Paarkii Yaadannoo Artiisti Haacaaluu Hundeessaa Magaalaa Ambootti Maatiin isaa biqiltuu dhaaban.

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 28 ม.ค. 2025

ความคิดเห็น • 224

  • @moontube2913
    @moontube2913 4 ปีที่แล้ว +18

    ሃቅህን አላህ ያውጣልህ ወንድሜ ሃጫሉ 😭😭😭😭 በአንተም ሰበብ ግፍ ለደረሰባቸው ወገኖች አላህ ይፋረድላቸው ለአጩ ቤተሰብና ለመላው የጉዳት ሰለባዎች አላህ ፅናቱን ይለግሳችሁ የተሻለውን ይተካችሁ ለአውሬዎች አላህ በቅርብ የእጃችሁ ሰጥቶ ተራው በቤታችሁ ይሁን በጣም እንስሳነት ነው 😭😭😭😭😭😭😭

  • @birkediriba6765
    @birkediriba6765 4 ปีที่แล้ว +1

    Maatii fi obollotaa, hiriyootaa hachaaluufi jajjabina fi hachaaluufi Lubbuu maruu 🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻

  • @lomehto5177
    @lomehto5177 4 ปีที่แล้ว +2

    Biqiltuun haacaluu bakka nuuf hin bu'uu waqayoo gudaa dhiigaa isaa nuuf haa basuu 🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🤲🤲🙏🙏😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @messimessii-e3y
    @messimessii-e3y 4 ปีที่แล้ว +15

    የአጫሉ ቤተሰብ በጣም አሳዝነውኛል ልባቸውም በሃዘን ተሰብራለች ነገር ግን እነሱ ምንም ሊያደርጉ አይችሉም ከመንግስት ጋርም የልጄ ፍርድ ቢሉም ለጊዜው ነው ሆይ ሆይ የሚሉት እንጂ አይተገብሩትም አውቀው ያረሳሳሉ ስለዚህ ሁሉም የኦሮሞ ህዝብ ከአጫሉ ቤተሰብ ጎን ሆኖ ገዳዩንና አስገዳዩን አጋፍጦ ማውጣት አለበት

    • @abi8547
      @abi8547 4 ปีที่แล้ว +2

      Uuu are right 🖤🖤🖤💔💔💔😭😭😭

    • @hadyaabdi5827
      @hadyaabdi5827 4 ปีที่แล้ว

      👍👍👍👍👍

  • @meseret4779
    @meseret4779 4 ปีที่แล้ว +4

    😭😭😭😭Haccee koo waqayyoo lubbuu kee haa maruu😭😭😭hadhaa isaa dessee jabefadhuu hidhuu mudhii yaa Abba haccee atis laphee ketuu cabbee waqayyoo jajjabinnaa isinif haa kennu namaa lubbuu isaa balleesse gatii saa ni argataa jajjabadhaa kaa obsaa😭😭😭

  • @seenaasanyiihaacee3777
    @seenaasanyiihaacee3777 4 ปีที่แล้ว +6

    Haacee koo ati hin duune goota koo keessaa umataa bal'aa jirtaa uuuuuuuf❤😭😭

  • @هوايالمريهوايالمره
    @هوايالمريهوايالمره 4 ปีที่แล้ว +2

    Uuuuuuuuuuu Accee koo malluumaa Nuf malttee laa ofii kettii boqottee Nuttii jirrattii gubannee Accee koo jallattee mittii gididhaa duttii mallumaa sif ta,u Adhoko biyyoon Annaa Aaanyattuu Adhoko 🤲🏼😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @seenaasanyiihaacee3777
    @seenaasanyiihaacee3777 4 ปีที่แล้ว +3

    Riqicha wanjoo gabrummaa
    Cabsaa haa cabuu jedhe haaceen Oromoo koo tokkoo ta'a akeeka fi kayyoo isaa galmaan haa geenyu!!😭😭❤

