Marki Shaw heddu natti tola qophiin kee heeddu kan namatti toluuf kan nama bashanansiisudha.jabaadhu baga keenna taatan isiniin jenna .garuu ibsishaan bakka dubrumma sanitti hin sobda jalallee hin qabuunis nama mamsiisa. Hundaafu yoon rabbiinis akkas qulquullu si godhe Masha.allah.
Ka beekuu diinnis hin arginee yaadee hin dagatiin Ustaz waraannii yeroodubbisuu Onneefaa'izaa dhiifamaafi jaalalti garaafi Onneen always listening and written firummaa qabuu amanuu class always but listening yourself ka eeguuwayyaa to yaada mo'ataan harkis qabeenyi garaan
Anii dhugaa gaafiini keesanii natii tolee garuu bakkaa hadhaa fii abbaa sanitii akkaassii jechuu hin qabuu dhistee irraaa ossoo tartee bareedaa hatii tee si guddiisuu batusi ji aa saaggalii garatii si batee walhii nabiyini keenaa s a w hadhaa tee jabeessii jedhan yeeroo 3 irraa dedebii ani 4ff irratii abbaa jedhanii gafii kanaa issaa birani naaf gayii ummii tee hin dagatinii walhii wantii hadhaa abbaa ni ulfataa dhifamaa rabbif jechuu isini jaladhaa oroomoo too
Ibsa me ufi keeti Hamile ufii keni Ridi Saanyii Ijollee biya kooti Nufi jiraadha yomu Ridi obse meti Wow 😳 so amazing question. really ibsa have to many lady is 😂😂 😂🤣 😂
As wr wb woyi ajiba yona durba meqatu gorora busee arga kesani😂😂😂😂mujaa kana qara durbi ira marati ama ituu calti ani kesa hin jiruu💓😂😂wora ira maratutu bekata ani buani kiya ilali kolfu bicha 😂😂😂ani wora tiktoki kesale hin jiru hamaratani qofa mucaa gadi qaba aka soshal midiya irati hin bane ok💓💓💓💓💓hamtu isini ira haaqabi qaliwani tiya hedu isini jaladha 💓💓💓💓💓💓💓kuutu hin nyata jedhani dubruma gabdi 😂😂😂hedu nama kolfsistu ok jabadhu 💓💓💓💓💓😍😃
Bakka dhalaa walin hin jiranne anu durbumma qaba jette san sobdee fakkatta ibsaa garu dhugaa dubbatunis nii malaa hundafuu heddu nuu borsittan jabadhaa birochee
Eegumsaafi Beekumsi immediately daguu dhorkii To Music Video For American People Acaluu gabaa gaafa xiiqii mootummaan biruma qalbiin waraana harkis qabeenyi garaan gzx UstazAmiinIbroo subahannallah sawsawDr ijaaqalbiin keessaa alhamdulillaah jaalalti garaafi Onneen always listening and written to see ethical issues with Dr ilmaaniif welcome johar Muhammad ministeera barnoota addunyaafis raajidha
Yaa waraa shamaranii mee akkanti of ilala Ibsaan duriyyen Tik Tok irrati bektan kun shamaran akkami fetaa jenanai taan Rabbi sodatuu jedhee waari👉 suraa isaa of debaa keessaani irratti sirbitaan Rabbi sabrii isiin haa kenu
Dhugaa keeti ka waa yadu kunu barnoota guddaa🤔🤔🤔🤔
Rabbiin qur'aana isin barsiise irrati dalaguu isiniif haa gargaaru
Eyen haa gargaru
1:32
Subhaanallaah quranaa qaratee Katee titokii hojaataa ykn sirbitaa rabbiin nuu haa qajeechuu 😥😥
Ibsaishaa dhugaa ketii Ani jalala oboluma sif qabnaa hudii kenyaa💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
Ibsaa bakka durummaa san sobdee jirtaa 🙆🙆🙆 heddu namatti toltuu dhugaa❤❤❤❤ ridi jabadhu👌
dhugaa ketii ruuii
@@sumeyaoromo1629 suumee waa takka Mata shubisu dhissii sirba irra daagadhu tooybadhuu ok habibit
Habiibtii
@@bilkistaha6184 Qalii Matii Naf Ta'i
@@yasmiinus9079 Qalii Matii Naf Ta'i
Marki Shaw heddu natti tola qophiin kee heeddu kan namatti toluuf kan nama bashanansiisudha.jabaadhu baga keenna taatan isiniin jenna .garuu ibsishaan bakka dubrumma sanitti hin sobda jalallee hin qabuunis nama mamsiisa. Hundaafu yoon rabbiinis akkas qulquullu si godhe Masha.allah.
