Yeroo Jaalalaa

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 27 ธ.ค. 2024

ความคิดเห็น • 1.1K

  • @worqaatube5385
    @worqaatube5385 3 ปีที่แล้ว +42

    Yaa rabbi ati arjaadha mucaa kanaa qabeenya dhuma hin qabne kenniif. 😥😥😭😭

    • @Riseandinspireri
      @Riseandinspireri 3 ปีที่แล้ว

      Oromoo koo maatii nuuf tahaa...koottaa qophii keenyatti dhiyaadhaa..yaada keessan nuuf gumaachaa...baayyeen akka jaalatan dubbatu ati hoo????

    • @ObseeOromiya
      @ObseeOromiya 3 ปีที่แล้ว

      Worqooko matii naf ta'ime

    • @oromyaaoromyaa1589
      @oromyaaoromyaa1589 3 ปีที่แล้ว

      😭😭😭😭😭😭

    • @KebekiOfficial541
      @KebekiOfficial541 3 ปีที่แล้ว

      Maatii naaf ta'imee sanyi ofi

  • @madinaalayyinii8810
    @madinaalayyinii8810 3 ปีที่แล้ว +82

    Maloo mucaa kaan wali nu barsisaa midhamaa akka kotitti 😭☝️

  • @berybery4985
    @berybery4985 3 ปีที่แล้ว +32

    Ayiiiiiiiiii jalalaa qulquluuu jechuniii kana dhugaa I too siargadhee sitii herumaa dhugaa

    • @warqechi2645
      @warqechi2645 3 ปีที่แล้ว

      Maloo itii herumi dhiraa jalala qulquluu namaa jalatuu akkasii

    • @berybery4985
      @berybery4985 3 ปีที่แล้ว +1

      @@warqechi2645 dhugaa nabarbadaa esatimoo argaree D hiraa akasitii durbafi ciqamii esumaa jiraa

    • @warqechi2645
      @warqechi2645 3 ปีที่แล้ว

      @@berybery4985 lakkofsa isaa gadhifteetii

  • @munira1437
    @munira1437 3 ปีที่แล้ว +1

    Kun jaalala mo jibbansa rabii sif haa lafisu obbolesa koo bayye ulfata dhuga rabii 💔😢

  • @EthioOromoChristianmedia123.
    @EthioOromoChristianmedia123. 3 ปีที่แล้ว +59

    Fak. 31
    ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
    ¹⁰ Haadha manaa mana ishee qabuu dandeessu, eenyutu argachuu danda'a ree? Isheen callee gati-jabeessa hundumaa irra guddaa in caalti;
    ¹¹ abbaan manaa ishee ishee in amanata; qabeenyis isatti hin hir'atu.
    ¹² Bara jireenya ishee hundumaatti, wanta gaarii gootiif malee, wanta hamaa isa irratti hin hojjettu;
    ¹³ isheen rifeensaa fi quncee talbaa barbaaddee, dhimmitees uffata in dhoofti.
    ¹⁴ Markaboonni naggaadotaa, biyya fagoo dhaqanii akkuma mi'a fidan, isheenis biyya fagootii nyaata ishee in fidatti.
    ¹⁵ Isheen ganama utuu lafti hin bari'in kaatee, maatii isheetiif nyaata in kenniti, xomboreewwan isheettis hojii hojii isaanii in argisiifti.
    ¹⁶ Isheen qortee ilaaltee lafa in bitatti; horii itti dadhabdee argatteenis biqiltuu waynii in dhaabbatti.
    ¹⁷ Mudhii ishee jabeessitee in hidhatti, irree ishee cimsattees in hojjetatti.
    ¹⁸ Hojiin ishee bu'aa akka qabu in ilaalti, ibsaan ishees halkan hin dhaamu;
    ¹⁹ muka itti jirbii maran harka isheetti in baatti, qubbeetii isheetiin immoo calii in qabatti.
    ²⁰ Isheen hiyyeessaaf in arjoomti, dhabaadhaafis garaa in laafti;
    ²¹ maatiin ishee uffannaa dhaamocha nama irraa ittisu waan qabaniif, yommuu alaa cabbii buusee roobu maatii isheetiif hin yaaddoftu;
    ²² isheen uffata siree in dha'atti, uffata calaqqisaa, quncee talbaa ba'eessa irraa dha'ames in uffatti.
    ²³ Abbaan manaa ishee jaarsolii biyyaa wajjin, yaa'ii karra mandaraa keessa yommuu taa'u ulfina qaba;
    ²⁴ isheen quncee talbaa irraa uffata dhooftee in gurgurti, naggaadotattis sabbata in gurgurti;
    ²⁵ humnaa fi ulfina akka uffataatti in uffatti; yeroodhuma dhufuttis in gammaddi.
    ²⁶ Ogummaadhaan in dubbatti, barsiifni gaariinis afaan ishee keessaa in ba'a.
    ²⁷ Isheen yeroo hundumaa jireenya maatii isheetii in eegdi, utuu hin hojjetinis akkasumaan buddeena hin nyaattu.
    ²⁸ Ijoolleen ishee lafaa ka'anii "Eebbifamtuu!" jedhanii ishee in waamu, abbaan manaa ishee immoo ishee jajatee,
    ²⁹ "Dubartoota baay'eetu wanta ba'eessa hojjeta, ati garuu hunduma isaanii in caalta" isheedhaan in jedha.
    ³⁰ Simboon nama irraa in darbiti miidhaginnis nama in gowwoomsiti, dubartiin Waaqayyoon sodaattu garuu in jajamti.
    ³¹ Gatii ija hojii isheetii isheedhaaf kennaa! Hojiin ishee yaa'ii karra mandaraa keessatti ishee haa jaju!

