Yaa Ibsaa Damiina anis kophii keessan kana irrati oso na Aferte heduu nati tola insha Allah isnuma egga an dhima biraa qabu waa'ee family koo ana biyya araba tana dalagadhe galle nara dalagani Ammalee biyya Ormaa kheeysa rakkacha jiruu qofaa Shamaran kenya qodu barbade ibsish ❤😊
Waaw artist jabaadha artistiota interview nuuf godhi haaluma kanaan ittifufi
M Allah ❤❤❤
Mashaa Allah❤❤❤❤
Masha allah ❤❤❤❤❤❤
As wr wb mashaa alhaa mahir ahmed fi robsan mohamed fi obsa , ibsa abdi , warra akana hunda yero murasa kesati akka fidu abdi qabna haye ibsa damina
Masha Allah, Nama qoda namaa kaayu tahu keetif. Family teetifi haadha manaa keetif. Sahiba keetif. You are very impressive!
Mashala❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Maashlh akanuma iti fufi❤❤❤❤
Masha Allaah garuu tajwiinni hin jiru
Well come my father ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤
Yaa Ibsaa Damiina anis kophii keessan kana irrati oso na Aferte heduu nati tola insha Allah isnuma egga an dhima biraa qabu waa'ee family koo ana biyya araba tana dalagadhe galle nara dalagani Ammalee biyya Ormaa kheeysa rakkacha jiruu qofaa Shamaran kenya qodu barbade ibsish ❤😊
Jabadhu sii cina jirra ibsa ilma damina
❤❤❤mashaa allaah
Khabajamoo Dhugaa dubbachuudhaaf hedduu galatoomi interview muaz mohammed wajjiin goote irratti Gatii ati naaf khanniteef Yeroo hedduu si galatoomfachuuf Qaamaan si barbaadee ture, Garuu Akka tasaa tahee hin carroomne. Asumaa qilleensarraan Galanni onneerraa Burqe si haa Dhaqqabu. Guddaa Galatoomi 🫡🙏🥰
Dhugadha bro
Atis nama cima nama heddu duban jiru tokko walalessa fi nama sagale baredu qabulledha jabadha
Pls Maahir fidi ibsa ❤😊
Masha Allah
Well-come ❤ salah diamond
Maati Naaf Taha Please 🙏
❤❤❤❤❤❤❤❤
Aswrwb Mashaslasllaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹
Ibsa abdi nuu fidi
Farhaan haramahaa nuu fidiiiiii
Baay'ee gaariidha, garuu nashiidaan ijoollee Dirre Dawaa kun baay'een isaa jeedaloo nashiidaa Arabaarraa korrajameedha, ammas jecha waaltawaa kan kutaalee Oromiyaa hundattii beekamuu fi hubatamuun hin dalagan, nashiidaan kan naannoo tokkoo qofa akka ta’etti waan yaadan fakkaatu, kun sirrii miti, Raayyyaa Abbaa maccaafaa fakkeenya fudhachuun gaariidha.
Tan ciin wan takka nuf dabalii
Hala appira hojii umuu dandahan
Mallaqa irra arkata
Haamtuta jima ni beyta?
Gurbaan kun nashidaan sa.a mooziqaadha 8:45
How you know it
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