Wl as wr wb walayii yaa shek anii herumaa najibisiisaa walayii worii kiyaa herumii jedhu anii yeroon nin heruma jedhee nama walbaree kallas woraa ke ergadhuu jedheniin kallaa worii kiyaa gamdeenii sikenine jedhanii anii kalas najibisisee sifedhuu jedhen arii,e garuu herumaa kanaa nin fedha yeroon nin heruma jedhee najibisisa mal naf wayaa😢😢😢
Ustaaza hedduu takka galatoomii amma barree dhukkuba nujjiru waankana hunda saahiba kiyyaatu qabaa du aaii godhiif rabbii jacha
Yaa rabbii mee dawa isa nufi hima wolhii ani akkaumati jira wani isn duvatani kuni hundii an irra jira
As wr wb adaraa rabbii jedhati Wan isiinii jetaa keessaa Wan danuu qabaa akkamiti isiin argachuu dadenyaa rabbii jedhati egaa nuf imatiin bakka keessaa nuf ima adaraa adaraa
Uztaz sirhii akamitii fira hiku dada wani qabu hudanaf himate
Wl as wr wb walayii yaa shek anii herumaa najibisiisaa walayii worii kiyaa herumii jedhu anii yeroon nin heruma jedhee nama walbaree kallas woraa ke ergadhuu jedheniin kallaa worii kiyaa gamdeenii sikenine jedhanii anii kalas najibisisee sifedhuu jedhen arii,e garuu herumaa kanaa nin fedha yeroon nin heruma jedhee najibisisa mal naf wayaa😢😢😢
Abakotuu akanaa bayee mataan dhukubaa wolhii namaa meqatu matasaa qabaa bakaa hundaa gesinee dadhabnee wogaa wogaan itii debihaa adaraa manii dawanssaa😭😭😭
Mashalha ustaaz jazakalahaa dawaaisidhaa nuf himii
Jazakallah kayran ustaza kenyaa
As w r b nu jirdha usutaza keen jaza kaluu keer❤❤❤❤
Manamaan bofa gurraacha hudduun irraa muramte arge. Mllattoolee Amma himamu kana hundawuu nin qaba
Rabbii jedhaa lakkoofsa eesssaan
Yaa rabbi nu baasi anuu amala akkanaa qaba😭😭😭
Yaa rabbiin walyii anii ciniqi kesajiraan dawaa isalee nuf himaa adaraa😢😢😢😢
Dawan hoo malin mee
Wallahi kunii hundii waantoota ofirrati arga jiruudha
Ustaz rabbii sirra ha jalalatu Lakkosa keeni akkati argadha 😭😭😭
Bibila keyssanin barbafa
Rabbii nubasii mee dawaa nu himaa
Sheki anii aksi matan kiyas Hedu nadhukuba ijis naa boha. Kesati waa gurmu kiyara taa yero hunda hiriya Kiya Kani dute Nati dhufti manama hedu arga Bula Garu yeron kae himu hidandu😢😢
Waaaleeykkuumii Asaallaamii wooraahmaatuullaayyii woo barakkaatuuuuu
Ustaz Mee Rabbumaaf jechaa Lakkoofsaa keessaan nuf Kayaa 😭😭😭😭😭😭😭
yaa Rabbii nuegii😢😢😢😢
Mìsèensàa beekumsaa sirhii barsisuu keessaan you tube
Shekaa maltoo tana jarsa kiyyaa qabaa duran hin beynee turee ama osumaa janu anatis gotee namani naf himee firaa hikee nati debistee isasa iti debistee akkam tana nafi ini adan banee mana kiyyaa kesatii taa biraa fusistee
Wallaa guyyaa nagaya halkan guutuu duuydi na dhukkuba
Asc wr wb Ustaazi kono abba mana kiyya nara dhukuba matatu na dhukuba jedha mamarate cisaa akam goodha
AS WR WB SHEEKHA WAHIN SI GAAFACHU FEDHEETI
Jzklkeranii rabbi isini irraa haa jalaatu
Jzk
Kun hundisayuu naratii mulataa maal nasf wayaa adaraa na qaqabaaa😢😢😢😢😢
wallay sheekha anu akkasuma jira me fuurmaata isa na himii essan dhaqe firra hiikha?
Birritti hoo godhama mani amantaa biraafaan akka sirra liqeefatuu fakkaatee
7 hanga khudgani nuf himi
❤❤❤❤
As wr wb akkami nagaha sheka anii wan isin jetaan kana hundaa hin qaba please me na gargaraa lakossa kesaan na erga kessaan isin dubisaa please
Aswrwb ustzaa moma kiyyaa mataa keessa nawocaa jetti malii falisaa😢😢😢😢😢rabbif kechaa maf deebbisaa
Dawaa esat arganaa.