Quran qaratani egasii malifii satii 24 tikitokii eraa muziqaa dhani maratuu reee 🥺🥺🥺
Maatii naaf ta.ii saanyii
والله كلام الله يزيدك علم نافعا ورزقا طيبا وعملا متقبلا الله الله يطول عمرك
@@mucajalaa8463 matii nafi ta'i lubuu
Sumayaa matii nafi ta'i lubuu tiyaa
@@oromtitiishawaabahaa4658 maati nafi tai mee sanyii koo
Maaashaaaa Allah maaashaaaa Allah maaashaaaa Allah maaashaaaa Allah jzk
Rabiiin bakaa jirtanitii isii haa eguu nu jiradhaa
Ibsaa biraa naa gahii wani dubatuu wani hojatuu kesatii rabbiin sodadhuu
Rabiiin amarii jabatee si haa lafisuu inshaaalaah Allah garuu hangaa amatii hamatuu siraa dhagenee
Rabbifi jechaan si jaladhaa rabbiin dabarsee sii ha jalatuu inshaaalaah Allah 💕💌
Ibsaa jaabadhu Amaala garii qabdaa rabbiin ammasi siif yaa daballuu umrii dheraa,rabbiin yaada muradaa kee rabbiin siif haa guttu 💌
Ibsaa
Bagaa nagaa dhufatanii qaqaliwwan koo
ibshaa garuu wan jalatanif hin jetee ofii tuliin qalii nama❤🥰 siimafan warii tiktok iraa jalallaa jin jankaa jedhee bohuu of kasarsaa jiruu wana sii jalatanuf 1ffaa ilman oromoo akkaa walif qalii tanee dinatii agarsisuu 2ffaa sabonumaa oromumaa obolumaa
Wan shanee tatefii😁
Ka beekuu diinnis hin arginee yaadee hin dagatiin Ustaz waraannii yeroodubbisuu Onneefaa'izaa dhiifamaafi jaalalti garaafi Onneen always listening and written firummaa qabuu amanuu class always but listening yourself ka eeguuwayyaa to yaada mo'ataan harkis qabeenyi garaan
Dhugaa rabbii iccitti yoo eegan akka ibsaa kanaattii iccitti ofiis ta'ee Kan nama jalaatus hin eega akka aja'ibaati♥️♥️♥️♥️💋💋
Woooow hedduu namatti toltan dhugaa nuuf jiraadha oromoo tiyyaa qaaliii 😍😍😍😍😍😍😍😍
Jajabadhuu ibisiyee💋🙋🙋🙋🙋🙋🌹🌹🌹🌹🌹👍💋 rabbii umirii sii haa dhee resouu
Maashaa allaah rabbiin waan yaadaniin isin haa gayu ijoolee teenya . Salaamataan eegalaa video keesan baarakalaahu fiikum bu'aa malee miidhaa hin qabu
Sanyii koo maati naaf ta'ii
Anii dhugaa gaafiini keesanii natii tolee garuu bakkaa hadhaa fii abbaa sanitii akkaassii jechuu hin qabuu dhistee irraaa ossoo tartee bareedaa hatii tee si guddiisuu batusi ji aa saaggalii garatii si batee walhii nabiyini keenaa s a w hadhaa tee jabeessii jedhan yeeroo 3 irraa dedebii ani 4ff irratii abbaa jedhanii gafii kanaa issaa birani naaf gayii ummii tee hin dagatinii walhii wantii hadhaa abbaa ni ulfataa dhifamaa rabbif jechuu isini jaladhaa oroomoo too