  • @memem6833
    @memem6833 4 ปีที่แล้ว +1

    Amen Amen Amen waqaayoo nabsee isaa nuf haa maaruu haacuu koo 😭😭😭😭😭

  • @memem6833
    @memem6833 4 ปีที่แล้ว +3

    Umata jechuun Kan akka anboo kottiti nageenya biya barbaadu ❤❤

  • @xggdgagx8875
    @xggdgagx8875 4 ปีที่แล้ว

    Ameenn waaqayyoo lubbuu isaa jannaatan nuf haa simatuu gootnii hin du'uu baraa baraan seenaan isaa hareeffamaa dhalootaa dhalootattiis ni darbaa💪💪💪jajjabadhuu yaa garaa haacee nu gumachiitee abbaf haatii hacee kan oromoof oromiyaa gutuutiii❤😭😭😭😭😭😭of jajjabessiinaa kessii kenyaa madadhaaaa

  • @messimessii-e3y
    @messimessii-e3y 4 ปีที่แล้ว +9

    yaa caaraa isa baayye nama gadisissa haacaaluun du.aa akkanatin du.u hin qabuyuu

  • @mekdesmekdes4522
    @mekdesmekdes4522 4 ปีที่แล้ว

    ሀጫ ኮ እግዚአብሔር አምላክ ነብስህን በአፀደ ገነት ያሳርፍልን ለመላው ቤተሰብ ሁሉ መፅናናትን ደሙን ግን እግዚአብሔር ያውጣልን

  • @werkguta8082
    @werkguta8082 4 ปีที่แล้ว

    Waayoo haacuukoo kesikoo obsaa dhaabeem malumaa siif taa uu ree maatii haacee kootii raabiin obsaa isinif haa keenuu anii gaaruu haamaan luubuun jirutii hin dagadhuu gubaa onee natii taa ee💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @alemsebokaalemseboka1610
    @alemsebokaalemseboka1610 4 ปีที่แล้ว +3

    Amen nefsun begenet yanurew lebetesebm tsenatun yistachew yabertachu egnam lbachin tesebere

  • @tegeest7547
    @tegeest7547 4 ปีที่แล้ว

    Yaa Lammiikoo oromoo saree hacee nyaate akka waqayyoo qabe gumaa hacee nuf basuuf waqati nuf hiyyaa malloo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @w0rkineshtufa636
    @w0rkineshtufa636 4 ปีที่แล้ว +6

    Ayyyyyyiiiiii malo ijji naa badde yaajolle hacceeee kooooooooo haccce kooooooo akamuman sii godhame uuuuuuf uuuf gubadhe sii irranfachu hin dandenyen kode

  • @mesemeseye6989
    @mesemeseye6989 4 ปีที่แล้ว +4

    Hacee koo seenan yomiyyuu sii hin dagatuu nagaan boqodhuu
    Tiruu kooo💔💔💔💔😢😢😢😭😭

  • @muluunagaash5051
    @muluunagaash5051 4 ปีที่แล้ว

    Waaqayyoo qoftii dhugaa kee hin dhokisini hacee koo kan sii dhabinee irraa kan dhugaa kee dhibinee nuu gubee 😭😭😭😭😭

  • @buurbuur542
    @buurbuur542 4 ปีที่แล้ว

    RABIIN QABANAA HABUUSUUF HACIIKOO 😭😭😭😭😭

  • @ummuamaar3607
    @ummuamaar3607 4 ปีที่แล้ว

    Rabbiin dhiigaa isaa haa baassu hin gatin 😭😭😭😭😭😭

  • @afomiyaayetawadolej1487
    @afomiyaayetawadolej1487 4 ปีที่แล้ว +3

    Mee maloo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 deemaa kanumaa isaa nuu jalaa fudhatee deemaa isaa galfadhaa biqiltuu hin qaqabduu maloo ishee saan biyyeeti dabalaa wayyoo haccee koo osoo jiraater waan baastee turee Wayyoo

  • @sessaibin8315
    @sessaibin8315 4 ปีที่แล้ว +1

    ሀጩ ምን ልበል ሀጬ😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭አልቻልኩም ሀጫሉ መቼም አንረሳህም

  • @AaaBbb-oz6fp
    @AaaBbb-oz6fp 4 ปีที่แล้ว

    Biqiltuu dhaabuun Lubbu Acaalu bakka hin bu'uu motumma gowwaan Ummatas gowwomsaa jiraa

  • @bilalumar7056
    @bilalumar7056 4 ปีที่แล้ว

    motuumaa gowwa wajjii ilmaa dhiraa dhabdaanii kataanii biqilaan bakka buusun hin ta.uu .hamma dhignii jeraa buu.uutii booda hin deebinuu Enshaallaah rabbii dhukkuba dawwa hin qabnee ittii haa buusuu Enshaallaah Enshaallaah.

