Dhuga keti ijole Arsiii anu baye beka wly gara lafeti dha le yo namni bo.e nama walin bo.uu icii nama ille basanu ani hirya qaba ijole Arsii uuuuuuf 😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤ Wa,e jarsa ofi lle dubatanu bayen isani miskina ❤❤ toko toko male
Dhugaa keti umu ajabaa nu jirdhu gorsa kesanti nama fayadamu nu haa godhu ❤ Waye abaa mana ofi mida iraa fidun hin tatuu oboleti oftitu himatu hin tatu wly
🤣🤣🤣isin sheyxana kan jedhef bar jaalalan nama bojitani fira fakkattani icciti nama kessa guurtani jechumafi😂anayyu rabbii nabaasu male wan tate hunda himi himi😅 nagodha
Dhuga keti dubarti yero amma na argi bayifti moma mara kesatu rabin nu haa qajelchu garan ta,e ji,a 2 oso hin gahin uf hafarsiti akka waan adunyaan hin argini argite
Icciti jirenya ofi yo himte jaarsi galafire😢?😂lakki waan fedhes ta'u obsun ni danda'ama jarsafbjartin jirenya ofi foyyessuf wogga 8 addan faagatte jiraattus ni jirti😮isiiidhan baafti hin baane waa'e kana Shanarran biyya araba gaafadhu Abban obsinan owwi wo'itu hin jiru qabbanuma.😊
dubartini buluti siduma gana ma ijarateni baredi wolhayi ani daimumani herume garu abani mana kiya bira hijiru biya araba jiira jarasi kiya egani bira deme woga 6 jarasi kiya na ege dadabe ama fude jiira ani sababi mati kiya gara garufifani jaarasha kiyara fagade garu ega jarasi kiya fude ani isha hike buluti bira ijarachuni n ati hitolu
As wr.wb.lubbu.umani.komenti.digamaa.namaa.barbadaa.ufii.nama.dabaraa.wlyi.waan.bultii.hadhaa.ofituu.yoo.namaa.gamtee.malee.himachun.hin.ulfataa.mali.setaa.iccitin.babalataa demaa.degamun.isani.daran.dabalaa
Dhugaa keti umu ajabaa nu jirdhu gorsa kesanti nama fayadamu nu haa godhu ❤ Waye abaa mana ofi mida iraa fidun hin tatuu oboleti oftitu himatu hin tatu wly
Umu Aja’ibaa 🎉❤
masha Alla dhuga keti
Maasha Allah tabarakallaah
Ummu Ajabo teenya ❤❤🎉
Galaatoomi hayyaati
Nasiyaa bareeda nuuf dhamate ijoolee arsii ni dhokistii ni obsitti .
Yaa rooza teenya rabbiin sii haa laafisuu inshallah
Astaghifurrallah kkkkkkkkk
Yaa ummu Ajabo maal jechuu arban hangan gahu🤔
Subhaan Allaah
🤣🤣kkkkk kan jalalati bar
Dhuga keti ijole Arsiii anu baye beka wly gara lafeti dha le yo namni bo.e nama walin bo.uu icii nama ille basanu ani hirya qaba ijole Arsii uuuuuuf 😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤ Wa,e jarsa ofi lle dubatanu bayen isani miskina ❤❤ toko toko male
Yaa rabbii jirenyaa kenyaa ganama nufii tolachii dhirii sobaa
Wolayii dhugaa keeti masha alha 😢😢😢😢😢😢😢😢
Dhugaa keet ❤❤❤ gorsi na ta,e dhugaa Debi,I kotu gorsa baredan❤❤❤❤
Mee Rooza keessani dhaqani gorsii yaa ummu Ajabo ♥️
Mashaala mashaala tabakaarahmaan rabbiin siraa haa jalatuu
Kkkkk umuu ajabu habibati dhufe nara kafne kaa❤❤ garuu wolhi gorsi kee hudduu dasi namaa jedha galatoma ❤❤❤
❤❤❤❤❤mashaaallaah mashaaallaah butii kee baftee jeduu duaa
Wollahi Dubarti Arsii hedduu obsa qabdii Ani bulti ijaree diguu jedhee wogaa 8 obse jiradhaa jiraa mucayo tokko qabaa issif jechaa obse jiradhaa Alhamdulillah
Rabbiin sindiigin ammas obsi❤🎉
Dhugaa keti bektuu too❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍
Dhugaa keti umu ajabaa nu jirdhu gorsa kesanti nama fayadamu nu haa godhu ❤
Waye abaa mana ofi mida iraa fidun hin tatuu oboleti oftitu himatu hin tatu wly
Rabii isii haa lafisuuu inshalaa wolhii yeroo amaa bultii odu namatuu digaa obsuu barabachisaa
Dhumaraati hedduu kofe😂😂mashaa Allah yadda garii dhamtefi ❤
Ati Waa hundaafuu Galatoomi waa hedduu As keessa qabadhee waa hedduu akka of eeggannoo godhus vedio kee keessatti Arge Ati dhugimaan hubattuu namaati Ummu Ajab teenna umrii nuuf dheeradhu❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉Vedio keetif ka Roozaatis haga dhuma dhageeffadhe carraa dubartii tana Nama moo Rabbuma irraa akkatti jajalatte jedhe yoo yaadu mataan na dhukkube wallahi😢😢😢😢😢🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️
Anuu Hin bekuu durani mdiyaa irtii dhagyee Umuu afanani yokin maruu shoo gaftee turtee gafii fii debii irti dhaytee wogaa 5 ergaa adan banee jetani turtee habibtii
Dhugaa kettti ❤❤❤ummuu Ajaab❤❤
Umuu ajaa hojii kee nyadhuu yaadaa baree hasoftee katee dubaan nuu arabsitaa ani faa mana qulqullesuu eduun dhisee sii dhagefadhee👊👊👊👊👊
Yoo jartti qaba
Mashaalla barduu wahii
Rozaa badetii isinii boyatumanii demii midiyaa kanaa nuu jibisitee😊😊
😂😂😂😂😂dhumaa irraatti sheyxaana nuun jetee😢 hojjii kee nyaadhu garuu sii jalaadha ❤
😂😂😂kan jaalalati
Ni aartee miskina dhisi kkkkk
Dhugaa ketii mamiyee too ♥️♥️♥️
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ummu Ajab Roozaan halkaan ka'ii leeyli salaati rabbii kee kadhuu jedhiin.