Sallallaahu aleeyhi wassallam dhuguma jeete abibti
Dhugaa ibsaa ani akkaa namaa tokkoti midiyaa irraati Sii bekaa yeroo dheeraas miti yeroo gababaa Sii bekaa gaaruu amala tokkoo sirraa hubadhee jiraa innis Bonuu hin bektuu . galatomii sin jechuun barbadaa namni tokkoo tokkoo waan ati bontuu ittii fakkaachuu danda'aa ati garuu taa'es hin qabduu bonii namaas hin fayaduu kanaf oromummaa keetin bonii kanumaa dubiin galaatomi
Maatii naaf ta.ii saanyii
Seenaa matii naf tayi lubuu
th-cam.com/video/0cGXQo_-7s8/w-d-xo.html
Matii nataa ijolee oromooo💚❤💚❤💚❤
@@mucajalaa8463 matii nafi ta'i lubuu oromo qalii
@@mucajalaa8463 maatii naf ta'i baa allah sanyii anis sif ta'a
Maashaa allaha ibsaash biyyaa koo
Ee shaamaarn mana madamii mucaa hikaa jalalatuu hin beene jalatee maratii😁😁😁😁😂😂😂😂
Sanyii koo maati naaf ta'ii mee
Dhugaa dha
Eegumsaafi Beekumsi dubbiin keenyaa xiiqii Dirree wood Fayyaan faayaa Dr Ilillii fedhiin lubbuu qabeenyi garaan Nafaa baatuu lafee taatii laalanii arganii.gaafa naatee lafaa arganii eeganii .lafaa keetii dubbii ijaa fuudhii diinnis hin arginee yaadee hin dagatiin Ustaz Enjoyed Raayyaa Abbaa Maccaa technology waliin deemiin Fayyaan Ministeera
Wow mashaa.allah ijraa hafa qashtoota obseen essa jirti reedicho
Maatii anaaf ta'i sanyii
Maatii naaf ta.ii saanyiikoo
Wawoo itifufaa Akuma kanan qaxalewaan garuu Watokon.shakeesiraa ibsaa wahiidurbumaa baras immoo bagaa rabii isinhambise
Ibsa me ufi keeti
Hamile ufii keni
Ridi Saanyii
Ijollee biya kooti
Nufi jiraadha yomu
Ridi obse meti
Wow 😳 so amazing question. really ibsa have to many lady is 😂😂 😂🤣 😂
Matii naaf ta'i sanyii
Matii naf ta'i mee sanyii too
@@kebektube7266 matii naf ta'i mee sanyii too
Umriin kee 25 olii🙄🤪😁😁😁😁
Qalii Matii Naf Ta'i Sanyii Ofii
Iraa qabamee duaa jiraa anuu jartii qaba jedhee sodhadhee
Masha allah heddu namati toltan walhii
Maatii anaaf ta'i sanyii
Jalallaa jechunii jirenyaa adunyaa fi akeratii akasumaa jirenyaa ilmaa namaa
Ridi walhii bilhi manaman si argee obse fi firo wajjin sila si dawale siti hime das naa jedha garu--------
