BARSIISA KEENYAAN - PAULOS TEGEGN BULCHA (2024)

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 13 ธ.ค. 2024
  • BARSIISA KEENYAAN
    Maqaa Faarfatamee dhamisaa irraa hin dabaree.
    Maqaa hiikoo jireenyaa ittin argane.
    Maqaa Yesus Kristoos!
    The Name of Jesus : A name that brings comfort, hope, and eternal strength. It’s a name we can worship endlessly, yet it never loses its power or significance. Through this name, we find salvation, restoration, and a love that never fades.
    መቼም ተዘምሮ የማያልቅ ስም ኢየሱስ!
    ሕይወትን define ያደረግንበት ስም ኢየሱስ
    ያለን ነገር ሁሉ የተጠበቀበት ስም ኢየሱስ
    I hope this song resonates with you and brings you closer to the peace and joy found in Jesus Christ. May it be a reminder of His unchanging love and the grace we receive through Him.
    A heartfelt thanks to Dawit Lemi for all the hard work in producing this music composition and to everyone involved in making this project a reality:
    Music Arrangement: Dawit Lemi
    Mixing: Nahimiya Tarekegn
    Saxophone: Zerhun Belete
    Drum: Kaleb Birhanu
    Lead Guitar: Kalab Tekil
    Background Vocalists: Betel | Edu | Moti | Sam
    Video Production: Kadosh Films
    I hope this song resonates with you and brings you closer to the peace and joy found in Jesus Christ. Please share it and help spread His love. Thank you for listening!
    ©2024

ความคิดเห็น • 219

  • @yomiabeje9020
    @yomiabeje9020 3 ชั่วโมงที่ผ่านมา

    Iseeyyy iyesus koo maqaan kee maqaa maqaa caaluu Eebbifami paul

  • @ayanabultuma5550
    @ayanabultuma5550 2 หลายเดือนก่อน +4

    ufeeeeee phawule Koo wanin jedhe Si eebbisun dhabe waqumti inni ayyaanna kana Sif kenne baruma baraan haa eebbifamu. sinimoo waqni waqoota inni ati guddumaa Isa farsiitee dachaa dachaa Si haa eebbisu. ❤❤❤❤❤

  • @FanoseGondol
    @FanoseGondol หลายเดือนก่อน

    Ameeeeeeen ameeeeeeen ebbiffami

  • @yadesashiriofficial1379
    @yadesashiriofficial1379 2 หลายเดือนก่อน +16

    Ameen elelelelelelele❤❤❤❤❤

  • @Astertemesgen12
    @Astertemesgen12 2 หลายเดือนก่อน +4

    Dhugaadha waa'ee faarfannaa keettif guddaa godhen waaqayyon nan galateeffadha gooftaa isaa kennaa godhe si nuuf kennef galatni haa ta'u Eebbifamaa keenya Eebbifami hafi nuuf jiraadhu you are qur blessing paule❤🙏

  • @ebsakebede6664
    @ebsakebede6664 2 หลายเดือนก่อน +1

    Jesus Jesus Jesus
    The name above all;
    Maqaa kana Waamee oleera!

  • @yisaktarekegn8281
    @yisaktarekegn8281 2 หลายเดือนก่อน +3

    Yeroo hundaa farfannaa ati faarsitu hundinuu Iyesus Kristosin guddisee kan muldhisuudha 😍😍😍ayyaanni siif haa baay'atu❤

  • @yosefAsfewu
    @yosefAsfewu 2 หลายเดือนก่อน +3

    Ebbifami Pawule...kiristoos isaa nagaa Kenya ,jirenya Kenya tae yeroo farfamu lubbu Kenya,afurri Kenya hn gammaddi

  • @DaweteEmerwo
    @DaweteEmerwo 2 หลายเดือนก่อน +1

    Ameeeeeeen Phaule

  • @erfaseee3265
    @erfaseee3265 หลายเดือนก่อน

    Ayyanniisaa siif haa dabalamuuu ❤❤❤

  • @kumemiessa9007
    @kumemiessa9007 2 หลายเดือนก่อน +1

    Amen amen amen amen maqaan ittin fayyani yesusin malee hin jiru fallii haleluyya kabajamii yesus koo 😢❤👏👏👏👏👏

  • @dechassadoja7062
    @dechassadoja7062 2 หลายเดือนก่อน +1

    Waantii hundii karaa Yesuus nuuf ta'e gara fulduraattis karaa Maqaa kana nuuf ta'a.

