yoo kandurii ta,e iyyuu maaliif gadi dhiisu yeroo oromoon garaanssaa mada kanatti kan daawatu eenyu oromo miti? utu gaddani diraamaa ilaaluunu namatti hintolu kana yaadu qabu turan silaas t vn inni kun kan wayaneetti kanafidha reefu naagale warra maalummaa isaanii hin beeknne tv oromiyaati jechuunu nama qaanessa an diraama dheebuu iyyuu you tube dhaanin ilala male dhiseera ordofi tv isaanii gadhee duwwaa kana garu warri diraamaa dheebuu rra hojettan dhiifama isin jajabaadha itti fufa arti eenya jajabeessa ganame fi guddaa akkasumas hunda keesaniyu nanjaaladha hora bula
funyee bayyeeeee sittii baredeeraa ...immoo yomumaa dessaarree .....hangaa amma turrtee ....lakkudhaa naatti fakkataa .....guddaa love you
dhugaa keeti sanyii ufii. kannin gaddi itti hingahamuu barrii hindarba. foon ufii. Yarabbi ati nugaddi gaddi namaa homaa miti Yaarabbiiiiiiuuuuuuuuuuu Ya'allaaaah
Yaa Lammii tiyya draaman keessan haalan bareeda...keessaafu haaskan gaazessituu teenna. Ammoo draama itti aanutti akka Gaddaa fi dhumaatii saba keenna irratti xiyyeeffatuun isaan geeddaruu mul' iftan kabajaan isin gaafannaa. Galatooma.
Haati Guddaa Tasgabbaahi...Guddaan hin tumamnee bu'aa ceehii dhiirummaa keessa darbaa jira malee.
Ana obboleessa keessan Magaala 'Manchester, UK, British' irraa.
baayyee bareedaa ittii fufaa fuunyee fi Guuddaan namaa gaammachiftuu jabadhaa Hadhaa guuddaa atii jiradhuu waaqqii sihaa gargaruu
Guuddaaf harme guddaa😍😍😭😭
sabnii kesanii biyyaa kesaa osoo dhuma jiruu isinii diramaa hojatanii yaa jabinaa garaa kesanii isinii hin demnee irechaa marafuu bagaa rabbii isinii basee
wwwoow.ganame fi guddaa laluun namattii tolaa bayyee gariidha jabadha lammii ko ittii ffuufaa
heduu namaa gamachisaa jabadhaa itti fufaa hadhaa Gudaa obsi obsii ulee hayutti jedhamaa .
Rayyaan lencumaa kee akkasii itti mulissii eeeeee hubachuu qabuu.
hundumtii keessanii jiradhaaa siin jalanaa 💚💜
yeroo ammaa ummani kenyaa rasasaa afan jiraa isin diramaa dalagdan argaa tesan wan ammaa oromon itti jirtuu ilalaa
yaa guddaa bayyee bareeda kessii garaa keeti bayyee bayyee namatti tolta akka akkaanati ajaaja harmee keetif atii toltuuf oduu kanuuma biiran islaamumma qabaatte wallahi bayyee bayyee atii uggaama duuratu nama bareedadha amalli kankee bayye bayyee namatti tola garuu ammas ..............? mal hajeedhu ga !!!♥
dirama kan barechuu Ganamee Gudaa Adha gudaa kun isan bayee jechii isanis wan bayee of keessa qabaa wooooooow
boonaa hoojjiin kee sii egachaa jiraa jabadhuu
wooowwwww bayee bareedaa Asheettaa nyaatuu namattii toolaa
darartuu intaala shawaa AmbO/Bakkoo
niitii guddoo it's me hin jedhamu she is me jedhama siilaa otoo beekan meeqa jiruu kan akka keessanii hojeechiisu.
wowogaaridhaa guddaa ashitaa saanii naa keennii mee
Durban isnii Jalaana.ammuu.garuu.hirisnee.isinitii.homtuu.hin.dhagamuu.dhumatii.lamii.kesanii.ammaf.issin.laluu.jibinee
dirama sokkoo fi sorgoo hedduu ofi kessaa qabudha guddaa fi haadha guddaa heddudh jaladha dubbii tessani ganamne nama kofachisti
jabadha itti fufaa waa'ee qabsoo biyya keessalee itti fufaa
me Amaa diraama dhisaa qabsoo ha finninisuunu
dhugaa jetee 100%
funye ati dindchas akkahi dabbosi hin nyata mali sif godhu lata damma koo jabadhu waqayyo sa hikki
dirmaa keessan maaltu dawata amaa ummani oromo qabsoraa jiraa isiniti hin dhaga'amu dhigin utaa keesani maalif diramaa hin dhabnee?
hedu namati toltani jabadha funye hojini keee bayyese namati tola itti fufa
bayee namati tola jabadha gudda ko adda kee itti fufi hadha gudda hin arin kaa baredu koo
Fuunyee koo ati bayyee namati tolta
dramanileenamatti tollagaruu dhigaa lamiihinhirfatiinaa.
gallattoma garuu.
isin gadde isinitti hin dhagahamuu sareedhan yeroo gaddaatiin diraamaa dabarsitan nama aarsitan dhiigni lammii isinitti hin dhagahamuu ji'a tokko irraa maaliif hin turinaa uf wollaallaa kunniin
kun tv oromiyaa irraa darbaa bar
sidisee ati gudaa bayee miteee dhifamaa gafadhuni
baay'ee nama tolaa jabadha
yomuma desaa atumani funyee??