As wr wb woyi ajiba yona durba meqatu gorora busee arga kesani😂😂😂😂mujaa kana qara durbi ira marati ama ituu calti ani kesa hin jiruu💓😂😂wora ira maratutu bekata ani buani kiya ilali kolfu bicha 😂😂😂ani wora tiktoki kesale hin jiru hamaratani qofa mucaa gadi qaba aka soshal midiya irati hin bane ok💓💓💓💓💓hamtu isini ira haaqabi qaliwani tiya hedu isini jaladha 💓💓💓💓💓💓💓kuutu hin nyata jedhani dubruma gabdi 😂😂😂hedu nama kolfsistu ok jabadhu 💓💓💓💓💓😍😃
Mashaallaa Allah ujooleen biyaa tiya nufii jiradhaa
heduu Sijaladhaa
Redishaa obse ma bade
Maatii anaaf ta'i sanyii
ibsaa walhi duran nama ifgogodhu nafkata ture ama garu sibare heduu galtomi ibsa kenya wan of ibsitef tnk you nu jiradha ilman oromo
natu dura laale lk naaf godha😍
Maatii anaaf ta'i sanyii
Matii naaf ta'i please lubbuu
Masha Allah bayyee namatti toltu jabadha baga rabbiin sii hanbiisee isaa yeero saniira Ammas umurii dheertuu siif hakeenuu sayiibaan kee walliin
Dhugaa gafadha debiei shamara haa debisu ibsan ♥️♥️♥️♥️♥️🌳🌳🌳
Maatii anaaf ta'i sanyii
Mashaa alhaa mashaa alhaa rabiin ijjaa isiniraa haa qabuu
Wlh anii abaa kiyaraa harmee tiyaa jaldhaa umii tiyaa nafii jirdhuu💘❤
Mado Qalii Matii Naf Ta'i Sanyii Ofii
Ibsaa sobde jirta,😄😄😆😆💝💘❤️🤣🤣😂😂😂😂🤣♥️♥️♥️❤️💘💝💝 jajjaabbewan keenyaa qaalii ❤️💚
Woww mashallah jabaadha ijoollee teena qaqali
Matii nafi ta'i lubuu oromo qalii
Atii nama garidha naman rabbii sodatuu taa halalaa egataa jirta sii dinqisifadhaa jabadhu💚
Sanyii koo maati naaf ta'ii
Walhi good job bro👏 jabadhu haluma kanan itti fufi🙌💪
Mati naf ta'i baa allah sanyii
Mucan kuni kaa alba oromoo achii irraa faanise sani wwwwwwww umarii dheratu jiradhuu Rabbii hamatu sii irraa haa qabuu dhiraa sabba 🙏
Mashaa allaah gurbbani durbbuma qabaa jarrannaa
Sanyii koo maati naaf ta'ii mee
Taa sif keeri rabbin sif ha hiruu ibsayee
Homaa hin beekuu mucaani
Us hudduu qinxirii wahii 😂😂
Sobbin jedhin radii amanatan isaaamumaa Oslo galaa hin rawatin wan akkaa hingodhan Quran busufi kessaan mashallaah tabara kallaah ibsa amaa akkasumti ofi egadhu qalii ofi qalesii🥰🥰🥰💓💓💓
Dhugaa nattii toltanii ittii fufaa ❤️❤️
Matii naf ta'i mee sanyii too
Roozaa Qalii Matii Naf Ta'i Sanyii
ibishaa ulaaga atii jetuu hundaa guteeraa 😂😂😂😂😂🎉❤
😂😂ምን አይነት ልጂ ነው ከሚስትህና ከህትህ ሲባል እህት ሚስትህን የእውነት የምትወዳት ከሆነ መቸም ከእህትህ አትለያትም አታስበውምም ለማንኛውም አዝናናኸን😂 galatomi እኔ ኦሮመኛ እሰማለሁ jalala jechan fqrida😂ለማንኛውም ይመቻችሁ😍😍❤️❤️🇪🇹💚❤️