  • @KitLa-v7g
    @KitLa-v7g หลายเดือนก่อน

    Paulos tegegn Eebbiifamii❤

  • @BuzeeWabii
    @BuzeeWabii 2 หลายเดือนก่อน +1

    Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen ❤❤❤❤❤❤❤

  • @officialemanuela258
    @officialemanuela258 2 หลายเดือนก่อน +1

    YESUUSIIN!
    AMEEN!

  • @DanielKebede-d6v
    @DanielKebede-d6v 2 หลายเดือนก่อน +2

    Uffeekaa Yesuus yesuus jedha foolii faaruun kaanaa❤

  • @LionDouble-c4x
    @LionDouble-c4x 2 หลายเดือนก่อน +1

    Ameeeen eebbifami tagu dhugaa waaqayyo si haa eebbisu

  • @MilkesaGemechu
    @MilkesaGemechu 2 หลายเดือนก่อน +1

    Waaqayyoo ayyannaa Isaa dhumaa hin qamne sii eebbisu

  • @mastiishmalisabebe4521
    @mastiishmalisabebe4521 2 หลายเดือนก่อน +1

    Ameeen Ameeen Eebbifamiii ❤

  • @DawitMathwos
    @DawitMathwos 2 หลายเดือนก่อน +4

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Merii-j5x
    @Merii-j5x 2 หลายเดือนก่อน +1

    Ameeeen Ebbifamaa🥰🥰❤️❤️🙏🙏

  • @firikeetjesus7718
    @firikeetjesus7718 2 หลายเดือนก่อน +1

    Ameen ebbifamaa ❤❤❤

  • @EebbisaaShifarraa
    @EebbisaaShifarraa 2 หลายเดือนก่อน +1

    Eebbifami

  • @natnaeltamene
    @natnaeltamene 2 หลายเดือนก่อน +7

    Maqaa hundarra caalu Yesus Yesus Yesus. Paule more blessing

  • @GgGg-u2q5i
    @GgGg-u2q5i 2 หลายเดือนก่อน +1

    Ameen ❤

  • @endaleabdisa9735
    @endaleabdisa9735 2 หลายเดือนก่อน +1

    Eebbifami burqaan faarsaa ittuu dabalee si keessaa haa burqu.

  • @Degagaemiru
    @Degagaemiru 2 หลายเดือนก่อน +1

    Paul koo Eebbifami.

  • @waltanatube
    @waltanatube 2 หลายเดือนก่อน +1

    Paule kan adda sigodhu ati kiristoosiin qofa faarsita! Isa faarfamu beektaka! Eebbifami ammallee!

  • @jerusalemmedia10
    @jerusalemmedia10 2 หลายเดือนก่อน +1

    Maal jennaa Waaqnii sii haa eebbisuu Nama Fakkeenyaa dhalootaf ta'ee eebbifama koo

  • @kitimatube5715
    @kitimatube5715 2 หลายเดือนก่อน +1

    May my God bless you abundantly you are our blessing

  • @Yesokoo-yr5ez
    @Yesokoo-yr5ez 2 หลายเดือนก่อน +1

    Ufffff poule waqayo sihaebisu hawiso ilalun nudadhabse ture ! Amen yesus habarsifamu!

