Dhugaa an haaradha ergan s ordofuti kae das na jetta lubbu dubartonni kenya maraattem 😢😢😢😢rabbi isan ha gargaru an birri tokko hn baasu dhiratti dhugaa
Ani waan na hin gale malii ati mana herumte moo boleeti dhufe si egenimi jira na debisii amoo gorsi kee sirridha garu isaa mana herumu ati essati herumte ammo intala qubela bite sani moo du,iii ati moo😂😂 akkas
Dhugaa rabii.kanii seraa sii dhegeftee vidoon keee barumsaa guddaadha namaa samuu qabuu ebbifamii
Samuun eshee garuu nagadhaa ji.aa tokkoo boodaa yoo esheen bo.uu batee salpoo waatii esheen atii garuu jabadhuu qalii kenyaa sii jalanaa❤❤❤
Adara ijoolen keenya of kabaaja Yoo isin kabajanne alaagan Bor bofa sitti ta'a 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Dhuga rabbii dhiri durba siif akkaati wan hunda gootu hin jalatu yerof male of kabachisa yaa shamaran keenya
Nice galaatomii dhugaa namni si dhageefatee barumsaa gaha qaba, kanaf jabaadhu itti fufii❤❤
Waaqayyo laphee nuuf haa kennuu hamaa nuhaa oolchuu
Waaqayyo nu Gargaarii😢😢🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🤲🤲🤲🤲🤲
Kkkkkkkkkkkk namnii fayaa qabuu waan bayee argaa kana bodaas🤦🤦🤦🤦🤦🤦🤦
Wayoo akkatin kolfii dhugaa rabii😂😂😂
Fayoo dhugaa waqqaa bayee natii totaa barii😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤
Dhuugaakeejeetee. Maliikunii. Silasyuu❤❤❤❤❤❤❤. Dhugaa. Barumsaa. Gudaadhaa. Jabaadhuu
Salphoo wayii ishee akasiitii isheen shamran jaganii bayeetuu jiruu biyaa araba maqa shamara nyatii ishee akasiituu dubartii kayo hin qabnedha kuun guyaa isheenee dhiga bosuu hin dhufaa baduu wayii ishee haa balesuuu
Dhuugaa jeete ❤❤❤❤❤❤❤
Wolahi kuni nama jibisisa mali kuni😅😅😅
Baraa jetee indaqoon haree dhitee😂😂😂😂😂😂😂
Nufii jiradhuu hadha kakuu dhugake jete 💋💋💋💋🥰🥰
Dhugaa dubachuf numatu gatii of dhabsisara malii isheen akkamitin yadii🤔🤔🤔
Yaa Rabbii maali argaa jiraa dhugaa keti Fayoo ❤❤❤ dhallaan maaratee fakati yaa Rabbii kiyaa dhalootaa akkami 😢😢😢😢😢😢
Ibitu uduu hadhasaa inijaruusiii yonafudhuu batee hadhisuuu waliqixeee ojenaaa malabasaa bitafiii karakanaaa ofikotii warqimorimaaa bitadhaaa
Malii kaan ta'uu Warqii bitaa dhirraafi immoo anuu kunoo wagga 13 warqii mitti birridhayuu bitaanee, Daraa Warrii Qotiyyo itti gurguree ergee bakka batee wallatee dhirraati warqii bitti saree, b wayyoo 🥰🥰🥰😘😘🌹🌹
Dhugaadha Dhiirri fayidaa ammaa barbaada malee akka dubartootaa boruuf hin yaaduu
Dubartiin kan boru irraa argattu yaaddi kun dadhabbina keenya kan waaqayyotu beeka nuti garuu sammuun keenya xinnoodha
Dhiironni Garuu otoo si jibbuu ija dunuunfatee waan amma namarraa barbaadu qofaaf dhimma😴😴😴😴
Dhugaa an haaradha ergan s ordofuti kae das na jetta lubbu dubartonni kenya maraattem 😢😢😢😢rabbi isan ha gargaru an birri tokko hn baasu dhiratti dhugaa
Dhugaa kett jette qashatii koo 😂😂😂😂😂
Faayyoo dhiissii wonttii attii jektuu inumaa ta'a waan kana sodadhee Rabbii haa lafiisu
Anii siin na ajaa'iba baraa 😂😂😂😂
Mudii kee siiraa deema dhugaa 😂😂❤❤
koddee dhiifamaa jarrii durumaa walii fudhani wagga bayee wajii jiratanii jiruu mattii walii qabuu kunii si jallalaa malee isanii walfii harra mitii kesa bahaa ati ok muchaa walii qabuu kuni si iinilalatuu dhuugaa isanii ollaa kotii