  • @charlesyammine1998
    @charlesyammine1998 4 ปีที่แล้ว +3

    Hundii kenya kota malo waqayyo kadhana wa'e biyya kenyaf☝☝furmani isa harka jira

  • @hadyaabdi5827
    @hadyaabdi5827 4 ปีที่แล้ว +3

    Diqaaltoni Hojjatota OBN Maalif vedio Akka Cicitu Gotani Garuu ,Abiyittu isin Ajajee sagantaan Kun Akka Kukutame Dhiyaatif ,

  • @hawitujanataa2676
    @hawitujanataa2676 4 ปีที่แล้ว +1

    Biqiltuu biqiltuu jetani wan isin biqiltudhan nama gowomsitaan hin jiru yoo dhugumaa dutii hacaalu garaa isin bobeseera yoo ta'e hintalaa lamiroot Kamaal jedhamtu sana abiyi huduu jela kayaate sana huduu isa jala basa mormaa ishee akka shunkurtaati kukutaa adara yaa qeeroo oromoo adaraa gumaa hacee basa 😢😢😢

    • @tananyatananya9956
      @tananyatananya9956 4 ปีที่แล้ว +1

      Gooshii Afaan Kee akka dammattii yaa mi'uu kanuma wanttii jiruu yoo dhuguma isaaf gaddaan

  • @iftuuoromooiftuuoromoo8184
    @iftuuoromooiftuuoromoo8184 4 ปีที่แล้ว

    Haacee keenya dacheen siif haa laaftu maatii keefis rabbi jajjabina haa kennuuf ati qaalidha hin irraanfatamtu seenatu si yaadata yoomuu haace ati hin duune

  • @destamamo4895
    @destamamo4895 4 ปีที่แล้ว

    በእውነት በጠም ያማል አጫሉ ነፍስህን ይማር ለቤታሰቦችሁ ፃነቱን ይስቸው

  • @ayshaa5772
    @ayshaa5772 4 ปีที่แล้ว +1

    Yaa rabbii matii isatii obsaa kenifii yaa rabbiii😭😭😭😭😭😭

  • @fatimafuro6009
    @fatimafuro6009 4 ปีที่แล้ว +4

    haace,koo,biyoon,siif,haa,salaphatu

  • @kaffarnicell2948
    @kaffarnicell2948 4 ปีที่แล้ว

    Waqayyoon jajabinaa siniif haa kenuu.
    ♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥ Haceekoo. Garaan keenyaa mada'ee

  • @ኦሮሞነትኩራትነው-ጘ1ኰ
    @ኦሮሞነትኩራትነው-ጘ1ኰ 4 ปีที่แล้ว +3

    ነፍስ ይማር ሀጬ በልበችን ትኖረለክ ለዛለላም

  • @በሱፍቃድእግዚአብሔርፍቅር
    @በሱፍቃድእግዚአብሔርፍቅር 4 ปีที่แล้ว

    ነብስ የመረለን😭😭😭😭😭

  • @mareemmareem8095
    @mareemmareem8095 4 ปีที่แล้ว

    Hace waqayo lubu kee nu.uf haa maru ani akkan hacedhaf gade gade hin beku mati isaf fi umata oromo jajabinah💔💔💔💔💔💚💛💜😢😢😢