  • @شرين-ق1ق
    @شرين-ق1ق 2 หลายเดือนก่อน +1

    Waqayoo sii ebissuu kanumaa calati ayyani siif bayatuu hamaa dhumatii sii dhabuu

  • @yomiyugizaw6506
    @yomiyugizaw6506 หลายเดือนก่อน

    Eebbifami ❤❤❤❤❤❤

  • @LikisaBikila-t5n
    @LikisaBikila-t5n 2 หลายเดือนก่อน +1

    Ameen, Waaqayyo eebba bara baraan si haa eebbisuun yaada kooti

  • @boojuutube
    @boojuutube 2 หลายเดือนก่อน +1

    Paul Ayyaanni sirraa yoomiyyuu nama eebbisa eebbifamaako. Ammayyuu ayyaanichi dachaa siif haa baayyatu. Faarsaa kanammoo ergan yeroo mmeqa dhaggeeffadheen comment kana barreessaa jira. Faarfannaa nama eebbisudha. Eebbifami

  • @DanielGutema-g8w
    @DanielGutema-g8w 2 หลายเดือนก่อน

    ❤❤Eebbifami jaalatamaa koo

  • @seidabazinab
    @seidabazinab หลายเดือนก่อน

    Ameen ameen! Faarfataa Phaawulos ammallee eebbifami🔥🔥🔥❤❤❤

  • @SamsungPhonetastic-q3z
    @SamsungPhonetastic-q3z 2 หลายเดือนก่อน +1

    Eebbifamaa fi Ayyaanomaa nama Waaqayyoo Ammayyuu Siif Haa baayatu ❤❤

  • @jiratu
    @jiratu 2 หลายเดือนก่อน +1

    Ameeen

  • @BiruTadesa
    @BiruTadesa 2 หลายเดือนก่อน +1

    Ameeeeen ❤❤❤

  • @BekamaAbraham
    @BekamaAbraham 2 หลายเดือนก่อน +2

    God bless you Paul keenya❤

  • @EvaTufa
    @EvaTufa 2 หลายเดือนก่อน +1

    Akkan jaladhu farfata kana simboo qabeessa koo afurii waqqayyoo siirati yaa dabalamuu❤❤❤❤❤

  • @FedasaSax
    @FedasaSax 2 หลายเดือนก่อน +1

    Abba faarfatotako Eebbifami

  • @EjigayoBoruEjigayo
    @EjigayoBoruEjigayo 2 หลายเดือนก่อน +1

    Barsiisa keenyaan biyya lafaa waliin geenyaa Ameen You are blessed 🎉🎉🎉

  • @Lencoayele-b8f
    @Lencoayele-b8f หลายเดือนก่อน

    God bless you pawule ❤❤❤

  • @DiboraBekele46
    @DiboraBekele46 2 หลายเดือนก่อน +1

    Uuu❤🎉 waaqayyo inni si'in nu kenne haa ebbifamu

  • @lenchodugasa8105
    @lenchodugasa8105 2 หลายเดือนก่อน

    Ameen maqaan iyyesuus bara baraan haa barsiifamu

  • @geletaliban5380
    @geletaliban5380 2 หลายเดือนก่อน +1

    Ameen 🙏 waaqayyo si haa eebbisu!

  • @ebbaa
    @ebbaa 2 หลายเดือนก่อน +1

    blessed❤❤❤

  • @BekamaAbraham
    @BekamaAbraham 2 หลายเดือนก่อน +2

    Garaamikoo Eebbifami❤

  • @harmebula1305
    @harmebula1305 2 หลายเดือนก่อน +1

    Eebbifaami Paul ❤❤❤

  • @Saamii-f2t
    @Saamii-f2t 2 หลายเดือนก่อน +2

    Yes only Jesus the wey truth l❤❤❤❤

  • @robelkassa9456
    @robelkassa9456 2 หลายเดือนก่อน +1

    እግዚአብሔር ይባርክህ

  • @tsehaykasahundegaga8869
    @tsehaykasahundegaga8869 2 หลายเดือนก่อน +1

    Amen ,habeeksifamuuu
    Eebbifamii Poule koo

  • @SisaayiiSisaayii
    @SisaayiiSisaayii 2 หลายเดือนก่อน +1

    Uuuuuuffee Ameen Amen Ameen Amen waaqayoo sifihaa ebisuu ebifaamii qaalii keenyaa nufjiraadhu Lecaakoo umurii dheeraa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @geletanegera4824
    @geletanegera4824 หลายเดือนก่อน