  • @semirashemsu8461
    @semirashemsu8461 3 ปีที่แล้ว

    Misikina bayye nama gadisisa dhuga jaalalali akkan jira obbosi obbolesa ko kan bayye si jaalatu rabbi sif ha kenu

  • @eduurkush2056
    @eduurkush2056 3 ปีที่แล้ว +29

    Uuuffff Jalalaa dhugaa Irratii Qosuun Garii mitiii😭😭😭
    Waqayyoo Jajjabinaa Siif haa Kenuu Hadho koo

    • @Riseandinspireri
      @Riseandinspireri 3 ปีที่แล้ว

      Oromoo koo maatii nuuf tahaa...koottaa qophii keenyatti dhiyaadhaa..yaada keessan nuuf gumaachaa...baayyeen akka jaalatan dubbatu ati hoo????

    • @ObseeOromiya
      @ObseeOromiya 3 ปีที่แล้ว

      Eduuko matii naf ta'ime

  • @almseer4914
    @almseer4914 3 ปีที่แล้ว +28

    Maloo nuu qunamsisaa hin gargaraa maloo obolesii dhiraa gafaa bo,u anii hin danda,uu maloo uuuuuufffii 😭😭😭😭

    • @obsishow7680
      @obsishow7680 3 ปีที่แล้ว

      Galatomii dhugaa ketii

    • @obsishow7680
      @obsishow7680 3 ปีที่แล้ว

      Lakosaa obn jalaa jiraa bar

    • @obsishow7680
      @obsishow7680 3 ปีที่แล้ว

      Yeroo daqiqa 20 sekndi 30 ni jiraa lalosi

    • @almseer4914
      @almseer4914 3 ปีที่แล้ว +1

      @@obsishow7680 argadheraa koddeko galatomii maloo anii obsaa dhabe xumuru dadhabe😭😭😭😭

    • @Riseandinspireri
      @Riseandinspireri 3 ปีที่แล้ว

      Oromoo koo maatii nuuf tahaa...koottaa qophii keenyatti dhiyaadhaa..yaada keessan nuuf gumaachaa...baayyeen akka jaalatan dubbatu ati hoo/??

  • @رانيمحمد-خ5ق
    @رانيمحمد-خ5ق 3 ปีที่แล้ว +42

    Miskan jalalaa dhugaa akkanuma Abshir hiree Qodaa Rabbittii💔🖤💔

    • @qilleensaaoromiyaa874
      @qilleensaaoromiyaa874 3 ปีที่แล้ว

      Dhugakeeti💚

    • @Riseandinspireri
      @Riseandinspireri 3 ปีที่แล้ว

      Oromoo koo maatii nuuf tahaa...koottaa qophii keenyatti dhiyaadhaa..yaada keessan nuuf gumaachaa...baayyeen akka jaalatan dubbatu ati hoo????

    • @rabbiintokichaagabaraman8201
      @rabbiintokichaagabaraman8201 3 ปีที่แล้ว

      Uuuuuuuufi wolyii bayee garan namaa dhukusaa mucatiin mucaa kanati filimii akkan hojatee jirenyaa kani boruu laladhuu rabbiin jasaa kanaa fisii kafalaa wolhiyii rabbii kee sofadhuu 😭😭😭😭

  • @Waaqayyo_arjaadha
    @Waaqayyo_arjaadha 3 ปีที่แล้ว +1

    Dhugaa rabbii mucaatu miskina. Miskinuma isaatu isaa boochisa malee dhalaf boo'uun gaarii miti. Duraa iyyuu isheen faayidaaf malee namummaa kee jaallatee miti obboleessakoo. Abshiir rabbii siif jira. Isheef garuu waaqni jiru ishee haa dukkanneessu. Dhalan keenya faayidarraa jaalalaatu caala, waan hundaa dursaa jaalalaaf bakka kenna. Dhiira dhugaan isin jaallatuuf iddoo guddaa kenna malee hin miidhina.

  • @sabontuuoro8073
    @sabontuuoro8073 3 ปีที่แล้ว +23

    Mucaa kan esati argadha garuu bayee garaa nyatee yaa jalalalaa dhugaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💚❤💯

    • @megartoaduna6491
      @megartoaduna6491 3 ปีที่แล้ว

      Kkkkkkkkk

    • @kennaatube5029
      @kennaatube5029 3 ปีที่แล้ว +2

      Lakkofsaa bilbilaabittin argataan kawwamee jiraa

    • @sabontuuoro8073
      @sabontuuoro8073 3 ปีที่แล้ว

      tube esaa jiraa

    • @dagitudagitu3537
      @dagitudagitu3537 3 ปีที่แล้ว +1

      @@kennaatube5029 laakofsq isaa naaf ka'i😭😭😭😭😭♥️♥️

    • @kennaatube5029
      @kennaatube5029 3 ปีที่แล้ว +1

      @@dagitudagitu3537 hangaa xummuraa hin laleehi ati xummuraa irrati ka'amee ture qohin barresaaa

  • @tegesttuho
    @tegesttuho ปีที่แล้ว +1

    Mal godhuu caaradha abshiiri oboleesa ko anilee wantaa akan na agaxamee jiraa mal guudhu kaa hirreedhaa ❤🖤❤☝️

  • @lomehto5177
    @lomehto5177 3 ปีที่แล้ว +45

    Tuunii intaloon dhiraa biraa waliin jirtii kun jalalaa mitii siif kaan biraa siif haa yaduu abshiir

    • @feyorina_9970
      @feyorina_9970 3 ปีที่แล้ว +2

      Dhuga keeti

    • @Riseandinspireri
      @Riseandinspireri 3 ปีที่แล้ว

      Oromoo koo maatii nuuf tahaa...koottaa qophii keenyatti dhiyaadhaa..yaada keessan nuuf gumaachaa...baayyeen akka jaalatan dubbatu ati hoo/??

    • @KebekiOfficial541
      @KebekiOfficial541 3 ปีที่แล้ว

      Maatii naaf ta'imee sanyi koo

  • @dagitudagitu3537
    @dagitudagitu3537 3 ปีที่แล้ว

    Chubbun kee ishi haa qabu dhugan hin qal'ati 😭😭male hin citu qonqon koo biyye haa nyatu laaqana dhiste ishif kusta 😭😭😭😭😭😭😭♥️♥️♥️♥️haana kee

  • @irishvitonio3492
    @irishvitonio3492 3 ปีที่แล้ว +41

    Moneti adara waaqayoo maaloo gargara situu birjiraa gargaraa monee koo adara onee.nama casa dhugaa🤲😭😭😭😭

    • @Riseandinspireri
      @Riseandinspireri 3 ปีที่แล้ว

      Oromoo koo maatii nuuf tahaa...koottaa qophii keenyatti dhiyaadhaa..yaada keessan nuuf gumaachaa...baayyeen akka jaalatan dubbatu ati hoo????

