloni, Dhihaadhu
Natoli Osman sirboraa Hararghe kan anni yeroo jolumaa kooti dhagahee fi akkasuma yeroo guddadhee kassetaa dhagefachaa turee yeroo biyyaa jiruu post goodha jirtaa jajabadhuu itti nuu fuufii 👏🏼 kan biraalee itti dabalii sirbotaa hararghe bayyee jalaadha sirbotaa dur 😂👏🏼👏🏼
@@koloniiabdurahman1985 Waan yaadannoo qabaachuun gaariidha.
Baay.ee naati tolee
Galatomi siraba ijooleen halloo hin yaadasha waan wayata ijoollu sanisa gadhii
Husen guddaa Galatoomi. Dhihaadhu
Naatoli hedduu galatoomi!!
Siribbii durii bayyee namatti tolla👍👍👍👍🎤🎸
Ee walleen dur imalmaanaa tolti
Dhugaa jetee siribii duurii naati tolaa nuufi jiraadhaa
😊😅😅😮😮😮😅
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Nation Chaanaaliin kee Sirboota hedduu bareeda qabu.
Sirbaoota Chaanaali kana Jala jiru Daawwadheera.
Kan as kessa dhabe.
Heduu jira.
fkn Shukkar Jamaal guutuu isaa.
_Bishingoo Mohammed
_Inni koollashiini Falmataa,Usmayyo,fi Alii Mohammed Diima fi kkf niin dhabe
Galatoomi Abdalla. Dhihaadhu
jabadhu kanbirollenuumullisi
🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Please Sirba 2ffaa Irra jiru kana orjinala isaa Yoo qabaatte ?
What a beautiful song 🎵 😍
❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢❤❤❤❤
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Part 1 isaa Linki ass darbi mee
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Galatoomi.
Galatni kheen badin
@@NatoliOromusic Yaa Naatolii Usmaan hayyuu keenya ati onnee akka #ABDI #QOPHEE( #ABDULWAHAAB #MAHAAMMAD ( utuba aartii Oromoo, madda walaloo fi abbaa wallistoota Oromoo) qabda.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢
Natoli galata qabda
Galatni kheen badin