    Ameen ameen

  • @FarObsaMidheksoOfficial
    @FarObsaMidheksoOfficial 2 หลายเดือนก่อน +1

    🎉🎉🎉🎉 ufee ebbifamii

  • @BELDA143H
    @BELDA143H 2 หลายเดือนก่อน +1

    Ammmeen ammmeen nuuf ebbiffami

  • @OromiaAguma
    @OromiaAguma 2 หลายเดือนก่อน +1

    Nama jabaa Ayyaannii Waaqayyoo irraa calaqqisuu❤❤❤❤

  • @busatafese122
    @busatafese122 2 หลายเดือนก่อน +1

    Eebbifamaa keenyaa, ati eebba keenya kan waaqayyo nuuf kenne dha. ❤️❤️

  • @GiftiPaulos
    @GiftiPaulos 2 หลายเดือนก่อน +2

    God bless you Obbo Paulos!

  • @abditube5235
    @abditube5235 2 หลายเดือนก่อน +1

    ❤❤❤❤❤ ogeessa koo

  • @ARAGASIARAGASI-o2n
    @ARAGASIARAGASI-o2n 2 หลายเดือนก่อน +1

    Ameeen Ameeen Ameeen Ebbifama 😢😢

  • @sifanjira7939
    @sifanjira7939 2 หลายเดือนก่อน +1

    Amen amen ebbifamii🙏🙏🙏🙏🙏

  • @GemechuGedefa-y6i
    @GemechuGedefa-y6i 2 หลายเดือนก่อน +1

    Barriikee haa ebbifamu

  • @yadenikebede4724
    @yadenikebede4724 2 หลายเดือนก่อน +1

    Ebbifami dachaa dachaa ❤❤ amen amen

  • @gemechistekile1135
    @gemechistekile1135 2 หลายเดือนก่อน +1

    Amen Amen 🙏🙏🙏 God bless you brother

  • @biliseetube2622
    @biliseetube2622 หลายเดือนก่อน

    ❤❤❤❤Ameen ameen ameen aleluyaa ebbifama

  • @paulostbulchaofficial
    @paulostbulchaofficial  2 หลายเดือนก่อน +1

    Hundi keessan ulfaadha. Galatoommaa

  • @yohanneskebede676
    @yohanneskebede676 2 หลายเดือนก่อน +3

    😍😍😍😍 paul keenyaa ayyaanichi sirratti dabaleera.. Ati daawwitii faarfattoota keenya hundaati. 💪

  • @HiwetJesus
    @HiwetJesus 2 หลายเดือนก่อน +1

    Pawlos waqayoo sii haaa ebsu

  • @MesseMeko
    @MesseMeko 2 หลายเดือนก่อน +1

    Faarfannaa Bareedaa, ergaa jabaa qabudha. Jabaadhu. Gooftaan si haa eebbisu. ❤❤❤

  • @SingitanDaba
    @SingitanDaba 2 หลายเดือนก่อน +1

    Paule ❤❤❤❤ JESUS bless YOU!!!

  • @YohaneseTekle
    @YohaneseTekle 2 หลายเดือนก่อน +1

    Ebifami pawuleko❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @MisganiMisganiie
    @MisganiMisganiie 2 หลายเดือนก่อน +1

    Good bless you ❤❤🎉🎉🎉

  • @mohammedsenyigemedi8343
    @mohammedsenyigemedi8343 2 หลายเดือนก่อน

    Eeyyen, Yesuus malee hin jiru fayyini.