😂😂😂Ayii yaa fayyoo baratu garargartoo ta'ee ji'a Lama booda gadii basaa har'aa sif kufee cabee jedhaani
😂😂😂😂😂😂😂😂kolfan nu fixe lubbuu dhugaa jette safutu jal'ate
Maalo fayo Kan koos achii nu fidi kootu birisa Itophiyatin si Keena na jedhe Mal na jeta❤❤
Kani quma hin fidini dhuga kani moramafi gura yo tae male
Malisikenamooo silahoo bodaa kanumaketihoo
dhirii qataa dhisee dubaratitu fudhuu qabee barii qayaramee yaa umaa koo naa basii atii namaa kofalachisitaa😅😢😢😢
Nuun qorin mee anu gidduu kana fideen dhufaa please narra hin duubatin😢😅😊😂😂😂😂😂
Jireenya namaa kessa ba'aame jaraanaa
Fayoo too garaanii naa dhukub kolfanii 😢😢😢🎉🎉🎉🎉jabadhuu jajabee tenyaa baga nuu jirtee atii ❤❤malifii jilbifataa in ishetuu jilbiftaa kkk
Fayyuuu hin heerumuu hin fudhuu 😂😂😂😂😂 akkaanati inniis heerumee ishiinis futee kkkkkkk 😂😂😂
Inmaa raganee❤❤❤
Dhugadhaa kunis ciminaa nuf taa.aa
Jilibifadhu hin jetunii fayyoo 😂😂😂😂
😢😢😢😢 yaa shamaraa kenyaa kanaa gudiii hin barantanii😢😢
Dhisii obboleettii koo issan nama ilmoo waaliin godhatanii waan hin beeknee hin hasa'ii haaraa waal fudhaan sitii hin faakkatii kee beekee sii miti kan gorsuu waaranyaa
Akaasi tanani baredaa ilmoo waaliraa qabatan kan durii tanani rakko in qabu isaan foon tokko
Dhugaa anni qalabatti mitti cammaa biteef hin gaalee galataa waaqa amaa hadhaa daimaa hadhaa durbaa taheen jiraa😂😂
Ayii maalii garuu yoom of bartuu ijoollee keenya biya namaa keesa gubanee gaafa biya keenyaati galuu wan nu irraa in eegamne kan goonuu duraa maatii keenyaaf bakkaa haa laanuu maaloo fayyoo dhugaa keeti kodeekoo galaatoomii sammuu Qabduu kuni intaalii boruu alaati ishii basaa
Amaa yoomitti isaan nutii kaa,uure😂😂😂😂😂😂
Fayoo attimoo osso siressi ta'e dhagefaacha jiruu naa kofalchiste😂😂😂😂😂😂 namiichi ofiira hafee dhabataayu
Baraa duubartii dhiraa fuutee😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃
Wayyoo gara koo 😂😂😂😂 maaloo kaa yoo nati haafee dhiiraan fudhaa moo durii dhiiratu gadii jilbifata miti 😅😅😅😅
yoo tanaa inni ammaa nititii mee 😂😂😂 yootanaa Abbaafi hadhaa isheef warqiidhis bunnayuu bitte hin bektuu sagaxeen akkanaa nii beksiftii
Yaa waqayyoo nabasi maalii ijoolee kuni salphinii 😢😢😢😢😢🤔🤭🤣🙈🙈
Uuuffu haamilee dubaratii nama busaaa⁉️⁉️
Dhira wadadee kanati
Aboo maqa nu balesin nu dhisii gitii
Malumaa Aragaa demanaa baraa kenyaa kanaa 🤭🤭🤔🤔
Faayoo sittaan kolfee jireenyii caaraadhaa atu jiraan gurbaan waaraa waallaaggaa boolleettii dhufee si fudhaatee gaalee kunoo hangaa yoonaa dukkaa jiraataa jirtaa taarii hitaalii kun maana hin qabduu waaraa gaargaraa turtee maaliitii bekktaa ammaan biyyumaa dhaallaa jiraa gaaruu gurbaan saudi daalagaatuu waarasaa diigiisii gosifaatee nikaa naa goodhaatee jirraa an dubaaiin jirraa gaafani duraakoo biyaa gaalee buleettii naa simaatee qaalabitti naaf goodhee asumaaraa nu fidaa mittii argaake😂😂😂😂😂
Kkkkk ayi fayyoo dubin kee nama garamaa irraa fudhii akkati warra bolerti heerumu kanaa
Kanakanaa kanaa walin damaramnee rakkanee😢😢😢
Yaa rabbii koo ishetuu ittii kayifataa moo safuu kan bara kana😂😂😂😂😂
Wawaawuu galatoomii ❤❤❤❤❤
😂😂😂😂😂 fayyoo anillee yadaa jiraa maalii jetaa keessatuu waraa qubeelaa
Ittiin sihaa gahun jedhakaa😂😂🎉🎉
@kakuutube_430 kkkkkkkk wayyoooooooo
