Sagantaan tee tan yeroo baay'ee natti toluu baattus ta arraa tun garuu dhugatti na hawwattee jirti, quudhaa dadhabbiin gaarii mitigaa dhuguman siin ja'a
Anu na yaadachiiste maatii kee tahen jira anaa bahuu ka'e maati tahi jennaan tahe waan gaarirratti si waliin jirra taan wajjiin hin jirru name sharif form ethiopia Oromi
Ya hamza jama namumara hasota sati qoy dalaga bira qabdu ati dhira tatu ta dhufa teti dalagi nu garsis buda fokota nuti ni fena dhis naman turesa jate ifn turesin
Kkkkkkk Ustaz Hamza Shirani iti naqanii sani naaf tehee😂😂😂😂
Kkkkk bar ni shirani kkkk
Dhugaadha wallhy anuu akuma kee kanaan ja'a dhugaa. 🎉
Ustaaz Abdala keenya kana silaa geerarsa isaa akka nuuf jabaatu
Kkk yaadota walxaxaa kaasuutti jirta keessumaa Raayyaa qeequun sirrii miti! Yaadumti ati kaaste inni xurumbaa fi masanqoo akka itti dabalu waan feetu si fakkeessa!
Great Hamza Sheikh Jabir Habibi
Always Giving great reactions🎉🎉🎉
Shukran hamzaa waan najajjabeysiteef🥰🙏
I'm respect you ustaz Hamza
Anilleen waan San argeetin Jira garuu wanni naaf gale Adeeroon Raayyaan keenya Gara dullumaa deemaa jiranii dhiisi ifirraa .
Dhaamsa obboleessaa fudhadhu si fayyaddii joollee teenya tan Nashiidaa Muuziqaan hojjatan jiran San dhiisaa je'iin .
Maaliif jennaan ergaan Nashiidaan isaanii ergaa gaarii qabdi garuu Muuziqaan haraam godhanii masl goona ree.
Kun dhaamsa obboleessa islaamaati ❤
Maasha Allah, Ammarra,duran,baredda
Isaankayaaniifsagaleefiimiti
17:23
dhugaadha
yaadallii jijjiiramuun Bareedadha Garuu Namni Rayyaa Abbaa maccaaan
Madaaluu Ni jira jedheen Yaadu Nashiida jettanii Nun maraachina
Hamza keenya Galatoomi❤ React sadarkaa isaa eeggate hojjachaa jirta Jzk ItTin Bohaarreerra❤
Galatomii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
i love all of abdu and najashi group❤❤❤❤❤❤
Garuu hanqinaa sirreessa jechuun bareeda Nama Arrabsuun haala mislmaatii miti
Hamzaa ❤keenya siin jaaladha waaniin taheef obboleessa koo takkittii tana kijibdeeti jirta abdallaahi hundarraahuu numa tola nikijibda malee dhugaa himi d/d
Boss jabaadhuu oromoo 100 love si jaalatii❤❤❤
Hayyee si'eegna waan haareya nuufiddu Abdii qabna.
Maasha Allaah
Hawwii koo❤
Aboo ati rabbiin sihaa qaceelchu ati fitinaa ummata muslimaa tahuu dhabddu hirina namaa hin qoratinii tanteetuma silaa of qorattee gaariidha
atuu jabaadhu akkamitti akka atract nama godhan beeyta like❤
Siraa cabetin jiraa hamzii Abuu Amar akkatan react itii gote nama tolaa❤❤
si tau dhagefadhu sitau itti dhisi Kan Ustaz Rayya Abamacca❤🎉
Yaa rabbi babakoo ustaz rayya umrii dheertuu naaf jirachisii yaa allh❤❤❤😢😢❤❤❤❤❤❤
Waaw Hamzaan Keenya Dhugaa Dubbachuu Hin Sodaatu
Coment Ustaaz Raayyaa Irratti Kennames Dhugaadha
As.wr.wbr ustaaz Hamzaa Jirtaa Si dubbisuun fedhee ture Yoo Rabbiin taate
Hojiin baayyee gaariidha jabaadhu
Bagaa nagayan gamaako dhufaate anhadhufuu sinjedhaa dhifamaa wajiin mattii naf tahii qalii nama
@@Badhasajamal2atis naf tahi
Sagantaan tee tan yeroo baay'ee natti toluu baattus ta arraa tun garuu dhugatti na hawwattee jirti, quudhaa dadhabbiin gaarii mitigaa dhuguman siin ja'a