  • @kebeboaa2605
    @kebeboaa2605 4 ปีที่แล้ว

    Waayoo waayoo haacekoo dhugaakee lafa in ka ,iin

  • @aishakedir1137
    @aishakedir1137 4 ปีที่แล้ว

    Hayii OPDO ofummaa kessaanii ajjestanii maa fakkeesitu kan nama gubuu kessaa tokkoo isaa kanadha rabbii kan hojii keessaani isiinii haa keennuu inshallah. Da'immaan isaa abbaa malee akka guddattu gootan imimmaan maatii isaafii kaan ummata oromoo isiniitti haa arguu akka gaara keenya gubdaan rabbiin isiin haa gubuu imimmaan haadhaa oromoo, abbaa oromoofi ilmaan oromoo isinitti haa arguuu😢😢😢😢😢💔💔💔💔💔uuuuuuufffff gubbaannee keessii keenyaa yomuu hin fayyuuu maal goona ree rabbiin biyyee isattii haa salphisuu. Parkii yaaddannoo isaa suuraa woraaqa irrattii kaastanii? Xiqqoomallee hin salphatanii waan bor tarsaa'ee baduu yoo gootaan galaannii haacee kanaa hin turree silaa kan akka OPDO Of salphisee nullee salfachisuu jira yaa biyyaa

  • @kumekumasa5689
    @kumekumasa5689 4 ปีที่แล้ว +1

    Waqayyon jajabinaa isinif haa keenuu nuf haa keennu😭😭😭😭😭😭😭

  • @rahmahahmed9018
    @rahmahahmed9018 4 ปีที่แล้ว +1

    uuuuffff ayiiiii haceekoo an nyatuu haceekoo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @asterjesuus6385
    @asterjesuus6385 4 ปีที่แล้ว +2

    Haacee keenyaa sii obsuu hin dandenyee 😭😭😭😭

  • @ganattasama341
    @ganattasama341 4 ปีที่แล้ว +1

    Hace mee kayi lali wata oromoni iti jiritu😭😭😭😭😭

  • @ObseeTolasaa2214
    @ObseeTolasaa2214 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuffffff haacaaluu hundesaa wayyoo biyyoon sitii haa salaphatuu 😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔

  • @almazsalalee698
    @almazsalalee698 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuuuuuuuuffffffffffff hacaaluu koo uuuuuuuuuuuuuuuuffffffffffff 😭 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @waldaaxoofooijoolleeezgara8494
    @waldaaxoofooijoolleeezgara8494 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuuffffff waqayyooni lubbuu isyaa maruuu😭😭😭😭😭😭😭

  • @heelenheelen4225
    @heelenheelen4225 4 ปีที่แล้ว

    Sobdoota bilixinnaa haacaaluu nyaatanni biyyeen Hacee nyaatte isin haa nyaatu amma immoo sobaa too maatii isa gowwosa malees maalan godhan😭

  • @enayko5471
    @enayko5471 4 ปีที่แล้ว

    Amen 🤲amen 🤲amen 🤲Abaageeda
    Hacee ko nebesen Egezabhre
    Yemarew ye Egezabhre yebeltal
    😭😭😭❣️💔💔💔🙏🙏🙏

  • @sifanaakenaa729
    @sifanaakenaa729 4 ปีที่แล้ว

    Waqayyoo maati isaa fi jalallatotaa haceee fi Oromo fi Oromiyaa jajabanaa yaa kenuufi 😭😭

    • @joelleakoury2034
      @joelleakoury2034 4 ปีที่แล้ว

      uuuuuuffffffffff😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤

  • @kibiyyeeyeethioliji5618
    @kibiyyeeyeethioliji5618 4 ปีที่แล้ว +5

    Waaqan lubbuu kee yaa maruu hacee koo
    Guma hacee basa bilqiltuu qofa mitii

  • @leellisesanyiihaacaluuhund215
    @leellisesanyiihaacaluuhund215 4 ปีที่แล้ว

    Ayii haceekoo essa si fuunuka arrra uufff gubaa bara barat waaqaaa😭😭😭😭😭😭 haceen uummata isaaf
    jedhee dhugaaf wareegame yaa rabbi🤘 garuu dhugaa isaa nuf baasii😭😭 ufff yaa gootakoo anaa haa nyaatuu bakka kee mal taha osoo kan lubbuu walif dabarsan tahe 😭😭😭😭