Kkkkkk eko
Maatii anaaf ta'i sanyii
Damiriny
@@meriyememewaeawawa4814 matii naf ta'i bareeduu ko
እሱኮ አሁን ሚስት የለውም የእህትን ፍቅር እንጂ የሚስትን ፍቅር አያውቅም
Bakka dhalaa walin hin jiranne anu durbumma qaba jette san sobdee fakkatta ibsaa garu dhugaa dubbatunis nii malaa hundafuu heddu nuu borsittan jabadhaa birochee
Wwwwwwww bayy'ee namati tolaa jabadhaa itti fufaa 🥰🥰❤❤❤❤💯💯
Maatii anaaf ta'i sanyii
Oromoon yoo Akkaatii bareedduu natii tolaa jiradhaa Ridishaa Ibsishaa💕💕💕
Dhufte Abba jalala
Ethiopians we are the best, I love you all Ethiopians mwaaaaa
Ridii dhugaa rabbii dhiiri akka kee ardaan hin jirtuu osso dhiiraa akka kee argadhee qullaa waalin galaa walyy ❤❤❤❤miis you bro
It's my first time to see your videos I'm so proud of you keep it up bro. From Nairobi kenya so much love 💯👌🥰
Mashallaa rabbi umarii dheretuu sifii haa kenuu qaliwanii koo
Kkkkk mashaa alaaah ibsaa qali
Sanyii koo maati naaf ta'ii mee
Baay, eee gamadee gafi ibasa gafatame debisee kesaa jaratii tetii moo obboletii tee jetee bagaa jetee good debii sirdhaa ❤️❤️❤️👌👌👌
Sanyii koo maati naaf ta'ii mee
I'm proud of you guys keep it up
Maatii naaf ta'i sanyii
Matii naf ta'i mee sanyii too
Masha,Allah dhugadha wly
Jabadhaaa😘😘
Matii naaf ta'i sanyii
Adam matii nafi ta'i sanyi oromo qalii
Maashallaa Maashallaa
Isin amma garaa rabbii keeti debii rabbii bishaan san keessaa sii basee hin dagattin
Dubrumma qaba 😍🤣🤣👈
Sanyii koo maati naaf ta'ii mee
@@sifanorotube926 ok
Mashalaa tabrakaa ibsaa biyaa kotii www
Gaafi akkaanatin ma nama cinqitaan
Afaan si baarsisaa jirra
Jarti tee taa waa meeqaa waliin dabarsitu dhiiftee obboleeti tee filataa ibsaa ayyaa eee sitti kolfee har'aa wly😂😂😂😂 ati tik tok irraati sirbuu malee gaafii fi deebii irratti hirmatuuf yeroo sitti fudhata nuuf jiradha hundii keessanu🥰🥰🥰🥰😍😍❤💚❤
Masha Allah heduu namaati tolaa gafii kesaani barumasaa qabaa
I’m loving this 👏🏾😂😂 🌳
Maatii naaf ta'i sanyii
Hi riidii namaatti tola
You look smart
Jabaadha ijoollee teenna asumaan maatii nuuf tahaa
Thank you so much 👌👌👌👌👌👌👌💙💙💙💙💙💙💙
ibsaan dhugaa mucaa dimaa 😢😢😢garaa nama nyataa garuu quraan qarate akana tata rabin si haa qajechu obolesaa kenaa inshlaa 😢😢😢😢
Ani yeroo gym 💪 deemu gammada.