    • @irishvitonio3492
      @irishvitonio3492 3 ปีที่แล้ว

      Tole

  • @letibrhanu67
    @letibrhanu67 ปีที่แล้ว

    Baayyee garaa na nyaatte haadhoko,fayyatti namnnii imimmaan hin dhagalaasuu jaalala qulqulluu Isa goofttan jaallatu waan lapheeke mooheefidha,jabaadhu haadhoko harrii bor mitii,hagabuu buluun harraa quufaa fidaa dukkannii harraa ifa fidaa,kan madakee SI dagachiisuu waaqayyoo siif haa laatuu!!!!!!!!,Adaraa mucaa kana warshaa keessaa baasaa yoo sinii mijate obboloonni waaqayyoo balbalaa isiinii banee,yoo mijate iddoo mucaan Kun ciree,laaqana,Irbaata hargatee hojjechuu dandahuu galchaa hammaa waaqayyoo bara fiduufitti miindassaa,

    • @letibrhanu67
      @letibrhanu67 ปีที่แล้ว

      Miindaasan manaaf saamunaa isaa haa dandahaatuu

  • @zamzamaliyii1907
    @zamzamaliyii1907 3 ปีที่แล้ว +19

    Uufff miskiiiiin wallah mucaan gorsaa sammuu isaa barbachisaa

    • @Riseandinspireri
      @Riseandinspireri 3 ปีที่แล้ว +1

      Oromoo koo maatii nuuf tahaa...koottaa qophii keenyatti dhiyaadhaa..yaada keessan nuuf gumaachaa...baayyeen akka jaalatan dubbatu ati hoo????

    • @zamzamaliyii1907
      @zamzamaliyii1907 3 ปีที่แล้ว

      @@Riseandinspireri hayee 🥰🥰🥰

  • @kiyadame4598
    @kiyadame4598 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuuuuuuuuuf dhugaa kunii jalalaa dhugaa 100% Abshiir qomoo koo waqayyoo nama sijallatu siif haa kennu jaalallii dhugaan kanuma jiruu garuu fedhaa rabbiiti murtten omaamiti hiree kee indhabduu dhugaa bayyee namatii dhaga'aama 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔 obssaa siniif haa kennu

  • @seenaamuccaatawahido8513
    @seenaamuccaatawahido8513 3 ปีที่แล้ว +27

    Dhugaa waqaa kunni jalalaa mitii dhukubaa sitii gotee argaa ishii😭😭
    Malii silaa wagaa 4 muluu itii taphachaa batee cubbun jalalaa amma lafaa ishii bussaa Yaa obolesaa koo yoo ishii Kan tee tatee nii argataa ykn Kan Kee kophaa jirtii ta'aa kana bodaa of dhiphuun Kee ofi mitaa obolesaa jabadhuu barumsaa ketii boruu bakkaa gudaa gahuu dandesaa ishidhaf jetee yeroo Kee hin fixin ishin durumaa fayiddaa barbadii shamarii akkanaa hin jirtuu itiyyopiyyaa kesaa Dhugaa waqaa kanaf dhisii jirenyaa Kee barbadadhuu

    • @Riseandinspireri
      @Riseandinspireri 3 ปีที่แล้ว

      Oromoo koo maatii nuuf tahaa...koottaa qophii keenyatti dhiyaadhaa..yaada keessan nuuf gumaachaa...baayyeen akka jaalatan dubbatu ati hoo????

    • @ObseeOromiya
      @ObseeOromiya 3 ปีที่แล้ว

      Senakoo mati naf ta'i

    • @tiyaakiyaa5965
      @tiyaakiyaa5965 3 ปีที่แล้ว +1

      Dhugaa kee jettee😭

    • @seenaamuccaatawahido8513
      @seenaamuccaatawahido8513 3 ปีที่แล้ว

      @@tiyaakiyaa5965 Dhugaa argadhuu lubbuu garuu dhiratii gifii hin godhin

    • @tiyaakiyaa5965
      @tiyaakiyaa5965 3 ปีที่แล้ว +1

      @@seenaamuccaatawahido8513 ani sobaan baay'een dhirati cubbuu godhe waqayyoo gahe jedhe dhifama na godhu jalatti alaala dhugaa jedhe hin ture sobaa faan ture waggaa 3 mucaa tokko inni garuu dhugaan na faana hasa jaalala alalaa wan dhugaa natti hin fakanefi cubbuu koo waqayyoon na dhisuu🙏😭

  • @shuluxashuluxa-pf7vt
    @shuluxashuluxa-pf7vt ปีที่แล้ว

    Obbolessa jirenyaa Kee itti fufi dhalan gabbara hin jallattu hin gabbarini tasa duuta sa'a sii barbachisuti buddena Kee nyaadhu dura jallate waan hin beeknef dhalan akkana sii goote jabadhu rabbii Jira abshir waan dandenyun sii garage yoo xiqqate namni tokko qarshi tokko yoo sii deggare oromo miliyona 80 ol qabda!!!!!

  • @asineeyutubi907
    @asineeyutubi907 3 ปีที่แล้ว +10

    Kootuu cabaa lamaa walitii faayyadhaa💖💝💔👈

    • @Riseandinspireri
      @Riseandinspireri 3 ปีที่แล้ว

      Oromoo koo maatii nuuf tahaa...koottaa qophii keenyatti dhiyaadhaa..yaada keessan nuuf gumaachaa...baayyeen akka jaalatan dubbatu ati hoo/?

