Subhanallah kijiba ummata kana eessumatti baqanna 😢😢 sanuu wagga 3 malee 4 hin jedhamne atimmo 4 jechuu eessaa fidde mucaan kan du'e du'eetuma jira kun kan nama biraati eega badee guyyaa 3 jedhan kijibuma kana dadhabne yarabbi nu qajeelchi
Subhaanallaah ummata keenna waan tahuun hin dandahamne maaliif ittiin xabattu, Kan na dhibe gurbaan ka'e kun afaan duraaniin haasayaa ture San ammahoo haasahuu dandahaa??
Daa'imni kan warra jalaa badeeti kan du'e hin galu 😂😂😂😂😂😂 yarabbi zaba aakiru zaman keessa jirra biyya keenya keessatti wanti haasa'amu dhabame gangeenis dhalte kan du'es gale amma maaltu hafe dhiiran dahe jedhu amma booda subhanallah dahanii nama jala kaa'u 😢😢😢
Ijooleen (Down syndrome) qabdduu walfakkattuu. Biyaa hin guudatiin keessaa ti dubartiin ummriin ishi guudoo >40 yoo kan uulfofttee dhaltuu tahee dhukubbi kun di’aimma sana irratti hargammu danda’aa. Chromosomal abnormalities at chromosome (21) causes down syndrome which increases the chance of abnormalities associated with advanced age of a female. Those children with down syndrome look alike in most cases, and females who are over 40 years old should avoid getting pregnant in an effort to avoid the chances of chromosomal defects. In fact, it’s medically preferable if women stop having children by the age of 35 to avoid birth complications and defects.
Yaa rabbii nuu basii olee bulee homa dhagena akamitti Du.e wagaa sadii boda Ka.a Anii hin bekuu rabbii bichatu beka walayii rabbii dhugaa nuu haa dhagesisuu
Subhanallah kijiba ummata kana eessumatti baqanna 😢😢 sanuu wagga 3 malee 4 hin jedhamne atimmo 4 jechuu eessaa fidde mucaan kan du'e du'eetuma jira kun kan nama biraati eega badee guyyaa 3 jedhan kijibuma kana dadhabne yarabbi nu qajeelchi
Maatii naafiis ta ii qomoo koo
Dhisii atii odu nama deebisa hin kenin
Lakii du'ee awalamee guya 3 qabir kesaa dhabamee jedharaani male wogaa 3 xumuree 4 kesaa jira jedhani
As,wr,wb akkami nagayumaa Abduu keenya waahee Caalaa Bultumee viidiyoo hedduutu jira karaan ittiin siif erguun dhabe malee mee karaa tiktookiin follow naaf deebisi siifiin ergaa ani hodofaakee kan yeroo dheeraati takkaa afaan keetirraa dhugaa malee soba dhagahee hin beeku wallaahi kana boodallee Rabbiin arrabakee siif haa tiiysu obboleeysa kiyya qaalii❤❤❤
Anis isinuma wajjin dinqisifatuu abduuti rabbin galmaan isaan haa gahuu inshaalah
Abdu hasfnii kee baayyee Namattii tolaa jabadhuu
❤micaankuun biyaarabaddettii dueeja Aamee kkunAakamiiyan iissa
subhaanallah maybe tahuu danda'a rabbiin nii danda'a maliif janaan biyyaa salaata yaroon takka salaatu zuhriin qoftiin 10,000 sif hisaabamu sanu dhukee irraa kase robaafi qilleensan duba hoo rabbiin hin dadhabu wan akkana godhuuf because ilmaa nama mataa jabaachu egaleefi zikrii rabbiirraa fagaachu salawaata godhu dhabu an hin beene magaala san kheesaa wan taha jiru garu offf debiisa garaa kiya as debii'a
Assalaamu aleeykum warahamatullaay wabarakaatuhu
Abduu keeysaan osoo nadubbiftee niin fedha haajaan sirraa qaba habiibi
❤❤Abduu says mandisni humni barnootaa irkoo qabnee Gurriis Eegumsaa duraafi booda dhugaa dhaqqabii garaafi Onneen nyaataanis eegumsa hanna
Subhaanallaah ummata keenna waan tahuun hin dandahamne maaliif ittiin xabattu, Kan na dhibe gurbaan ka'e kun afaan duraaniin haasayaa ture San ammahoo haasahuu dandahaa??
