Yaa obboletikoo rabbi sii gargare rakkodha sii base atimo debite rakkoti hin debi'iin abban manakee kan dura siif hin taane amas siif hin ta'u isati hojete of jijjirte arge gaafa rakko kessati sii gate deme maaf siif hin yaadne galagalteyu isaa hin ilalin
Atii ergaa of dadessee da ima kee rakinaa keessaa bafatatii nama durana dubarati garati batuu gattee nama duwatii dhisee demmee inni hojii isaa yaa nyatu atii Garu ittii hin debii inii da ima kee gudifadhuu Kannaa rabii sifii Hiree hinumaa aragata sifi moo waqayyoono ijoollee kee siifi yaa gudasu
hayii namaa kenyaa kalee si mitii ilmoo isaatu karaati basii gati sin jedhee hara'aa mal barbaadee Akka si kadhaatu ifaa obboleeti calisii ijjoollee ke guddifadhuu dhirrii uduu dubaartii laka'uu baratee dhiisaa sif hin tahuuuu
Gobasi ko yaani ketu nama bonsa gara muretiko ijjolle ke abba mana godhu mana ke ijaradhu ijjole ke walin jiradhu male isati hin debini dina keti inni.dhirsa yoo tahe ofi isafi dhufa booda
Maatii woggaa 4guttu si gargare Sani olmaa isaan hin dagatin Abbaa mana kee itti hin dab,in qullaa kana Wayyee heruma dhisii ilmaan kee gudifadhu dura!!!
Itti debi.i garu biri itti hin ergin yoo sii barbada tee obse sii egata yoo malaqa fi siti dhufe sii dhissa asumarati lallii garu hama dandetun illmani ketin adda hin bahin
Yaa Obboleetii koo itti hin deebini Atii Gaafaa Raakkaatee Oromatuu fiiraa siifi taa'ee Abbaa ijoolee kee dinaa siiti taa'ee Haar'aa Atii biri qaabdaa hin jaalatamtaa borii gaaruu birini hin dhumaa gaafa biri kee dhumee sii gaatee deemaa kaanafuu Haalagafi bolaa hin dhaabani itii hin deebini caara gaaruu biraa baarbaadadhuu
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
Dhisii itti hin debiin bollaa yaa lixuu 😂😂🙉boruus gafaa ati birri kee fixee si dhisee demaa carraa gara biraa barbadadhu obboleetti koo 🥰🥰
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
kan faayidaaf sibarbaadu hanga harkaa qabdutti qofa
💓❤👉Maqaan koo Firoomsis jedhama
Barreessaa walaloo,diraamaa.asoosamaa fi qoosaa ti.akkasumasillee taatummaa fiilmiitiin nama ogummaa cimaa qabudha ..kennaawwan koo kana baasee oromoof dhiyeessuuf ...sabni koo na wajjin ta'uu qabaata.
kanaaf isin qaqqaaliiwwan koo yuutuubii koo sabiskiraayib naaf gochuun yoo na jajjabeessitan.ani akka tulluutti mul'adheen Oromummaa koo akka Gaaraa tti mul'isa.kanaaf sabiskiraayb naaf godhaa...liinkiin isaa kunooti👉🏿👉🏿th-cam.com/channels/AhIrit7gMr3W0rfK-DWxcw.html
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee🥰
Yoo duu'af issa wolli birraa dhabani filannoo sif keenani duu'aa filadhu santu irraa caalaa
Itti debbi'iin ilmoo rabbi sif keene saan allahamidulillah jedhi guddifadhu gifitti tiyaa
Isa gafa atti rakkatee sii dhisee gara dubartii biraa bira deemee osoo hin tanee, hadhaa isaa kan da'ima kee sirraa fudhee akka atti biyya deemtee hojjetattu sii gargaartee san qarshii ergiif gargaarii, innii dhimma isatti.
Obbolleti koo sobee ijolleti sababatee wanni qabiduu sii harkaa fixuu hedaa biloki godhi bilbilaa isaa kan waranee irraafate kan waranamee godanisaa wanni qabuu irafachuu danda,uu kallessaa ijollee sunni akkamiti gudatani yadachuu qabaa jabadhuu rabbii bakkaa jirituti sii haa egguu gobazii namaa
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
Yaa obboletikoo rabbi sii gargare rakkodha sii base atimo debite rakkoti hin debi'iin abban manakee kan dura siif hin taane amas siif hin ta'u isati hojete of jijjirte arge gaafa rakko kessati sii gate deme maaf siif hin yaadne galagalteyu isaa hin ilalin
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
Atii ergaa of dadessee da ima kee rakinaa keessaa bafatatii nama durana dubarati garati batuu gattee nama duwatii dhisee demmee inni hojii isaa yaa nyatu atii Garu ittii hin debii inii da ima kee gudifadhuu Kannaa rabii sifii Hiree hinumaa aragata sifi moo waqayyoono ijoollee kee siifi yaa gudasu
dhiisi.addaa.baayii.jiraadhuu.ijoolee.Lee.barsisii.maalee.itii.hin.deebiyii.uuduyu.nidarbaa.opsinan.jijiraamni.jiraa.waanii.ta.eef.jajaaba.dhuu.koodee.ijoolee.faayaa.siifaa.taa..aani.jaajaabbaadhuu
Wayoo yaa oboleetii koo jabadhuu rabbii ofsaa siif haa kenuu wuddee koo❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Ittii hin debi'iin ati birii argannan sii jalatee sii mitii adunyaa jalatee Rabbiin kaa sii jalatuu sii haa kennuu
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
Ittii hin deebihiin dubartii tokko jala dhiiraa sagaltuu deemaa kan waqqayyoo siif kahee hin dhabduu kaleessa rakkina keessatti 1ffaa ijollee isaa dandii irratti gaatii siin jedhee 2ffaa dandirratti bahii kadhadhuu guddisii siin jedhee,kunii bor qarshiin kee yoo dhumee ammas sii dhisee deemaa waan taheef sitti haa hafuu obbolletti koo.