  • @fetihanejib7677
    @fetihanejib7677 8 หลายเดือนก่อน

    Dhuga rabi midhama jalala dhuga kan beku nama itin midhame qofadha ❤❤❤❤❤uuuuuuufffffffff anis aknuma woga bayen jalalan midhame

  • @raamiiraamii5170
    @raamiiraamii5170 3 ปีที่แล้ว +15

    Rabbin siif haa laaffisu Kuni jaalala miti dhukkuba😭

    • @Riseandinspireri
      @Riseandinspireri 3 ปีที่แล้ว

      Oromoo koo maatii nuuf tahaa...koottaa qophii keenyatti dhiyaadhaa..yaada keessan nuuf gumaachaa...baayyeen akka jaalatan dubbatu ati hoo/?

    • @raamiiraamii5170
      @raamiiraamii5170 3 ปีที่แล้ว

      @@Riseandinspireri tole

  • @intalaworrakush5670
    @intalaworrakush5670 3 ปีที่แล้ว +1

    Abshir tiruu Koo jaalalli si kiisa wollahi dhugaa jaallatte onnee kee dhabdee lafatti hin haftu kan si jaallattu kan si kabajjun bakka buuse si kiisa Rabbin guddaan Abshir tiruu kiyya ishe kana immo tufi of keessa isheen nama miti Abshir si cina jirra yomiyyu ❤️😢.

  • @iftuunuraatube697
    @iftuunuraatube697 3 ปีที่แล้ว +19

    Bayy'ee garaa namaa nyaata dhugaa 😭

    • @Riseandinspireri
      @Riseandinspireri 3 ปีที่แล้ว

      Oromoo koo maatii nuuf tahaa...koottaa qophii keenyatti dhiyaadhaa..yaada keessan nuuf gumaachaa...baayyeen akka jaalatan dubbatu ati hoo????

    • @ObseeOromiya
      @ObseeOromiya 3 ปีที่แล้ว +1

      Iftuko mati naf ta'imee

    • @KebekiOfficial541
      @KebekiOfficial541 3 ปีที่แล้ว +1

      Maatii naaf ta'imee sanyi koo maaloo

    • @sumayaasumayaa9597
      @sumayaasumayaa9597 3 ปีที่แล้ว +1

      Iftuu
      Bagaa rabbin sii fayisee mashaa Allah 😘

    • @samirayoutube9053
      @samirayoutube9053 3 ปีที่แล้ว +1

      Lubbu koo maatii naaf tahii

  • @Jamiladha
    @Jamiladha 10 หลายเดือนก่อน

    Rabbiin ta'aa jalaala dhugaa sii jaalatu siif haa kennuu waan isii lamu hin hasayiin jalaala isii ofii keessa basii yoo lubbuu keeti jirachuu barbaade isiin jalaala dhugaa sii jaalatu hin jirtuu furmaata kanaaf Rabbiin qabeenyaa hin dhuma kee siif haa kennuu 😭😭😭😭😭☝️☝️☝️🤲🤲🤲🤲

  • @zuzuzuzu1399
    @zuzuzuzu1399 3 ปีที่แล้ว +16

    Uuuuuffff xoosi kee ha baatu!! Rabbin sif qaba obsi. ilmoon dhiira akka kana boo'un🤔 of tasgabbessi hin boo'in abshir

    • @Riseandinspireri
      @Riseandinspireri 3 ปีที่แล้ว +1

      Oromoo koo maatii nuuf tahaa...koottaa qophii keenyatti dhiyaadhaa..yaada keessan nuuf gumaachaa...baayyeen akka jaalatan dubbatu ati hoo/?

    • @KebekiOfficial541
      @KebekiOfficial541 3 ปีที่แล้ว

      Maatii naaf ta'imee sanyi koo maaloo

  • @toolashiisoorii9768
    @toolashiisoorii9768 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuufff maal gaara namaa nyaata 🥰🥰🥰 ya jaalaala dhugaa

  • @hanahana5051
    @hanahana5051 3 ปีที่แล้ว +6

    Dhugaa waqaaa bilbilaa isaa naaf kenaa maloo😭😭🤲bay'ee onnee koo cabee uuuuuuffffiiii

    • @botuujawari7499
      @botuujawari7499 3 ปีที่แล้ว +1

      Bilbili isaa ni dalaga dawala haga dhuma dhagefadhuu lakofsi isa dhumaraa jiraa

    • @hanahana5051
      @hanahana5051 3 ปีที่แล้ว +1

      @@botuujawari7499 ishii naaf jiradhuu bibilaa isaa argee jiraa dhumartii

    • @Riseandinspireri
      @Riseandinspireri 3 ปีที่แล้ว

      Oromoo koo maatii nuuf tahaa...koottaa qophii keenyatti dhiyaadhaa..yaada keessan nuuf gumaachaa...baayyeen akka jaalatan dubbatu ati hoo/??

  • @snakoomoon905
    @snakoomoon905 3 ปีที่แล้ว +1

    Abshrii obboleesa garuu bay'ee nama gadisisaa midhaamun kee obsaa qabadhuu jireenyii itti fufaa waan ta'eef sammuu kee of hin dhiphisiin uuuuuufffff.

  • @adamabdo7241
    @adamabdo7241 3 ปีที่แล้ว +22

    Jalalee bira qabdii dhuga jirtu dubbachuuf oso jalalee bira qabachuu bate ilaalchaa akkanaa kana hin qabduf ture.ini garu jalalaa ishiitin qabame wan ture ishin wa ji'uun carra dhabe

    • @Riseandinspireri
      @Riseandinspireri 3 ปีที่แล้ว

      Oromoo koo maatii nuuf tahaa...koottaa qophii keenyatti dhiyaadhaa..yaada keessan nuuf gumaachaa...baayyeen akka jaalatan dubbatu ati hoo????