  • @መሲየማሪያምልጅN
    @መሲየማሪያምልጅN 4 ปีที่แล้ว

    Lubbuukee haa maruu aceekoo 😭😭😭

  • @demetura5227
    @demetura5227 4 ปีที่แล้ว +6

    የአማራ ፅንፈኞች ተስፋችሁን ቁርጡ፣ ከአሁን በኋላ ኦሮሞ ከምንግዜያዎ በላይም በኃይማኖቱ እና በአካባቢ እ ሳይለያይ ለአንዴና ለመጨረሻ ግዜ እግዚብሄር በሰጠው ቋንቋ ፣ ሀብት እና ሀገሩ ላይ በአንድንት ጠንክሮ እየሰራ ነው። አማሪኛ ካልተናገርክ ዘረኛ፣ ቀይበጫ አርንጓዴ ባንዲራ ካልያስክ ዘረኛ፣ የአማራን ባህልና ወግ ካልያስክ ዘረኛ ... በቃን በጣም መሮናል ከእንግዲህ አንድ ሰዉ እስከሚቀር ትግላችን ይቀጥላል :: የጅሎች ተረት ተረት የምንሰማበት ጆሮ የለንም:: በቃ ተረት ተረት ሰልችቶታል በማንነታችን ተከብረን መኖር አለብን። ነፍጠኞችአርቃችሁ የማታሰቡ፣ የማትሰለጥኑ የመንደር ፖለቲካኞች በቃችሁ ጓ
    ሙስሊም ቄሮ እ== ክርስቲያን ቄሮ!
    ቄሮነት ምንጩ ኦሮሞነት እንጅ ሃይማኖት አይደለም::
    "ሊበሉዋት ያሰብዋትን አሞራ ይሏታል ጂግራ"::

    • @helenfayisa1340
      @helenfayisa1340 4 ปีที่แล้ว

      Dhuga jette Nafxanyoni oromo Amantadhan gargar basu barbadu waqaani tokko nu ha godhu🙏

    • @mentewabaddis7406
      @mentewabaddis7406 4 ปีที่แล้ว

      Denez

    • @Mandf-fikir4ever
      @Mandf-fikir4ever 4 ปีที่แล้ว

      ልቦናህ ያውቀዋል ኦሮሞ ኦሮሞን አይግደል አንድ እንሁን ስላለ ነው አዋክባችሁ ቀርጥፋችሁ ልጁን የበላችሁት። ሲጀመር ሌላው ኢትዮጵያዊ ሃጫሉ በጥልቀት ያለውን አስተሳሰብ ያወቀው ከሞተ በኋላ ነው ልጁ ምንም ኢትዮጵያ ላይ ክፋት የለውም። ነፍጠኛ የሚለውም ኣምሓራን ሳይሆን በየጊዜው የሚለዋወጡ መንግስታትን ነው።ወያኔን ጨምሮ ማለት ነው። አምዬ ምኒልክ ላይ ያለው አመለካከት ስህተት ስለሆነ አንቀበለውም ያ ማለት ግን ክፉ እንመኝለታለን ማለት አይደለም።ሃጫሉ የዘፈኑ ትርጉም እንኳን ሳይገባን ዘፈኑን የምንወድለት ነን። ደግሞ አንድ ቀን በአጋጣሚ ወይም እድሜው እየበሰለ ሲመጣ ስለኢትዮጵያ ታሪክ በደንብ ያውቅና ወደ ኢትዮጵያ አንድነት ጎራ ይመለሳል ብለን ተስፋ እናደርግ ነበር ግን እሱም ሆነ ሁሉም ኢትዮጵያዊ ባልጠበቀው መንገድ በአጭር አስቀራችሁት። አሁንም እናንተ አንድ ሁኑ እርስበርስ መገዳደል አቁሙ ሌላው ኢትዮጵያዊ ወገኑ እንደሆናችሁ ስለሚያምን እናንተ ላይ ክፉ አያስብም። ኢትዮጵያ ትቅደም💚💛❤

  • @taduutubee8698
    @taduutubee8698 4 ปีที่แล้ว

    Waaqayyoo lubbuu acee nuuf haa maruu matii isaaf jajabinaa haa kenuuf

  • @astermakkonin5331
    @astermakkonin5331 4 ปีที่แล้ว

    Yaa waqayyoo dhugaa haacaalu hin gatin😥😥😥😥😥😥😥😥

  • @yesuusabdiikotiiyesuusabdi1897
    @yesuusabdiikotiiyesuusabdi1897 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuufff waayyoo hacee😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭gubanee

  • @abemedia2171
    @abemedia2171 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuffffff hace waaqayo nebese issaa yammaru warraa issaaf jajabina sinif hakenu😭😭😭😭😭😭😭

  • @makibel8327
    @makibel8327 4 ปีที่แล้ว +1

    ነብስ ይማር በጣም ያማል

  • @afomiyaayetawadolej1487
    @afomiyaayetawadolej1487 4 ปีที่แล้ว

    Ormiyaa dha of keene ofi jiraanee haacee kichuuti kutaani maali osoo da'imaa isaa dhungaatee quufnee wayyoo yaa gubbaaa baraaa baraa kaan wayyoo uuuuuuuuuuu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 biqiltuu mitii warqiins yoo dhabatee haacee dhabeen maali goona gaaruu akka seenati yaa ta'uuf kaaa haccee Amanuu dhabee sii egaa jiraa

  • @muluunagaash5051
    @muluunagaash5051 4 ปีที่แล้ว

    😭😭😭😭😭😭😭😭hacee koo gubunee wayoooo

  • @khadijataye6546
    @khadijataye6546 4 ปีที่แล้ว

    Hagaa Amma namanii lubbuu issa nyatee hin bekkamanii biyyaa xiqqoo Kan kessattii

  • @mekdesmekdes4522
    @mekdesmekdes4522 4 ปีที่แล้ว +1

    ኦሮሞ ሁሌም መሀይም እየተባለ እንደ ዶክተር ስለሽ ያለውንም እኮ አላት እኮ ኦሮሚያ ደስታሽንም በቅርቡ ያድርግልን

  • @makiioro5993
    @makiioro5993 4 ปีที่แล้ว

    Lubbuun kee haa jannattu Hancee😭😭😭

  • @سحرمحمد-ج8ع
    @سحرمحمد-ج8ع 4 ปีที่แล้ว +1

    Hacee koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔🖤💔🖤💔😭😭😭😭😭💔senan siyadata gooata oromiya ati goota yomiyuu hacee koo gumakee waaqayyoo tuu basa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @bachuzaneba3679
    @bachuzaneba3679 4 ปีที่แล้ว +1

    Maloo imimaan abba kuni Lafati hin badiin adara yaa waaqayyo gumaa saa baasi atii

  • @hawwiimolee7887
    @hawwiimolee7887 4 ปีที่แล้ว

    uuuuufffff Waaqayyoo obsa siinfi haa keenu 😭😭😭😭

  • @kaffarnicell2948
    @kaffarnicell2948 4 ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen Ameen

  • @shawaatube6423
    @shawaatube6423 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuufffffiiii 😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔

  • @sanyiihcaaluuhundeessa567
    @sanyiihcaaluuhundeessa567 4 ปีที่แล้ว

    Harme fi Abbaa jabina siif yaa keenuu garuu ilma keesanii kan nyaate Abiyi dha akka garaa Kenya gubate hin hafuu yoo rabbii jedhe

  • @abbabachgichillaa3972
    @abbabachgichillaa3972 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuffffff garaan koo obsa dhabee 😭😭😭😭😭😭

  • @zahriaahmed1651
    @zahriaahmed1651 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuuffffee aiiyee anaakee dhiga koo haceekoo lencaa ummata mara
    Arjaa koo😭😭😭😭siihaa qanansisu biyya dhuga sanati

  • @እመንእንጂአትፍራ-ኀ1ነ
    @እመንእንጂአትፍራ-ኀ1ነ 4 ปีที่แล้ว

    Nabsii isaa haa maaru garaan nu gubate maal goona😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @ranirak3042
    @ranirak3042 3 ปีที่แล้ว