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
Rabii issaan haa gargaruu gamee kiyaa
Jabadhu Gobazi tiiya atiyubetee jirata jabadhuu imate Gudifadhuuuu
Maqumasaa kasun sif hin maluu hardha rakinaa keessaa banan yadatamitee obboletikoo ijoo ijoleekeessi argun isaf hin malaa ishumaa basii gatii jedhamitedhaa wan ta,ef maqumsaa dha,uu hin qabduu turee akka namaa du,ee bolaa keessaa cisutii ilaludhaa😥
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
Obboleetii koo itti hin deebini atii gaafaa raakkaatee oromatuu fiiraa siifi taaa'ee
Uuuuuuuuffffffff bayyee garaa namaa nyataa senaa kee amshirii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hin debinii ijolee kee gudifadhuu
Hin debini of Tahi jiradhuu ijoollee kee wolin
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
dhugaakeetii ❤❤❤😢😢
💯 jabidu dubiraa akkanumatti itti jabadhuu muriten kee siridhaa kenaa tenyaa
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo🥰
Lakkofa midiya kana essa arigadhaa
Rabii caraa biraa sii haa basuu
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
Dhugaa ati jabduu namati itti hin deebi ini nama gara biraa heerumi
Siif hin taa'u hirreen keessan wallin hin jiruu qabenyaa kee jalatte malle simotti oso durayuu jalala dhugaa siif qabatte bakketti sigatte hin demuu siiwalin rakkatte ijolee keessan guddiffattu tuure gaaru innii fedhii siwalin jirachuu hin qaabu murtoo mataa kee murtteffadhu jirenyaa kee jiradhuun dhaamsa kotti👌
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
uuuufff yaa caara kenyaa kan dubartii 😭☝🏽
Gonkumaa itti hin deebiyin atis kan biraatti heerumi.
hayii namaa kenyaa kalee si mitii ilmoo isaatu karaati basii gati sin jedhee hara'aa mal barbaadee Akka si kadhaatu ifaa obboleeti calisii ijjoollee ke guddifadhuu dhirrii uduu dubaartii laka'uu baratee dhiisaa sif hin tahuuuu
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
Itti hin debi,in kuni si hin barbaadu in shawwadhamin yaa obboleetti koo
Welcome gamee nama be ishaa
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
Baga nagaan dhuftee gamee koo 🥰❤
0p⁰
?p
⁰0ج
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee🥰
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
Yaada dabalataa siif hin qabu ani. Eeyyeen Boolla haa lixi yoo si malee jedhe itti hin deebi'in dhugaadha ni soba
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
Mal garaa jabessii namaa obboleettii Tennaa bagaa Rabbin issi gargaree
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
Dhisiii itttii indebihinii sifiin tahuu jalala kettiif mitti birrii kettiif malee Amaa sifiin tahuu eraa fagadhuu
Malumma godhuu lataa dhiraa Ethiopia kana icci
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
Gobasi ko yaani ketu nama bonsa gara muretiko ijjolle ke abba mana godhu mana ke ijaradhu ijjole ke walin jiradhu male isati hin debini dina keti inni.dhirsa yoo tahe ofi isafi dhufa booda
Yooyyaa. 🥰
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
Kandarbe kan hinbekne kandhufus hinbeeku obbolettikoo gaafa guyya rakko namni siif hintaane homaakeetimiti sammu tasgabaen ijolleke gaddifadhu oso sijallate kalee maafsigatee osoojallatta taeyyu itti garuu hin deebi'in
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
Biyyoo nyadhuu jedhen fayyidaa isaaf malee siif yadee miti itti hin deebi'iin ijoollee kee guddifadhuu.
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
😢❤❤❤Oromo
Game bagaa nagaan dhufte
jaaabaadhuuu itti fufiiii
Lammata hin dogoggorin obboleeyyiitii koo.✅
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
Yaa obbooleti koo ittii hin debbiin Naminii kuni sif hin Ta'uu duraa manaa duwaati maalif si gattee demmee
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
Kuni gorsaafii yaada tokkos hin barbaachusu sheenuu beekkaatteen jirti jilbi lamagubate sadaffaan naafa jetti oromoon.