    • @ObseeOromiya
      @ObseeOromiya 3 ปีที่แล้ว

      Adamkoo mati naf ta'ime

    • @lootitube4329
      @lootitube4329 3 ปีที่แล้ว

      Dhugaa

  • @maskedesta9735
    @maskedesta9735 3 ปีที่แล้ว

    Abshiri kode koo homa mitti kee kanii jedhe lafumaa jiraa baay ee garaa namaa nyaata dhugaa dubbachuu yoo ta ee enyuutu akkanaati namaafi bohaa rabbii hoji eshii eshifi haa kenuu eshiini abba manaa qabdii malee osoo jalaala sifi qabaate mafi hin bilbbili sii jette ati garuu waanii hunduufu kanaa booda eshii hin abdaati eshik bichaa mitti shamarii obsii kode koo atii jabbadhu barumsaa ketii rabbii sii gargaruu 😭😭😭😭😭🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @buliyo535
    @buliyo535 3 ปีที่แล้ว +4

    Uuuuuuuuufff yaa jalaalaa gowwaa namaa gooti yaa obbolleessaa kiyyaa waan ofii jalaatuun rabbiin sihaa jalaatuu obsii isheen waan hojii ofii hin argatii😴😴

  • @JenenusDejeneTube
    @JenenusDejeneTube 3 ปีที่แล้ว +2

    Biyyee ishee nyaattu dhiira boochiifti akkanatti. Dhiiroonni miskina akkanaatu lafarra jiram safuu yaa rabbi... Jaalachuu dhiisuudha kanaa mannaa🙏

  • @fanosegg2427
    @fanosegg2427 3 ปีที่แล้ว +15

    Moloo looks isaa maaxsii yaadnii jaajabesnaa

    • @irishvitonio3492
      @irishvitonio3492 3 ปีที่แล้ว +2

      😭😭

    • @Riseandinspireri
      @Riseandinspireri 3 ปีที่แล้ว

      Oromoo koo maatii nuuf tahaa...koottaa qophii keenyatti dhiyaadhaa..yaada keessan nuuf gumaachaa...baayyeen akka jaalatan dubbatu ati hoo????

    • @zeediisultantaha1073
      @zeediisultantaha1073 3 ปีที่แล้ว +1

      0910888398

  • @fetihashafi7410
    @fetihashafi7410 3 ปีที่แล้ว

    abshiir jabaadhu dhugaa dubbachuuf baaye nama gaddisiisa jaalala jechuun miira tohatamu hin dandeenyedha namni abidda kanaan hin gubamne hin jiru garuu kanan siin jedhu yoo jiraate ofitti deebihi wanti hin darbine hin jiru hunduu ni darba jedhii of amansiisi hara dhiisi borun yaadi rabbi si duuka haa tahu

  • @Gaddooaddunaa5480
    @Gaddooaddunaa5480 3 ปีที่แล้ว +10

    Abshiri qomo koo waaqayoo jiraa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💕💕😭😭😭

    • @Riseandinspireri
      @Riseandinspireri 3 ปีที่แล้ว

      Oromoo koo maatii nuuf tahaa...koottaa qophii keenyatti dhiyaadhaa..yaada keessan nuuf gumaachaa...baayyeen akka jaalatan dubbatu ati hoo????

    • @ObseeOromiya
      @ObseeOromiya 3 ปีที่แล้ว

      Gadooko matii naf ta'imee

  • @misramohammed4614
    @misramohammed4614 3 ปีที่แล้ว

    Walahiii Issaa jalataa Malee ishee qubaa hin qabduu
    Rabbii taa ishee Calituu sifii haa kenuu
    Obbolessaa kiyaaa obsii baraa tokko taa dhugaa sii jalatuu sii kenaa Rabbii

  • @darartuucallaa3621
    @darartuucallaa3621 3 ปีที่แล้ว +3

    Abshir sanyii ko waqayyoo sii haa jabesuu 💝💝💝💝💝

    • @Riseandinspireri
      @Riseandinspireri 3 ปีที่แล้ว

      Oromoo koo maatii nuuf tahaa...koottaa qophii keenyatti dhiyaadhaa..yaada keessan nuuf gumaachaa...baayyeen akka jaalatan dubbatu ati hoo/?

    • @ObseeOromiya
      @ObseeOromiya 3 ปีที่แล้ว

      Darekoo matii naf ta'ime

  • @sendafeedecha5697
    @sendafeedecha5697 3 ปีที่แล้ว

    isheen jaalalee bira qabdii malee osoo jaalala isaa qabate kanaa gootu duurumayyu isaa gooyyommsite irra fayya turte gaaru dhugaan Rabbii haarkaa jirti attii Amma of taasgabbeesi esheedha illbaanyii nuuyii ummani oromo sii bira jira abshir Abdi hin kuutin Kan eshe caaluu argaata immiman kee kun yommilee Lafa buu.uu wayyin ishii gaa.aa munet adaara kee bira dhaabadhu sagantaa kanaarati yeero keenu keetiif bayye sii gaalateefadha nuuf jiradhu

  • @fayzaawal4763
    @fayzaawal4763 3 ปีที่แล้ว +5

    Yaa allah bayyee gara nama nyaata😢💔 Rabbiin siwalin haa jiratu tan akka ketii si jaalatu sif haa kenu Abshir

    • @eventhink3253
      @eventhink3253 3 ปีที่แล้ว

      Uuuuuffff amshir qommooKoobaayyee nama gaadiississaa

    • @Riseandinspireri
      @Riseandinspireri 3 ปีที่แล้ว

      Oromoo koo maatii nuuf tahaa...koottaa qophii keenyatti dhiyaadhaa..yaada keessan nuuf gumaachaa...baayyeen akka jaalatan dubbatu ati hoo/?

  • @maseratedanie5119
    @maseratedanie5119 3 ปีที่แล้ว

    Dhugaa keeti Moonet jalalii dhugaa qabenyii hin dagessuu kanafuu obbsii qomoo koo kan ishee caluu waqayyoon lafa siif ka'eeraa goftaa sababa qaba waan caluu siif yadeeraa ishii

  • @mustiitube5814
    @mustiitube5814 3 ปีที่แล้ว +3

    Yaaa miskinaa abshir 💔💔💔💔😭😭

    • @Riseandinspireri
      @Riseandinspireri 3 ปีที่แล้ว

      Oromoo koo maatii nuuf tahaa...koottaa qophii keenyatti dhiyaadhaa..yaada keessan nuuf gumaachaa...baayyeen akka jaalatan dubbatu ati hoo/?

