Hojii baay'ee bareedaa fi boonsaa ta’e hojjechaa jirtu.Hamma miidhagina isaattimmoo daawwatamaa hin jiru.Sababiinsaas promotion irratti in hojjetamne.Namoota Public figure taa’anii wajjin walqunnamtanii utuu irratti hojjettanii gaarii dha.🙏Anyways your ideas your acting performance is very interesting Proud of you guys keep up your good job👏👏👏
You guys I appreciate your work.As a suggestion I beg you to avoid informal dialog(mixed dialog) like "በቃ፣እሺ፣ቀልዲ፣" and others.Addtionally try to get other casts from other part of Oromia to have diverse dialect of Oromo in your commedy. Thank you!
Comedy kun akka ilaalmuuf kara social media adda adda share godha beksisaa please 🥰🥰🥰 I love it
Tolee dammee 😘💋barreeduu koo
Jabadhaa ijoolee kenyaa idoo gudaa akaa isni gesani abdii guudaa qabaa 👌
Xumurara ideti cicita gadhisatan sun hojji kessan bayyee barechera
Abdii guddan sinirra kaaye jabaadhaa
Dhugaa keeti sammuun namaa hin jijjiiramu taanaan harka gubdanii waa hin gootan💕💕💕💕😁😁itti nu fufaa🥰🥰
Ija irraa hafa.nuuf jiraadha.
Garuu immoo haalli uffanna keessanii sirrii miti.namni yeroo rafu uffata halkaanii uffachuu qaba.jiimsiin hin rafamu.nuuf sirreessa.galatooma
Atimo kkkk nama dhibada
Barumsaa qaba ittii fufaa jabadhaa obolewaan koo 👏👏👏👏👏🤣🤣🤣🤣
Jabaadha
baayyee gaariidha
Baayyee namatti tola jajjabaadhaa garuu,mucaa kana yeroo hunda waanuma hin taanerra hin hojjechiisiinaa
Dhugaa jechaan dhabeem baayee baayee namatti tolaa jabaadha!!!!!!!!!!!!!!!!!
Nuf jiraadha namaati toltu jabaadha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Baayyeema tokko na kofalchiisaa jirtuum jarana ...!!! Maaloo hojii keessan jaalladheera jabaadhaa dhugaa !! You tube keessan argachuuf baayyeen carraaqaa ture amma garuu argachuu koof gammadeera.Way Buchooo koooooo......!!!!!!!!hhhhhhhhhhhhhh
Baayye baredaadha jabadha qaqqaliwan ko
hojii gaarii hojjataa jirtu jabaadhaa itti fufaa
garuu afaan oromoo sirreeffadhaa
Woow dhugaa rabii heduu toko nama buarsiittuu Qashitiiwan keenya jabadha❤❤❤❤👌
Bagaa nagaan dhuftanii ijolle Kenya 😍💚
wood jabbadhaa bayyee namaa boorsituu jaabbadhaa
🤣🤣🤣🤣🤣bay'ee namati tolaa jabadhaa ❤❤❤
Chaarjeessaako
Wooow jabaadhaa baay'ee nama buhaarsa hojiin keessan 🙏🙏🙏🙏🙏🙏👍👍👍👍👍👍😁😍
Bayee namatii toltuu dhugaa ❤❤❤❤❤❤😍😍😍😍😍😘😘😘😘
Oromoo ko maatii naafta'i adaraa
Kkkkkkk garan nu dukubee jabadaa hojadaa🥰🥰🥰👌👌👌👌👌
👏👏👏 jabaadhaa ijjoolle
wowwoo itii fufaa
Bayee namati tola jabadha
Bayee namatii tolaa jabadhaa ❤💚❤
Dhugaa rabbii bayee nama kolfisistuu
ayii sigalafhte 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Jabaadha bayee namati toltuu ❤️❤️❤️❤️ garaa dhuma natti toltaaniyu yeroo kolfiitan😘💚💓💚
Jabadhaa machiin kee sii galacheera gudugiduti moo isaa kolfaltaan sana hin dhabina Isumaa ilaluuf jechaa kan video kesaan yaduu jiraa
Garuu dhugaa baayyee nama bohorsas, arsiisas jabaadhaa🙏🙏🙏
Hojii baay'ee bareedaa fi boonsaa ta’e hojjechaa jirtu.Hamma miidhagina isaattimmoo daawwatamaa hin jiru.Sababiinsaas promotion irratti in hojjetamne.Namoota Public figure taa’anii wajjin walqunnamtanii utuu irratti hojjettanii gaarii dha.🙏Anyways your ideas your acting performance is very interesting Proud of you guys keep up your good job👏👏👏
Heedduu galatoomi haadhokoo!