WL WR WB 😭😭🥺🥺 Mee Jazzaa keesaan rabbiin isiiniif haakkaafalluu Akkamiin issn haargadhuu
Ws wr wb
+32466249048 kanaan what app dawali
@@إمامنافع-ج3ق tollee
😭😭😭😭😭😭😭 yaa alhaa
Teessoon teessan eessa sheeka
Ustazii Amma dawaa isi qofaa nu himaa 😢
Mee waan kana sirritti barsiisa
Maloo akmitii ofiraa hikun dadama
Kanhud nta jimsinko😭😭😭😭😭Ani aksuma. Uuuuuuuuf malingodh
Sihri
Matanko dudiko 😭😭😭gubte
Mee falaa hoo mali nuf homa pls😢
Maalatoolee hundaa niiqabnaa dawaan malii
As wr wb mee lakkofsa keessan naa erga ba allaah
Dawan isaa malii 🙋 shekaa ❤️
As wr wb Uztaaz Ani garacha naa gubaa ykn cogara naa guba hanga mormaa kottitti afuurii naa keessa bahuu nama qufasiisa nama artiifachusa mana yaala bakka bayyee deeme dhukkuba cogaara hin qabuu naan jedhanii anan garuu halkaani guyyan naa guba
Wly akuma atii jatuu kana kesa jira
Lakosaa nuergii
Dawaa
As wr wb pls Daawaan ho Maalii 😢😢
Lakkofsaa keessaan nuu ergaa
Ustaaz zirii akami ofii hiraa hikani
Silkii te nahimii
Aswr wbtu shek ani fi haatii mana tiyyaalee waan akkana qabna
😭😭😭😭
Dawwansawo
Aswrwb yaa ustaaza keenya aniis waan akkaan yaachisaadhaatu natti jiraa akkamitti si arkee waliif himuu danda'a mee rabbiif ji'ii haala hamaa keeysaan jiraa?
As wr wb masha allah jzk
Asw. Wrb.Wantii.dubataan.mulutuu.natii.jiraa.qorichii.isaa.malinii.ustas😭😭😭😭😭😭wayoo.yarabiii
Wan isin jetan kana hunda niin qaba. Qorichii isa malii nuuf hima adara
Dawan malii shek
As wr wb akkam naguma ya sheka akkamin isiin argachuun dandama hadha mana kotu akkan dhukkuba bilbila kessan nuf kaya
Kun hunda nan qaba duaii naf kadhame
Wollahi ergan qabame wogga 15 ol taera
Aswr wbtu bro
Lakooms Kesan akamiti aranme
Rakkina akkana keeysan jiraa ustaaza kiyya akkamittin furmata arkkachu dandaha
Skeka. Dawanisa. Mali Kan sirikuni
Wan ati jatee kanara ira guda nin qaba mali dawan
as wr wb akami nagahaamii
Lakk keessan
Lakkofsaa. Kesan.nukenamee
As wr wb akkam nagaya jirtaan. rabbiin isin irra haa jalaatu. ustaaz gafii qaba mee lakkofsa keessani nufi maxansaa bara kaalaa fikkumi
Mee lakkofshaa kessan naa ergaa shekaa
Ws wr wb
Baatii 2 guutuu uf wallalee, uf wallaala San irraa qur'aana ntti qara'anii wayyawe. Batii 2 'n uf wallaale keessatti waan Manama fakkatee na sodaachisu keessa ture. Manama batii lamaa jechuun, yeroo hirriba keessa hin jirres manaamuma keessa kajiru, Ee qaraatii qur'aanaatiin yeroo saniif narraa fayye waan keessa ture hunda wrra keennaaf home, kun tahuun gara waggaa 17. Amma yeroo kanatti hujii hojjahaa ture, sababa tokko malee najibbisiisa. Ogummaa hujii hedduu osoo qabuu, dalagus mallaqni walitti naaf hin qabamu. An waan suusii namatti tahuu fii mallaqa nama irraa fixu takkallee hin fayyadamu. Sih rain atti jiraachuu an uf irratti nin beeka. Garuu anuu qur'aana nin beeka yaada jedhuun akka namni biraa qur'aana natti hin qaraane na jibbisiisa. Malli kiyya maali!
Galatoomaa! Jazaa keessan r bbi jannataan haakafalu.
❤❤❤
❤❤❤