Obbo biranu julaa ati nama siridhaa garu nagaan hundee isaa iraa yo ta.ee bayyee namati tolaa garu murni tokko rakko umme galeef nagaan hin bunee amas akka nagaan bu.uuf hojetamuu qaba jabbadhu ati nama jabbadha
Haguuf manaa bahanii alba'anii galuun hooggantoota ABO warra ofiin jedhaman keessaa nama Sanyii Nagaasaa jedhamu kana irratti hin jalqabamne. Duruu ture.Kanaanis hin dhaabatu. However, the Oromoo struggle has been going on getting clarity from year to year. It will continue until it achieves the final consummation of de-ethiopianisation.
Wowwww Wowwww Waaqayyoof Galaani Guddaan haa ta.u Hammanyuu Waaqayyoo Biyyaa kenyaaf Sabaa kenyaaf dachee kenyaaf Dhaloota Biyyaa kenyaa hundaaf Nagaa Jalaala Tokkummaa nuf haa kennuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyo isin ha'eebbisu warri nagaa buustan. Waaqa nagaa fiduuf hooquaan hata'u. ❤ Galata Waaqayyoo.
Baga wal bira nagaan isin gahe waaqayyo nuti nagaadha kan dheebonne ommanni oromootis kanuma barbaada ❤❤❤❤
Thank you oro koo🎉❤
Bagaa nagaan dhuftaan
Ati dhuguma ayyuudha❤
WOW namattii tola
❤❤❤ thank you baga gatanii
Waaqayyoo Galannii Siif Haata'uu! Baay'ee Gammanneera!
Alhamdulillah bagaa araramtan
Thanks God🙏🙏🙏🙏
Obbo biranu julaa ati nama siridhaa garu nagaan hundee isaa iraa yo ta.ee bayyee namati tolaa garu murni tokko rakko umme galeef nagaan hin bunee amas akka nagaan bu.uuf hojetamuu qaba jabbadhu ati nama jabbadha
Wwwwooow waqayyoo guddaan yaa ulfaatu ❤❤❤❤❤
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Yaa Waaqayyo Galatni siif haa ta'u # Sanyii Great Rispect
Waggaa Shaan Guttuu dhigin dhangalee waqaa biratii in hafiin 😭😭😭😭😭😭
Sanyii ilmo nama❤
Yaarabbi galatake ummani oromo afurabaafate
Masha allaah
Qali sabbaa nufi jiraadhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Eebbifama❤❤❤❤❤❤❤❤ isanii jalanaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waaranni haadhabbattu oromoof naga ❤❤❤❤
❤write
bayee kan nama toluu masha alh hedu gamane
Galtomaa
i thank you
😢😢😢😢😢😢😢😢yaaraabbii. Inshaall. Allah
I really apricate all of you respect
Abjuun sabaa kanaas waliigaltee kana eegak turee
Dhugaa jettee
Yaa rabbi Ati Arara buusi
Gariii🎉❤
Ofedhe
Of egadhu qoricha si obaasani dubatte agare
Waa namaste tolaa galatoomaa
Tokkummaa, Ammas Tokkummaa🙏
❤❤❤❤❤😱😱😱😱😱
❤❤🎉🎉👍
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Namuu siifinamanu kana ATI qoy ishii yoo akkana ta'e dura maaliif akkasitti turtle?
Shimaalis Abdisaa duraan Shane jedhee yaama turee hardhaa waraana biliisumaa Oromoo jedhee yaamaa Eee badaa Abba Fulaasoo
💯💯💯💚💚
Ummata hattuuu
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Uffeeeeeee yoo Waaqayyo jedhe!!!!!!!!!!!!!!!!
Way biree koo baayyee si jaalanna baga gammanne hunduu
Mee otuu hin sobin waanti isiin jettaan kun dhugaadha kaleessaa shanee har'aa immoo wbo 🙆🙆🙆🙆🙆
Maaltu sin gehe nafxanya hatu
❤❤❤❤❤❤
Akkasitti kunoo Safuu oromoo eegdanii afaan keessaniin dubbachaa Rakkoo jiru kamuu furuuf yoo yaaltan waa hundattuu milkaa'uu akka dandeessan shakkii tokkoyyuu hinqabu!! Marshall Birahaanuu Juulaa :waa'ee Ethiopias yommuu dubbattan Afaan Oromootin akka dubbattan kabajaan isin gaafanna.yommuu Amariffa dubbattan comedian fakkaattu.Amaariffi isinirraa hinbareedu.Nuti Ethiopia bakka buuna jettanii Afaan hinbeekne waliin hin rakkatinaa.Walumaagalatti Afaan Oromoo Afaan Hojii mootummaa federaalaa akka ta'uuf ciminaan irratti hojjedhaa.Afaan hojii mootummaa federaalaa ta'uus kan qabu jalqabumaa Afaan Oromoo ta'uutu irra ture.Ammas hindabarre,yoo isin dadhaboo taatan malee,qaamni Afaan oromoo Afaan hojii mootummaa federaalaa ta'uu hinqabu jedhee isin Falmuu danda'u hinjiru.amma yeroo ammaa kanatti namni afaan oromoo Afaan mootummaa federaalaa ta'uu hinqabu jedhee isin falmaa jirus hinjiru.Haqnis akkasjedha.,dhugaanis akkasjedha,Sabni guddaan biyya sanii oromoo waanta'eef Afaan oromoo Afaan hojii mootummaafederaalaata'uu qaba jedha haqni.Kanaafuu haqaafi dhugaa hindabsinaa haqaa fi dhugaa duuka bu'aa jabaadhaa dhugaarratti du'aa!!!!