Gaariidha jabaadhaa lammiileekoo!
wawoo haati guddu anna senna naayadachifti hadha gudda heddu sijaladha
hadhaa gudaa ati miskkina roroon gudaatti maseera
dramaan keessan haalaan bareeda keessu maa hojii ganamee & guddaa! garuu yeroo oromoon dhiigni keessan waahii gaddaa dubbatu isini mmoo waahii baree duma keessanii dubba ttu! utuu dramaa 69 ffaa kana waahii rakkoo ilmaan oromoo kana wal makkatanii hojjettani kanarra nutti tola hundaa fuu galatoomaa kan jiru numa bashannan nijiraata kan du'e qofatti bada male
Jamilaa zaakir Dubai irraa
uuufeeee diraman kesanimo isuma darberaa itti deebitu ok akka jeraa amarah maalif waan irrati shabatanira hin kaftanu argaadhuma kessan ok
ganmeni ji'a hin fine yomi desii kaa garani kesaa bahee! !
baayyeee namtii toltuu ayoo fi gudaa baayyeen sii jaaladha
rabbi.gudiqaba.yarroo.dhigni.oromoo.dhangalau.diramagotu
baay'ee gaariidha hojiin funyee nama dhiba baayee suuta nyaadhu jedha
🖓🖓🖓🖓🖓🖓🖓🖓👏👏👏
sbaarii siddisee dhugaan hinqaalatti malee hincituu
jaabadhaa sabaa kiyyaa namatii tolaa
bayee namatti toltu jabadha itti fufa
funyee sutaa
jaabadha laamikoo baaye naamatitolaa
baayyee namatti tola jabaadhaa lammiikoo
warrii yeroo gaddaa kanani dirama hojjattaan jettaaniif deebiin keessaan diramaan duranii hojjatamee hin gowominaa lammii koo oromoo
ganmee bar Ulfanii guddisni hin nyatani diqesii nyadhuu ok
nafa jiraradhu lamiko wan godhu ďhabe
garridha jabaadha
Isin imoo mal gowaamtu diraman takkama hojatamee gadhifama malee torban torbanin hojetuu setanimo hin gowamina .namiti xaqishuu sana maliif akkan sodatu garuu...
Rayyaa atii jabaadhuu
baredaa vidon sagalee malifi dhabsmee
samra human jiradha
funyee suuta nyadhu ulfa taate akkanatti hin nyaatin dubartiin ufaa bayye nyaachu hin barbaachisu
shukri jamal
bayyee namati tola
jajabadhaa barusmaa gudaa of kee qabaa oso fuula wayyatee uksii naa naxee rayyaaa akka ifitu naaxexi
silaa oromyiaaa bilisumotee
amma dhugaa jetee hadhaa guddaa namani namamfi gaaddisa gachaan oso tokko taa'ee ijjiffaanoo kan oromiyaatii
gudda nuuf jiradhu sii jalanaa
ade sdise gera negnate geletoma
worii diramaa kana qophesaa jiratan woraa samuu dhisee lukka yadu jechun ni dadeamaa diqomaa ishii qanefatan yoo lamii kesan dinn dhigaa dhuguu isn diramaa qophesitu maf garuu ? amaa boda diramaa kesan hin barabanuu asumat dhabbaa nuraa namaa qalabii fayyaa qabutu diramaa dawataa umaan kena naga qabu
gaariidhaaaa
gaddii lammii maaf siin dhagahamu dide garuu .
Malii fuunyee atoo duutee nyaatan suutaa alaafadhuu
funyee maloo maloo uftaa offii keessa hin bafatuu moo sirra fokiseer ok garuu jechii kee hundiin namaa AjibaA
ganamee carqii garaake kessa baasi gatii isayuu tasa hin nyaatin
kkkkk carqiree namaa barii kaan ganaman garaa qabaduu
garu bayyema bareda malifi isiniti dhagayamu dide dhini ilimani oromoo baka nagaa jiruti male ama naga malitu jirafi dirama dabarisitani
bro/sis baar kuuni kaan amma osoo hin taanee kaani duuriti beeki amma miti kaani hojjaatameeruu😊
yoo kandurii ta,e iyyuu maaliif gadi dhiisu yeroo oromoon garaanssaa mada kanatti kan daawatu eenyu oromo miti? utu gaddani diraamaa ilaaluunu namatti hintolu kana yaadu qabu turan silaas t vn inni kun kan wayaneetti kanafidha reefu naagale warra maalummaa isaanii hin beeknne tv oromiyaati jechuunu nama qaanessa an diraama dheebuu iyyuu you tube dhaanin ilala male dhiseera ordofi tv isaanii gadhee duwwaa kana garu warri diraamaa dheebuu rra hojettan dhiifama isin jajabaadha itti fufa arti eenya jajabeessa ganame fi guddaa akkasumas hunda keesaniyu nanjaaladha hora bula
Lammi koo❤❤❤
wowwwwwwww baredda itii fuffaa
👍👍👍👍
daqiiqa kessan xiqoodha isumayyumo. isa torbee darbera deddeebitu maali kuni
walaakaa kaa darbee osoo irraa debitaani yeroo fixuu
2❤❤
sorry maali warri diramaa kan hojatuu
tv saree
jabadha
Haadha gudda uufff bayye naati tolta uuuuummmmmmpha oson dhiira tahe si fudhe
malo Diraman yero qaba yeron Dirama itti hojettan Amaa mitti yaa Laammii koo malo Dhuga xiquma ishitire hin Salfatani yoo yero kanan Dirama Qophesitan Sinitti haa dhagahamu mee xiqqo ishii mal kessa barra akkami kessa akka jiruu Durra Dubba kessan lala mee
Obsinaan Tololaa
Obsinaan Tololaa
saree
egaa qabso dramadha ibsama yoo taee maaloo yaa nii ilaala
Kkkkkkk
kkkkkkk funyee
kkkkkkkk kkkkkkkk
j
Kkkkk