    • @KebekiOfficial541
      @KebekiOfficial541 3 ปีที่แล้ว

      Maatii naaf ta'imee sanyi koo

    • @samirayoutube9053
      @samirayoutube9053 3 ปีที่แล้ว

      Maatii naaf tahii sany koo

  • @almaazamasiisaa7028
    @almaazamasiisaa7028 3 ปีที่แล้ว

    oboleesaa koo waqayyoo namaa dhugaan sii jalaatuu siif yaa keenuu aniis madaa akanaa qabaa keessaa darbee jirenyaa iraa abdii kuteen turee😭😭😭😭
    akaa ishee dagaatuu namaa biraa waliin jalalaa egalee♣♦♥😭😭😭😭😭😍

  • @raditaaerboo873
    @raditaaerboo873 3 ปีที่แล้ว +4

    Subaha Allah 😭😭😭😭

  • @loomeana1061
    @loomeana1061 3 ปีที่แล้ว +1

    Anaan haadho koo waqaayyoo booda kee bareecha anumatu siin jedhee waqaayyoo siif lakkaa'a ishee immoo umrii ishee hangaa duuti gubaacha gaaba'a jiraati ishee dhiira bira wajjiin jirti si'i yeroo sirraati dabarsachuf dura.ayzook yene malkem hulum nager yihalfal

  • @madinataju7355
    @madinataju7355 3 ปีที่แล้ว +5

    Dhiir oromoo durbaa isiin bosistuu malee durbaa kabajee isiin jaalatu hin jaalataan caara

  • @waamarsiinzeeynab4594
    @waamarsiinzeeynab4594 3 ปีที่แล้ว

    Rabbumma irraa maal eegatti tun dhala namaati miti rabbii sii haa jabbeessu abshiir wonti hundu ni darbaa😭😭😭😭😭😭

  • @ቅዱስተሾማ
    @ቅዱስተሾማ 3 ปีที่แล้ว +5

    Uuuufffff abshir cubbuun kee ishii dhisuuu

    • @Riseandinspireri
      @Riseandinspireri 3 ปีที่แล้ว +1

      Oromoo koo maatii nuuf tahaa...koottaa qophii keenyatti dhiyaadhaa..yaada keessan nuuf gumaachaa...baayyeen akka jaalatan dubbatu ati hoo????

    • @ቅዱስተሾማ
      @ቅዱስተሾማ 3 ปีที่แล้ว

      @@Riseandinspireri
      Siif ta eraa

  • @yusufadan9211
    @yusufadan9211 3 ปีที่แล้ว +1

    Ufffff garaa nama nyaata dhugaa garuu kana keessatti yoo sammuu qabaate milkaa,u danda,aa carraa gudda qaba san hin miidhame malee hin miine waan ta,eef warra koomentii keessa gubataan akkasaa heddtu jira akkasaati Namni baruufi dhabus heddutuu akkuma kooti jedhaa jiru kanaafuu amma heddutuu bilbilaaf waan ta,eef carransa toleera yoo sammutti deebi,ee Hattuu san ofirra Eegef warra bilbilan keessa gaari kan gositu ittaqabu jennaga

  • @samirajamal2315
    @samirajamal2315 3 ปีที่แล้ว +9

    Oromo koo haa gargaruu adaara

  • @dammadammu3963
    @dammadammu3963 3 ปีที่แล้ว

    Abshiir oblessa kiyyaa rabbiin waanii ofii jalatanu si haa jalatuu obsii nama isii oltii jalatuu rabbii si haa basuu jalalii gowwaa nama gotii isifi rabbii waanii hojii isii haa kenuuf

  • @abdiimame382
    @abdiimame382 3 ปีที่แล้ว +4

    Kan waqayyo siif ken hin dhabatu waan tahef Garan murano hin qabane dina abati jalalli nama toko gallama hin gahu abashir siif nii kenaa

  • @Rammee.tube.100
    @Rammee.tube.100 ปีที่แล้ว

    Waly bayyee ulfaata. 😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @dannadanna7321
    @dannadanna7321 3 ปีที่แล้ว +3

    Uuuffffeee maaloo waqayoo jiraaa abshir homa mitiii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭♥️♥️♥️♥️♥️

    • @Riseandinspireri
      @Riseandinspireri 3 ปีที่แล้ว

      Oromoo koo maatii nuuf tahaa...koottaa qophii keenyatti dhiyaadhaa..yaada keessan nuuf gumaachaa...baayyeen akka jaalatan dubbatu ati hoo/?

  • @meskiioromo8300
    @meskiioromo8300 3 ปีที่แล้ว

    Rabii imiima muca kana lafa in busiin ya Rabii ishiin nama miitii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭kesii ko na gubate anan sanyii ko malo lakophsa isa nu ergii Monet anii nan gargara😭😭😭😭😭😭

  • @bilisemargaa5762
    @bilisemargaa5762 3 ปีที่แล้ว +3

    Osoo mootummaa abbaa hirree jennuu .Jaalalli abbaa hirree.....🙄🙄🙄🙄..Ajaaibuma🤐🤐🤐

  • @berhanebekele8621
    @berhanebekele8621 3 ปีที่แล้ว

    uuuuuuuuufff wayyoo jalala dhugaa bayyee nama gadisisa dhugaa waqayyoo obsa siif haa kenu broo isheen sii sobdi fayyedadhaf sitii dhiyate isheen😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔

  • @haleemamohamad3797
    @haleemamohamad3797 3 ปีที่แล้ว +4

    bilbili mucaa maxasame

  • @fiqademokonon5517
    @fiqademokonon5517 3 ปีที่แล้ว

    Obsi kode koo dhugaa watii sii garau yoo jirtee Karaa keessaa Sii dubsa kode koo bayyee garaa
    Nahamtee wanii gudhu hin qabu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
    enanii jabdhu Ati barusasa sirtin qayabdhu ❤❤❤

  • @yaahaweenasi6164
    @yaahaweenasi6164 3 ปีที่แล้ว +4

    What’s this kind of love,this is bad spirit ,believe in God and leave her

    • @oromiyaaqaccee1399
      @oromiyaaqaccee1399 3 ปีที่แล้ว

      Exactly

    • @Riseandinspireri
      @Riseandinspireri 3 ปีที่แล้ว

      Oromoo koo maatii nuuf tahaa...koottaa qophii keenyatti dhiyaadhaa..yaada keessan nuuf gumaachaa...baayyeen akka jaalatan dubbatu ati hoo/?