Nashiidaan wanni dhaggeyfatamtuuf murteeysaan gorsa isiin dabarsitu namni bareedina sagalee barbaadu hordoftoota muuziqaati
Muziqaa itti siif haa edanif moo hamza 😂😂😂 ustaaz Rayyan leencaa qeequu dandeessu❤❤✊
Kotuu matii naf tahii qalii nama hawalgudifnu sanyiiko
Isin lachu tu kotta mati naf taha histin huma sin gotu
Ustaaz Hamzaa Jabaadhu waan Haaraan akka nuu dhuftu abdii qabna si eegna👌👌👍
My king hamzaa akanati nuf beksisi jole oromo tan❤ sin jaldha brother
Masha allah ustaza hamza jajabina dhaamif gaa
Anu na yaadachiiste maatii kee tahen jira anaa bahuu ka'e maati tahi jennaan tahe waan gaarirratti si waliin jirra taan wajjiin hin jirru name sharif form ethiopia Oromi
Aboo dhama,aa dalgaa qabduu kan soomanaan waan Akkanaa Hasootu Atii yoo sitti toluu baattee hin dhaggee fatanii dhiisi
Hamza kenya dhisika Sagaleen Abdallas ni tola Akkan👌
Kotuu matii naf tahii qalii nama hawalgudifnu
Ija jabeenna rabbi sii kennee ani raayyaan waa jeshuu in dadayu osoo dogogoreehuu dhiisi nama guddaa issaanii dadhabanii
Ati garuu hamilee namaa cabsuu hin jalatiin hunduu baredaa dhaa jajabesii hundayuu aduwaan asin setii❤❤
Lakkii dhiisi ta haraamii fi halaal haa addaan baasuu
@@Nadhii123 maali waan harama achii kesa jiraa naati fakkanee🙄
Hamza atii wayyee ustaaza raayyaa hin dubbatiini atii gadiidu raayyaa hin etuu
Awwii kadir Habiibi ❤❤❤
Waaaw maashaa Allah akkana laal akkanatti like fi follow si goons ammaga ok❤❤❤
Maashaa allaah itti fufi
Warri ustaz Raayyaa qeeqaa jirta jachaa jirtan akka yaada Hamzaa gara biraatti hin fudhanne inni Yedaloo jijjiiri jedheen malee wan biraa miti kunimmoo hamtuu isinitti fakkaatin yaa dhaloota bubbee
Itti himimee dhugaa
Awwii❤❤❤
Jabaadhu ustaaza hamza kiyyaa masha Allah
Diiddii jechuun yookaan dajjaal jechuudha😂
Dhuga jetee😂😂😂😂😂
Mashaa Allah DR HAMZA♥️♥️♥️🖐️🥀
DD mee Posative qofa React godhi Ji’a Ramadaana kana keessaa
Hamzaa keenya DD malee dawwattoonni biraas ni jiruun bar
Si diddi 😂😂 you are best bro
As wr wb akkami hamzaa sheek jaabir ashamaa Ramadan siin jedha maalif dawaa nuuf himuu didde rabbii jedhii rakkoo konkolaataa keessatti nama rakkisu nuuf himi
mashaa allah mashaa allah mashaa allah akkanatti haqa himi malee nama hin arrabsin
Mashaa Allaah harkaa kanatii demii ok ❤❤❤
Aswrwb Hazard from Hamzaa Jabiir Kolfii yeedaloo ni qabaa?
Kolfii Gammachuu yaadaa
Rifaatuu Qalbii imimmaanii qabaa choice
Maaf sobda Rayya qofa 👉nashiidan oromo kawan kotota baay'ee qabu caqasu nama jibisiisa sirreefachu qabu
Hamza kenya game online taka nu debisi ka 2024 hedu sirra egu jirran habibi dalagan bira Ethiopia kessa hin jirtu kana nu gargari amma ?
Me yaa hamza Nashiidaan Najjasha fi Salhaddiin tun faan shirkii ifkeeyssan qabuu?
Abo usttetuma yaadakannatin ati maaltatettii wan akkanaa hasoftuuf sirra irrudhahu
Didii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
anis guyyaa jalqabaatiif har'a like si godhe. comment kee kan har'aa baayyee natti toleera.
Baga nagaan dhufte!