❤Jedheni bar vedio ko hin dhageffanne ati hamma dhuma
Dhugaa ketii wly na kesa dubate ❤❤❤❤
Sirri jete roza
Usiii jedhii nuraa dhugaa isitaa
❤❤❤❤❤❤
Kkkkkk ammas ni jenna seenaa isiiti kunii habiibtii ✅💯
Gorsa baane dadhabne Ee dhimma dhunfaa kee hin himin jennan hinaffaa nun jedhaa baate ,nuttu nuuf himi jedheeni jalqaba, ufii himtani gadi baatani nuti sheyxaana mitii 😂😂
Yaada kennachuudhaf immoo mirga guutu qabna ✅
🤣🤣🤣isin sheyxana kan jedhef bar jaalalan nama bojitani fira fakkattani icciti nama kessa guurtani jechumafi😂anayyu rabbii nabaasu male wan tate hunda himi himi😅 nagodha
@UMMUAJAB 😂😂😂 rabbii sii haa dhiisu ummu ajaboo
Wallahi hamtuu tessan hin barbaannu ani akka mataa kootitti garu bakka sirrii miti jedhee amanetti ni qeeqa kan isiin qeeqnuf isin jaalanna waan ta'eef, nutis akkasuma isiniin bohaarra dhugaa, 🌷isinis nu dandayaaka 🤷
Yaa Rabbi keesaa keenaa nuubareechisii
Nama gowwoomsun maaf barbachise ree ummu ajab nu gowwomsu babaadde isiin erga himte ol baate dhugaa dubbachu qabdii, yokaan jalqabuma dhimma dhunfaa keessani please dhokfadha baqqaa nu hin komatina ,gaafa dhiyoo garaan na taa"e jette san maaf daddafte himta gaari miti ijji nama siif jennan hinaaffa jette waan biraatu ol baasa jette loolte . Maali goone keeeyri yaannef nuti
Dhuga keessan wollah duruma icciti ofi dokfachudha vedio worabani nama komachu irra😮ani Hamilema isi hin tuquf isiinin jedhe male isinis dhuga qabdan😂❤
@@UMMUAJAB kkkkk ok galatoomi yenee konjoo 💝
@@UMMUAJABwolahi ani kommanti isii jalaati amshir hundii kenyaa dhirraa wojiin rakkataa jirataa jirraa obsii jedheen birraa darbee garuu namni kenyaa osoo nama jajabesuu danda.an itti arabaan nama gubbaan maddaa nama soqidaa itti firfisan
Umuu ajabo jabduu tena jabadhuu roza gorsinii wahe bultii midiya iratii hasayunii hinii barbachisuu midiya mitii matii ufituu himinii hiinii tatuu
Rabbiin haa laafiisuufii
Dhuga keti dubarti yero amma na argi bayifti moma mara kesatu rabin nu haa qajelchu garan ta,e ji,a 2 oso hin gahin uf hafarsiti akka waan adunyaan hin argini argite
dhumaratti nuarabaitee bar mira kessa galtte😮😮😂😂😂😂❤❤❤❤
😅😅dhifama❤
Raabbii sii haalafusuu habibittii❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤Jabadhuu❤❤❤❤abshiirr😢😢
ani hedduu jaladhaa Rozaa garuu hojini isi kuni na jibisisee wa dhofachuu hin betuu wanii hin bekkuu dubartini obsituu wa hundatii
😢dhugaa ofii usadaa umataa kenaa rabii alafisutii
Yoo hordoftoota ofiittii hinmne akka bultii godhate beeku waantaheef maalif adda baatan jaarsii kee meera jedhanii gaafatu maalgootire😢😢
Tama ofi himati isini mucati qabdi 😂😂😂😅
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉Jabadhuu ❤❤Abshiirrr 😢😢
Osoo sitahe yaadimee isii akkasiin namtokkoon wol hinargine mana keessttii hashagee ofii achiiti kanbiraa woliin akka fedhee taha isiidhaa yaroon eraa deemara innii achiiti fedhiisa gutataara isiins fedhii qabdiim dhufee woliin jiraataanjiru booda dhibee addaa addaa ittii fida isiittii😢😢