  • @kmlakumale2967
    @kmlakumale2967 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuufffffffiii baay'ee gaara nama nyaata ilmii nama gaara jabesaa

  • @jemilashow7669
    @jemilashow7669 3 ปีที่แล้ว

    Yaa Allaah mucaa miskiina kana yaala fayyaa akka argatuu osoo gootanii gaarii
    Akka sammuun isaa ishee irraanfatuu gochuu barbaachisaa intalii garuu nama aarsitii dhugaa bor waan ishee mudatu hin beektu maaliif akkana gooti

  • @MassarratKabada
    @MassarratKabada ปีที่แล้ว

    dhugaa.waqaa.baayee.nama.asaa.obbooleesaa.koo.jaabaadhuu.oomaamit😊😊😊😊

  • @ZamzamZamzam-q1t
    @ZamzamZamzam-q1t 3 หลายเดือนก่อน

    Uuuuuufffffff nama gaddisisa Jalala dhuga midha dhumti isaa 💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @sultanamahamad36
    @sultanamahamad36 3 ปีที่แล้ว

    Ayyiii 😭😭😭😭😭😭abbolesa ko rabbin onne ke kessa ishe habasu arga ishe bulti bira qabdi ishe sitti tapha turte rabbin fi haqin jalalla sif habirmatu

  • @tiyaakiyaa5965
    @tiyaakiyaa5965 3 ปีที่แล้ว

    Yaa waqayyo adaraa kan bodaa cubbuu ilma namaa jalaa na baasi yoon mucaa kana ilaalu akka kooti nai dhira bayee waliin jaalala sobaan dabarsee garuu araaraa mucaa kana yoon ilaallu kana bodaa waqayyoo cubbuu koo gahe jedhee narraa haa dhisuu ani dhiira bayee sobee turee waqayyo dhifamaa na godhii adaraa😭😭☝

  • @seenaakgirmaa2121
    @seenaakgirmaa2121 2 ปีที่แล้ว

    Dhugaa miskiina rabbii abshirii waqaayyoo sikiisaaa bayyee nama gadisisaaa

  • @warqeeshambal1307
    @warqeeshambal1307 3 ปีที่แล้ว

    Rabbi hojii ishin sirratti hojette hin kennaf goftakoo waqayyo sii haa jabessu

  • @waqayyoosodachuuogummaatti7908
    @waqayyoosodachuuogummaatti7908 ปีที่แล้ว

    Uuuuffi maaloo Yaa waqayyoo jalalaa dhugaa nuufi kenni 😢😢😢🤲

  • @dagitudagitu3537
    @dagitudagitu3537 3 ปีที่แล้ว

    Ishi Aqi jirenya kee jabadhu 💪💕💕💕💕 yartun kun oso si Gargare jirenya kee jijire dhuga waqaa jabadhu yeron ishin Boche si kadhatu hin dhufa♥️😭😭akka'onti kee maxansi

  • @jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953
    @jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953 3 ปีที่แล้ว +1

    Bayee garaa namaa nyataa dhugaa waqayo namaa garii isatii haa qabuu wayooookaa garuu jalalaa dhugaa qabachuu isaa gariidhaa isheedhafii garuu wayoo atii ammayuu jabbadhuu waqayoo dhumakee haa bareechuu

  • @sifanoroo3786
    @sifanoroo3786 3 ปีที่แล้ว

    Baayee baayee nama gadisiisa cubuu jaalalaa irratti wojatte miskiina😭😭😭😭😭😭😭

  • @raditaaerboo873
    @raditaaerboo873 3 ปีที่แล้ว

    Amshiri sanyii oromoo rabumaa jiraa wanii sii hiirree hin dhabaduu qodaa rabiti watii huduu ok ❤❤❤❤📩

  • @emuneshinagasa9908
    @emuneshinagasa9908 3 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuuuuf Baayee Garaa Nama nyataa dhugaa Jalalaa dhugaa qabaa Azo 😭😭😭💔💔 Adii kutadhuu waqayoo moo Aka jalalaa dhugaa waqayoo imimani kee lalee Kani sii jalatuu sifi kenuu waqayoo sifi kadhanaa💔💔💔💖💖🤲🤲🌹🌹😢😢

  • @madinaganna1412
    @madinaganna1412 3 ปีที่แล้ว

    Wonti inni haasayu kuni dhuga tanan hoji issi hin argaati abshiri siifi raabii caara gaari siifi haa baasuu

  • @iloveyoumom1035
    @iloveyoumom1035 3 ปีที่แล้ว

    Jabadhu ni dandesaa abdii hin kutatin nama si jalatuf male nama fayidaa sira barbaduf samu ke hin dhipisin 😍😢

  • @saifodetalah3422
    @saifodetalah3422 3 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuuuuuuuffffffff yaa jalaala dhugaa dhisii obboleessa koo hinboyiini waaqayyoo siyaa fayyisu garra kee jalaali dhugaan maddeesse

  • @abiisheegarbaabookaa8258
    @abiisheegarbaabookaa8258 3 ปีที่แล้ว

    Ilaa obboleessakoo Waaqayyoo haala hundumaa gararraa jira. Guyyaa isaatti waanta hundumaa siif sirreessa abdii hin kutin.