Mitti hin ilalin ijole ke barsifadhu kani rabii sifi kene efadhu itti hin debiyin dhirra gaadhe jedhamti ini akana
Hin deebini obboletti koo!
Maatii woggaa 4guttu si gargare Sani olmaa isaan hin dagatin Abbaa mana kee itti hin dab,in qullaa kana
Wayyee heruma dhisii ilmaan kee gudifadhu dura!!!
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
Wara siGaragaranii kamana kirahuda sidhisasanii wara akatijijiramatu sababa sifitayanii hgalatomaniii
Itti hin deb'in Maloo 😢
Itti hin deebi.iin sister
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee🥰
ana dhufuu
Itti debiyin 😢
Dhugaa itti hin deebi'iin
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
Obolti ko yero ati rakate sigate yero ati qabate sijalachun gonkuma jalala qarshiti male jalala keti hin seyin tsauma tate ija ketin hin ilalin
Bektun fomaan betii malf gorsaa namaa egdii
Obboleetii koo ittii hin deebinii
Baayye nam gaddisiistta dhugaan siin jedha ofirraa bilookki nambara isaa harkka duwwaatti sii hambissuufi itti hin deebi'in isayyuu si'ii ilmoo harkkatti baatte garaattillee baatte jirrttu sigatte bar garajabeessa
Itii hin debihin Alagan Firma sintahin oboletiko dhisii
Itti hin deebihin Kan yero rakkinna keeti sijibbe yeero ati rakkinna baate sijaalataa
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
hin deebi'ee gurbaa kaanatii
Gadel giba biyiw ,,yene mar
Itti deebi.u hin Qaabdu Akkayi yootaetti Kan yaaro raakina keetti siidhise deeme hamma atti doorromnnan sibaarbade maale jaalalla Kan kee hin qabbu
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
Tasuma itti hin deebin ammas kan qabdu sirraa fixee si dhiisuufi lammaffaa hin goyyomiin haadhookoo
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
Dhirakana Rabin isinra aqabu
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
Anilee aksuma itidebin gonkuma. Malaqa Kef jedheti male jalalaf miti
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee🥰
Matii naaf tahaa qaqaliwan oromoko adaraa
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
❤❤❤❤😂❤Aaaawww💯💯
Itii debihii garuu off tahii jiraadhu birii kees hin kenin kasas hin gafatiin osoo inii beekin qabeenya horadhuu
itii hin deebiyini waani atii hojeta ate galatuu sii harkaa fixee akkmuma kana duraa sii gochuufidha
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
Kun abba manaa miti masaanuudha male ariginaanu erraa gori karaa biraatiin darbi
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
Itti hin debii'in hadhoo koo
Ittii hin debi, iin kan gafaa hin qabne si jibbe amma birri kee nyaachuf 🤦🤦🤦🤦
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo🥰
HIN soba itti hin debihini
Akka yaadaa kiyaa itti debinii osoo sii jalatee durumaa sii Gatee hin deemmu amma ati Biri waan qabdufi 😂😂eeeee dhugaa boolaa haa liixuu 😐😐😐😐
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
Siin tahuu fayidaa barbadaa inii
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
Itii hin debinii maloo kunii si fayaduu
itii hin deebi'i qarshiidhaf sibarbaade
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
hin debini
Yaa oboletikoo kunii qixee si ajesetii itii hin debi,in bola ha lixuu
Itti debi.i garu biri itti hin ergin yoo sii barbada tee obse sii egata yoo malaqa fi siti dhufe sii dhissa asumarati lallii garu hama dandetun illmani ketin adda hin bahin
Kun Dafqa kee nyaachuufi malee si barbaadet miti didi kan carraakee barbaadi.
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo🥰
Iti hin debi'in yaa du'u kana harree
💕💓😜💔
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo🥰
Atuu bekatee jirtaa
itti hin debinii obbolleti koo
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee🥰
Ittin hin debi,in nama goddati sii gate ittin dubachunu sii barbachisu obboleti koo
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
Itii hin debininii kol Kara jedhiinii
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee🥰
Itii hin debiin
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee🥰
𝑾𝒆𝒍 𝒄𝒐𝒎𝒆 𝒈𝒂𝒎𝒆
qalii kotuu matii naaf ta'ii mee🥰
Obbolleti koo sobee ijolleti sababatee wanni qabiduu sii harkaa fixuu hedaa biloki godhi bilbilaa isaa kan waranee irraafate kan waranamee godanisaa wanni qabuu irafachuu danda,uu kallessaa ijollee sunni akkamiti gudatani yadachuu qabaa jabadhuu rabbii bakkaa jirituti sii haa egguu gobazii namaa
kotuu matii naaf ta'ii qaliikoo
ana dhufuu