T/Kallattii Hin Gaabbuu Gaafii Hawaasa UK fi Deebii Jawaar Mohaammad, Maanchister

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 6 ม.ค. 2025

ความคิดเห็น • 23

  • @sarrgodanaguyo3892
    @sarrgodanaguyo3892 วันที่ผ่านมา +3

    Jiratootta America magaala manchester Oromoo tiyyaa baga baga harda bara haaraa
    2025 ittiin isiniin gahee
    Diiqaaf gudhan kanaf Tokkummaa haa chimsinu akasi diina Oromoof Oromiyaara
    Cabsina Ulfaadha Galatoma Amttuun isan
    Inargini🙏💥❤💚❤💚❤💪💪✍️💑👁🙏

  • @Ogwwe
    @Ogwwe วันที่ผ่านมา +3

    Jawwee Hayyuu Africa ❤❤❤

  • @addsd2855
    @addsd2855 วันที่ผ่านมา

    Omn Ijaa fi Guraa Ummata ❤❤❤

  • @eyasuadeba1401
    @eyasuadeba1401 วันที่ผ่านมา +2

    Maaliif qulqullinni meeshaa sagalee akkas ta'ee ?

  • @sarrgodanaguyo3892
    @sarrgodanaguyo3892 วันที่ผ่านมา

    OMN sagale ummata cunqurfammaattii Jawar Mohamed OMN
    Badhu hin qabu jajjabessu qabdhan
    Dhamsa koottii

  • @JajabeOromo-p3p
    @JajabeOromo-p3p วันที่ผ่านมา +1

    አገር ማፍረስ የጀምርከው አንቴ ነክ እኮ ዋረኛ ባኔ ለምን አይሆንም ነው አይደል የለም አተስብ ማንም ማንጋድ የምዛግልክ የለም ኬንግድ አትማረጥም አተስብ

  • @mamogadatufa3982
    @mamogadatufa3982 วันที่ผ่านมา +1

    Jiradhu wogaa 1000 baga keena tatee...

  • @gamachugarama9100
    @gamachugarama9100 22 ชั่วโมงที่ผ่านมา

    wow

  • @kadirdiinne8585
    @kadirdiinne8585 วันที่ผ่านมา

    ❤❤❤❤❤❤

  • @JaqfarYayo
    @JaqfarYayo 19 ชั่วโมงที่ผ่านมา

    Bajaji kiyya shefera Offa ture Anni dhokadhe Jira hin gaabbuu jedhe wanin barefadhef hidhan

  • @sarrgodanaguyo3892
    @sarrgodanaguyo3892 วันที่ผ่านมา

    Ganddumma ganddumma
    Itoophia
    Itoophia
    Yaadha jedhu
    Jawar Mohamed
    Dhisuu qaba dhinee
    Dhiidha Oromoo👈👆

  • @JajabeOromo-p3p
    @JajabeOromo-p3p วันที่ผ่านมา

    እንዴት ገዥ yelem እኮ አቶ ጃወር አንቴ እንዴ ዱሙጋ ማሰብ መቼ ነው ያምታቆማው

  • @JajabeOromo-p3p
    @JajabeOromo-p3p วันที่ผ่านมา

    Mee yoo mata sira jiru kan dalagu tae oromo kamiyu keessa oromon gabruma Karaa meqaa qabu hararge fi waloodha wa'e isaani dubbadhu kan Hararge jiiman ishii Magaalaa dhabbe umman Ishii mirga dhabbe Akkasuma kan waloo mirga fi albuda isaani irraa akka hin fayyadamne godhame kana dubbadhu.
    Garu ati sin dabaru yeroo angoo kajeltu akka mata keetiti hasawi akka nama oromo bakka bu'uti hn hasawin

  • @z-angelion
    @z-angelion วันที่ผ่านมา

    Jawaar Gobena Dache isa sadaffaadha.
    Waldhabdeen isaa fi Abiy Ahmad gidduu jiru eenyutu Ministira Muummee Itiyoophiyaa ta'a jedhu irraa kan ka'edha.
    Jawaar dantaa ofittummaa isaa dhiisee waan hunda dursee dantaa ummata Oromoo irratti hojjedhu qaba. Otu Oromoon tokko hin ta’hin waa'ee Ethiopia dubbachuu hin dandeenyu. Dura Oromiyaa garbuma jalaa bilisoomsuu qabna sun immoo tokkummaa keenya gaafata. kana irratti hojjedhu.

    • @BaleRobe-bu1wj
      @BaleRobe-bu1wj 20 ชั่วโมงที่ผ่านมา

      Ati hoo Gobanaa meeqaffaadha?

  • @JajabeOromo-p3p
    @JajabeOromo-p3p วันที่ผ่านมา

    Kkkk nuti maata olqabane ganduma siif milka'u diidee qsqsqs wan barbadu akka dhabde dubata jirta malee nuuf dubata hin jirtu

  • @JajabeOromo-p3p
    @JajabeOromo-p3p วันที่ผ่านมา

    Ware dhebun angoo hiriba sii kutee sanif of irraa hasawta oromon siif qabsoftu hn jirtu oromon ati afaan taatuf hn jirtu oromon amma jirtu tan ofii of irraa dubatu

    • @HawaHussein-w6f
      @HawaHussein-w6f วันที่ผ่านมา

      😂😂😂😂😂😂😂😂

    • @HawaHussein-w6f
      @HawaHussein-w6f วันที่ผ่านมา

      Hin sodaatte wayyo wayyo😂😂😂😂😂

    • @تننن-ق3ف
      @تننن-ق3ف วันที่ผ่านมา +1

      Albatii saamuu dhoqee dhigaa umataa dhuguu baratee hatuu akkaa ketii kanaa dhigaa umataa miskinaa dhugee

  • @HasanAbduu-c9d
    @HasanAbduu-c9d วันที่ผ่านมา +1

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @kadirdiinne8585
    @kadirdiinne8585 วันที่ผ่านมา +1

    ❤❤❤❤❤

  • @BariisooAbrahimAmine
    @BariisooAbrahimAmine วันที่ผ่านมา +1

    ❤❤❤❤❤