    Haacee.koo.gootaa.koo.biyyee.sit.haa.saaphatuu.nasee.saa.haa.maaruu

  • @weletharegawimz3347
    @weletharegawimz3347 4 ปีที่แล้ว

    Uuffuuu abbaakoo gubaatee waqaayoon siyaaa jabesuu

  • @joelleakoury2034
    @joelleakoury2034 4 ปีที่แล้ว +1

    ayiiii😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

    • @Asneku
      @Asneku 4 ปีที่แล้ว

      Uuuuuffffeeee hacee koo garaan didee

  • @werkguta8082
    @werkguta8082 4 ปีที่แล้ว

    Obn argadhumaa kesaan omn cuftaanii midiyaa boqoloo nuratii bantanii seraan nuu dhagesisuu dadhabdanmii

  • @eussiteeussite9641
    @eussiteeussite9641 4 ปีที่แล้ว

    Abiyi kaye, atissi Elmoo kee owaalli mukaa dhabadhuu

  • @siffanjimmasiffanjimma712
    @siffanjimmasiffanjimma712 4 ปีที่แล้ว

    Wayii hacee ko ani obsa dhabe rabiin kan janata siha gidhuu😭😭😭

  • @msret1115
    @msret1115 4 ปีที่แล้ว

    uuuuuuuu fffff Haacee koo ijaa oromoo hundaa Gumaa Haacee baasa yaa humaata keenyaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭jabadha

  • @waqqayyoogarii2724
    @waqqayyoogarii2724 4 ปีที่แล้ว

    Hacee garuu otto dhibee koronaatii qabamee du'ee wayaa gubee hacee koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭yaa goftaa maaf kan gotee????????

  • @diiborraamucaakaakuugoofta131
    @diiborraamucaakaakuugoofta131 4 ปีที่แล้ว +1

    Waayyee miiniseterraa mumicaa kanaf waayee Ethiopia kana nuutii in faarsiinnaa nuuf abiyiin diinnaa keenyaa Haaceeeeeeeee goottaa keenyaa haadhoo keenyaa nuujaallaa nyaateee nuugaaraan nuuguubaatee dhugaa dhiigaa guummaa Haaceeeeeeeee yaa waaqayyoo gooftaa atii faardii yaa waaqa dhuugaa dhiigaa guummaa geedii.oon baftee guummaa dhiigaa dhugaa oroomoof oroomiiyyaa faardii yaa raabbii kooo matii Haaceeeeeeeeef fiirotaassaaf oroomiiyyaa undaaf jaajjaabiinnaa nuuf keenii Haaceeeeeeeee koooo goottaa keenyaa sennaan baarraa baarraan siiyaaddaattaa naagaadhaan luubbuun kee motuumaa waaqayyoo kessaatii siif haa qaanaaniituu Haaceeeeeeeee haadhoo kooo 💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

    • @NurTube-gr6yw
      @NurTube-gr6yw 4 ปีที่แล้ว

      Kunnin ajjesanii waan biraa has'uu dhignii hacee issaan haa qabuu

  • @uodeetpoi4151
    @uodeetpoi4151 4 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuuuff haccee maal goonaka badee anii anaa nyaatu leenca koo haacaaluu waaqayyoo lubbuu kee haa maaruu

  • @zinapf6656
    @zinapf6656 4 ปีที่แล้ว +3

    Ajeeftani silaa ka'ee hin dubbatu jettanin gammadani akkaas u'utaaltu biyyoon isinaa nyaatu nu nyaatani abiyyi fi obn hatota seenan isin gaafata

    • @aalamajeed8068
      @aalamajeed8068 4 ปีที่แล้ว

      Aceekoo lubuun keeti boqonaa garii😭😭😭😭

    • @janankeedubaijanankeedubai8922
      @janankeedubaijanankeedubai8922 4 ปีที่แล้ว

      Warumaa sifakatutu hacee nyatee saree yo bene callii

    • @zinapf6656
      @zinapf6656 4 ปีที่แล้ว

      @@janankeedubaijanankeedubai8922 dura barrefama bari diqaala abbaa tokkorra lamati dabartee hin himmane hushaa talaalaaki ajeeftani maaf mirqaana oliif gadi kaattu enyu isiniif hin goyyomu diraama keessan dhiisa xilaaye xilaahu kkkkkk mahaayib akkas nama jarjarsa dhigni qulqullu yaa warra garaaf jiraatu saroota mililik guddise wasaka