WBO kenyaf iddoo kabajatu isanaf mala osoo iddoon hoji mijahefi jaha
❤
Galatoomaa Nagaan filannoo hin qabu!!
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
dhugaa
Waaqayyoo hundaa keessan haa ebbisuu Garu akka addaati president keenyaa obboo shimalis abdisaa jecha kanke bayyee itti gammaneera galatomaa
Rite
Eenyu jechuun isaati shimeen warri siyaasa oromoon taphatan Kan jedhu? Innis Warroota siyaasa oromoon oromoon duguuge keessa tokkumaami
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Daawwid ibssaa waajjii maa hoojjiitaa Soobduu
Ati daaqi isaa waliin hojjadhu
Dhugaket
❤❤❤❤❤❤🎉☘️🌳🍀
Kana booda biyya ijjeeruu fi ijaaruu Waaqayyo hagargaaru.
Waaqayyoon haagalatoomu hundi keeysan ummata oromoo biratti galata qabdu nagaan fi araarri duubatti hindeebi'in horaa bulaa gammadne jirraa
Mali hundi kessanu waligalaa
ATI galtus homaa miti
Kanaattuu kan isinirratii midhaguu.
Baga nagaya dhufan
Haguuf manaa bahanii alba'anii galuun hooggantoota ABO warra ofiin jedhaman keessaa nama Sanyii Nagaasaa jedhamu kana irratti hin jalqabamne. Duruu ture.Kanaanis hin dhaabatu. However, the Oromoo struggle has been going on getting clarity from year to year. It will continue until it achieves the final consummation of de-ethiopianisation.
Jaal sanyiin nama guddaaf nama ummata oromootiif quuqama qabu ta'uu irraa calaqqisa. Kanaaf nu hunduu araarara kana tursiifachuu qabna
"Nama foon hin'beekne lexebxebaa n gowoomsu/dhaq'na qabaan akka qaba" recharge jedhun yaadadha
😂
Hayyuu haasawu bareedu baga galte ❤
Araarri hunda galeessa oromoof oromiyaaf haa tahu
Hin dhaattu
Ararramun wan tokko erga ta,e maaf waddaa wabboo nyaatte
Wadda WBO maal akka tahe ni beyata atti hin dagatin oromo akka adda waal base akka waal nyaatu fetu baga garan si gubate nafxanya hatu
Oromoo silumaa kan kolfaa taane baraa wal nyaane silumaa oromoo ammas taanaan worri hafttan oromoof yoo ta.e haagalanu yoo sammun jeraa yaade hisin warri galttan baayye galatoomaa🫶
Jaal sanyii baga nagayaan dhiftee ati nam dhugaatii
Leenca ati sanyii
Osoo galaa jedhuu oromoofin caccaben nama baasu itti himaa
Hundi keessan haraarri kun akka fiixaan bahu warri shoora xaphattan baga gammaddan!! Oromoon Oromoo ajjeesuun miidhaa hunda caaluu dha. Kanaafuu, ilmaan Oromoo ammas kan bosona keessatti haftan, koottaa galaa. Qabsoo karaa nageenyaa geggeessaa! Jaal Maroo hinga'a kanarra!! Duuti oromoo hundummattetti. Ni ga'a; galaa nagaa buusaa!!
😂
Ergaa hattee quuftee lafa itti baatu dhabdee sodaateema galte injifatamteeta propoganda kee hin afuufiin oromoo kan gidirse sumadha kan gudeede, kan saame suma mataa keeti hattuu ijaaratee malee mootummaas miti hattuu
Walii galteen kun hiikaa tokko hin qabu🙁
Jazba waligalte waan tahe beyeta nafxanya hatu
ጠጉራችሁን እንኮ አትቆርጡም
baga.naghqn.galtanii🎉🎉🎉wob.ko
ofii.wolhii.hin.nyataa.dinna.oromo.qalee.nyataa.jirruu.wol.ta.aa.ofira.dhorkaa
oromo.wol.jabefadhaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤
Eenyu jechuun isaati shimeen warri siyaasa oromoon taphatan Kan jedhu? Innis Warroota siyaasa oromoon oromoon duguuge keessa tokkumaami
❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤
❤️❤️❤️❤️