Maatii anaaf ta'i sanyii
Woo maashaallaaha qerooo keenyaaa nufaaajiradhaaa
Dhiiri d qabu ni jiraa sila 🤭
Matii naaf ta'i sanyii to
Bayee namati tolaa jabadhaa😀😃😃😃
❤️❤️😍😍
Maatii naaf ta'i sanyii
Matii naf ta'i mee sanyii too
@@kebektube7266 matii nafii tayii sany
@@mahbubaagaroo4699 mati nafi ta'i lubuu oromo qalii
Arsii matii nafi tahii luubu
Mashaal.alaah. haamma.quranaa.rabbi.qomaratii.qabattanii.akas.tatuu.rabiin.isin.haqajelchuu.ibsishaa.jartii.rabin.sodhatuu.fuchuf.atii.rabin.sodhachun.dirqaamaa
Duraa Afaan sirressaa dubbachuuf yaala waliin hin laaqin🤐🤐
Sanyii koo maati naaf ta'ii mee
Bro Matii Naf Ta'i Sanyii Ofii Qalii
Jabadhaa ani ka jedhu edaa atii jaalaluma jedhanu hin beeytu jechuudha ibsaa
😍😍😍
Maatii naaf ta'i sanyii
@@kebektube7266 maati nafi tai mee sanyii koo
Eegumsaafi Beekumsi immediately daguu dhorkii To Music Video For American People Acaluu gabaa gaafa xiiqii mootummaan biruma qalbiin waraana harkis qabeenyi garaan gzx UstazAmiinIbroo subahannallah sawsawDr ijaaqalbiin keessaa alhamdulillaah jaalalti garaafi Onneen always listening and written to see ethical issues with Dr ilmaaniif welcome johar Muhammad ministeera barnoota addunyaafis raajidha
Wowwww 🥰🥰🥰
Maati naaf ta'i sanyii to
Matii naf ta'i mee sanyii too
Masha Allah ❤
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣❤❤
Mati nafi ta'i lubuu oromo qalii
Haya redii ibsadha kaa alaba fanisee wow baga nuf jiratee gotaa kenyaa umrii nuf dheradhu
😂😂😂❤❤❤
😳😳😳😳😳😳😳
😳
😳
😳
😳
Gafii gafatamtee ammoo sirrii debisii dhugaa dubadhuu
Bagaa nagayan dhuftan bayyee namatii toltann dhugaa rabbi galatomaa 👌👌👌👌💯💯💯💯👈
Jabadhuu ridi hedduu namati tolaa❤️👌
Anii bilbila 2 isni horidofa dhugaa jabadhu broye❤❤😍obsii nufi dii kotuu ridiiye
Sanyii koo maati naaf ta'ii mee
@@sifanorotube926 tole
Dhugaa yoo ta.ee bayyee namtti tollaa shammraan wojjin jiraadhee hin bekkuu jeete
Akkaa wangeelli kenyaa jechuuti dhiirtii tokkoo hadha woraa isaa maale nama biraa wojin quunnmtti godhuu ni dhowwee akkasumaa mucaan duurbaa takkaa abbaa mana ishee maale dhiiraa biraa wojjin akkaa quunnmmtti hin gonnee nii abboommaa
Wow hojji garii red jabadhu
Mashaa Allah hedduu namatii tolani jabadhaa
Bagaa nagaan dhufte Red
Masha allah jabadha
Dhugaa quuranaa buftee ati biyaa farajii demanii rabi kee ajjajaa isaa daggatee subahani alhaa oso wara sii bayuu hindaa walitti qabadee quuranna barasiftee
Anuu sii debisaa oso wajjachuu badhee jeete kaa gabituu osoo sirbaa iraa gara quurannaa koo debi.ee jeete hin gabituu🤔guyaa tooko nii dhufaaa 😭😭😭😭😭😭☝️☝️☝️
Dhuaa ketii hawaafi Abamiaa dhuftee
Sagantaa bareedaadhaa garuu hedduu afaan Amaaraa keessa maktuu yeroo afaan keessan haasoftan guutumaan guututti afaanuma abbaa keessanii qofa dubbattanii afaan biraa keessaa makuu baattanii hedduu namatti tole galatoomaa
dhugaa keeti saanyii ❤️🥰👍👍👍
Oomy good wani jabate ibasha si dhumate kuni tilhama tu hi dhabtu jedhni😅😅
Uuuuuuffffff rabbiin guyyaan gahuu malee nama hin fudhaatuu baga rabbiin sii jiraachisee lubbuu tee amman sii gahee
ibsaa jete ree dubiruma 😁😁😎
Redii hojii bareda dalaga jirita itii fufii
amma duubara meeqatu na jaallate jete hundatu qooste dhumara akka dhaabne