😂😂😂😂😂😂😂 zemana galabixo milli maata dhiqaa jedhanii otoo akka seratti isatuu dursaa itti kahaa turee 😅😅😅😅😅
Fayoo ojikee nyaadhuu 😁😁🤪
Nuuf jradhuu gorsituukoo❤️❤️❤️💋💋💋
Mormaa irra ejetee jibifachistuu🤣🤣🤣🤣jette
Ani tolee hin jedhuu oddoo inu fidee dhufe bakka maati ko.hin jireeti😮😅
Matinatame oromoko❤❤😢
Adara enyunu gadi Kan dhiraa funuu of kabaaja adara gubba biyya namatti gubanne yaadadha abba fenne caala utu of kabaajanne😢😢😢😢
Muu shammaran keenya jaamafi duuda ta'aniru 😢😢😢
Sagaxee kuni durbii yoo maa kabajamtee baredaa
Bodaa qamisii walii jijiruu inii manaa ishenii alaa 😂😂😂
Kesaaa qabuu garuuu garii miti ishidha
Baredhukoo bayee si jaldhu dhugaa dhugaa dubata
Nagaa iti haa debisu waaqayyoo dhugaa 😢😢
Waaqayyo. Namaa.haa.olchuu.dhugaa.kana.maannaa.maanatii.haafuu.waayyaa.😊😊😊😊😊
Ijolee durraa Walii fudhanii Dayimaa Qabuu isumaa. Biraa demtee fayoo
Yero ama Dhirra mitti Kan fudhuu shamaran nuttu fudhuu qabee saree wanuma godhan walalni
Bayen kolfesi ira baradheras dhuga 😅😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa dubbachuf aaren jira video ke ilaalen kkkkk🎉shamarren keenya hinuma barani me 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢gutto jette 😅😅😅😅😅
Maloo fayyoo too 😂 isanaa durana walaa fudhanii yadaa malee dhirsa Fi nittidha isumaa biraa demtee garuu yadaa akksaa gochuu balesanii malee namaa mattii waliraa qabudhaa 😂
Fayokoo barredu mucaa biyyakotii. Dhugaa yeroo hedduu sin ilalaa hardhaa adumati nati toltee mucati kanatii bayeen aree anu
Kkkkkk Anii sitaani kolofee dhugaa 🤣🤣😂😂😂😂
Haadhaa kakuu tu na kofalchisee😂😂😂😂😂😂
aniyu fudhufan jedha fayyo maal nagorsitame dhugaa fudhufan jedha 😂😂
mali ati malrakatee meee kkkkkkkkkkk❤❤
ebbifaam ati garuu qaldhedhafan❤❤
😂😂😂😂😂 fayyoo kolfaan na jeeste
Wayoo garaa koo kolfan du'ee fayoo koo
Dhugaa keetii
Fayyo ati essumma fida 😅😅😅
Araa shem new😮😊😊😊
Sobde hin jilbiifachistu jette😢😅
Dhugaakeri❤luubbuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Fayoo koo nuu jiraa dbuu Maloo maqaa shamaranii biyaa arabaa lachitee isaa malatuu dbibee ishii tuu fudbee malii garuu samunii hin qabaduu moo yii wanuu maa hunadaa fuu anii kechaa jiruu 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Akka harra nakofalchsttr hin bettu namnni gatisa hin beenn yoomu rakasa😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Dhugaa keetii 😂😂😂😢😢😢😢
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅hin fudhuu hin fudhamuu boodaa garaa rakkoottii fudhamuu😂😂😂😂😂😂
Ani waan na hin gale malii ati mana herumte moo boleeti dhufe si egenimi jira na debisii amoo gorsi kee sirridha garu isaa mana herumu ati essati herumte ammo intala qubela bite sani moo du,iii ati moo😂😂 akkas
❤❤❤
Safudhaa abboo dhugaa ketii fayyoo 😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Gana gale fudhuf itti qopa,a jira😅😅
Anaa kan nadhibee ijolleen akatii erumaan waraqabanii moo. Inii fudhuus. Ergaa. Dhiraa tee warqataa ergatee. Hin fudhuu. Kunii. Torbee tokon bodaa. Biraa demaa😂😂😂😂
Dhugaa keti 🤣🤣🤣🤣🤣🙈🙈🙈
Kkkkkk fayokoo❤❤❤❤ Ayii
Arguma isaani😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Jabbadhu hadhoo koo Eebbifamii ati
Osoo ta.ee gorsaa ketuu dhalotaf tahaa bar
Woooow Woooow 👍👍