Haasawa shek muusa su'aala kaan shiimaliis Abdisa waajin haasawe react nuuf daalagi
Haayawi 😀
Akka khiyyatti SIRRIJIRTA an siif quudhe gamakhiyyaan. RAAYYAAdhaaniis (osoo tadurirraa nuuf jijjiiree) jatte malee waa humaanjanne.inumaatuuRAAYYAAn abbaa nashiidaatiihuu jatteet qooda kheeyseefii gltomi.
go a head.
Ustaazota hin xuqin oboleeso dhifama wajin ati jecha dhagefata mo edalo dhageeffata hunmasa maal si galche stoop
mashallah hamza
Ati Dhugaa irraa hin deebitu Hamzish, Tanaafiin sirraa cabaa bar hhhhhh.
Bareedadha jabadhuu habibi
Dhugaa keeti hamzaa akkatti kabajaan dhugaa jirtu walitti himuun waan guddaa
Mashaallah jabadhu🌸🌸🌸
Ray yaa ❤onnee Umata qequ hin dadesuu
Ustaaz Hamza ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️Jabaadhu Abbaa Dhugaa
dhugaa jattee hbb kiyyaa Hamza king of king 🤴
Dhugaaketii hamzaa kiyya🎉🎉🎉❤❤❤❤❤dhugadubataa biro
Jasbaa raya is king
Masha Alha jabadhu boos❤❤😊
❤❤❤❤❤dhuga ketii
Ya hamza jama namumara hasota sati qoy dalaga bira qabdu ati dhira tatu ta dhufa teti dalagi nu garsis buda fokota nuti ni fena dhis naman turesa jate ifn turesin
Wallaahi dhugaa jatte abdallaahi fi mikaail tokko yaroo hunda jalumaa balleessan
Jabadhuu ❤❤
Toop maashaa Allah ❤❤❤❤❤❤
Teetu sagaleen jartiin jarsan mana lootu fakkatii
Ni shiramte Abdallaa kiyya, Najjaash faatu si shire😅😅😅😅
Like gonne jabadha ustaz hamza
Diidii jechuun afaan amantii warra Hinduuti tolee obboleessoo hiikkaan isaa obbo.ttii jechuudha. Beeki warra sa'aa gabbarantu itti fayyadamaa.
rayyaa akka muziiqa sii ittii godhuu feeta.nuutii jacha isaatii malee jedalaa irra kayyaane
Wlyiiii bayeen sii jaldhaa silaa guyyaa tokko caraa ittn sii dubisuu arkadhee
Kotuu matii naf tahii qalii nama hawalgudifnu
Obboleesaa kiyya dogongorte waan namni itti Laffa!e firra dhiisi Teefaan silaa gerarsaafuu taati dura
As wa waba jaabaadhu kiyyaas sher nàa goodhi
Galatomii obbalesa keenyaa umirii dertuu ilman keessaati isin haaderesu
Kotuu matii naf tahii qalii nama
Third comment 😮
Yaa dajjaal
Bifa walalootiin dhuyesaa jira waan ta,eef yedaloo jijjiri jechuun hin danda,amu sagalee qalisee furdisuu yoo ta,e malee
Aswrwb mashaallah
Yoo walaloo dogogoran Wahii Hadiisa qur,aana ballee ssanii kan waan Akkana haasootu Ssa Atii hujii Qabduu Qur,an maa qaraanee
Ka akka isaa hedduudha wly dhugaa baanta❤
Atis hamzaa kheenya si Eegaa jirra nuuf gadhiisikha
Kotuu matii naf tahii qalii nama
ustaaz rayyaaa waan takkaa waan irraa himtuu hin qabduu yaa obboleysaa kiyyaa qaali Rabbiin barakaa si haa dhodhu Ani humaa sin jedhuufi mitti dhisi ustaza rayyaan kannaa rabbiin isaaf kannee qabaa waan ilmi nama hin qabnee qabaa issaa firraa jalaa bah
Wan namni basera hasawa noliin ta dhufa keti hasawii iff tahi jiradhu shekota dhis ya nama akiran egatu mal tate ati rabi sodadhu😂
Adabaan somanni tanamaadhisii tetuma beki nashiidaa tafetu dhagee fadhu taan firraa dhiisi azaa nama hin godhin habiibi
Yesa dhuga keti lenca fakki nama ati dhuguman lenca ❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤🎉🎉
Atis dafii ❤sieegujiraa