Mee Namnuu keessatti if laalaa osoo duunee Gaafii qabree keessaa deebisuu dandeenyaa ja'aa if laalaa . Jaffee Ati Ammoo hojii teemoo Bada Jaalatamaa namaa ❤
Yaa rabbi nu laaffisi wly billay an kooflii nan qabuu kan duniyaa irratti akkana kan akhiraa san kaa jala bahu hin dandeenyee fiydee akkam tanaa yaa allah ati nuf laaffisii nuf araramii 😢😢 yaa jafee obboleessa kiyya prank akkana tun gaarii miti dhisii rabbin rizqii biraa sif ha kennu
قال رسول الله صل الله عليه وسلم ❤️لا يحل لمسلم أن يروع مسلما ❤️رواه ابو داود وصححه الألباني❤️اي يحرم على اي مسلم ان يفزع او يخوف مسلما مثله بأي شكل وفي اي حال ولو كان بالمزاح والمداعبة❤️✍️📚💔💔🥹🥹😭akanati nam hin rifachisin blis🫷
Subhanallah tun waan qoosaninimiti, piraankis hin jedhamtu tun obbolesso waan saaykoloji nama miidhaati male . Garuu oso yero hunda prankuma nama gaddisiftu tana namarratti dalagaa oolu kana ifirraa dhifte tanuma barnoota fi boharti if kessaa qabdu dalayde namatti tola. Qalbii namaa cabsuu qofa ati guutumatti ati prankin ke yeruna hundaahu? Dhugaa itti yaadime beekamuun qofti beeka naman gootu bro😏
Mee Namnuu keessatti if laalaa osoo duunee Gaafii qabree keessaa deebisuu dandeenyaa ja'aa if laalaa .
Jaffee Ati Ammoo hojii teemoo
Bada Jaalatamaa namaa ❤
😢😢😢😢
Uuuu😢😢😢😢
😅😅😅😅😅😂😂😂😂😂
Subahan allah mali kunu ya akki ani nin bohe walahii hiriba kesati akkas nama hin godhin yo nasu sanin wa tahe ho namni😢😢😢
Yaa rabbi nu laaffisi wly billay an kooflii nan qabuu kan duniyaa irratti akkana kan akhiraa san kaa jala bahu hin dandeenyee fiydee akkam tanaa yaa allah ati nuf laaffisii nuf araramii 😢😢 yaa jafee obboleessa kiyya prank akkana tun gaarii miti dhisii rabbin rizqii biraa sif ha kennu
Subhaanallaahi Rabbi gaaffii qabrii nutti haa laaffisu
Dhiifama woliin garuu dogogora tokko qabdaa maali yoo jettee namnii onnetti dhoohuu danda piraan kiin hundii isii mamatti tola kana fii kafiroo irratti daladde santuu nama rifachiisa jaafee Koo hedduu sijaalanaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Aboo Rabbii sodadhaa namanii kan riifasuun du uu jiraa😢😢
AS WR WB AKKAMII NAGEEYAA JIRTA MUNASHIIDOOTA KEESSA IBSAA ABDII AKKA NUFU AFERTUU KABAJAN SII GAFANAA
Jafe wly pirankin ke hedu bareda shalamamu qabda wly bro jafe💪💪💪
Wly Jafe Jolleen Akka Hin Marane Park Akkana Osoo Gootu Garuu Yaani kee Bareedadha ❤
Piranki wan ja,maa hunda jafe fi dhisaa mashala
Wlhi jafe khun prank hin tahu dhuga muca onne dhabdani😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Jaffe Mali wan akkana sirrimi dhisi
قال رسول الله صل الله عليه وسلم ❤️لا يحل لمسلم أن يروع مسلما ❤️رواه ابو داود وصححه الألباني❤️اي يحرم على اي مسلم ان يفزع او يخوف مسلما مثله بأي شكل وفي اي حال ولو كان بالمزاح والمداعبة❤️✍️📚💔💔🥹🥹😭akanati nam hin rifachisin blis🫷
👍👍👍👍👍👍👏👏👏👏♥♥♥♥♥ صح والله شكرا جزاكم الله خير ❤❤❤
Rabbiin si haa qajeelchu abboo 😭😭😭😭😭
Mucaan kun osoo Rifaatu du'ee akkam gootan mee please wal eeggadha prank keessatti Rifatun bada nama Ajjeesa😢😢😢😢😢
Namni onne qabu rifte sii harkati du'aa shuhada kuni prank dha malo wly namni fate du'e arge bekka ani wani akkana dhisi abo subbanallah
Uuuuuuu ani asumati sodadhe 😢
😂😂
Jafee walayiihi rabiini sii hin dhisuu mucaa Onee dhabatee 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤😊
Wly namnii gafaa malakal mowitii itti dhufee pirank jechuu hin oluu 😮 jafe namni kun yoo achiin hafee maltu siti dhagahamaa Rabbii sidhisaa😢