Wow Good Job Bro
Jabadhu
Wle come Abdii 🎉🎉🎉🎉
Abduu gaaruu woollaahii dhiisii ebeeluu akaas goodhe ebeeluu akaas taa ee jeechuu kanaa woollaahii eraa gaafatamtaa mee baaruumsaa diinii baaraadhuu nuu baarsiisi isaatuu sii caalaa dhiiroo😊
Subhaan allah yaa rabbi maal dhagahaa jirra
Mucaan badee gale malee du'ee hin galle😂
Caalaan gantuudha wlh🤧
❤❤❤❤❤❤❤❤
Wl as Wr Wb subahanAll yaa rabii namnii du,ee wogaa 4 bodaa galuu hin jiraa callaa saree dhaa
Subah Allah rabii😢😢😢😢😢
Ya rabii attiin hu olchii
Nagaan Waqayyoo manaa kanaaf yaa bayatuu bagaa Nagaan dhuftee sanyii ofii heduu Namaatti Gafii godhaa dhugaa malin waan isaa
Maatii naafiis ta ii qomoo koo
Ani Kan jechuu barbaadu wallaalan amantii nama arabsaa jiran kana fuu kanarra akka fagaatan ummataa akkam ifa akka gootan isiniin jedha
Waaqayyoo hundaafu dhugaa haa basu
Nam I du,e jiraate nama5 qofa kijiba ummata kanaa Jala gurra cufadhaa
Subahan Allaah. hojiin rabbii dinqii dha.
Nuujabaadha inshaalaah nibilisomna
Namnii duue gaaluu essa jirraa mittii subbaanaallah namumaa wal fakkatuu jirra wly annu namaa akka micaa kaan kaan waal fakkattu hin bekaa
Abduun nama dhugaa barbaadu naaf galee anaa.
Welcome my dear ❤bade argame malee du'ee miti😂😂😂😂Caalaan yeroo hunda gantuu waan ta'ef garaa dhugaan jirtuu gora itti tokkossuun maf barbachise rabbii Andualem hanbise malee inni ajjeesse ture😢😢😢😢tokkoffa fannoo jedhe lamaffa ajjeessuf ture ilman kiyyaaf jedheti jedhe shira kana xinxala dura warri comment kijiba dhisa shamara irratti miti dhugaa jiruu abbaan miidhame dubatera
dhugas keeti
Dhugaa ketti sirahuu qabaa artis oromoo bakumaa dubrtti kanan hin dhabamanin
Daa'imni kan warra jalaa badeeti kan du'e hin galu 😂😂😂😂😂😂 yarabbi zaba aakiru zaman keessa jirra biyya keenya keessatti wanti haasa'amu dhabame gangeenis dhalte kan du'es gale amma maaltu hafe dhiiran dahe jedhu amma booda subhanallah dahanii nama jala kaa'u 😢😢😢
😅😅😅😅😅
Dhugaa keeti ammaa dhirtiii dahee jedhuu ammaa dubartin fardaan hamamotaa deemte dhiraa futtee jedhuu subhan allah
Qaata fudhu jamarte maare dubartin kkkk jilbifate na fuuta kan jete argine mo midiyan sila wan nuti fine jiru bari qata dhumate gidu kesa jira 🙆🙆😁😁🤣🤣
Partii barbade adegaru ilma oromotii calas hadualimins ni jalana imla oromo in qeqeni abdii yo badii qabates😊❤❤❤❤❤ gota lamanuu
Maatii naafiis ta ii qomoo koo
Soba kun abbo takka nama nyachuu takka duhani galee
Silumaa zabana durii Namni tokko tokko duhee kahaa jedhu akkakkayun keenya garuu biyya duhee sanatii deebihee hin jiraatu biyya fagoo jiraata jedhu akka oduu durii ti
😂😂😂😂aba udu duri ini ma udu duri nuti gad guuri kana kuta toko fi lamati mamaksa fi udu duri barbane kkkkk 🤣🤣😡
Yaa abdu wanumaa dubatu dadhabde yoo fadha ha da'ii ani suma ajaibe male kan dalagaa isan godhate jarii dhalaratii wal lolani
Duugama gaaru ya Rabbii😢😢😢😢
Maatii naafiis ta ii qomoo koo
Subahalanalhii 😂oso kaa Du,aa ka,ee laalana jirate maltu rakata subahalanalhii hojii rabbii keessa seenun enumtu hin danda,u Kun hojii sheyxanatii
Subhaan Allah
Yaa Allahaa koo uuuuuuu akaamiitii qaabiirii keesaa baa eee yoonaa muucaa ituu luubuun hin baa iin qaabaranii maalee Naamni duu ee gaaluu booo 😮😮😢😢
Dhugaaketii galatoomii
Caalaan Bultumee suth Africa ti ilmaa oromoo ajjesee jira bar
😢😢 gaaf balleessitee califtu dhiiga miskiinatu si qaba osoo seerri Abbaa fedhee siif mormellee😢
Namnii yoo duhee gara iduniiyaa Abdan hii debiiwu
Baga nagaayan dhufte ❤❤❤❤❤❤
Baga nagahaan dhuftee.
Maatii naafiis ta ii qomoo koo
Subahaan Allah
Maati Nafii tayii
Waan Ajaa'ibaa Dhagiyaa jirra Lakka bulluun 🤭🤭
Subahaan Allhah
dhugaa ketii❤❤❤❤❤❤❤
As wr wb jirra jirttu itti mudda i u o
😂😂😂😂😂 kun kijjibbaa Rabbiin jibbee kaa du'ee guyyaa qiyamaa qofa ka'aa
Baqaa dhisi kaa caalaa goota dhugaatii
Afuuftuu ummata akkasii haga ammaa maal nyaataa ture horii tiksaa turee galee warra jalaa badee turee mitii ree mee qoradhaa
😢😢 wayyoo dhuguma mo kun amma ya waqqayyoo koo
Dhugaketi sanyiko galatomi
Yaa waqqayyoo maluma dhagenya adara sobakana nura dhaba
Dhugaa keeti wlhi abduu galatomi
Ajandaa Arkattee Qaaqi
Inni jiru jiraachuu dadhabe maalif deebi'ee dhufe 😁😁🙄
😂😂😂
Namnii du,ee yoo kahee qihamaan dhufee jechudhaa..
