ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Isin Gaazixeessitoonni kun yeroo namoota dibataa haasofsiistan sodaa waaqayyoo keessa ta'aa. Fkf. Yeroo deebistani gaafattanis ta'e, yeroo isaan haasaa xummuran dinqii waaqayyoo ibsaa darbaa. Gidduutti Amen jechuun, Iyyesuus haa ulfaatu, waaqayyo guddaadha fi kan biroo fayyadama pls. Ulfinni isaa kan waaqayyooti waan ta'eef
Ebbifami dhuga jette ayyanni waqayyo irra balaqqessam uuuuffff akkam namatti tolaa❤❤❤
Ebiifaama dhugaa farfanna namiichaa kan yeroo ijoollee koo farfacha turee yeroo akka kanati isan arguu baayee gammadee hundii Ebiifamaa ❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Wowoww Gooftaan bara jireenyaa keessani haa Eebbisuu Eebbifamaa Ayyaanni kun Ammayyuu dacha dachaan isiinif haa dabalamuu Humnaa isaa biraa ta'e argadhaa ani waa'ee keessanif waaqayyoon guddiseen naan galateefadha👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💯💯💯💯💯💯💯💯💯
Gooftumti guutuuma jireenya kessaani haa ebbisuu ebbifaama 🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Eebbifamaa waaqayyoo bara keessan haa ebbisu❤❤❤❤❤
Bari jireenyaa keessan haa ebiifaamu❤❤❤❤❤
Yaa obbolettiikoo xiqqoo nama kabajuu yaalii. Amma atii jechuurra sin jechuu yaalii sababinsaas namotaa gurguddodha wan taheef.
Obboloota koo eebbifama waaqayyoo isin haa eebbisu❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyoo siinf haa ebbisuu❤️❤️❤️👏👏
Waaqayyoo isin haa eebbisu
Ameeeeeee Ameeeeeee Ameeeeeee Ameeeeeee Ebiiffamaa Ebiiffamaa ❤❤❤❤❤❤❤
Waqumtii umurii kee haa dheressu yadoo koo ebbiama hundii kessanu
Ebbifamaa ❤❤❤
Ameen Waaqayyoo baga sin olche
Meron gooftaan inni sii haa eebbisu akkan karaa irraa darbee har'aa ga'ee na yaadachise dhugaa ba'umsi kun
Guyyan sana haga arran yaadadha olchuun waqayyo dinqiidha
bayyee sin jallaanna dhugaa farfattoota keenyadurii ebbifamaa
so amazing
Wawo baay'ee nama tooluu tuu Waaqayyoo si haa ebbisu Farafatu kibinaashi nu barbada
Faarfataa Malkaamuu Waaqshumaa nuuf barbaadaa