Subahanallaha ya Rabii ya Allah nu qajelichii atii 😭😭🤲☝️ gafii guya qiyama 😢😢
Taa ajabaa naa tatee malekan afan oromoo dubataa mucan numaa rifatee silaa ni bekaa turtee❤❤❤😂😂😂😂
Wallahii hojii te mo jafe rabin si dhisuu ta mamee Kenya qali 🥀😂😂😂😂
Wlhii silaa duaa tatee Ho me 😢😢😢wan debifnu hin qabnuu br suban Alha 😢😢😢
Atis sirra khafalla beekhi 😂😂😂😂
Maashaa Allaah Aboo ati jabaadhu wallaahi koflaan garaan nudhukkube hedduu bashannanne galatoomi umrii dheeradhu
Mucaa jafee aknaa nama hin godhin😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
yaa jafee garuu Piraki Ajaiba hojjatee hiribaa kesaa kasuu santuu tuu namaa Rifachisaa😭😭😭😭😭
Mee maal qaaba 😢yoo siitii haafee maalaqnii akkatii fiduu kunii 😢raabbii jz siif haa kaafaluu walhiii 😢😢😢😢
Jafee yoo rabii sodatee pirki akanaa namarti dalgii yoo rabii sodatee uuuffff 😭😭😭😭😭😭😭😭 ani kanini laluu bayee rifadhee 😭😭😭😭
Subhaanallaah jafee sirrii goodhee namaa rifachisuu keetiifii ittii gafatamnaa bar gaarii mittii dhisii waan akkanaa😢😢
bayee namatii tolaa akanumatii tii nuf fufii jafaree jabadhuu
Mashalla qabrii nu yaddachifee jirta of daggata hirba kafte jabbadhu
Subahan Allah 😢yaa jafee wly huji kee 😢😢😢😢😢
Wollahi mucaa miskiina akkanatti onnee dhabdani
Isaa rafuu miti anuma ijaan ilaaluu na sadachiftani
Jafee hojii tee nyaadhu 😂😂
Jafe wardaa pirank naaf godhi😂 maqaan kiyya obsan Rashadi❤❤❤❤😅
Aboo gurbaa rabbii kee hin sodaatu ati waallaay waan kun sirrii mitii jaalaltii tanaan argatuu mallaqni tanaan argatuu waallaay irraa sii gaafachuuf ta'aa
Maashaa allaah garuu iimaana qabdan bar allaahu akubar numa jedha
Jafe namnii rifatuun nii duaa barra dhisii nuraa namni hundii onnee takaa miiti nama biraa hin godhin
Jafe obbolleessaa koo qalii namaaa garuu pirk yoo gottuu ofii egadhuu eshii yeroo takkaa takkaa riffaanon. namii riffaatuu waan biraa kessas namaa galachuu dandaa waan teef waan akkaan hin godhinaa eshii
😂😂,😢😢😂😂😂
Jaffe rabbiike sodaadhu piranki akkasi ijolle miskinarrati hinojettin womtikun wae lubbuto rabbikee sodadhu
wallahi hojii te mo jaffe
Mali parank Akanaa ya rabii oso one dhabate hoo 😭😭😭😭😭😭
Hojii keessan nyadhaa aboo muccaan miskina 😢😢😢😢
Maali bro akkas namarratti hojjachuun jafe siin jaaladha
Mucaa san dhiifama gaafadhuu tii
Nuuf gadhiisi baqqaa an sirra aareetiin jira hanga gad dhiistuu dafi si eeynaa
Jaffe attii rakkoo qabda wallah sharia tamtu akkanattii nama rifachisu siif hayyame hoga fete bajajiin prank nama gota oso wannii gaariin meqa jirtu akkanatti qalbiii nama cabsun maalii
Maashaa Allaah Aboo ati jabaadhu wallaahi koflaan garaan nudhukkube hedduu bashannanne galatoomi umrii dheeradhu❤❤❤❤
Kun wan namaa kofalchisatimitti kessaati if laluu qabna 😢😢😢😢😢😢
Wly rabbini sin dhisu jafe malif qalibi isa cabisita😢😢😢😢
Abo jave ati moo mucan kun ha martu dubaa😂😂😂😂😅😢😮
Asalamu'aleykum warahmatulahi wabarakatuh jafee Wan akkana irraa if qusaadhu annu hedùun rifadhee😢😢😢😢😢
Wallahi ati waa nama miti akkamitti akkana nama goota sila rifaatun duhee mee akkamii garuu waan akkana dhiisii
Jafe piranki akkasii lamu hin hojjatina. Ijoollee Naasu dhaan lubbuu isi darbu danda,aa waan taheef😢😢😢😢😢
haalan na gammachiise jabaadha
Wayyioooo kanaa kolfii dhugaa uuuuuuuiuuuuuuu kkkkkkkkkk
Wlh nama hin Tatu uuuuu gafun Issa wasirra hin batuu😂😂
Subhanallaa Allah 🙆♂️😢😢😢😢Rabbi
Yaa subahaanallah yaa Rabbi jawabaa afin nu kayii gafa asira galuu😢😢😢😢😢😢
Rabii siha qajelchuu jafe uttu Mucan oneen dhabate mal gota😢😢😢😢😢holaa