  • @Rajadingata
    @Rajadingata 2 หลายเดือนก่อน +1

    Uffee paule! Ayyaanni siif habaayyatu ammallee

  • @KenaChali
    @KenaChali หลายเดือนก่อน

    Amen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @biraneedisasa9104
    @biraneedisasa9104 2 หลายเดือนก่อน +1

    Ameen Ameen ❤❤❤

  • @WabiiHoletaa-jb1cv
    @WabiiHoletaa-jb1cv 12 วันที่ผ่านมา

    Woooow ❤❤❤

  • @HANA-p6m
    @HANA-p6m 2 หลายเดือนก่อน +1

    Eebbifaami jabaa kenyaa ❤❤❤phawlee ❤❤❤❤❤❤

  • @HshshdhsyHddhyrhrh
    @HshshdhsyHddhyrhrh 2 หลายเดือนก่อน +1

    Amen Amen Eebbifamaa ❤❤❤❤❤❤

  • @firankcomedyshow
    @firankcomedyshow 2 หลายเดือนก่อน +1

    Eebbifami Paul.

  • @yeronbiratu2491
    @yeronbiratu2491 2 หลายเดือนก่อน +1

    Amenn Amen Waqayoo si ha ebisu Phauwle🙏🙏

  • @TamiratRaga
    @TamiratRaga หลายเดือนก่อน

    Ebbifami phool

  • @yonas.mengistu
    @yonas.mengistu 2 หลายเดือนก่อน

    God bless you

  • @RuhaamaaTubeFaarfannaaAfaanOro
    @RuhaamaaTubeFaarfannaaAfaanOro 2 หลายเดือนก่อน +1

    Phaawuleekoo eebbifamii...

  • @gadisawakwaya5105
    @gadisawakwaya5105 2 หลายเดือนก่อน +1

    ❤❤❤❤❤ Paul dachaa eebbifami

  • @paulosbeka1997
    @paulosbeka1997 2 หลายเดือนก่อน +1

    “Fayyinnis Yesus Kristos duwwaadhaan malee, kan biraatiin tokko illee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf ta'u, waaqa jalaa ilmaan namootaaf hin kennamne" jedhe.”
    - HoE. 4:12
    IYESUUS❤❤
    Much Grace and Mercy Paul ❤

  • @DanielShifaraw-g3z
    @DanielShifaraw-g3z 2 หลายเดือนก่อน

    Wow ❤❤

  • @TigistNegash-l4g
    @TigistNegash-l4g 2 หลายเดือนก่อน +1

    Jalaatama obboleessaa koo eebbifamii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @gamebirhanu
    @gamebirhanu 2 หลายเดือนก่อน +1

    Amen Amen !!

  • @LataGebeyehu
    @LataGebeyehu 2 หลายเดือนก่อน +1

    🥰🥰Akkam namatti tola Fooliif Faaruun Yesuuskeenya.

  • @abrahamgirma2021
    @abrahamgirma2021 2 หลายเดือนก่อน

    Eebbifami Paule❤

  • @berhaneabdissa2515
    @berhaneabdissa2515 2 หลายเดือนก่อน +1

    Amen 🙏🏾 Eebbifami Paul!!

  • @jerusalemmedia10
    @jerusalemmedia10 2 หลายเดือนก่อน +8

    Maal ergaan akkas dhaloota wamuu kun warra yesuus keessa jiruumo jajabeessuu kun

  • @OromoYouthForChrist
    @OromoYouthForChrist 2 หลายเดือนก่อน +1

    Eebifami Phawlee keenya! Waaqayyo ammayyuu dibata isaa siif haa baayyisu 🙏🏾

  • @chaliolika9094
    @chaliolika9094 หลายเดือนก่อน

    Kennameraaf!!!!!! Ameen!

  • @AyaluAbara
    @AyaluAbara หลายเดือนก่อน

    Ameeeen Ameeen Ameeen Ameen ebbifama Dacha

  • @Giftii_1
    @Giftii_1 2 หลายเดือนก่อน

    Ebbifamii Ayyaanni sif haa bay'aatu ❤❤🎉🙏