duraan caaltutuu isas masruufaa ama Namaa isaa masruufu dhabee jenen si fudhee caltun duran mana kira kafaltee ilmoo hafazafi wa meqaa bite hajii masruftee wa meqaa dandese jiracha turte ati yom agarte ganadhaa ati reefu egaltee yasmin😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂gana mana kiratifi masrufaa hajii dandesee jiirataa ok kuni dhugaa juruu ok cho🖐
Namiin akkaa kiyyaa Namitii kenafii hajilee jibitaan jiritaan😮😮😮😮😮
😂😂😂😂😂enu jalata kana buriwan
Ani jibuu dhisen xirefadhe
Gowwaa akka caaltuutti si qallabdu hin argitu 😅😅😅
dhuga jeete waalhi amanu muka jaladhabde boru bira demiti goshi gobazi 🤣🤣🤣🤣
@HiHi-xe5ws 🤣🤣🤣🤣
mee warii matii ha gafatuu jetanii like godhaa ?😂😂😂😂😂
Dhugaa.ketii 🤣🤣🤣🤣
Uuuu😂😂😂😂
Mati naa taii ples sistiyye anis sii tee jira please
Dhugaa caltuu rabii basee wly🎉🎉❤❤❤
Kkk😂😂😂 hajii eè kijibee yoom umrii ketu dalydee beyta
Mee namni akkaa kotii gamaddaan hajiin italaa tanaa fudhuu isatii ?mee laalaa ijoo mila waliraa kawaatee akaa dalagduu ishitii itii hasoftii dhugaa wayyoo hajii kkkkkk inumaa argatee naaf tatetaa jabesii lenjisii kkkk
Yaa Rabbii dhugaa caalatuu baasii😢😢
Itti muddii amma naf taatee😂😂😂💪💪💪💪
😂😂😂😂name ama nafi tate
Dhirumaa kijibduu jibbaa wolahii 😢😢
Hajiin ciisee nyaachuu malee hojjechuu hin beekuu 😂😂😂
Caaltuun manatti nyaachisa turte atis yoo dandeesse kanuma egaa😅
Maalaqaakee seraan qabaadhuu inu zirisaatiin siraa guraa maalee😂😂😂😂😂
Ashikarakarii naf tateyu intalli tuni itti muddi Refii argatee Hajiini Likki isaa😂😂😂😂😂😂
Achitilee baay'ee na marartee 😂😂😂😂itti qabsisii jedhin😂😂
Wly aniis naaf Tate 😂😂😂😂😂
Ee miskiina anaa nyaatu 😂😂😂😂😂 .Isa Caaltuun sooraa turte jazaan bakkumatti deebiteef 😂😂😂😂
Ama refuu argatee hojin niti 😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Ooooo eeee miskiina wly rooba keeysa dhukkee kaafta😂😂😂😂😂😂gana
Aksii godhii akaa intalaa ta.ee nyadh jedhaa 😅😅😅😅😅
Dhirii dhira caluu humaa jiraa jedhe 😂😂😂martuu akka walii argatee😂😂😂😂
😅
inii ilmo hin fedhu aka ulfaa hin tane aba malee gudisaa yo jete male walahi😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂ati haji hin bektuu
Bulttii Aja,iba ijjarratte😂😂😂😂😂
birakii dhaa jarii kunii🤔🤣🤣🤣🏃♂️🏌️♀️
😂😂😂😂😂😂😂
😂😂
Kkkkkk😂😂. Maalii. Namitii.
rifii italaa gadii sii qabu argatee itii mudi odoo ijaa sii arganee qalii itii mudii dhirii akasii jalataa👍🤣🤣🏃♂️🏌️♀️
Nafi tatee italoni tuni jabadhuu iti mudii 😂😂😂😂😂
Haajii huujii hin jaalaatuu 😅😅😅
Ergaa hojii hin hojennee bunnaa dhabii jetee 😂😂😂😂😂😂😂😂😂
😂
Ini sobaa hojii qabuu dubartituu bulchaa durayiu😅😅😅😅
Kkkl
Ganadha.
Afachu
Ati duraan hin beektu akka inni hojii hin hojene ati malif namtokko oso maalumasa hin qoraatin itti herumte?