  • @maasiyeemaasiye19
    @maasiyeemaasiye19 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuuuufffffffffffff waqayyo jajjabin sii haa kenu

  • @hshgsy5763
    @hshgsy5763 4 ปีที่แล้ว

    Haacaaluu.koo.garrii.nu.gabate

  • @yeenatelij4840
    @yeenatelij4840 4 ปีที่แล้ว +1

    haceee koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @ነገንአታውቅምናበምቾትህቀ
    @ነገንአታውቅምናበምቾትህቀ 4 ปีที่แล้ว +3

    ትንሽዬ ሰብአዊነት ለሻሸመኔ አርሲ ባሌ ዶዶላ ሀረርጌ ዘግናኝ አጨፋጨፍ ለተገደሉ እንደው ትንሽዬ ሰውአዊ ርህራኤ ነገር ከመንግስትና ከባለስልጣናት የሆነ ነገር ባጋራ ማስታወሻ
    ነገሩ ከእናንተ ቢያገኙም ባያገኙም በሰማይ እነሱና አጫሉ ያሉበትን ፈጣሪ ነው የሚያውቀው በተሰጣችሁ ዘመንና ጊዜ ለነገአችሁ ስንቅ ቋጥሩበት ወገንን በኩል አይን እዩበት ብዬ እንጂ ለዚህ ኮንትራት አለም

  • @roziiyoutube7210
    @roziiyoutube7210 4 ปีที่แล้ว

    haceeekoo senan sii hin irafatuuuu obn galatomaa jabadhaas♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥

  • @debebefantu4016
    @debebefantu4016 4 ปีที่แล้ว

    Sadiyaa

  • @daroogurumoo8352
    @daroogurumoo8352 4 ปีที่แล้ว +1

    Erra didbuu dhessa hacalu kan ajesse abiye dha 100%

    • @memem6833
      @memem6833 4 ปีที่แล้ว

      Esaati argite mee

  • @hawitujanataa2676
    @hawitujanataa2676 4 ปีที่แล้ว

    Maloo qeeroo oromiyaa adara gumaa hacee hintalaa lamirot Kamaal jedhamtu sana hangaa mormaa ishee irra qaraxaaftaniti garaan kenyaa ara hin galfatuu adara qeroowan abboo gumaa hacee

  • @chaltushemu7952
    @chaltushemu7952 4 ปีที่แล้ว +1

    Haacee ko Biyyo siti ha Salphatu 😭😭😭

  • @almituubunee7827
    @almituubunee7827 4 ปีที่แล้ว

    😭😭😭😭🙏🙏

  • @am.b.rabiibiyyakenyaanagan8239
    @am.b.rabiibiyyakenyaanagan8239 4 ปีที่แล้ว

    Uuuffe rabiin asabarsisuu haqasas rabiin habasuu

  • @kuulleebuttujjiikuulleebut2107
    @kuulleebuttujjiikuulleebut2107 4 ปีที่แล้ว

    Ahaaaaaa namaa gubaa

  • @jodialisufiyanjodi2346
    @jodialisufiyanjodi2346 4 ปีที่แล้ว

    Hacaluu abiyi ajesee maalifi dhugaa jiruu kanumaa 👈🤐

  • @dameewaqumaa1342
    @dameewaqumaa1342 4 ปีที่แล้ว

    Ayiii

  • @hadyaabdi5827
    @hadyaabdi5827 4 ปีที่แล้ว +3

    Abiyi Diqaalaa ilma Minilik OBN Malif Vediyo Kukutan,Abiy Sharmuxa Hadharawo,Abiy Abiy Abiy Abiy Abiyitu Ajjesee Haacaalu

  • @tayubayisa1618
    @tayubayisa1618 4 ปีที่แล้ว +1

    Ama biqiltuu dhabdanii gumaa isaa mali ifn in barbadii caraa isatii kan isaa

  • @tiyaagetu8794
    @tiyaagetu8794 4 ปีที่แล้ว

    Waqayoo biyee siti haa shalphatu haciyee

  • @abayineshbekele3778
    @abayineshbekele3778 4 ปีที่แล้ว

    Anan lencaakooo Abba gootaa Ana haa gubadhuu bakka kee