Caalaa bultumee haqaa Muhammad said tu isaa nyaata
Great job bro 👏
Galatoma
Aandu aalamiinilee hin amanii lamaanuu hin amaninaa!!
Subahaan alaha yaa Raabii maal dhagenyaa bara kana 🤔
Subahanallah
Maatii naafiis ta ii qomoo koo
Qabrii keessaa akkamittii bahee?
Iyyasuuf warraa habadhaatii jechuudha 🤣🤣🤣🤣🤣
Welcome to Abdo show
Subhaa Allah😮😮😢
Ya rabbi nu basiii
Namnii du,ee hin galu kun kijibaa
Dhugaa ketttii
Subanalaa 😢😢😢😢
Lijj yaredif sagale ha taanu oromo
Mucaan badee gale kana beekaa
Jireenyaan jijjiraachuf lamii biyya bira fidani bolla bahe jedhu??🙆lamiwaan biyya bira warra ilmoo nama hatani ittin kadhan heddu argaa midiyaa irrati kunis kama akkasi nati fakkata allahu aalaam☝️
Jabadhuuu ❤❤❤
❤ 11:03
Calan gantudha biye hanyatu obolesa isati shuguxi bafata dhugati amasayidiyu isatu galafte
Waa'een fannoo dagaatamee jira fakkaata jirri tokkummaa abaara jirti nuu hoo Wal xiqqeessa oola.itti nuu himi.namni foyyaadha malee guutuu miti kanaaf dogoggara oola.dhugaa isaani rabbii biraa jirti.
Jabaadhu
Subalhaa
Aswrwb ❤❤❤❤❤
Subhlllaa ya rabiiko
Kijibaa it is
Lost and Found
Dhugaa keetii jete #abduu nami duhee hin galuu waanii Ethiopia guddumaa dhaggahe jiraa yookii nami namaa nyaataa jedhuuu 😂😂😂😂😂😂
Kun dhugaa mitii dursaa adda basaa.
❤
Kkkkk da'imaa nama haa galchaani
Qeeqame badiisa irra deebihuqaba worri badi irrati tumsitanu irra worra qeequ woyya maalif yoo jetani badi irra akka deebihuf
Malkamuu. Bayisa
Caalan ofi qofa jiraata.
Du'aan hin galuu 😂inni biraa immoo waa'ee caalaa bultumee irraatti caala haa tolchuu haa baleessuu maalif midiyaa irraatti baasuun barbaachisee caalanis maluma maxansuu dhaqee goota oromoo jechuun yoo amala qabatani obboleessi keenyaa yoo baleesse gorsun filanno garii ta'aa moo dafee gadi basuutu irraa dhiyyate maluma ani oromoof qalii jedhama ofiifu bineessatti wal lataa jiruu maalif isaa darbee irraa waa hin baranuu sabumtti oromoo 😢😢😢😢😢
Ken warra nujalaa bade jedhan fskkata
Hin dheeresin
Mucaan warra isaa hinbeekuu???
Kkkkkkk eega yoomi namni du'e gale asgfirullaah astagfirullaah
Dalagaa peenxee tayitti !!??😅
Ethiopa is very funny
Dhugaa keeti sanyii Caalaan ni sobas ni jijjiiramas bara fakkaata yeroo mijaateef qabsaaya taha yoo itti hin mijatin garuu harcahaa taha
Ijooleen (Down syndrome) qabdduu walfakkattuu. Biyaa hin guudatiin keessaa ti dubartiin ummriin ishi guudoo >40 yoo kan uulfofttee dhaltuu tahee dhukubbi kun di’aimma sana irratti hargammu danda’aa. Chromosomal abnormalities at chromosome (21) causes down syndrome which increases the chance of abnormalities associated with advanced age of a female. Those children with down syndrome look alike in most cases, and females who are over 40 years old should avoid getting pregnant in an effort to avoid the chances of chromosomal defects. In fact, it’s medically preferable if women stop having children by the age of 35 to avoid birth complications and defects.
Subahanallah😢
Kkkkkkk adaraa waarii ittophiyaa jirtaan bakaa qaabrii ejedhaa undumtuu gaaluu dandaa😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
😂😂😂😂😂
Dhalotaa bubee astgafurulah situ na aji ibee isaraa😂😂😂
Kun qanesadha wahene arstisi
😊😊😅😅😅😅😂😂😂gaaffi hedduu namati uma gaaru soba walii fakkatan taha
Caala bultumee kalesa gota hara sobdu tahera