😢😢😢😢😢😢😢 rabbi soddadha akkan nama hin godhina 😅😅😅
Next Salah Mohamed please ❤❤
Dalagani kesani bayebareda garu😥😃❤️💚❤️✅️👌
Too hogaa San rifatuun du'e ho akkam tatan 😮😮😮😮😮😮😮
Jafe rabbii sodadhuu piranki maleykaa tanaa dhisii😢😢😢
Rabbiin siif haa araaramu wly atii
Akkana namaa rifaachisu Rabbiin nii jaalata jedhii itti yaadi mee duraa osoon daleeyne itti yaadi
Abbo yarabbi kan dunayaatu akkas nama gotii kan dukkana qabrii san nuuf laffisii😢😢
😭😭😭😭😭
Yaa rabii guyaa san nu lafisii yaa alhaa ☝️🤲🤲😭😭😭😭😭
Hujii tee nydhuu wly😢😢❤❤😂😂😂😂
Abbo Argakee pirkii jete mucaa onne dhabde😭😭😭😭otu rifatudhan du’eho wan hintane pirki hin ta’u
Uuuuuuu jafee dhisif garii mitti😢😢😢😢😢
Mican baye rifte. Baye nama marara jafe hoji kee 🥰🥰
😂😂😂😂😂 Jafe huje te mo Wly dhisi akkana nama godhini🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Ya Sira kin yistik
😂😂😂😂wolahii egan biyaa bahee akas kolfe hinbekuu😂😂😂😂😂
Rabbii hin soddaatu jafe😂😂😂😂😂😂
Subhanallah tun waan qoosaninimiti, piraankis hin jedhamtu tun obbolesso waan saaykoloji nama miidhaati male . Garuu oso yero hunda prankuma nama gaddisiftu tana namarratti dalagaa oolu kana ifirraa dhifte tanuma barnoota fi boharti if kessaa qabdu dalayde namatti tola. Qalbii namaa cabsuu qofa ati guutumatti ati prankin ke yeruna hundaahu? Dhugaa itti yaadime beekamuun qofti beeka naman gootu bro😏
Yarabii mucan akamtahe dhuga rabii😢😂 hoji tesan nyadha
Uuuuuuuuuuuufi mamaeee😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 akasi qabrini kkkkkkkkkkkkkkkk
Jafe hujji kee nyadyu 😮😮 abo namnii sii Harkatii hin duun
Wollahi ni bohe an ka duniya tanarati a kana tane gafi qabri ho ya allah😢.garu jafe namni ni midhama akanati onne dhabata mali
😂😂😂😂😂 yaa jafee hojjii tee moo
Dalaga tee heduu siraa gamade jabadhuu amsii kana callaa Jafe tube
😂😂😂😂 hojii keeh wly jafe
Wolahii dubiin kunii qormataa ajibatii jiruu tanaratu ilala mee
Jaffe hojji te mo 🤣🤣🤣👌👌👌100
Rabbi sodaadha wollahi waan akkana hin hojjatiin 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Jaffee an obboleysi kee Kaalid Yaassin Arraan siif quudhe
Mashaalaah wallaay billaay hedduun si jaaladha naaf Galatoomi rayyaan
Eeee jafee hojii keee mooo😂😂😂😂😂😂
Oso rifatun du ee hoo maal gota rabbii sii haa Qajelchuu 😢😢
Jafee lubbu nama sirati bahin namni rifachun akka lubbun batu hin bektu ati
jafari dhugaa rabbii waan akkana dhabii hiribaa kessa nama hin rifachiissin
Ammaa namni tun utuu rifatuun lubbuun batee hoo rabbiin ittii hin godhin maalee...😢
Namaa lubuu fedhusaa inii nama ififanisu gahemii inii hay😂
Jafe rabbiin siin dhisuu nama rifachiftee wan akkanaraa irraa of egiii wan garii takkaa ta hawasaf barnotaa tatuu hojadhuu
Uuuuuuuuuuffffffff. Malii.badaa.jafee.ee.badee.garaa.na.nyateee.😭😭😭😭😭😭😭hojii.ke.nyadhuu dhugaa.jafee🙆♀️😳
Wlh jafee rabin sin dhisuu😭😭😭😭
Subanallaa Subanallaa 😢😢😢😢rabbii sii haa qajelchuu 😢
Garii mitii akkati nama rifachisun😢
Wan akkaan dhisii jafee osoo akkaa rifaten si harkati du'ee mal jetaa mee yaa jafee ammaa pirankidha of qusachaa demii😂😂😂
No no piranki akkana hin hojatina rifaatu saniin du'u mala
Amma tube guddifachuf waan akkasi rawwaata muddi hin naffanne kuni icciii
Subbanaa allah 😢
Subbanaa allah 😢
Subbanaa allah 😢
Subbanaa allah 😢
Rabbii soddadhaa
Wolli hini rifachissinaa
😢😢😢😢 wly sittii dhufuu teessi jaaffe
Yaa raabii duukana qaabarii nu laafisii😢😢😢
Nimuratta wly hay hay hay ani tiyya aitti hin dhihaa 😢😢😢😢😢😢😢😅