Hin dhiphisin dhala nama waqayyoon sodadhu mucati situu debise fide obolletti hin qabdu ati garuu A dur gadise hamesita amma garuu ishi kana jalqabde dhira gara tokko tahi
Mee maal balleessite micayyon tun kutaa hirriba isaa miti kuni iddoo teessumati yoo rafte maal qaba warri arrabsitan abdiin garuu yoom waan gaari hojjeta kuni waan vidio waraabbamu ta,ee akkuma dubartii oduu jaalata tish
Rabin si ha qajelichuu walahi abdii yo rafte mal Rako qaba nii dabarama Namin yero kopa tahu majilasa mal Rako qaba Auzubiillha Oboletii hin qabduu atii ma rifachifta yo akasiin wa tate ho miyon tunu 😢😢😢😢😢🤲☝️😭😭
Abdii dhuga rabii ati wayu sira jira rabitu beka ijole Arsii maqa nyate😂😂😂
Hin dhiphisin dhala nama waqayyoon sodadhu mucati situu debise fide obolletti hin qabdu ati garuu A dur gadise hamesita amma garuu ishi kana jalqabde dhira gara tokko tahi
Dhugaa dubbachuuf homaa takka balleessine yoo raftee rakkoo qabu abdii please oduu dhiisi
Oboletii hin qabduu atii womaa argitee midartii baftuf subanalahaaa 😢
Dhugaa keeti❤ 😢
M 😢😢😢😢 misikina to obsii walahi 😢
Si fesisee😂😂😂😂
Oduu sii busee abdii namnii kophaa jiruu hin dabaramaa bakka rafee hin😅😅
😂😂😂😂😂 z minyoiti 🙈 gaddissee bafteeti haala mijjeessa jirtii ay abdi😁😁
Sitii xiqeyisee gadisee mana bafatee atii silaa akanatii tolfatee raftaa😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂qorichaa ketii aseey😂😂😂😂😂😂😅😅😅😅😅😂😂😂😂
Mee maal balleessite micayyon tun kutaa hirriba isaa miti kuni iddoo teessumati yoo rafte maal qaba warri arrabsitan abdiin garuu yoom waan gaari hojjeta kuni waan vidio waraabbamu ta,ee akkuma dubartii oduu jaalata tish
Abdii jedhani esaa akumaa dhalateni jirtaa Auzubilhii mali yoo raftee bishaan akati itii nayxaa gagamaa
Itti edaa abdii kuni gowwadha😂😂😂Maalii yoo rafter maali rakko qaba oduu😂😂
Abdi ofuma keti kadate debifite kate bahyi jetani 😂😂😂😂😂
Gurbàa rabii Akaa beratii oduu irraa dabarsee miyoon mal baleysitii haraftuu kun kutaa hiribaa ketitii mitii majlisaa yo raftee rakoo qabaa😢😢😢😢😮😮😮😮
Maree sofaa irraa rafuun qanii qabaa ree yaa gowaa Haa raafatuu minyootii❤❤❤❤❤❤❤
Si barbacha dhufteka😂😂😂
Abdii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉yes
Maree yoo raftee ati silaa mana hin jirtuu osoo tessuu hirbnii qabu mala abdii corqa gowaan wayii abdi😅
Baga raftee horii malif rifachifta😢😢😢😢😢😢
Bishani guratti naqe gura jamamasi kuni gowani😅😅😊😊
Ani comment dubbisun dhufee malee oduu jaraa hin dhaga'uu😂😂
Abdiin gowwadha😮
😂😂😂😂gowaa rakkoo qabaa yoo sifaraa raftee😂😂
Namaichii kun nagaya ofii 😂😂😂
Ammaa Gaddisee Jejjuu Qabde Maali si gotee Haa Raftuu Micayyo Sammu hin Qabdu Ati duras sirra demtee situu debbisee Gaddisee tee badhuu zorii Gowaa Ati Abdii
Abdii gowaa atti 😢😢
Ani kan jedhuu dubartoni isaa birraa taa,ani kun hojii senna hojjetatni garaa biyyaa galani taa,uu dhufani moo biyyii isaan achumaa nati himaa mee😂😂😂😂
icii gowaa malii gotaa midiyaa iratii olii bafitaa ree dhalaa wolitii guritee ufii biraa naxee😮😮😮
dhuga.keti
💝💝💝💝A&G❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Maal jechuudha abdii osoo rifaatee waan tokko taatee hoo🤔
Galataa gadise ama argitee
Rabin si ha qajelichuu walahi abdii yo rafte mal Rako qaba nii dabarama Namin yero kopa tahu majilasa mal Rako qaba Auzubiillha Oboletii hin qabduu atii ma rifachifta yo akasiin wa tate ho miyon tunu 😢😢😢😢😢🤲☝️😭😭
Qomaace zarii millik mal amante mana kayate bira teesa ati yaa abdii 🤔😎
Rafuun isii rakkoo hin qabu.
