Please Yassu dubbii as fi achi hin oofin nama wal ajjeesistaa !!! Mubarik jiraachuu yoo barbaaddee nama kana ofirra eegi hiriyumma kee gabaabsi please booda ni gaabbita bakkuma argiteetti hicciti kee hin dubbatiin
Mudiin kessan hunduu tokkuma you tuberoni saedin walitti dhiyatan hunduu kun ni rebama kun ni cabaa kun ni sodachifama kun meshaa sargii bitaa kun siree bita kun shunkurta kun lukkuu hundumtii kessanuu amma numarraa shaqqalatuuf qilee tani tan sentuu bes amma ni bayyiftan malee mudii wal jalaa hin ballessina nutii wifi anjaa kennaa guttanna isiniif lallaa bes walirratti rakasesitan diraman you tuberoni hunduu osoma hin beekiin demtanii ka diramaa takka qofatti debitani wal fixxantu natti mullata isin nutti mudii qabatuuf egaltan garuu dhumtii dubbii tana akkuma kijibdan kana dhuguma wal isin ficisisinaa qosnii mallaqaf egaltan dhugaa isinitti tahee kun of ajjesee kun rebamee kun kasaree zeroo akkan tane😂😂😂😂😂
Oromoo tiyya Rabbin isin haa guddisu❤❤gammachun ❤rizqiin isin bira haa guutu ❤maatii naa tahaa❤🎉nabira hin tarina❤
@@FoziyaTube-x1h maalif rabbii nuu qabdareee dirqaama moo maati tanee dhifnee maali fayyidan oduuf moo akkaam
❤❤❤❤❤ Atille naaf ta.i 😢🎉🎉🎉kaa numatu walguddisa
😂subahallah ykn Qubellaan badee😂Ykn Hollaan baade ykn lukkun bade😂ykn Ayuun baade 😂ykn shukurtin Gubate😂haayii amma hoo maal fa,atu haafe
Hhhh
Maatii naf taii woron asi jelaa jirtan hundii
Kkkkkk
Amma isaanttu badaa😄😄😄😄😄😄😄😄
Takaa hoolaa jetuu takaa qubee jetaa silaa maal heduu
Yasuu. Iraa. Gadii bu,ii mucan haa. Jiratuu. Mube. Miskin kiyaa. Abshir ❤❤
Mubee koo waqqayyoo sii walin yaa tahuu atii jabadhuu mubee koo tuni micoon samuun qabduu baga waqqayyoo siraa qabee❤❤❤❤❤
Mashalaa mashalaa alhamdulilaah bagaa rabbi sii fayise obolsee ko❤❤❤❤❤❤❤
masha allaa baga rabin sifayissee obalesa koo mube koo qallii ❤❤❤
Kkkkkk yaboo adumaa sumayaa rabbii wajiin jirraa sumee tiyyaa qashtii❤❤❤❤❤❤❤
Mashalaa mashaalaa rabbii umurii sii haa dhersuuu wly🤲🤲🤲☝️💔💔💔💔💔💔💔
Wabi❤ jiraadhuu atii dataa jartii hadha takkaa jalaa dhalaa 9 jiraa
Mubee asaan ketuu damaa dhugaa rabii natii loltaa dhagaa rabii Abshiir qalii❤❤❤❤❤❤❤❤
Mube ko baga rabbi si fayise❤❤❤❤❤❤❤❤❤ufi ta,I jiradhu atti waan fedhane haa odesani danta hin kenini
Yasuu mucaa kana irraa dhabadhuu raabbiin sodadhuu attii oduufi jechaa addisiabbaa dha adama dhufite attii hujii argate you
Maaaaasha allllllllaaah Baaga Rabiin sii faayyiisee wly
Mubarak jaraa kanaa raahafii abaafedhee wal fudhuu dhabuu dataa sanii wan hudaa sihii gafachuu malii mucatii balagee .sanii hatuu sii gosisuu jiranii malii gowaa tataa .mucatii kabajaa qabaduu eraganaa maqaa ko hin kasinaa jedhii ofiraa dubadhuu misikinumaa sii basatuu hayyuu goduu hayyuu dhufaa ..yasuu gafii kanaa hin gafatii abba tahee atii malii gafataa yoo anii hatudhaa jedhee .shariyaa sii qabee akkam gotaa wanii nyanee gubataa dhugaa rabii
Mashaallh baga rabbi fayise mubarakin garuu hujin ayuu hundu nama dabbaraa
Suqu hedaa badaa afuftu jazbaa dhiraa akka ketiti barii saree woyii
Aboo Mubarak iraa bu.a mall tatanii muca kan Itan heruuma mube miskinakoo❤
Warabbiii kooo rabbiii osaa sif haa kennuu kan midhamite irraa dubbii siti funnanuu 😢😢😢😢😢😢😢
Yaasu Afaan ke qabadhu gadii tahii mucaan hajiiratu atii asaa hin laqiinii dubbii hin bektuu totooraa wohii
Mubee misikin ko rabbin nama ofii jalatuu sifi Akkenuu garaa lafesa namaa zimii jedhii Atii oduu jaraa tifi bakka keniniii❤
Abshiri mube namaa akka ketii rabbi si Haa kenuu ❤❤❤❤❤
Bagaa rabiin siifayisee
Please Yassu dubbii as fi achi hin oofin nama wal ajjeesistaa !!!
