Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun turtii Abbaa Gadaa Bayyanaa Sanbataa waliin taasifame.

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 28 ม.ค. 2025
  • Namni kamuu Sababa afaanitiin Mana Kiristaanaa dhiisee ba'uu hin qabu. Afaan Oromiffaatin tajaajila guutuu kenninee mootumaa ishee hin darbineef amantoota qaqqabsiisuun kayyoo keenya hundee Iyyasuus irratti Maxxaneedha.
    @Lallaba
    Karaa Baruumsatiin Baruumsi karaa Tv Mana Lubummaa Oromiyaan darbu ilaalamee gulaalamee kan tamsa'u yoo ta'u kallattidhaan warreen hordofuu danda'an qofaaf osoo hin taane warreen @TV illee hin arganneef barsiisonni wangeelaa baruumsa karaa keenyan darbu haalan qalbeeffatanii #Wangeela bakka hedduun ga'uu danda'u.
    #wayitaawaa
    Odeeffannoo Haaraafi Amanamaa qaqqabsiisdhaan Tv #OCN yeroo hundumaa hanga isaaf danda'ametti dhaabbata kam irraayyu bilisa ta'ee kamiifuu osoo hin loogin Odeeffannoo Haaraa haala ilaalcha fi baruumsa Mana Kiristaanatiin Amantootaafi Daawwattota biraan ga'uuf ni yaala. OCN Akka dhaabbataati ilaalcha #Amantii malee @Sanyummaafi @bifa @Qabeenya kan ilaallu miti.
    @Faaruu
    OCN Faaruu garaagaraa faarfattoota eenyummaa isaanii manni kiristaanaa beektu harkaa fuudhudhaan guutuu addunyaa irratti karaa satellite isaan ni tamsaasa. kun ammoo keessummattu mannen dilbataa baadiyyaa keessatti barattootni baratan salphaatti TV keenya hordofuudhaan faaruu garaagaraa wal qo'achiisuu akka danda'aniif karaa bana. Faaruun ijoodhaan waa sadiif gargaara @Galata @Kadhannaa @Baruumsa isaan kun hundi garuu Amantoota jabeessuuf oolu.
    @Faarfannaa @Lallaba @Afaan Oromoo @Ortodoksii @faarfannaa_durii
    @መንፈሳዊ @መዝሙር @ስብከት @ውይይት @ወቅታዊ @ኦርቶዶክስ @ቤተ ክህነት @እምነት@ሲኖዶስ @አቡነ @ማትያስ @ሳዊሮስ @ሄኖክ @ናትናኤል @ኤርሚያስ @ማኅበረ @ተዋሕዶ @ቀሲስ @በላይ @ምህረተአብ @መስቀል @ንስሃ @አዲስ አበባ @ትምህርት @በዓል @አቡነ_ጴጥሮስ @ብፁዕ @ቁልቢ ገብርኤል @ንግስ @ማኅሌት @ሰዓታት @የቆዩ_መዝሙሮች @ዋዜማ @ቅኔ @ቅዳሴ @ቤተ ክርስቲያን @ደብረ @ዜማ
    @ayyaana @sirna_galatoo @qiddaasee @yeedaloo @dubbisa @baruumsa @koorsii @kennaa @amantaa @oduu @ibsa @kitaaba @qulqulluu #youtube #subscribe
    @Mana Lubummaa Oromiyaa
    OCN TV sagalee mana Kiristaanaa.

ความคิดเห็น • 1

  • @TeshomeMengistu-u1z
    @TeshomeMengistu-u1z 9 วันที่ผ่านมา

    Maalii abbaan gadaa keenyaa doktoretii kabajaa qabu maaliif obboo jetanii waamtuu Dr/k Abbaa gadaa jetaanii waamuu qanduu ayyanaa gaarii❤❤❤