😂😂😂😂
Maluma issa mali iraa goti erga rarafte 😂😂😂😂 kana arga late fana galte
@@KhadijaA-i2j dhala biyya nama tana herumuma issi kanatu nadhiba wallah siila gurba warra isa hin bektu enyu warra issi dhaqe niika godhe jannaga amma
Alhamdulillaah Haqa caaltuu Rabbiin baase❤❤🎉🎉🎉
Wayyooo hajiii wly nama gadiii sii qabuuu ref argateee caltuuu miskinii ammaka sii mul,achuuun wagaa meqaa sii qalabdee amma jabadhugaaa 😂😂😂😂😂
Kkkkkkk siti bagaa
Atii amaa namara dodaa haajabatee moo Rabbin sodaa haajabatee
Eegaa waani dhufteefi siikeenee maalaqa naa Maali gotaa
Atii malaqa sooquu dhuftee moo mikaa isaa sooquu dhuuftee siiqubsiseen
Kkkkk😂😂😂 hajjii isin dhatumaa❤❤😢😢
Saree Saree Saree Saree 😊😊😊😊😊😂😂😂😂
Itti muddii 😂😂😂😂😂😂caltuu misskiina 😢😢😢
😅😅😅😅😅😅hajinii hojii hin hojatuu suranii caltuu hojatee nyachiisaa malee inii hin hojatuu dogogaraa ketee caltuu amaa rabii ebisee jenanii biraa bate Alhamdiillaah Alhamdiillaah bagaa rabinii caltuu biraa basee h😅😅😅😅😅
Hasbii Allahu waa nimli wakili. Atii ammaa dubartii??? Warumaa akkami irraa dhaltee?? Hasaya hin toltuu yoo tetuu akka dubartiiti hin tetuu Togogoo dhayaan badee. Gafoo gaguraa duwaaa!!
Dalagetuu bekuu kun hin sobaa mukaa itii cabsii nafii tatee jirtaa akka nadhotii huduu basee demuu malee dalagatee hin bekuu hajin caltuu dhugaa kee akkatii bate❤❤
Wlh argaa kee😂😂😂
Amaas matii kettin wal nu barsisii jedhin lamafaa amo garaan godhee jedhiin 😂😂😂
Atisi dhalama akaa.calituti rabii.dhugaa calitu siti haa mulisuu
Kkkkkkkkkk midiyaa Hin fayadamtuyu intali Kuni yoomii hoji hojate Bekaa namuchi ajii kuni
Akkumaa namaa isaa hin beeknee sigodha jazbaan kun. 😮
Very good 👍 👏 👌 😀
😂😂😂😂😂😂😂😁😁🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣Alhamdulillah rabbiin kani harka hajjiirraan caaluu kani baasee wollaah🙆♀️.... Garuu mucaattiin qoricha hajjitti 😂😂😂keessaan naqi dayyuussa inni dhiira osoo hin taane😳
Kkkk akkasitii likii itii himii atii taa akka imaneetii
Atii garuu gobazii itaala fakkata garuu atii gafuma hajjiin waala baratee abaramtee
Rabbii sifii lafisuu 😢
Matii ketiin wal nu barsisii jedhiin mee😂
wayii hajii dubiin jabatee 😂😂😂😂
Kkķkkk????? atii 6.
Kijiibaan hin golgolaa,uu jedhaani 😮😮😮
Dhugaa rabbitti cabsitti cabsi likkii jirta baay'ee natti tolte dhugaadha garuu waan biraatiin dhaa mucaaltuu hin tuqin malee itti tolchitesa likkii galchi
Hajjin gafaa Caaltu tuqee tuqame😂😂😂😂😂
NIITII ajaa'iba argate likkii Haa galchiituu 😂dhiisaa
Miilaa miilaarraa keessee itti of jajjii😂
Ati malidhaa garuu malif fulaa kee dhoksitaa
Qabii naaf tatee jirtaa jartii hajjii 😂😂😂
Hajii caltu dhan wontii wol dhabanif sababa hojitii
Hojii wohiimoo galee suqii keessa rafee Ariyamee hojiichaa😂😂😂😂😂
😂😂😂😂😂😂hojii kee nyaadhuu wallahii sittiin kolfee
Hajii caltuu sete ganaan cubbuun caaltuu addaan si demsisa haji hojedhu
Kkkkkkkk Hajii ati dalagaa hin fetuu tuni taa aka Caltuu manati si masruftuu si dhumaatee Hajii 😅😅😅😅😅😅😅kkkkkkkk
Irraa murii demmi maloo😂
Nuudhisi ka boqanaa fudhanaa wagaa meqaa dalaguti turee jedhe hajin 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂yaa kijibaa kana 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂amerikaa jirani jedhe arabni kiyaa 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂wayo yaa kijibaa kana 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Woyii hajii 😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅dhigumaa kee dhuguu fedhaa kunii nadhonii namichaa
Yutub iraa Wacaa oltani Midaa isin hin Kafaluu😂😂😂
Kun essa dhufee dhiroo😂😂😂
Haganumatii Walii Quftan😂😂😂