Wow baayyee namatti tola
Mashallah
Haalan namaatti tola jabbadhaa
Jabadhaa ijoollee keenyaa
Wawwuuuu bay'ee bareedaa jabadhaa 🥰🥰🥰🥰🥰🙏💪
😁😂😂baayyee namati toltu jabbadha🥰♥️♥️🤍🤍🤍
Jabadhaa ijolee kenyaa
Wow 😲 1ffaa dha jabadhaa
Dhugaa namatitola jabadhaa🥰🥰👌👌👌
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣wayii gudidha wallahi
Kanaas immo hana jedha kaa. Kkkkkk
Jabadhaa
Kan rafee kastuu isini waqayyoo isini haa ebisuu baaayee namatii tolitu🙏🥰💓
Wayyoo garaa koo kolfii NAA bilcheesse
Mee itti na dabbaaladhamee pls 😍😁
jajabessa ilman oromoo kana 🎉❤❤
Jabaadha
🤣🤣🤣❤️💚❤️Jabadhaa bayyee namatii toltuu
Kkkkkkkk wayiiiiiiii kolfaa dhumne baraana 😁😁😁jabaadha baay'ee namatti tola
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko prank daawwadhuu
@@sanyiimedia575 tole
Nagaan wappayyoo siif akkam koo and 🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤💖
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤❤
ijollen tun hoji baredaa hawasa buharsu hojata jirti oromon jajabeysu qabna
😂😂 abet mudii kee
kkkkkbayeenamatotaii😅😅😅😅😅😅😅
Nuu jaabadha isin jaalana
Bayyee namatii tolaa
Ajaa'ibadha dhugaa waaqaa
Jabaadha.
Buchokkoo argen dhufe tiktoki irra jebadhaa
Kkkkkkk ani kolfani mucqii jedhee😁😁😁😁😁
Dhugaa qaba maal haa godhuree, barichumatu itti cimeem obsi malee atimmoo
Kolfan du'ee waaqa 🤣🤣🤣🤣
Dullaan gara Shimaalaatti
Birriin gara Qarshitti osoo jijjiramee yaadakooti
Hattuu DHA
😄😄😄😄😄😄😄😄bay'een nama gammachiftuu lammikoo nujiradhaa
Kkkkkk
Bayee namati tuluu ijolen kun
Ilove it
Bayee namatii tolaa nuf jiradhaa komenti kunii dubaratii
namati tola dhugaa hatkatuu dema ishe jettumo akka dagagtameti ialadgha
Kkkkkkkk
Sure jins uffaatan bultan isn lamanu garu immo sure kan birra essa dhufee, sirrit itti qophayya
Kkkk
You guys I appreciate your work.As a suggestion I beg you to avoid informal dialog(mixed dialog) like "በቃ፣እሺ፣ቀልዲ፣" and others.Addtionally try to get other casts from other part of Oromia to have diverse dialect of Oromo in your commedy. Thank you!
Jabbadha itti fuffa
🥰🥰🥰
😂😂😂😂🥰
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Kkkkkk🥰🥰🥰😍😍😍😍
Kkklkkk
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
kkkkkk ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉
😊☺😊😀
Xumurri diraama keessani heddu namatti tola
Baye namato tola
Jalallaawani qallii maqaa keessani enyuu faffaa???
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk
Kkkk😂❤
Hhhhhhhhhh
❤❤❤❤❤
QAALII KEENYAA NUUF JABAADHA
😁😁😁😊😍😍😂😂
🤣🤣🥰👌
💋💋💋💘
Kkkkk❤❤
👍👍👍🥰🥰🥰🥰🥰🌹🌹
😘😘😘😘😘👌👌👌👌👌💚❤💚
Kkkkkkkkkk
ok