Mubarik jiraachuu yoo barbaaddee nama kana ofirra eegi hiriyumma kee gabaabsi please booda ni gaabbita bakkuma argiteetti hicciti kee hin dubbatiin
Mubee misikin 🎉🎉 baga Rabii sii fayise
My family matii nafii taa polis ❤❤
Tun gantudhaa intalii waantii hundinu baadee jetuu boruu ykn iftaan seyidoon badetii sarginii hafaa 😂😂😂😂😂
Mashallaa Allaa mashallaa Allaa mashallaa Allaa 💯 baga fayite
Sumaya hadhaa mo Abbaadha sumaya ishii hin galchuu
Mee mucaa kan malii ilalataa yoo gurgurteesi yoo dhiftesii isheetoo guriguree yoo ta,eeyuu muchaan kun yalamuun isaa dirqamaa silafuu 😅😅
Maatii yasu nuufis maatii nuuf taa nu gudisa oromo kenya 😢
Jabaadhaa galmaan isin haagahu
Yasu atii rakoo dhufa mube ira qabdaa moo😢😢😢
Barii kanatuu gafii natii tehee wan takaa tahamuu Mubarak jedhaa wan gafatuu kanaa namaadubii azoruu tehee hidhaa isaa gachaa wly misikinaa Mubarak kunii
Dhugaa keeti Mubee keeyirimaafii beekaa nama jechuun kan akka keeti kanaa. Qormaanni baay'achuun keeyiridhaa
Baga Rabin si fayiise wabii ko 🤲☝️❤😢
Yasuu😅😅😅 are you oke?qalabatii ayyuu gafadhu malif wobii woqawaftaa
😂😂😂😂 inii kijibnaa kijinii kesanii biraa taree😮😮😮😮😮
Mube Ano Sifii Jira Baqa Jara Kana Kesa Bahii Pilisii ❤❤😢😢😢
Jirenyaa Ayuufi Sa.ido keessaa .hin batu ati
Haqni Intala bira jira isin dhuga jirtu himu qabdi
Haa baduu kaa maaltu si galcha
Dubin isaa siridhaa 👍👍
Mashalaa mashalaa btayiitee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Maalifi mube gaafata yasuu 🛑 irraa dhabadhuu please 😢😢😢mucaa misikinaa
Maaf kijibdaa enuutuu waabii nuf gafadhuu sin jedhee Afuftuu waahii
Yasuu sumatuu hate qalabaii hoolaa boda imoo hayu hata jedhe jedhen shakkaa hatuun yasuu dhaa😢😮😅😂😂😂😂😮😅
Yasuu atii mucadhan mali godhii jetani iraa gadii buhi mucaa misikinaa kanara😢😢😢
Ws wr wb jitaa qalii nagaa mashlaa
Atii warenyadhaa boo icii namaa jibisistaa
Maashaallh❤❤
Mubee.taratini.kee.bayee.hikaa.qabaa.hatii.jabadhu.rabi.hini.humIna.qabu.siyaa.eguu
Gurba yasu jedha kuni hasaa akkaam hasaa nama dabaraa maalifi woqasaa
wollhi rabbii itiin isaa ha gahuu Abbo
Wl wr wb faayyadha Alhamdullilah
Cubbuu suyamaa tti😅😅😅😅😅
Ijoo malii mucaan kun gowaan malin inagartee jetuu yeroo hundaa
Yasuu attii mucaa miskinaa kanaraa bu.ii attii yero bayee sitii himnee iraa bu.ii mubee iraa qubelaan yo badee hintaaloo dhaaqii gafadhuu malee waabii iraa mal fetaa fookuu
🤣Goggaa jenan annii mo muddanoo ko tokko yadaadhe🤣🤣🤣guyya tokko guyyaa Ayyana waggaati Hola Qalanni Goggaa iraa basaani Gesii gurgurii jedhaani Naati kenaan Anis Goggaa Sanaa badhee maggala kessa Zoraa oleen Namni Nara bituu dhibee galgala kessa sati 12ti Ana Gattee galuu kahee birri 5ti gurguree galee😁😁😁😁
😅😅😅😅
😂😂😂😂
😂😂😂😂😂
😂😂😂😂
Yasuu qoy attii malii nii hinaftee bro😅😅😅😅
Bagaa badee isho
Maan jechuu ????????????????????