Kunii namichii Qotiyoo qalabanii fonifi qophesudhaa fayadaa biraa hin qabuu😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
yaa Abshu amuma jabdun sitii dhufte itii mudii 😅😅😅😅
Abshuu 😂😂😂a kami😅
Wolhi itti muddii👍👍👍👍
duraan caaltutuu isas masruufaa ama Namaa isaa masruufu dhabee jenen si fudhee caltun duran mana kira kafaltee ilmoo hafazafi wa meqaa bite hajii masruftee wa meqaa dandese jiracha turte ati yom agarte ganadhaa ati reefu egaltee yasmin😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂gana mana kiratifi masrufaa hajii dandesee jiirataa ok kuni dhugaa juruu ok cho🖐
Hajii.😂😂😂😂😂
Hajjin hin dalagu sumaatu dalaguf demaa kana beytu intalo atti itti mudii manalesaa kijibaa kana
Refi dhirani woli argate bada hajji😂😂😂😂😂😂😂 buna dhabi yoo dalaga hin dalagne kaa akka caltu cibse si nyachisu essa jira
Hajinii akkaa fardaa cabee cisee nyatee baree humminnaa caaltuu Kani akka caaltuu hin jirtuu yaa hajii hoojjadhuu nyadhuu yaa namichaa 😂😂😂😂😂
Naqii.keesa..namchi.kunii.taee.furaa.dhaala.ynatuu.bartee.hojii.hojatuu.hin.fedhuu😊
Ganaa habitii akka ibidaa si gubaa namtichii
Bunaa dhabii 😂😂😂😂
Qooyii atii du'utee galtee moo refuu dhaltee akkaa caaltuun waan hundaa dandeessee yoo xiqqatee waggaa 5 ol jirachisaa jirtee hin beektuu bada jazbaa waa hin beeknee nittii Hajjiittii jechuun guraa sittii fakkatee shamtuu wayyii kan akkaa walitituu wal argatee kun sobnii isaa hagumaa isaa ga'aa
Wayi.soba hajii.😮😮😮😅😅
Biyaa kanatii nuu dadayii 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Yasmiin hattuu😂😂😂😂😂
Kkkkkkkkkk 🧃 🧃 🧃 biyyatti anaa asitti sihii jedhe😂😂😂
Yasmina😂😂
Anilee shaketuma dhise hiriya tiyyatin isidhe jedhani wal morminee 😅😅😅😅😅
Waraa ketii wali na barsisii jedhii mee??😂😂
Dhugaa.ketii 🤣🤣🤣🤣🤣
😂😂😂😂😂 aka Abusii ojii in qabane ardha nuuf himata zimi jedhiti ittii kenii masarufa 😂😂😂😂😂 si soba jiraa waa toko in demane amerika 😂😂😂😂😂😂 yaa gowiti calttuu arka nyata ture demi gafadhuu nama kesa isa bekanuu 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Yoomin argitte gana argguu tessa wanta chalttun argitte imimanni mitti dhiiga boyuufi demtta 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Daalagamali dalagaa 😅inuu sisobekaa kklllll😅
refuu argatee jartii gubatuu bagaa sitii mukaa itii suqii qalii tiyaa jabadhuu koshii calturati kaa tabataa bayee
Itii mudii 😂😂😂
Namittii fokkataa maaf fuula kee hidhatta shari'aa yoo jette harki kee qullaa dha
Rabbiin si haa qajeelchu 🙄🙄🙄🙄🙄🙄🙄 3:17 3
Sobaa 😂😂😂😂
Dhugaa jetee 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Rabbii Akknati jazzaa nama kaffallaa😂😂
Kanii akanaa kanaa kaa sifii tayuu calituu gowaa Arigatee Atii duraa
Anoo gaaffii sirraa qabaa awwala maal isaa ilaaltee itti heerumte ati ? Akka Jaartiin akkamitti saa mana itti kireeysitee huccuu itti bittee waa hundumaan masruuftu osoma beektuu itti heerumtee amma maal gochaa mirqaanta ciqiciqii dhiisii danda'i sabarii 😂😂😂😂😂.ofumaa of rakishiishtee bar .jaartii ilmoo qabdu manaa baanaan darsa guurattee itti galte a'uuzubillaah 😂😂😂😂
Hin soba wly 😂😂😂
Gana argitaa caltunu akanati gubate bira demte 😂😂😂
Kkkk😂😂😂😂jaruma abaree sitti qaba yero Hunda atii
Ani biyyaa sii danda,aa atii asii nuu danda,aa😅😅😅
Kkkkkk us jedhi qalabbi dulatti
😂😂😂😂😂😂 tuni imaanee 2argatee woyyii cslatuu naa haa nyatuu
Hajjiin yoo dalage qaraa birrii caaltuun hojjettee fidde taa'ee nyaataa turee rabbiin ima jazaa caaltuu siif kaffala hajjii
Ummataa sagatee
Ee phiirakii gotaanii ijabaa manaa kesaa godhatee
𝑯𝒂𝒓𝒌𝒊𝒊 𝒒𝒖𝒍𝒂𝒂 𝒇𝒖𝒍𝒊𝒊 𝒉𝒊𝒅𝒉𝒂𝒂 𝒚𝒂𝒂 𝒓𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊 𝒏𝒖 𝒔𝒂𝒕𝒂𝒓𝒊𝒊😢
Atti nuun mariatee herumtee mo maal iyaa oltaa nuutii. Maraatuu😂😂😂😂