Icciti jirenya ofi yo himte jaarsi galafire😢?😂lakki waan fedhes ta'u obsun ni danda'ama jarsafbjartin jirenya ofi foyyessuf wogga 8 addan faagatte jiraattus ni jirti😮isiiidhan baafti hin baane waa'e kana Shanarran biyya araba gaafadhu Abban obsinan owwi wo'itu hin jiru qabbanuma.😊
Adaa keenya keesatii waa bayee dheefanee jiranaa garuu ama nama qiilleesatuu seen
😂😂😂😂😂 sodaattu hin cufiin koomenti ,isinuma yaanneti bar
Dhugaa ketii wolahii rozanii gowaadha 😂😂😂
Kk ani sinn arabusu kometi hin cufatin
Abshiiiir ❤❤❤❤❤❤
Wars sikkofi mando male kun gudisa bdudha jachu ketii?
San deemi worra 9 heerumani sagale dhiira baran jedhe mammake san gaafadhu.ani kuta ko qofa beeka.nuti obsaan jiranna male 9 herumne sagale dhiira baru hin beknu Alhamdulillah rabbiin obsa nuuf haa dabalu.....Qormata bulti kessa yoma obsan qofa milkawwan.
😭😭😭😭😭💔💔
Bultii ufii abamatuu jabefataa male namnii nama jabesuu
Dhuugaa keetii waalayii🎉🎉🎉
Nika,wajin erumun hin ta,a mo mal jetii sila Rozan 😂😂😂
😢😢😢😢😢😢😢💔💔💔💔💔
Zinaan Sadarkaa qabatanii herumun Rakoo hinqabuu
Malla balesitee sii argaan Arabnii isaan irra haa cittuu
Kessan.gorsii.jechii.kee.hundii.gorsaa.baredaa..wlyi.garaa.naa.nyatee.
Dhugaa. Keetiii
bultii kesatii shamran Arsii namani gahuu hin jiruu heduu obsaa qabdi bultii kesatii heduu obsiti
keesaan gorsi oboleeti Dhifama
Garuu namni bultii Awaala caaltuu hinjirtuu Amaalle jarjaruu garii mitii taasgabahu qabdii
dubartini buluti siduma gana ma ijarateni baredi wolhayi ani daimumani herume garu abani mana kiya bira hijiru biya araba jiira jarasi kiya egani bira deme woga 6 jarasi kiya na ege dadabe ama fude jiira ani sababi mati kiya gara garufifani jaarasha kiyara fagade garu ega jarasi kiya fude ani isha hike buluti bira ijarachuni n ati hitolu
Seruma dhirati dubarti sobun wanu warqi si bita nan jedhe garu amma waga 5 warqi hin agre😂😂 kun waan nama arsu hin qabu
😂😂😂baga argite
Isiin sheyxan jete ummu ajab 😂😂😅😅😮😮
❤ninsobe😞
Dhugaa ketti wlh anis akkasumaa jedhaadhaa ture
Eee wallahi obsattu callaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢
Maashallaa Maashallaa ❤ ❤ ❤
Kuni wona bulltti himu oso hin tane wani dhirrii nama godhu irra ha baranuffi kuni barnotta akka kottii anu waa bayye irra baradhe
Laa Kalli wolli kan hire ofi maro bira gahe arga male icciti ofi facaasani Namaf qodun faydi hin qabu.
Communit rozaa san lalee hedhuu na ajibee wlhii
Eee dhuga jete bultin marii hinta,u har,afi boruusi beekku qaban dubarati
Kkkkkkkkk
Yaanni kiyyas kanuma
R😂2😅😅
😂😂😂🎉🎉❤❤
Namoni.waye.bulti.midiyaa.irati.odesuu.kuni.midiyani.bakaa.hundaa.akkaa.gahuu.bekanii
😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
Naa.arbsaa.jetaa.lubbu.yadaa.baredaa.dubatee.maa.si.arabsinaa.ree.hagaa.dhumaa.si.dhagefadhee.lubbu
Nama heddutu na arrabse amma delet godhe male😂nin beeka ani

Sah wallahi
Dhugaa keti umu ajabaa nu jirdhu gorsa kesanti nama fayadamu nu haa godhu ❤
Waye abaa mana ofi mida iraa fidun hin tatuu oboleti oftitu himatu hin tatu wly
Eee wallahi obsattu callaa