  • @bontuoromotube1078
    @bontuoromotube1078 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuffffeee baay'ee Nama Gadisisaa Mucaan Jaalalli Midheera Isheen Jaalallee bira dhisii Obboleessaa koo Waaqayyoo Nama akka kee Sif Haa arguu Obsii Rakkinni Ni Darbaa Guyyaa tokko Dukkanaa booda Ifatu Jiraa Jabaadhu

  • @hayt2782
    @hayt2782 3 ปีที่แล้ว

    Waqayyo sii gamachisaa hin shakin obolesaa koo dhugaa kessaa namaa midhaa garumaa gochuun baredaa waqayyo baraa wanii garii sifi kafalaa obolesaa koo homaa mitii guyyaana gamadhuu faago mitii waqayyo jabinaa sifi yaa kenuu 😭😭😭

  • @ketemasheshetu7187
    @ketemasheshetu7187 3 ปีที่แล้ว

    Isheen jireenya mataa ishee qabdi beekaa jireenya keetti taphaatti.jabaadhu jaalala ishee keessaa bahi

  • @fatmuamohamed8689
    @fatmuamohamed8689 3 ปีที่แล้ว

    Weeyyi mucaa hedduu takka gara naa nyaatte yeroo ammaa kan jaalala dhugaa argaachun caara guddaadha garu Rabbiin haa bekku malee waanti mucaa kan akka godhe jaalala qofa garu uffffff 🤔😭😭😭👈

  • @qilleensaaoromiyaa874
    @qilleensaaoromiyaa874 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuffffffffiiiiiiiii waayyooooooo yaa dhilmaa dhirra Maloo dhissii hin boo.iinii siin waani gariitu sii Egaa waan ofii miidhama akka koo malloo muca kana mana yallaa fudhaa waarii bira jirtanii😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂💘💘

  • @nkoogoftako851
    @nkoogoftako851 3 ปีที่แล้ว

    Homaa mittii jabaadhuu obboleessa koo maalo hin dhiphaatin kan waqayyoo sif kenee hin dhabaduu

  • @radiyee6341
    @radiyee6341 3 ปีที่แล้ว

    Ayyyyyyiiiiiii yaa obboolleesa koo baay'ee namaa gadisistaa maalii shamaree baay'eetu jiraa Aizoshii obboolleesa koo

  • @reshadomertube8669
    @reshadomertube8669 3 ปีที่แล้ว

    Baayyee waan nama gaddisiisuudha dhugaa

  • @leensaadamee8208
    @leensaadamee8208 3 ปีที่แล้ว +1

    Intalaa tanaa bakkaa jirtuutti tarkaanfi irratti fudhachuudha
    Mucaa xiin-sammuun isaa tuqameerra intala kanaa akkaa qoosatti dhiisuu
    Mitii mucaa jajjabeessani akkaa tasgabuu godhuudha
    Intala moo ijaan argaa dhiira dhorkuudha
    Abshir obboleessaa isheen yoon haadha maatiitti
    Sammuu kee hitte aphachaa turtee wayyoo🙍

  • @rahimaarahimaa1372
    @rahimaarahimaa1372 3 ปีที่แล้ว

    Rabbii obsaa sii fii haa kenuu waatii hundduu qoddaa Rabbiiti ☝️🤲🤲🤲💕☝️☝️

  • @getediribaa2575
    @getediribaa2575 3 ปีที่แล้ว

    Dhugaa baayee nama gadiisisaa dhiraa meeqaa dubariitiitii tabatee demaa ishin moo muchaa dhiraa tiitabatii cubuu dhaa dhugaa raabii si walin yaajiraa tuu oboleesaa guyaa tokoo hin bariiyaa obisii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏

  • @dhalootabarbaanna
    @dhalootabarbaanna 3 ปีที่แล้ว

    Aboo inttalli jaalalakee hin qabdu sirraa fayyadamaa jirti. Of amansiisii aboo maal namni arguu hin danda'u

  • @rediiarsiiiloveyouoromoo1141
    @rediiarsiiiloveyouoromoo1141 3 ปีที่แล้ว

    Abaarsi rabbi isirra ha jiraatu

  • @hanatiku8654
    @hanatiku8654 3 ปีที่แล้ว

    Homa miti hundumtu harka rabbi jira qomoo koo sii Waaqayyoo jira tunii hiriyya biraa qabdi maaliif yoo jettan immo anis wantii kan nan mudate amma haaraatti dhukkubu onnee badhee deema ayii yaa carraa dhalaa nama😭😭😭😭☝️

  • @likiliki2579
    @likiliki2579 3 ปีที่แล้ว

    Uuufff maaloo yaa rabbii garaa nama nyaataa mucaan dhirii yoo bo,uu arguun nama dhukkubaa😭😭😭😭😭😭please waarii itti dhi,oo jirtaan garagaraa adaraa waqaa

  • @biliseeintalaamboo8224
    @biliseeintalaamboo8224 3 ปีที่แล้ว +1

    Uuff wollaahi ni ulfaata onnee ishee keessa ati hin jirtuu faana hin booyin obsi. Rabbi nama jaalala kee siif beeku siif haa baasu. uuuuu kun jaalalaa miti wlh si maraachuuf malee. maaloo dagadhu😢😢 moonet hardha garaa nu balleessite

  • @ayeesisha7144
    @ayeesisha7144 3 ปีที่แล้ว +1

    Wooyii jaallalla dhuga abshiri baay’ee gaara nama nyaata dhuga💔💔😭😭😭

  • @rahimaarahimaa1372
    @rahimaarahimaa1372 3 ปีที่แล้ว +1

    Rabbii Jaalalaa dhugaa sii fii haa hiruu ☝️🤲🤲💕💕

  • @aesha1288
    @aesha1288 3 ปีที่แล้ว

    Wayooo Imiimaanisaa anaa koo anffii wallaahii heduu na gadisiisaa yaa nama imala nama jalate dhuga mucaa fayaleesa rabbii ti uuuuuuuufffff
    Abarmte isheeeni sunii itii gaftee baayy"ee☝💔
    See Translation

  • @seshasesha4179
    @seshasesha4179 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuufffffffeeee kun jaalala mitii waaqayoo isheedhaaf haadhisuu😭😭😭😭😭yaada ketifii saamuu kee hiin dhibisiin

  • @Ibrahim-ee8fg
    @Ibrahim-ee8fg 3 ปีที่แล้ว

    Amaluma jaratii jarii nama dhugaa hin jalatu abshiir attii amalee ishetuu dhabaa male attii hin dhabduu basii ufkesa jirenyaa kee gara funduratii yadii ajoftuu kanaa