Garuu deebiin isii nama ajaa'iba tuun taanuu hin geettu
Baagaa minyoot nyaataa naaf gootii hin jenee sif gooteree😅😅😅
Woli baarsifaatani gaadiseni
Abdii ati gowa konkaa ee 😮😮
Dhugaa Rabbii gadiiseeni Inaafa qabdii Male Misikinaa Wly Tanaa qomicee 😊
Kanaa gowaa biraa demii
Gowwaa gowwaa 😢😢tontoraa wahii
Kabajaa dagisee ganaa Aragitaa Abdi,minyotii qoricha si qotii😂
😂😂😂😂😂
Bishaan gurratti osoo baxe hoo abdi kuni kursiidha waa algaa ta'e
Tortoraa ati dhiraa mitti abdii wanuma argee dhuftee midiyaa irratii odeftaa jazbaa ecciii dhirrii dubartii ergatee hin beknetuuu jiraaa setemoo jazbaaaa
Gadisen ho abdi meti hin galee 😢😢
Bagaa rafatee maalif rifachisataa gowaa atii abdi
Tishi Abdi😮
Abdi Rabbii soodadhu ati obboletti hin qabdu yoo dhukkubsate tah.uu maal ykn hinaatu ishee qabeehi😢
Abdii Atii talaa afanii isituu betuu maa wajiniin rakataa silaa gowaa wayii😂😂😂
Sitii xiqeysitee waan atii gadisee gotetu siif Debi.e
❤❤❤A❤❤❤G❤❤
😊😢uu
Kkkkkkk 😂
Yaà gowa badiatii
Abdii.sirii.jirtuu.afan.naga.itii.himii.malee.akkan.godhuu.qabduu.rabii.sodadhuu
Aboo kun qaaliichii ergaa Gaadisee sanitii dabalamee fayaa dhabee kun gowaan yo Raaftee maal qabaa😢😢🙄🙄🙄
yoo raftee maalii raako qabaa ree aalgaa kee iiraa raftee seetaa mo gowaa guurbaa kana gaaruumaa maaraatuu hin toluu wlh
Abarsa Abba qaba gurban Abdi jedhamu kun
Badaa jasbaa gowA atii Faraday horii maree yoo raftee saree dhiraa saree akaa ketii kanaa hin arginee malii kunii
Mishkilaa Kabir 🤣🤣🤣🤔🤔🤔
Abdii osoo futeeyu sif hin tatuu tunii kabajaa sif hin qabduu seennii hojadhuu jetii xiqumalee hin qanooftuu Tish dhalaa amaraa kan safuu hin beeknee ar'ii dhugaa sii fayyaaduu tunii jzb😏
Sitii xiqeysitee
😂😂😂😂😂😂Kkkkkkk 😮😮😅😅
Gurbaan kun hajjimaa hin gahuu akkamitti nama rafa jiruu bishaan itti nayxaa gadhee wahiy
Baga raftee warrii jetaan dhalaan Guyyaan raftuu malii safuu akkaa dhiiraa sanu😂😂
Warraa Comment jzb akkaa ishitii isiinu ok😂🦶
Ergaa rafuu barbdee galte mana ciisichaa ishee raftuu mali barbdii asii😂😂😂
@@aberuyetewydolij3787 Anis isaa na dhibee bar 🤣🤣🤣🤣
Diraama keessani hin barreddu sanuu xumuraa hin qabuu sila
❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😊
anii abaddii tazabee abadii🐂🐂🦧🦧🦍🦍
Namicha gowaa konkaa kana jibee anii hiccc
Maalik rakkoo qaba haa raftu
😂😂😂👍👍👍👍A
Gowwa eeeee abdii hin futee setaa moo kaa iriba irra rifachifatu micati miskiina malii baleessite haa rafatu yoo nyataa fetee demate hin hojatu malii midiyaa kanaa irra iyita
😂😂😂😂😂😂😂😳😳😳😳👍👍
Kkkkk😅😅😅😅😅
Dhugaa dubachuf qophaa isheeti kan rafteekaa naman kamiyuu rafa abdii odduu dhisii
Qufutuu akasi takaa arigebeku
Haraftu malsiiraa baleysiitee oboleysaa hajiidhaa dhaalaa cuwursudhan tokofadhaa isiin demiigodhadhugaa duru gafaa kopatejiiratusan isantu siigodhaa balaagee majiiliisaa maliif ifiiraa jiiftaa
Atii kunii gowaa wayitii moo akkamii malii balesitee mee yoo rafatee tanii hin aritaa tanii bishanii itii naxaa atii hin futuu jaratii nyataa sii gotuu😮😮😮😮😮😮😮
Yoo raftee mal rakoo qabaree Tiish minyotitilee katee malii kunii iccii
❤❤❤❤❤❤A❤❤❤❤❤g
Mand❤❤a
Kunii gurbatii oduu maa bayisaa dabesii tishii
😮😮😮😮😮😮😮😅
Erigaa nyà nojene mali siràa gotii basiii ofiraa
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
M and A❤❤❤✅
😮😮😮😮😮😢😢😢😢😢
Sharmuxaa m🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑
Tishii Dhoqe
Uuuuuuuu🤦♂️🤦♂️🤔🤔
Abdii gowumaa kee haraan si hubadhee mal si gotee sofaa iraa yoo raftee wanumaa hundaa birqii gotee midiaa irrati afuuftaa eccii
Mali Atii faya hin qabadumo
G❤❤❤❤❤❤❤❤A❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hangaa atii gadiisee gubdee hasiigubdu qoriichii dhiiraquftee dhalaa akanatanatu dawadhaf
Hoo sewuyew kim alebet meselegn
Abdii sumaa jibee
😂😂Meskiin😂😂
A&G❤❤❤❤😢😢😢😢
A❤G