MashaAllaha MashaAllaha rabbiiumuriisiihaa dhersuuuwly💔💔💔💔💔🤘🤘🤘🤲🤲🤲🤲👍👍👍
Wslh mubeen kun bekkaa namatii dubi bekaa😘😘😘
Yasuu wanii atii degtuu wolalee 😢😢
Yasuu birraa atii gafiin kee gafii diinatii akka wal ajessan barbadee saree wahii
Mubeen malitii bekaa Kani itii bitee sayoodha😂😂😂
Mubeni hayudhaa ati odu odesufi jarjartaa
Jaajaabeesani wabii iyaasu
Oromo sagale naf taha anamo mubera na qaberaa dhufaa😢😢
Samuun wabii hubatadha
Ani kanaan jedhuu mube maliif rakistaa muben Ayuu fana galaamo kan gatee isheedha
Qaalichii yasuu jedhaan kun rako qaba kun sareen😂😂😂
Ummataa saammuu dhooqee kana cinqaa jaaraa dadhabee nutii waa’ee qalabatti intaaloo marraattuu sani nuu galchee😂😂😂😂
Yasuu gowaa
Kessaan naa dubisii mee😢
Esaatii badee jedhaa kun anii oso Ethiophia jiradhee yasuu kana likkii gachaa isayuu esaatii badee jedhaa mo kun saareen
ka tumamu qabu mube oso hin taane gurba yasu jedhamu kana because kijibaan asii achi deema
Atii jabadhuu
😂😂😂😂 woyii jiraa kaan
Mubee.atii umaata kanara fagaadhuu jiraadhu jiruu kee
Abishir ahmalla qabesaa nama
Mubekoo rabbn sii hagayiisuu
Muubee naamichaa yaasuu jedhaan kanaraa fagadhuu faakesituu waahitii kun
Dhugaketii 😢😢😢😢
yasuu. magistii. ko. jabadhuuu
isini laman Mal hojacha jiratanii ba.a namaadhibaa nufuhigaale dhugaa
Hoolaa noo argamtee???
😂😂😂😂😂😂
Mucaa kanara bu’ii yaasuu
Mudiin kessan hunduu tokkuma you tuberoni saedin walitti dhiyatan hunduu kun ni rebama kun ni cabaa kun ni sodachifama kun meshaa sargii bitaa kun siree bita kun shunkurta kun lukkuu hundumtii kessanuu amma numarraa shaqqalatuuf qilee tani tan sentuu bes amma ni bayyiftan malee mudii wal jalaa hin ballessina nutii wifi anjaa kennaa guttanna isiniif lallaa bes walirratti rakasesitan diraman you tuberoni hunduu osoma hin beekiin demtanii ka diramaa takka qofatti debitani wal fixxantu natti mullata isin nutti mudii qabatuuf egaltan garuu dhumtii dubbii tana akkuma kijibdan kana dhuguma wal isin ficisisinaa qosnii mallaqaf egaltan dhugaa isinitti tahee kun of ajjesee kun rebamee kun kasaree zeroo akkan tane😂😂😂😂😂
Wobii miskina ati Rabbiin hiree baredduuu sif hakennuuuu
Hamartin badun birqidha oromo mal tatan lubun namatu nii badii jarana dahaba bade jatani shorka kayun mali yasu Subahanallah 😢
Ayuu Qorayillo sanii gafadhuu isii wolii kotuu😂😂😂😂
Kkhhhhhh
Kijibaa kesan hdinuu kijibaa hyun Zaidoo jalatelen hin jiruu Ajadaa umtanii wan hdaa Wal kesaa maktanii Ajadaa kijibaa dherefataa jirtan foloo barbadaa waree sargin hsoftanis kijibaa 😮😮😮😮😮😮😮😮😮
Cinqqii kesaan dadhabnee😅😅😅😅😅😅 holaaf qubee dadhabne😅
Kkkkkkkk 😅😅😅😅😅😅😅 Abba ijollee ta.uu Isaa in dagatanii
Tube gudisuu kanii si afee ini jiruu yaa nuraa dhabaa wanumaa asaa ini tanee akka ijolee nuu sosobiduu moo sinii
😊😊😊😊😊😊
Amashirii bubaraki rabbii kee kaduu tuni muchatii shexanaa ijolee kani hogaa lamaa yoo tee malee kanaa mitii okee
Wa wr wb እረ እባካቹ አማርኛ ቀላቅሉበት በሌላ እዳታዩት ኦሮምኛ ስለማልችል ነው
Eshi
Qoy atii rakkoo dhunfaa irraa qabdaa mo gurbaa gowaa
kkk firstthing😢😢😢😢
Yasu nama holitii hin naaqinii